Turullee Dhugatu Mo'ata
12K subscribers
537 photos
163 videos
120 files
451 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Amantiin Rabbiin #filate yookaa #jaalate, Amantii tamii beektuu? 👇🏻👇🏻👇🏻
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀

Namni kamuu Amantiin inni hordofu sun amantii sirriiti/dhugaa, Amantii Waaqaati/Rabbiiti, Amntii caaltu jechuun yaada yookaa amana. Garuu wonti nama dinqisiisu tokko, #Amantii #Islaamaa malee amantiin ragaa qabdu #takkallee #hinjirtu.👌

🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀

#Islaamumman Amantii Rabbiin #filate/#jaalate ta’uu yoo beekuu feetan 👇🏻👇🏻👇🏻

🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀

1ffaa- Surah Al-Maa'idah suuraa 5, verses:3 👇🏻👇🏻👇🏻

ٱلۡيَوۡمَ أَكۡمَلۡتُ لَكُمۡ دِينَكُمۡ

وَأَتۡمَمۡتُ عَلَيۡكُمۡ نِعۡمَتِي

وَرَضِيتُ لَكُمُ ٱلۡإِسۡلَٰمَ دِينٗاۚ

“Amantii keessan har'a isiniif guuteera, ni’imaawwan kiyyas isin irratti guuteera #Amantiis #Islaama isiniif #jaaladheera.”
ዛሬ ሃይማኖታችሁን ለናንተ ሞላሁላችሁ፡፡ ጸጋዬንም በናንተ ላይ ፈጸምኩ፡፡ ለእናንተም #ኢስላምን #ከሃይማኖት በኩል ወደድኩ፡፡

🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇

2ffaa- Suuraa Aal-Imraan 3:19
إِنَّ ٱلدِّينَ عِندَ ٱللَّهِ ٱلۡإِسۡلَٰمُۗ

Dhugumatti #amantiin #Rabbiin biratti [fudhatama qabu] #Islaama #qofa.
3:19 - አላህ ዘንድ (#የተወደደ) #ሃይማኖት #ኢስላም #ብቻ ነው፡፡

🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇

Namni Islaamummaan ala, Amantiin Rabbii yookaa Waaqaan filate yookaa jaalate ni jira jedhee ragaan dubbatu ni jiraa jettanii yaadduu?

Abbaa feetanuu gaafadha, Amantii 10,131 yeroo ammaan tana adduniyaa irra jiran keessaa, #Amantii #Ragaa qabatamaa #qabu Islaamumma malee #hin #argamne, #hin #argamulle.

Nama Islaamumman ala jiru biliiyoona feetanille gaafattan, nama malaan Amantii kiyyatuu Amantii Waaqni filate jedhee #malaan haasawu yoo argitan malee, #namuma #tokko ka Amantii Isalaamummaatin ala jiraatee, Amantiin isaa sun Amantii Waaqaa ta'uu kitaaba Amantii isaa keessa #ragaan #siif #mirkaneessuu tokkolle gonkumaa #hin #argitu. Amma boodalle #hin #argamu.

Nama Islaamumman ala jiru tokko yoo qananii ati keessa jirtu himuufii barbaaddee fi dukkana inni keessatti dhama'aa jiru yoo itti mudhisuu feete, waan guddaa itti haasawu hin yaalinii, #Islamummaan tiyya #ragaa #qabdee tee hoo jedhiin? #Hundi nama #Islaamumman #ala jiruu, ka yoo biroo hayyu,colle, nama jaba kkf ati jettulle gaafii tanaan #zerotti (0) deebi'aa jechu.

Faaruun kan Rabbii keennaatii, ka Amantii ufii jaalate nu qabachiise.

Islaamumma Rabbiin filate tun Amantii akkamiiti? Ka jedhu kutaa itti aanu keessatti yoo Rabbiin nuuf fedhe laalla nu eegadhaa

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa 👇

https://t.me/Xaalibu6504
*#Islaamummaa Bareedduu #gochi isii hundi #ragaa #qabdu Rabbiin worrota hin argatiniille haa hiruu.*
👇🏻👇🏻👇🏻

*Suraa An-Nur 24:61* 👇

فَإِذَا دَخَلۡتُم بُيُوتٗا فَسَلِّمُواْ عَلَىٰٓ أَنفُسِكُمۡ تَحِيَّةٗ مِّنۡ عِندِ ٱللَّهِ مُبَٰرَكَةٗ طَيِّبَةٗۚ
Yeroo manneen seentan of irratti nagaa buusaa Kabajaa Rabbi biraa taate, barakeeffamtuu, qulqulluu taate (of irratti buusaa)
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
وعن أبي هريرة رضي الله عنه قال‏:‏ قال رسول الله صلى الله عليه وسلم ‏:‏ ‏"‏لا تدخلوا الجنة حتى تؤمنوا ولا تؤمنوا حتى تحابوا أولا أدلكم على شيء إذا فعلتموه تحاببتم‏؟‏ أفشوا السلام بينكم‏"
‏ ‏(‌‏(‏رواه مسلم ‏)‌‏)‌‏.‏
Abuu Hurayraah irraa odeeffame (RA) ni jedhe. Ergamaan Rabbii (S.A.W) ni jedhe. "Hanga amantanitti jannata hin seentan. Hanga wal jaalattanittis hin amantan. Sila waan yoo isa hojjattan wal jaalattan isinitti akeekuu? *#Nagaa #wal #gaafachuu #baay'isaa."*

[Muslim].

Riyad as-Salihin
(The Book of Greetings)
Book 6, Hadith 848
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
*Luqaas 10:5* 👇
Mana tokko yommuu lixxan, duraan dursaatii ' *#Nagaan #mana #kanaaf #haa #ta'u!* ' jedhaa.
የሉቃስ ወንጌል 10:5 ወደምትገቡበት ቤት ሁሉ አስቀድማችሁ። *#ሰላም $ለዚህ #ቤት #ይሁን* በሉ።
John 1:15
Luke 10 5. And into whatsoever house ye enter, first say, *#Peace #be to this #house.*
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
*Luqaas 24:36* 👇
Jarreen lamaan kana utuu himaa jiranii Yesus ofii isaa isaan gidduu dhaabatee, *#Nagaan #isiniif #haa #ta'u!* isaaniin jedhe.
የሉቃስ ወንጌል 24 36 ይህንም ሲነጋገሩ ኢየሱስ ራሱ በመካከላቸው ቆሞ። *#ሰላም #ለእናንተ #ይሁን* አላቸው።

*Yohaannis 20:19/ Yohaannis 20:26*
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
*Yohannis Isa Sadaffaan 1:15* 👇
*#Nagaan #siif #haa ta'u,* firoonni kee nagaa siif ergu; tokkuma tokkoon maqaa dha'iitii firoota keenyatti nagaa nuuf himi!
3ኛ የዮሐንስ መልእክት 1 [15] *#ሰላም #ለአንተ #ይሁን።* ወዳጆች ሰላምታ ያቀርቡልሃል። ወዳጆችን በየስማቸው እየጠራህ ሰላምታ አቅርብልኝ።
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
Nageenni Rabbii isin irratti haa jiraatu jechuun seeraa kitaabota Amantii hundaa keessatti argamuu, akkam #bultan/#ooltan jedhanii nagaha wol gaafatuu yoo #aadaa taate malee #Amantii #kamuu keessatti waan jiruu mitii jechu.

