Turullee Dhugatu Mo'ata
11K subscribers
514 photos
129 videos
110 files
414 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦
#Kutaa #37ffaa
πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦

#Gilgaala: Hubannoo duraan sammuu keessaa qabnuu fi ragaawwan dubbisnu wol bira qabuun, kallattii dhugaa  ittiin madaallu:

Namoonni Yesuus Waaqa jedhanii yaadan, mee amaloota armaan gadii kan Yesuus keessaa, amala isa kamtu, kan Waaqaati osoo jedhamee, sammuun isaanii fudhatti laata⁉️

πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦

A. #Luqaas 1:31 β€œKunoo, in ulfoofta ilmas in deessa, maqaa isaa immoo Yesus jedhii moggaasi!”  #α‹¨αˆ‰α‰ƒαˆ΅ #α‹ˆαŠ•αŒŒαˆ 1:31 αŠ₯αŠαˆ†αˆα₯ #α‰΅α€αŠ•αˆ»αˆˆαˆ½ #α‹ˆαŠ•α‹΅ #αˆαŒ…αˆ #α‰΅α‹ˆαˆαŒƒαˆˆαˆ½α₯ αˆ΅αˆ™αŠ•αˆ αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅ ቡα‹ͺα‹‹αˆˆαˆ½α’
Gaafii: Akka Wangeela kanaatti, Maariyaam Yesuusiin ulfooftee ilma deette jedhaa, garuu Maariyaam Waaqa ulfooftee deette, sanuu Waaqa #α‹ˆαŠ•α‹΅ #αˆαŒ… jedhamu osoo jedhamee, sammuu akkamtu fudhata⁉️

B. #Luqaas 3:23 β€œYesus hojii isaa yommuu jalqabe, #dhalatee akka #waggaa #soddomaa ti; #hidda #dhaloota #isaa yeroo lakkaa'anis #ilma #Yoseef jedhaniin; Yoseef ilma Elii,”
Gaafii; Akka ragaa Wangeela kanaatti, Yesuus dhalatee, akkasumas woggaa 30tti hojii eegalee jedha, Waaqni dhalatee ammas woggaa 30tti hojii eegale jechuun taatii⁉️ Hanga saniif hoo, eennutu eddoo Waaqaa bu'ee hojjata ture jedhu laata, worroonni akkas yaadni⁉️ Hiddi dhaloota Yesuus ilma Yoseef, garuu hiddi dhaloota Waaqaa ilma Yoseef yoo jedhame fudhatama qabaa⁉️

C. #Luqaas 2:52 β€œYesus immoo #Waaqayyoo fi #namoota #irraa ayyaana argachaa, #namummaadhaa fi #ogummaatti in #guddata ture.”  #α‹¨αˆ‰α‰ƒαˆ΅ α‹ˆαŠ•αŒŒαˆ 2:52 αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ α‹°αŒαˆž #α‰ αŒ₯α‰ α‰₯αŠ“ #α‰ α‰αˆ˜α‰΅ #α‰ αˆžαŒˆαˆ΅αˆ α‰ αŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­αŠ“ α‰ αˆ°α‹ αŠα‰΅ #α‹«α‹΅αŒ αŠα‰ αˆ­α’
Gaafii:- Akka Wangeela kanaatti,Yesuus Waaqayyoo fi namoota irraa  ayyaana argachaa guddate, garuu Waaqni Yesuusii fi namoota irraa ayyaana argachaa guddate osoo jedhamee fudhatama qabaa⁉️ Akkasumas, Yesuus namummaa fi ogummaan guddate jedhaa, garuu Waaqni namummaa fi ogumman guddatee jechuun taatii⁉️

πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu:

1ffaa- #Yesuus akkuma ilma namaa kamuu, #garaa #Maariyaam (Mariyam) #ulfaan #ji'oota 9 #oliif turee, akkuma ilma namaa kamiitti #dhalate (#argamee). Garuu amalli kun ka Yesuus malee, ulfaan garaa keessa  turuu fi akkasuma dhalatuun (#argamuun) amala Waaqa akka hin taane, akkasumas #Yesuus akka #Waaqa #hin #taane hubannaa jechuudha.

2ffaa- #Yesuus #dhalatee #woggaa 30 #hojii isaa #jalqabee, akkasumas #hiddi #dhaloota isaa ni beekkama, garuu amalli kun hundi, Waaqaan himuun gonkumaa hin malu.

3ffaa- #Yesuus #Waaqayyo fi #nama irraa ayyaana argachaa #guddate, akkasumas Yesuus #namummaa fi #ogummaan #guddate, garuu amalli kun hundi Waaqaan himuun haala kamuu keessatti hin malu. Kanaafuu, #Yesuus #Waaqa jechuun #gonkumaa #hin #maluu jechuudha.

Akkuma woliigalaatti, Yesuus kaleessa amala numammaa qabaa, amma Waaqummaatti geeddaramuu hin ooluu jedhanii worroota yaadaniif, ragaa #Ibroota 13:8 deebii quubsaa ni ta'a.πŸ‘‡
β€œ#Yesus #Kristos #kaleessa #isuma #ture, #har'as #bara #baraanis #isuma #sana !” #αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅ #αŠ­αˆ­αˆ΅α‰Άαˆ΅ #α‰΅αŠ“αŠ•α‰΅αŠ“ #α‹›αˆ¬ #αŠ₯ሡከ #αˆˆα‹˜αˆ‹αˆˆαˆαˆ #ያው #αŠα‹α’
Jesus Christ the same yesterday, and to day, and for ever.

πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦

β†ͺ #Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1αŠ› α‹ˆα‹° α‰°αˆ°αˆŽαŠ•α‰„ αˆ°α‹Žα‰½ 5:21 αˆαˆ‰αŠ• αˆα‰΅αŠ‘ #αˆ˜αˆαŠ«αˆ™αŠ•αˆ #ያዙፀ πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†dhaamsa jedhu isinii dhaamaa.

β†ͺ hawaasni keenna ammoo, "#sababa #keetiin #namni "tokko "qajeeluun, #gaala #diddiimaa #karaa #Rabbii #keessatti #kennatu #siif #caala, ka Nabiyyiin Rabbii (nagahaa fi Rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu), jedhanii Aliyyiif dhaaman siif dhaama. Sheer taasisuun sin kafalchiisu, lammiiwwan keenna beektu hundaa ergii, toltuu guyyaa boruutti si fayyaddu guduunfadhu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii  asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa πŸ‘‡

https://t.me/Xaaliburidallah