Turullee Dhugatu Mo'ata
11.6K subscribers
537 photos
141 videos
118 files
432 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Amantiin Rabbiin #filate yookaa #jaalate, Amantii tamii beektuu? πŸ‘‡πŸ»πŸ‘‡πŸ»πŸ‘‡πŸ»
πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€

Namni kamuu Amantiin inni hordofu sun amantii sirriiti/dhugaa, Amantii Waaqaati/Rabbiiti, Amntii caaltu jechuun yaada yookaa amana. Garuu wonti nama dinqisiisu tokko, #Amantii #Islaamaa malee amantiin ragaa qabdu #takkallee #hinjirtu.πŸ‘Œ

πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€

#Islaamumman Amantii Rabbiin #filate/#jaalate ta’uu yoo beekuu feetan πŸ‘‡πŸ»πŸ‘‡πŸ»πŸ‘‡πŸ»

πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€

1ffaa- Surah Al-Maa'idah suuraa 5, verses:3 πŸ‘‡πŸ»πŸ‘‡πŸ»πŸ‘‡πŸ»

Ω±Ω„Ϋ‘ΩŠΩŽΩˆΫ‘Ω…ΩŽ Ψ£ΩŽΩƒΫ‘Ω…ΩŽΩ„Ϋ‘Ψͺُ Ω„ΩŽΩƒΩΩ…Ϋ‘ Ψ―ΩΩŠΩ†ΩŽΩƒΩΩ…Ϋ‘

وَأَΨͺΫ‘Ω…ΩŽΩ…Ϋ‘Ψͺُ ΨΉΩŽΩ„ΩŽΩŠΫ‘ΩƒΩΩ…Ϋ‘ Ω†ΩΨΉΫ‘Ω…ΩŽΨͺِي

وَرَآِيΨͺُ Ω„ΩŽΩƒΩΩ…Ω Ω±Ω„Ϋ‘Ψ₯ΩΨ³Ϋ‘Ω„ΩŽΩ°Ω…ΩŽ Ψ―ΩΩŠΩ†Ω—Ψ§Ϋš

β€œAmantii keessan har'a isiniif guuteera, ni’imaawwan kiyyas isin irratti guuteera #Amantiis #Islaama isiniif #jaaladheera.”
α‹›αˆ¬ αˆƒα‹­αˆ›αŠ–α‰³α‰½αˆαŠ• αˆˆαŠ“αŠ•α‰° αˆžαˆ‹αˆαˆ‹α‰½αˆα‘α‘ αŒΈαŒ‹α‹¬αŠ•αˆ α‰ αŠ“αŠ•α‰° αˆ‹α‹­ ፈጸምኩፑፑ ለαŠ₯αŠ“αŠ•α‰°αˆ #αŠ’αˆ΅αˆ‹αˆαŠ• #αŠ¨αˆƒα‹­αˆ›αŠ–α‰΅ α‰ αŠ©αˆ α‹ˆα‹°α‹΅αŠ©α‘α‘

πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡

2ffaa- Suuraa Aal-Imraan 3:19
Ψ₯ΩΩ†Ω‘ΩŽ Ω±Ω„Ψ―Ω‘ΩΩŠΩ†ΩŽ ΨΉΩΩ†Ψ―ΩŽ Ω±Ω„Ω„Ω‘ΩŽΩ‡Ω Ω±Ω„Ϋ‘Ψ₯ΩΨ³Ϋ‘Ω„ΩŽΩ°Ω…ΩΫ—

Dhugumatti #amantiin #Rabbiin biratti [fudhatama qabu] #Islaama #qofa.
3:19 - αŠ αˆ‹αˆ… α‹˜αŠ•α‹΅ (#α‹¨α‰°α‹ˆα‹°α‹°) #αˆƒα‹­αˆ›αŠ–α‰΅ #αŠ’αˆ΅αˆ‹αˆ #α‰₯ቻ αŠα‹α‘α‘

πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡

Namni Islaamummaan ala, Amantiin Rabbii yookaa Waaqaan filate yookaa jaalate ni jira jedhee ragaan dubbatu ni jiraa jettanii yaadduu?

Abbaa feetanuu gaafadha, Amantii 10,131 yeroo ammaan tana adduniyaa irra jiran keessaa, #Amantii #Ragaa qabatamaa #qabu Islaamumma malee #hin #argamne, #hin #argamulle.

Nama Islaamumman ala jiru biliiyoona feetanille gaafattan, nama malaan Amantii kiyyatuu Amantii Waaqni filate jedhee #malaan haasawu yoo argitan malee, #namuma #tokko ka Amantii Isalaamummaatin ala jiraatee, Amantiin isaa sun Amantii Waaqaa ta'uu kitaaba Amantii isaa keessa #ragaan #siif #mirkaneessuu tokkolle gonkumaa #hin #argitu. Amma boodalle #hin #argamu.

Nama Islaamumman ala jiru tokko yoo qananii ati keessa jirtu himuufii barbaaddee fi dukkana inni keessatti dhama'aa jiru yoo itti mudhisuu feete, waan guddaa itti haasawu hin yaalinii, #Islamummaan tiyya #ragaa #qabdee tee hoo jedhiin? #Hundi nama #Islaamumman #ala jiruu, ka yoo biroo hayyu,colle, nama jaba kkf ati jettulle gaafii tanaan #zerotti (0) deebi'aa jechu.

Faaruun kan Rabbii keennaatii, ka Amantii ufii jaalate nu qabachiise.

Islaamumma Rabbiin filate tun Amantii akkamiiti? Ka jedhu kutaa itti aanu keessatti yoo Rabbiin nuuf fedhe laalla nu eegadhaa

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa πŸ‘‡

https://t.me/Xaalibu6504