Kanaafuu ' *#As-salaamu #Aleeykum'* (#Nageenni #Rabbii #sirratti #haa #jiraatu) Hawaasni Muslimaa woliin gaafatu, akkaataa Nabiyyoonni Rabbii #Yesuusille (#Iisaa nageenni Rabbii isa irratti haa jiraatu) dabalatee ittiin wol gaafataa turan ta'uu hubanna.

Worroonni maqaa Nabiyyii Rabbiitiin daldalu (Yesuus) ufii isa hordofna jedhuu ufii akkata inni nagaha itti nama gaafatuun nagaha wol gaafachuuyyu hin dandeenne.

Islaamumma seeraa fi gochi isiille wol simatu Rabbiin worrota hin argannee haa kennu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa .

https://t.me/Xaaliburidallah
#Turullee #dhugatu #irra #aana

🌲🌲🌲🌲🌲🌲
#kutaa #1ffaa
🌲🌲🌲🌲🌲🌲

#Hojii #Manaa
👇👇👇

Ragaa Wangeela Yohannis 5: 27 irratti argamu dubbisuun gaafii itti aanu deebii sirri filachuun deebisi.

Yohannis 5: 27
" Inni(Yesuus) #ilma #namaa isa ulfina-qabeessa waan ta'eef, abbaan isaa (Waaqni) firdii akka inni faraduuf #gooftummaa kenneeraaf."
🍇🍇🍇🍇🍇🍇

Akka ibsa Wangeela Yohannis 5:27 tti isa kamtuu sirriidha?

A. Yesuus nama kan ture, Waaqni aangoo Waaqumma kan isaatiin alatti isaalle kennee isaan wojji waaqa lama ta'an jechuudha.

B. Yesuus nama kan ture, Waaqni aangoo Waaqumma ufii, ufi irraa buusee (waaqaa lama akka hin taaneef) isaa kenneef jechuudha.

C. Yesuus nama kan ture, Waaqni aangoo ergamaa ta'uu yookaa Nabiyyumma isaa kenne jechuudha.

🍇🍇🍇🍇🍇🍇

Qabxiin ijoon nuti ragaa Wangeela #Yohannis 5:27 irraa barannu;

Yesuus #Gooftaa jedhamee dubbatamuun Waaqumma Yesuus osoo hin taane hoogganaa yookaa barsiisa yookaa tooyataa jechuu qofa akka ta'e mirkaneessa.

🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1ኛ ወደ ተሰሎንቄ ሰዎች 5:21 ሁሉን ፈትኑ #መልካሙንም #ያዙ👆👆👆dhaamsa jedhu isinii dhaamaa.

hawaasni keenna ammoo, "#sababa #keetiin #namni "tokko "qajeeluun, #gaala #diddiimaa #karaa #Rabbii #keessatti #kennatu #siif #caala, ka Nabiyyiin Rabbii (nagahaa fi Rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu), jedhanii Aliyyiif dhaaman siif dhaama. Sheer taasisuun sin kafalchiisu, lammiiwwan keenna beektu hundaa ergii, toltuu guyyaa boruutti si fayyaddu guduunfadhu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii  asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa 👇

https://t.me/Xaaliburidallah
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

🌲🌲🌲🌲🌲🌲
#Kutaa #2ffaa 👇
🌲🌲🌲🌲🌲🌲

#Hojii #manaa
👇👇👇

Ragaa Wangeela
Luqaas 6: 12 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.

#Luqaas 6: 12
" Yeroo sanatti Yesus gara gaaraatti ol ba'ee, achitti #halkan #guutuu #Waaqayyoon #kadhachaa bule."

🍇🍇🍇🍇🍇🍇

Yesus gara gaaraatti ol ba'ee, achitti halkan guutuu Waaqayyoon kadhachaa bule jechuun maal jechu?

A. Yesuus waan Waaqa hin taaneef, Waaqa isa uumeef gabricha ta'uu isaa ifatti mudhisuuf, Rabbiin kadhataa (sagadaafii) akka ture mudhisaa jechuudha.

B. Yesuus akka namni Waaqa jedhee isa waaqefatuuf, #sobaan akka waan Waaqni biroo jiruu #fakeessee kadhataa ture jechuudha.

C. Dubbiin Wangeela Luqaas 6: 12, waan fedhii Kiristaanaa faallessuuf (Waaqumma Yesuus dhabamsiisuuf) guutumatti #sobaa.

🍇🍇🍇🍇🍇🍇

Qabxiin ijoon nuti ragaa Wangeela #Luqaas 6: 12 irraa barannu;

Yesuus Waaqaa yaadni jedhu soba, Yesuus gabricha Rabbii kan Rabbii isaa gabbaraa ture ta'uu hubanna.

🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1ኛ ወደ ተሰሎንቄ ሰዎች 5:21 ሁሉን ፈትኑ #መልካሙንም #ያዙ👆👆👆dhaamsa jedhu isinii dhaamaa.

hawaasni keenna ammoo, "#sababa #keetiin #namni "tokko "qajeeluun, #gaala #diddiimaa #karaa #Rabbii #keessatti #kennatu #siif #caala, ka Nabiyyiin Rabbii (nagahaa fi Rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu), jedhanii Aliyyiif dhaaman siif dhaama. Sheer taasisuun sin kafalchiisu, lammiiwwan keenna beektu hundaa ergii, toltuu guyyaa boruutti si fayyaddu guduunfadhu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii  asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa 👇

https://t.me/Xaaliburidallah
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

🥦🥦🥦🥦🥦🥦
#Kutaa #3ffaa
🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Hojii #manaa
👇👇👇

Ragaa Wangeela Maatewos 23:8-9 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.

Maatewos 23:8-9
⁸ "Isin garuu '#Barsiisaa guddaa ofiin hin jechisiisinaa! Barsiisaan keessan inni guddaan #tokkicha (#Yesuus); isin immoo hundumti keessan obboloota.
⁹ Lafa irratti nama akka abbaatti hin waammatinaa! #Abbaan #keessanoo #tokko, innis #isa #waaqa irraa ti.

🍇🍇🍇🍇🍇🍇

Akkaataa Wangeela
Maatewos 23:8-9 ibsutti, #Yesuus #gaheen isaa maali?

A. #Yesuus #barsiisaa akka ture, kan ammoo abbaa namaa kamiituu jechuun dhoorgaa ta'ee fi yaadni Wangeela Maatewos 23:8-9 #sirrii akka ta'e.

B. Yesuus barsiisaa jechuun waan fedhii worroota Amantii Kiristaanaa hordofan faallessuuf, fedhii isaaniitti akka galuuf, Yesuus Gooftaa waan jedhaniif (Gooftaa jechuun ammoo Waaqa jechutti waan hiikaniif, Waaqa jechuun ammoo abbaa waan jedhaniif) kanaafuu, Wangeelli #Maatewos 23:8-9 yaadni isaa #guutumatti yaada kana waan faallessuuf (akka worra Kiristaanaatti jechuudhaa) #soba #akka #ta'e.

🍇🍇🍇🍇🍇🍇

Qabxiin ijoon nuti asitti argannu 👇

#Yesuus #barsiisaa jechutuu (ummata Israa'eliif) dhugaa fi fudhatama malee, akka namoonni tokko tokko yaadnitti, Yesuus abbaa ilma namaati jechuun akkuma hin tolle, #Yesuus #waaqaa jechuunille #dogongora guddaa akka ta'e hubadhaa.

🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1ኛ ወደ ተሰሎንቄ ሰዎች 5:21 ሁሉን ፈትኑ #መልካሙንም #ያዙ👆👆👆dhaamsa jedhu isinii dhaamaa.

hawaasni keenna ammoo, "#sababa #keetiin #namni "tokko "qajeeluun, #gaala #diddiimaa #karaa #Rabbii #keessatti #kennatu #siif #caala, ka Nabiyyiin Rabbii (nagahaa fi Rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu), jedhanii Aliyyiif dhaaman siif dhaama. Sheer taasisuun sin kafalchiisu, lammiiwwan keenna beektu hundaa ergii, toltuu guyyaa boruutti si fayyaddu guduunfadhu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii  asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa 👇

https://t.me/Xaaliburidallah
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

🥦🥦🥦🥦🥦🥦
#Kutaa #4ffaa
🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Hojii #manaa
👇👇👇

Ragaa Wangeela Maatewos 12:50 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.

Maatewos 12:50
“Jaalala abbaa koo isa waaqa irraa kan godhu eenyu iyyuu, #obboleessa #koo ti, #obboleettii #koo ti, #haadha #koo tis" jedhe.”

🍇🍇🍇🍇🍇🍇

Akka Wangeelli Maatewos 12:50 ibsutti, namoota akkamtu #oboleessa, #oboleettii fi #haadha Yesuus?

A. Namoota akkuma Yesuus jaalala Waaqaa (ajaja Rabbii) godhe (raawwate), isaanis ajaja Waaqaa guutan hundi, isaannan sun yoo dhiira taate oboleessa, yoo shamarran taate oboleettii yookaa yoo dubartii gurguddoo taate ammoo haadha Yesuus jedhamuu, yaadni Wangeela #Maatewos #12:50 lle #sirri.

B. Nama #Yesuusuun yaa #gooftaa jedhee ganamaa galgalaa #sirbutu yoo dhiira taate oboleessa, yoo shamarran taate oboleettii yookaa yoo dubartii gurguddoo taate ammoo haadha Yesuus ta'uu, yaadni Wangeela #Maatewos #12:50 ammoo #soba jechuudha.

🍇🍇🍇🍇🍇🍇

Qabxiin ijoon nuti ragaa Wangeela #Maatewos #12:50 irraa barannu;

Yesuus Waaqa dubbiin jedhu guutumatti dubbii ololaa akka ta'e, ragaan Wangeela Maatewos 12:50 qofti gahaadha. Akkamitti? yoo jettan:

1ffaa- Jaalala abbaa koo isa waaqa irraa kan godhu Jedhe malee jaalala kiyyaa kan godhu (raawwatu) hin jenne.

2ffaa- Namni jaalala (ajaja) abbaa (Waaqa) raawwate hundi anaaf gabricha kiyyaa hin jenne, maal malee? Oboleessa, oboleettii yookaa haadha jedhe malee. Kanaafuu, Yesuus Waaqaa dubbiin jedhu haasawa sobaa hidda hin qabnee jechuudha.

🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1ኛ ወደ ተሰሎንቄ ሰዎች 5:21 ሁሉን ፈትኑ #መልካሙንም #ያዙ👆👆👆dhaamsa jedhu isinii dhaamaa.

hawaasni keenna ammoo, "#sababa #keetiin #namni "tokko "qajeeluun, #gaala #diddiimaa #karaa #Rabbii #keessatti #kennatu #siif #caala, ka Nabiyyiin Rabbii (nagahaa fi Rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu), jedhanii Aliyyiif dhaaman siif dhaama. Sheer taasisuun sin kafalchiisu, lammiiwwan keenna beektu hundaa ergii, toltuu guyyaa boruutti si fayyaddu guduunfadhu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii  asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa 👇

https://t.me/Xaaliburidallah
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

🥦🥦🥦🥦🥦🥦
#Kutaa #5ffaa
🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Hojii #manaa
👇👇👇

Ragaa Wangeela Maatewos 12: 28 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.

Maatewos 12: 28
❝Ani (#Yesuus) garuu #hafuura #Waaqayyootiin hafuurota hamoota kanan baasu erga ta'ee, mootummaan Waaqayyoo isin irratti dhufeera.❞

🍇🍇🍇🍇🍇🍇

#Yesuus hafuura #Waaqayyootiin hafuurota hamoota baasuu jechuun maal jechuudha?

A. #Yesuus #qarqaarsa yookaa #hayyama Waaqaatiin, ka #dandeettii #isaatiin #hin #taane hafuura hamootaa baasuu isaa mudhisaa.

B. Yesuus qarqaarsa yookaa hayyama #Waaqaatiin #malee, dandeettii isaatiin hafuura hamootaa baasuu isaa mudhisaa.

C. #Yesuus #tooftaaf akkas jedhe malee, dubbiin Wangeela #Maatewos 12: 28 irratti ibsame hundi waan dandeettii Yesuus ni qaba jedhanii worroonni amantii Kiristaanni hordofan yaadan faalessuuf, kanaafuu dubbiin Wangeela kanaa #soba ta'aa jechu.

🍇🍇🍇🍇🍇🍇

Qabxiin ijoon nuti ragaa Wangeela #Maatewos #12:28 irraa barannu;

Yesuus wonta hojjatu kamuu dandeettii isaatiin osoo hin taane qarqaarsa yookaa hayyama Waaqaatiin akka ta'ee fi Worroonni maqaa Yesuusiin hafuura hamootaa baasna jedhan hundi, haasofni isaanii hundi akka hidda hin qabne fi haasawa soba ta'e ifatti mudhisaa.

🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1ኛ ወደ ተሰሎንቄ ሰዎች 5:21 ሁሉን ፈትኑ #መልካሙንም #ያዙ👆👆👆dhaamsa jedhu isinii dhaamaa.

hawaasni keenna ammoo, "#sababa #keetiin #namni "tokko "qajeeluun, #gaala #diddiimaa #karaa #Rabbii #keessatti #kennatu #siif #caala, ka Nabiyyiin Rabbii (nagahaa fi Rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu), jedhanii Aliyyiif dhaaman siif dhaama. Sheer taasisuun sin kafalchiisu, lammiiwwan keenna beektu hundaa ergii, toltuu guyyaa boruutti si fayyaddu guduunfadhu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii  asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa 👇

https://t.me/Xaaliburidallah
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

🥦🥦🥦🥦🥦🥦
#Kutaa #6ffaa
🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Hojii #manaa
👇👇👇

Ragaa Wangeela Yohannis 14:24 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
🍇🍇🍇🍇🍇🍇

Yohannis 14:24
“Namni ana hin jaallanne immoo dubbii koo hundumaa hin raawwatu, #dubbiin #isin #dhageessan kunis #kan #abbicha isa #na #ergee ti malee, #kan #koo #miti" jedheen.”

#Gaafii 👇👇👇
Akka Wangeela Yohannis 14:24 tti, Yesuus;
eennutu dubbii koo hin raawwatu jedhe?
dubbiin ilmi nama dhagahee raawwatu hoo dubbii eennuti jedhe?
Inni ammoo maal ta'uu ufi ibse?

#A.
Namni na hin jaalanne jedhe.
ka abbicha na ergeeti malee kan koo miti jedhe.
ergamaa ta'uu ufi ibse.

#B.
Namni na jaalatu jedhe.
kiyya jedhe.
ergamaa akka hin taane ufii mirkaneesse.

#C.
Namni na hin jaalanne jedhe.
ka abbicha isa na ergeetii miti jedhe.
ergamaa osoo hin taane aangoo dhossaa qabaatuu ufi ibse.

🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Yesuus akka dubbii Wangeela kanaatti #qabxii ijoo #sadi(3) dubbate:

I. Namni ana(#Yesuus) #hin #jaallanne dubbii koo hundumaa #hin #raawwatu jedhe (fkn ani Waaqa qabaa osoo inni jedhu, atuu Waaqa ka ati nuuf himtu hin feenuu jechuu).

II. #Dubbiin inni #dubbatee barsiisaa ture (fkn Waaqni tokko ta’uun) ka #Waaqaa #isa #ergee malee ka isaa akka hin taane.

III. #Kan #abbicha #na #erge yeroo jedhu, Yesuus #ergamaa #Waaqaa ta'uun ifatti mirkaneesse.

🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1ኛ ወደ ተሰሎንቄ ሰዎች 5:21 ሁሉን ፈትኑ #መልካሙንም #ያዙ👆👆👆dhaamsa jedhu isinii dhaamaa.

hawaasni keenna ammoo, "#sababa #keetiin #namni "tokko "qajeeluun, #gaala #diddiimaa #karaa #Rabbii #keessatti #kennatu #siif #caala, ka Nabiyyiin Rabbii (nagahaa fi Rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu), jedhanii Aliyyiif dhaaman siif dhaama. Sheer taasisuun sin kafalchiisu, lammiiwwan keenna beektu hundaa ergii, toltuu guyyaa boruutti si fayyaddu guduunfadhu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii  asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa 👇

https://t.me/Xaaliburidallah
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

🥦🥦🥦🥦🥦🥦
#Kutaa #7ffaa
🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Hojii #manaa
👇👇👇

Ragaa Wangeela Yohannis 7: 28 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
🍇🍇🍇🍇🍇🍇

Yohannis 7: 28
" Isa irratti #Yesus utuu mana qulqullummaa keessatti barsiisuu sagalee isaa ol fudhatee, "Dhuguma ana beektu, #nama eessaa akkan ta'es in beektu. #Ofiin #hin #dhufne, #inni #ana #erge #jira; inni amanamaa dha, #isin immoo isa #hin #beektan."

Gaafii 👇👇👇
Akka Wangeela Yohannis 7: 28 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?
A. Yesuus nama ta’uu fi eddoon inni irraa dhufellee beekkama ta'uu (namni osoma beeku akka waan wollaale Yesuusiin Waaqa jechuuf akka toluuf samii bu'e jedhee akka olola haasawaa jiran).
B. Yesuus Waaqatu erge malee ofiin akka hin dhufin ibsamee jiraachu.
C.Hedduun ilma namaa Waaqa gabbarama dhugaa ta'e akka hin beekne (fkn Yesuusiin Waaqa worri jedhu hundi worroota Rabbiin hin beekne ta'uu ibsa).
D. Hunduu sirriidha.

🥦🥦🥦🥦🥦🥦

Hedduun worri ufiif nama biroo jeequu (Yesus Gooftaa jedhee) maalumma Yesuus qajeelatti hin beekuu. Gabaabinnaan, akka dubbii Wangeela kanaatti qabxii ijoo sadi(3) hubanna;

1ffaa- Yesuus Israa'el keessatti dhalatee, Israa'el qofaaf ergamuun ilma nama kamiifuu ifa ta'uu, garuu hundi worroonni Kiristaanaa akka waan wollaalee, haqa fudhachuu diduuf Yesuus waaqaa irraa dhufe jechuu isaanii.

2ffaa- Yesuus akka Waaqni ergee fi kan ufiin hin dhufne ta'uu osoo ifatti beekan, worroonni haqa Rabbii dhoksuu barate, Yesuus ergamaa Waaqaati jechuu diddaaf haqa kana dhoksaa akka jiran.

3ffaa- Worroonni Waaqa hin beekne hedduun ilma namaa keessa akka jiran, mallattoon isaanii ammoo ilma namaatii fi Nabiyyii Rabbii kan ta'e Yesuusiin Waaqa jechuu isaanii hubannaa jechuudha.

🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1ኛ ወደ ተሰሎንቄ ሰዎች 5:21 ሁሉን ፈትኑ #መልካሙንም #ያዙ👆👆👆dhaamsa jedhu isinii dhaamaa.

hawaasni keenna ammoo, "#sababa #keetiin #namni "tokko "qajeeluun, #gaala #diddiimaa #karaa #Rabbii #keessatti #kennatu #siif #caala, ka Nabiyyiin Rabbii (nagahaa fi Rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu), jedhanii Aliyyiif dhaaman siif dhaama. Sheer taasisuun sin kafalchiisu, lammiiwwan keenna beektu hundaa ergii, toltuu guyyaa boruutti si fayyaddu guduunfadhu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii  asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa 👇

https://t.me/Xaaliburidallah
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

🥦🥦🥦🥦🥦🥦
#Kutaa #8ffaa
🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Hojii #manaa
👇👇👇

Ragaa #1 #Qorontos #11: 3 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
🍇🍇🍇🍇🍇🍇

1 Qorontos 11: 3
" Amma immoo #Kristos mataa warra #dhiiraa, #abbaan #manaa mataa #haadha #manaa, #Waaqayyo mataa #Kristos ta'uu isaa, akka beektan nan barbaada. "

Gaafii 👇👇👇
Akka 1 Qorontos 11: 3 ttii hima kamtuu 🔴sirrii miti?

A. Kiristoosii (Yesuusii) fi warri dhiiraa wol qixa.
B. Abbaan manaa fi haati manaa wol qixa.
C.Waaqaa fi Yesuus (Kiristoosii) wol qixa.
D. Hunduu deebi.

🥦🥦🥦🥦🥦🥦

Akka ragaa 1 Qorontos 11: 3 irratti ibsametti, fakkeenna ifa bahaa ta'e tokkoo fi Qabxiiwwan ijoo sadi(3), argachuu dandeenna.

Fakkeenni kaahame, abbaan manaa mataa haadha manaa (abbaan manaa bulchaa yookaa hoogganaa haadha manaa) kan jedhu, ammas waan gara garaa ta'uu osoma namuu beeku ibsamuu isaa.

Qabxiiwwan ijoon tuqaman ammoo:

1ffaa- Yesuus mataa worra dhiiraa ta'uu isaa. Kana jechuun Yesuus hoogganaa yookaa barsiisaa ummata itti ergamee (Israa'el) ta'uu akeeka.

2ffaa- Waaqayyo mataa Kiristoosiitii yeroo jedhu, Yesuus ammoo Waaquma ta'ee qaama mataa hin taane ka mataa gadiitii argamuu yaada jedhu agarsiisuuf osoo hin taane , wonti ibsamuu barbaadame;

I. Waaqaa fi Yesuus waan gara garaa ta'uu (Waaqaa fi Yesuus tokkoo dubbiin jedhu olala ta'uu) isaa ifatti kaahee.

II. Waaqaa fi Yesuus wol qixallee akka hin taane (Waaqni akkuma waa kamiituu olii Yesuusille ol ta'uu) ifatti dubbatee.

III. Waaqni mataa Yesuus jechuun, Yesuus uumama tooyannoo fi hayyama Rabbiitiin jiraatu kan ta'e, gabrichaa fi ergamaa Rabbii ta'uu isaa ifatti mirkaneesse.

3ffaa- Akkuma abbaan manaatii fi haati manaa wol qixa, yookaa Yesuusii fi dhiirri wol qixa jechuun hin malle, inumaayyu Waaqaa fi Yesuus wol qixa jechuun gonkumaa hin maluu yaada jedhu ibsaa jechuudha.

🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1ኛ ወደ ተሰሎንቄ ሰዎች 5:21 ሁሉን ፈትኑ #መልካሙንም #ያዙ👆👆👆dhaamsa jedhu isinii dhaamaa.

hawaasni keenna ammoo, "#sababa #keetiin #namni "tokko "qajeeluun, #gaala #diddiimaa #karaa #Rabbii #keessatti #kennatu #siif #caala, ka Nabiyyiin Rabbii (nagahaa fi Rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu), jedhanii Aliyyiif dhaaman siif dhaama. Sheer taasisuun sin kafalchiisu, lammiiwwan keenna beektu hundaa ergii, toltuu guyyaa boruutti si fayyaddu guduunfadhu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii  asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa 👇

https://t.me/Xaaliburidallah
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

🥦🥦🥦🥦🥦🥦
#Kutaa #9ffaa
🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Hojii #manaa
👇👇👇

Ragaa Wangeela #Yohannis 17: 3 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
🍇🍇🍇🍇🍇🍇

Yohannis 17: 3
" Waaqayyo isa tokkicha, isa dhugaa, Yesus Kiristosin isa ati ergites beekuun isaanii jireenya bara baraa ti."

Gaafii 👇👇👇
Akka Wangeela Yohannis 17: 3 keessatti ibsametti, hima kamtuu sirriidha?

A. Waaqni dhugaa tokkicha qofa ta'uu isaa.
B. Yesuus Kirstoosii ergamaa Waaqni ergate ta'uu isaa.
C. Jireenni bara baraa kan argataniin, Waaqa tokkicha dhugaatii fi ergamaa Waaqaa kan ta'e Yesuus beekuun akka ta'e.
D. Hunduu deebi.

🥦🥦🥦🥦🥦🥦

Qabxiin ijoon nuti ragaa Wangeela #Yohannis 17: 3 irraa argannu;

1ffaa- #Waaqni #sadi(3) dubbiin jedhu yoomuu haasawa #kijibaa ta'uu ifatti mudhisa. #Waaqni #dhugaa #tokkicha #qofa akka ta'e, kan Waaqa dhugaa booda himamu kamuu (fkn Yesuusiin yookaa Hafuurri qulqulluun) Waaqa jechuu soba akka ta'e mirkaneessaa jechuudha.

2ffaa- #Yesuus #Kirstoosii #ergamaa Waaqni isa ergate akka ta'e, ammoo haasofni dubbii kana faallessuuf dubbatamu kamuu (fkn #Yesuus #Waaqaa kan jedhu) #olola dharaa akka ta'e ragaa bahaa jechuudha.

3ffaa- #Namni #jireenna #bara #baraa (Jannata) kan argatuun, Yesuus Gooftaa jedhee sirbuun osoo hin taane, #Waaqni dhugaa #tokkicha ta'uu fi #Yesuus ammoo #ergamaa Waaqaatii jechuu #beekanii itti #hojachuun akka ta'e. Ammas dabalataan namni haasawaa fi hojiin waan kana faallessee argame kamuu, jiruu bara baraa akka hin arganne ifatti nuuf mirkaneessaa jechuudha.

🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1ኛ ወደ ተሰሎንቄ ሰዎች 5:21 ሁሉን ፈትኑ #መልካሙንም #ያዙ👆👆👆dhaamsa jedhu isinii dhaamaa.

hawaasni keenna ammoo, "#sababa #keetiin #namni "tokko "qajeeluun, #gaala #diddiimaa #karaa #Rabbii #keessatti #kennatu #siif #caala, ka Nabiyyiin Rabbii (nagahaa fi Rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu), jedhanii Aliyyiif dhaaman siif dhaama. Sheer taasisuun sin kafalchiisu, lammiiwwan keenna beektu hundaa ergii, toltuu guyyaa boruutti si fayyaddu guduunfadhu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii  asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa 👇

https://t.me/Xaaliburidallah
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

🥦🥦🥦🥦🥦🥦
#Kutaa #10ffaa
🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Hojii #manaa
👇👇👇

Ragaa Wangeela #Yohannis #14: 28 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.

🍇🍇🍇🍇🍇🍇

Yohannis 14: 28
" 'Amma #nan #adeema deebi'ees isin bira #nan #dhufa' akkan isiniin jedhe dhageessaniittu; #utuu na jaallattu taatanii, waanan gara #abbaa #dhaquuf in gammaddu turtan, abbaan #na #caala'o, "

Gaafii 👇👇👇

Akka Yohannis 14: 28 Keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?

A. Yesuus lamuu gara dachiitti deebi'ee hin dhufu.
B. Worroonni Yesuus gara Waaqaatti deemutti gammadu, worroota Yesuus jaalatu.
C. Yesuusii fi Waaqni wol qixa.
D. Deebiin hin jiru.

🥦🥦🥦🥦🥦🥦

Qabxiin ijoon nuti ragaa Wangeela #Yohannis 14: 28 irraa barannu;

1ffaa- #Yesuus akka gara #dachiitti #deebi'ee dhufu. Kun ammoo wonti mirkaneessu:

I. Waaqni foon uffatee dhufee yaadni jedhu olola ta'uu.

II. Yesuus cubbuu keennaaf duraa gara dachii dhufeen dubbii kijibaa ta'uu.

III. Ilma ilma kiyya irraa dhaladhee isin fayyisa Waaqni jedheen, dubbii fudhatama hin qabne ta'uu.

IV. Yesuus akkuma uumamni kamuu du'utti gara dachii deebi'ee kan du'u ta'uu nuuf mirkaneessa jechuudha.

2ffaa- #Utuu #na #jaallattu taatanii waanani #gara #abbaa #dhaquuf in gammaddu turtan yeroo jedhu ammoo, Qabxiiwwan itti aanee dhufuu nuuf ibsa.

I. Worroota Yesuus hin jaalanetu, Yesuus gara Rabbii ol fuudhamuu kijibsiisee olola du'ee haasawu.

II. Yesuus gara abbaa dhaqa jedhe malee Waaqa waan tureef, turtii koo fixadhee gara samiitti galaa jiraa akka hin jenne.

III. Waan gara abbaa #dhaquuf jechuun, qaama lamaa gara garaa ka itti dhaqamuu fi ka itti dhaqu akka jiru, akkasumas Yesuus Waaqatti geeddaramuu ka hin dubbanne fi geeddaramuulle akka hin dandeenne ta'uu ifatti mudhisaa jechuudha.

3ffaa- #abbaan #na #caala'o yeroo jedhu:

I. Dubbiin Yesuus fakkeessuu akka hin taane, dhugaan jirtu Waaqni waan kamuu (Yesuusillee dabalatee) caaluu.

II. Worroonni dubbiin tun isaanii liqimsamuu diddu, worrota Yesuusiin ittiin daldalatuuf malee dubbii isaa fudhatuuf fedhii takkaa hin qabne ta'uu ifatti mirkaneessa.

🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1ኛ ወደ ተሰሎንቄ ሰዎች 5:21 ሁሉን ፈትኑ #መልካሙንም #ያዙ👆👆👆dhaamsa jedhu isinii dhaamaa.

hawaasni keenna ammoo, "#sababa #keetiin #namni "tokko "qajeeluun, #gaala #diddiimaa #karaa #Rabbii #keessatti #kennatu #siif #caala, ka Nabiyyiin Rabbii (nagahaa fi Rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu), jedhanii Aliyyiif dhaaman siif dhaama. Sheer taasisuun sin kafalchiisu, lammiiwwan keenna beektu hundaa ergii, toltuu guyyaa boruutti si fayyaddu guduunfadhu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii  asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa 👇

https://t.me/Xaaliburidallah
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

🥦🥦🥦🥦🥦🥦
#Kutaa #36ffaa
🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Gilgaala: Hubannoo duraan sammuu keessaa qabnuu fi ragaawwan dubbisnu wol bira qabuun, kallattii dhugaa ittiin madaallu:

Yesuus hojii mataa isaa yookaa waan karoora isaatiin baafate hojjataa ture moo, waan Rabbiin itti isa ajaje qofa hojjataa ture laata beektuu? Hima kamtuu, Yesuus akka hojii karoora mataa isaatiin baase akka hojjataa ture agarsiisa?

🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦

A. #Yohannis 8:29 “Inni #ana #erge #anaa #wajjin #jira; #ani yeroo #hundumaa kan #isa #gammachiisu waan #ani #hojjedhuuf, #inni #kophaatti #ana #hin #dhiifne" isaaniin jedhe.” #የዮሐንስ ወንጌል 8:29 #የላከኝም #ከእኔ #ጋር ነው፤ እኔ ደስ የሚያሰኘውን ዘወትር አደርጋለሁና #አብ #ብቻዬን #አይተወኝም አላቸው።

B. #Yohannis 5:36 “Isa Yohannis cuuphaan dhugaa ba'e irra caalaa kan dhugaa anaaf ba'u qaba; #hojiin #abbaan #koo akkan raawwadhuuf dabarsee #anatti #kenne baay'eedha; hojiin ani hojjedhu kunis #abbaan #akka #ana #erge dhugaa anaaf in ba'a.” #የዮሐንስ #ወንጌል 5:36 እኔ ግን ከዮሐንስ ምስክር የሚበልጥ ምስክር አለኝ፤ #አብ ልፈጽመው #የሰጠኝ #ሥራ፥ ይህ የማደርገው ሥራ፥ #አብ #እንደ #ላከኝ ስለ እኔ ይመሰክራልና።

C. #Yohannis 10:37 ❝Egaa #ani #hojii #abbaa #koo hin hojjedhu yoon ta'e, anatti hin amaninaa.❞ #የዮሐንስ #ወንጌል 10:37 እኔ #የአባቴን #ሥራ ባላደርግ አትመኑኝ፤

D. Deebiin hin jiru.

🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu:

1ffaa- Yesuus dandeettii fi aangoo isaatiin tankaarfii takkaa socho'uu waan hin dandeenneef, Rabbiin hojii fi sochii isaa kamuu keessatti isa wojjiin jiraachuu (tumsa isaa akka ta'e) ifatti ragaa bahe (“#Inni #ana #erge #anaa #wajjin #jira; .... #inni #kophaatti #ana #hin #dhiifne" yeroo jedhu)

2ffaa. Yesuus yeroo kamuu hojiin inni hojjatu waan ofii fedhee fi isa gammachiisu osoo hin taane, ka Rabbiin isa filatee isa ergate gammachiisu qofa akka ta'e mirkaneesse (“#ani yeroo #hundumaa kan #isa #gammachiisu waan #ani #hojjedhuuf" yeroo jedhu).

3ffaa- Hojiin Yesuus hojjatu kamuu, akkuma karoora fi fedhii Yesuus hin taane, akkasumas Yesuus Waaqaa osoo hin taane, #ergamaa #Rabbiin #isa #ergate akka ta'e, ragaa isaaf akka bahu dubbate (#hojiin #abbaan #koo akkan raawwadhuuf dabarsee #anatti #kenne baay'eedha; hojiin ani hojjedhu kunis #abbaan #akka #ana #erge dhugaa anaaf in ba'a.” yeroo jedhu).

4ffaa- Namni tokko gaafni Yesuusitti amanuu qabu, gaafa inni hojii Waaqaa (ajaja Rabbii) qofa raawwate akka ta'e fi gaafa inni ergaa Rabbii hin geessine taate akka isatti amanuu hin qabne, ifatti barsiisaa akka ture (❝Egaa #ani #hojii #abbaa #koo hin hojjedhu yoon ta'e, #anatti #hin #amaninaa.❞ yeroo jedhu)

🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1ኛ ወደ ተሰሎንቄ ሰዎች 5:21 ሁሉን ፈትኑ #መልካሙንም #ያዙ👆👆👆dhaamsa jedhu isinii dhaamaa.

hawaasni keenna ammoo, "#sababa #keetiin #namni "tokko "qajeeluun, #gaala #diddiimaa #karaa #Rabbii #keessatti #kennatu #siif #caala, ka Nabiyyiin Rabbii (nagahaa fi Rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu), jedhanii Aliyyiif dhaaman siif dhaama. Sheer taasisuun sin kafalchiisu, lammiiwwan keenna beektu hundaa ergii, toltuu guyyaa boruutti si fayyaddu guduunfadhu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa 👇

https://t.me/Xaaliburidallah
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

🥦🥦🥦🥦🥦🥦
#Kutaa #37ffaa
🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Gilgaala: Hubannoo duraan sammuu keessaa qabnuu fi ragaawwan dubbisnu wol bira qabuun, kallattii dhugaa  ittiin madaallu:

Namoonni Yesuus Waaqa jedhanii yaadan, mee amaloota armaan gadii kan Yesuus keessaa, amala isa kamtu, kan Waaqaati osoo jedhamee, sammuun isaanii fudhatti laata⁉️

🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦

A. #Luqaas 1:31 “Kunoo, in ulfoofta ilmas in deessa, maqaa isaa immoo Yesus jedhii moggaasi!”  #የሉቃስ #ወንጌል 1:31 እነሆም፥ #ትፀንሻለሽ #ወንድ #ልጅም #ትወልጃለሽ፥ ስሙንም ኢየሱስ ትዪዋለሽ።
Gaafii: Akka Wangeela kanaatti, Maariyaam Yesuusiin ulfooftee ilma deette jedhaa, garuu Maariyaam Waaqa ulfooftee deette, sanuu Waaqa #ወንድ #ልጅ jedhamu osoo jedhamee, sammuu akkamtu fudhata⁉️

B. #Luqaas 3:23 “Yesus hojii isaa yommuu jalqabe, #dhalatee akka #waggaa #soddomaa ti; #hidda #dhaloota #isaa yeroo lakkaa'anis #ilma #Yoseef jedhaniin; Yoseef ilma Elii,”
Gaafii; Akka ragaa Wangeela kanaatti, Yesuus dhalatee, akkasumas woggaa 30tti hojii eegalee jedha, Waaqni dhalatee ammas woggaa 30tti hojii eegale jechuun taatii⁉️ Hanga saniif hoo, eennutu eddoo Waaqaa bu'ee hojjata ture jedhu laata, worroonni akkas yaadni⁉️ Hiddi dhaloota Yesuus ilma Yoseef, garuu hiddi dhaloota Waaqaa ilma Yoseef yoo jedhame fudhatama qabaa⁉️

C. #Luqaas 2:52 “Yesus immoo #Waaqayyoo fi #namoota #irraa ayyaana argachaa, #namummaadhaa fi #ogummaatti in #guddata ture.”  #የሉቃስ ወንጌል 2:52 ኢየሱስም ደግሞ #በጥበብና #በቁመት #በሞገስም በእግዚአብሔርና በሰው ፊት #ያድግ ነበር።
Gaafii:- Akka Wangeela kanaatti,Yesuus Waaqayyoo fi namoota irraa  ayyaana argachaa guddate, garuu Waaqni Yesuusii fi namoota irraa ayyaana argachaa guddate osoo jedhamee fudhatama qabaa⁉️ Akkasumas, Yesuus namummaa fi ogummaan guddate jedhaa, garuu Waaqni namummaa fi ogumman guddatee jechuun taatii⁉️

🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu:

1ffaa- #Yesuus akkuma ilma namaa kamuu, #garaa #Maariyaam (Mariyam) #ulfaan #ji'oota 9 #oliif turee, akkuma ilma namaa kamiitti #dhalate (#argamee). Garuu amalli kun ka Yesuus malee, ulfaan garaa keessa  turuu fi akkasuma dhalatuun (#argamuun) amala Waaqa akka hin taane, akkasumas #Yesuus akka #Waaqa #hin #taane hubannaa jechuudha.

2ffaa- #Yesuus #dhalatee #woggaa 30 #hojii isaa #jalqabee, akkasumas #hiddi #dhaloota isaa ni beekkama, garuu amalli kun hundi, Waaqaan himuun gonkumaa hin malu.

3ffaa- #Yesuus #Waaqayyo fi #nama irraa ayyaana argachaa #guddate, akkasumas Yesuus #namummaa fi #ogummaan #guddate, garuu amalli kun hundi Waaqaan himuun haala kamuu keessatti hin malu. Kanaafuu, #Yesuus #Waaqa jechuun #gonkumaa #hin #maluu jechuudha.

Akkuma woliigalaatti, Yesuus kaleessa amala numammaa qabaa, amma Waaqummaatti geeddaramuu hin ooluu jedhanii worroota yaadaniif, ragaa #Ibroota 13:8 deebii quubsaa ni ta'a.👇
#Yesus #Kristos #kaleessa #isuma #ture, #har'as #bara #baraanis #isuma #sana !” #ኢየሱስ #ክርስቶስ #ትናንትና #ዛሬ #እስከ #ለዘላለምም #ያው #ነው
Jesus Christ the same yesterday, and to day, and for ever.

🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1ኛ ወደ ተሰሎንቄ ሰዎች 5:21 ሁሉን ፈትኑ #መልካሙንም #ያዙ👆👆👆dhaamsa jedhu isinii dhaamaa.

hawaasni keenna ammoo, "#sababa #keetiin #namni "tokko "qajeeluun, #gaala #diddiimaa #karaa #Rabbii #keessatti #kennatu #siif #caala, ka Nabiyyiin Rabbii (nagahaa fi Rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu), jedhanii Aliyyiif dhaaman siif dhaama. Sheer taasisuun sin kafalchiisu, lammiiwwan keenna beektu hundaa ergii, toltuu guyyaa boruutti si fayyaddu guduunfadhu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii  asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa 👇

https://t.me/Xaaliburidallah
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

🥦🥦🥦🥦🥦🥦
#Kutaa #42ffaa
🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Gilgaala: Hubannoo duraan sammuu keessaa qabnuu fi ragaawwan dubbisnu wol bira qabuun, kallattii dhugaa  ittiin madaallu:

🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Yesuus (Nabi #Iisaan nageenni Rabbii isa irratti haa jiraatu), akka inni #hin #ajjeefamin fi  #cubbuu #ilma #nama #tokkootiifille #hin #fannifamin #beekuu #yoo #feetan, Maatewos 26:39 dubbisuun, gaafiiwwan itti aanee dhufu deebisaa. 👇

🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇

#Maatewos 26:39
" Xinnoos irraa hiiqee #adda #isaatiin #gombifamee, 'Yaa abbaa, ko! In danda'ama yoo ta'e #xoofoon #dhiphinaa #kun #ana #irra #haa #darbu, garuu akka jaalala koo miti, akka jaalala kee haa ta'u malee" jedhee kadhate. "
ጥቂትም ወደ ፊት እልፍ ብሎ በፊቱ #ወደቀና ሲጸልይ። አባቴ፥ ቢቻልስ፥ #ይህች #ጽዋ #ከእኔ #ትለፍ፤ ነገር ግን አንተ እንደምትወድ ይሁን እንጂ እኔ እንደምወድ አይሁን አለ።

🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇

Akka wangeela #Maatewos 26:39 asii olii keessatti ibsutti, #Yesuus #ajjeefamuu yaadamuun #duratti #Waaqa #waa #hundaa #danda'aa #ta'eef adda isaatiin gombifamee #kadhataa #ture. Eddoo kanatti gaafii gurguddoo 5, ka worroonni Yesuus du'e jedhanii yaadan deebisuu qabantu jira. Sunisi:

1ffaa- Eega akka worroonni Kiristaanaa yaadutti Yesuus cubbuu ilma namaatiif ajjeefamuu fedhii qabaate, #maaf #Waaqaa #adda #isaatiin #gombifamee #kadhate⁉️

2ffaa- Eega #Yesuus homa fedheefuu haa ta'uu #du'a #ooluu #barbaadee #Waaqa #kadhate, Waaqni kadhaa isaa dhagaheef (#awwaateef) moo kadhaa Yesuus #hin #awwanneef⁉️

3ffaa- Yoo kadhaa Yesuus Waaqni dhagaheef ka jedhamu taate, maaf Waaqni Yesuusiin du'a hin oolchin ree⁉️ yoo kadhaa Yesuus Waaqni harkatti ka didu taate, maaf awwaatuufii dide? Moo Waaqni du'a oolchuu dandeetti dhabe⁉️

4ffaa-: Waaqni osoo Yesuus itti boohu isaa birmatuu didee, #kaayoo #diinota #Yesuus (#Yihuudotaa) #galmaan #gaheef #jechuudhaa⁉️

5ffaa- Akka worroonni Kiristaanaa yaaddanitti, osoo Waaqni Yesuusii hin tumsine ka jennu taatee, Yesuusiin caalaa Waaqni Yihuudota jaalata jechuudhaa⁉️ (ka Yesuusi tumsuu dideef⁉️)

🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu:

1ffaa- Rabbiin/ Waaqni Yihuudotaa caalaa Yesuusiin jaalata, kanaafuu kadhaa Ergamaan isaa Yesuus kadhataa ture harkatti hin didu waan taateef isaa awwaatee, diinota Yesuusii (Yihuudotaa) jalaa baraaree du'a isa oolchee, Rabbiin Nabiyyi isaa gara isaatti isa fudhatee jechuudhaa.

2ffaa- Eega hin ajjeefamin akkasumas hin fannifamin akkam ta'e ree worroota jettaniif, namni Rabbiin irra dhugaa namatti himu hin jiruu, dubbii Rabbiin Qura'anaa isaa keessatti nuuf hime irraa, deebii quubsaa argattuu dubbisaa. 👇

🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#An-Nisaa 4:157 Ammas waan isaan “nuti Masiih Iisaa ilma Maryam, ergamaa Rabbii, ajjeefnee jirra” jedhaniif (isaan abaarre) #Isaaniitti #fakkeeffame #malee #isa #hin #ajjeefne; #hin #fannisnes Dhugumatti, isaan isa keessatti wal dhaban isa irraa shakkii keessa jiru. Yaada hordofuu malee isa irratti beekumsa homaatuu hin qaban Qabatamaatti isaan isa hin ajjeefne.
4:157 - «እኛ የአላህን መልክተኛ የመርየምን ልጅ አልመሲሕ ዒሳን ገደልን» በማለታቸውም (ረገምናቸው)፡፡ #አልገደሉትም #አልሰቀሉትምም፡፡ ግን ለእነሱ (የተገደለው ሰው በዒሳ) ተመሰለ፡፡ እነዚያም በእርሱ ነገር የተለያዩት ከእርሱ (መገደል) በመጠራጠር ውስጥ ናቸው፡፡ ጥርጣሬን ከመከተል በስተቀር በእርሱ ነገር ምንም ዕውቀት የላቸውም፡፡ #በእርግጥም #አልገደሉትም፡፡
An-Nisaa 4:158 Dhugumatti #Rabbiin #gara #isaatti #ol #isa #fuudhe Rabbiin injifataa, ogeessa ta'e.
4:158 - ይልቁንስ አላህ (ኢሳን) #ወደርሱ #አነሳው፡፡ አላህም አሸናፊ ጥበበኛ ነው፡፡

🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦
👆
Ibsi quubsaan, dubbii Rabbii caalu hin jiruu, qalbiin ragaa asii olii xiinxallaa.

#Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1ኛ ወደ ተሰሎንቄ ሰዎች 5:21 ሁሉን ፈትኑ #መልካሙንም #ያዙ👆👆👆dhaamsa jedhu isinii dhaamaa.

hawaasni keenna ammoo, "#sababa #keetiin #namni "tokko "qajeeluun, #gaala #diddiimaa #karaa #Rabbii #keessatti #kennatu #siif #caala, ka Nabiyyiin Rabbii (nagahaa fi Rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu), jedhanii Aliyyiif dhaaman siif dhaama. Sheer taasisuun sin kafalchiisu, lammiiwwan keenna beektu hundaa ergii, toltuu guyyaa boruutti si fayyaddu guduunfadhu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️

Garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa 👇

https://t.me/Xaalibu6504