Turullee Dhugatu Mo'ata
11K subscribers
514 photos
129 videos
110 files
414 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Jannanni (jireenni bara baraa) #Amantii osoo #hin #qabaanne ni argamaa laata?

#Amanti jechuunuu maal jechu beektuu?

#Kiristaanummaan akka Amantii #Rabbiin ilma nama irratti #uume #hin #taane, Amantii Rabbiin #hin #filannee fi Amantii #Yahuudonni #arrabaaf mogaafte ta'uu yeroo ragaadhaan isaanii himamu (akkuma baruumsa dabarsine keessatti laalle) worroonni Amantii Rabbiin filate (Amantii Isalaamummaatiin ala jiru), akka Kiristaanumman Amantii Rabbiin jaalate/filate jechuun isaan hin baasne yeroo hubatan, Amantii qabaannuu yookaa Amantii qabaatuu dhabnus jiruu bara baraa ka ittiin argannu, Amantii osoo hin taane, Yesuusitti amanuu qofaan jedhu.

Dhuguma Namni jiruu bara baraa (#Jannata) osoo Amantii hin qabaanne argachuu ni danda'a?

Namni kan #jiruu #bara #baraa argatuun maaliin? 👇🏻
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaaqoob 2:17 👇🏻
" #Amantiinis akkasuma, #hojii #gaariidhaan #hinargisiifamu yoo ta'e, #inni #ofii isaatii #du'aadha."
የያዕቆብ መልእክት 2:17 👇🏻እንደዚሁም #ሥራ #የሌለው #እምነት ቢኖር #በራሱ #የሞተ ነው::

Yaaqoob 2:26 👇🏻
" Akkuma #dhagni hafuurri keessaa ba'e, #du'aa ta'e akkasuma #amantiin hojii gaarii hinargisiifne #du'aa dha."
የያዕቆብ መልእክት 2:26 👇🏻
#ከነፍስ የተለየ #ሥጋ #የሞተ እንደ ሆነ እንዲሁ ደግሞ #ከሥራ የተለየ #እምነት #የሞተ ነው።

Qalbiidhaan dubbisaa 👆

Hubadhaa
Dhagni hafuurri keessa hin jirre akkuma du'aa ta'e, Amantiin hojii gaariin hin argisiifamne du'aadha jedhame.

Amantii + hojii gaarii = ...... maal akka ta'e beektuu?

Imaanaa(faith) fi Amantiin(religion) gara gara akka ta'e hubadhaa.

Kanaafuu, namni tokko ani amanee jedhee osoo hojii gaarii hin qabaanne Jannata hin argatuu jechu.
#Amanuu(faith) fi #hojiin #gaariin ammoo #Amantiidhaa jechu. (#Believe + #worship = #Religion)

Amantii jechuunuu hiikni isaa maal akka ta'e ibsa badhaa wojji Kutaa itti aanu keessatti nu eegadha, yoo Rabbiin nuuf fedhe.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa 👇

https://t.me/Xaalibu6504
Islaamummaan Amantii Rabbiin jaalate/filate ta'uu ragaan mirkaneessuu dura, #wonti #Islaamumman #ala #jiru #kamuu akka #hundee #hin qabne ibsuun dirqama. Kanaafuu gaafii namni Islaamumman ala jiru hundi maalumma isaa ittiin ufi madaalu gaafiiwwan Bu’uuraa tana dhiheessuufiin barbaachisa. 👇
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀

1⃣ffaa- '#Kiristaan' jechi jedhu jecha maal jedhamu irraa mogaafame?

Akkasumas hiikni 'Kiristaan' jechuu hoo maal jechu?

🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿
2⃣ffaa- '#Kiristaana' #maqaan #jedhu maqaa eennuu #mogaase? Fi
Akkasumas #Ragaan isaa Baayibilii keessaa eddoo meeqatti argama?
🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿
3⃣ffaa- #Kiristaanummaan Yookaa #Amantiin #Kiristaanaa #yoom #jalqabde yookaa eennuun irraa eegalte? Fi
Ragaan isaa hoo Baayibilii keessa eessatti argama?
Dabalatanis namoonni achi dura jiraatan hoo amantiin isaanii maal ture? Fi
Ragaan isaa hoo?

🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
4⃣ffaa- " #Amantii #Kiristaan" jedhama:
akka theology Kiristaanaatti #Amanti" jechuunuu maal jechu? Fi namni tokko Amantii osoo hin qabne, nama Waaqaa ta'uu danda'aa?
Yookaa namni tokko, nama Waaqaati jedhamuuf ( nama Amanee jedhamuuf ) hulaagaaleen guutatuu qabu, akka Amantii Kiristaanaatti maali? Ragaan hoo?
Ammas akka theology Kiristaanaatti, ilmi namaa ka Amantiin Kirstaana dura ture:
jiruu bara Baraa argatuu ( Jannata argatuu)?
I. Yoo Ka argatan taate, akkamiin argatuu?
II. Yoo ka hin arganne taate hoo
maaf dhabu? ( Badii maaliitiif dhabuu?)
eessa jiraatulle, eega Jannata hin arganne?
AKKA WORRA Amantii Kiristanatti jechuu kooti?
Ragaani isaa hoo?
III. Waaqni Yeroo isaan uumu hoo, KAAYOO wohiitiif moo kaahoo malee isaan uume?
Yoo kaahoo wohiitiif isaan uume, kaayoo maaf isaan uume?
Yoo kaahoo malee isaan uume ka jedhamu taate,
Waaqni isaanuma qofa moo Ilma namaa hunda kaahoo malee isaan uume?
Ragaan hoo?
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
5⃣ffaa- Abraaham ( Ibraahim), Muusee ( Musa), Yesuus ( Isa), nagahaa fi Rahamannii Rabbii isaan Irratti haa jiraatuu,
🅰. Amantiin Isaanii maal ture?
🅱. Ragaan isaa hoo?

🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀

6⃣ffaa- pheenxee, Kaatolikii, Ortodoksii, kkf
dameewwaan Amantii Kiristaanummaa keessatti dubataman jiru.
🅰. Fkn #Peenxee jechuun maal jechu?
🅱. Eenutuu moggaase?
C. Ragaan hoo?
Akkasuma hunda isaatuu, hiikni isaa maal jechu? Ennutu moggase? Ragaan isaanii Bayibilii kessatti eessatti argama?
Kkf......................

#Gabaabinnaan mee worroonni Islaamumman ala jiraatan, gaafiiwwan asii olii tanneeniif #deebii #ragaan #mirkanaahu qabuu?

🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
#Wolumaa #galatti, Hayyoonni Islaamaa akka dubbatanitti, nama jallinna keessa jiru tokko itti himtee ragaan dhugaa jiru ibsuufii dura, jallinnaa fi dukkana inni keessa jiru gaafii irraan gaafii dabaltee hubachiisuun, eega namni sun jiruun isaa fi adeemsi isaa baduu hubate furmaata dhabuu amane waan furmaata isaa ta'uu itti himuun isaaf fayyaa jireenna isaa ta'aa jedhu. Maaliif jennaan namni adeemsa isaa keessatti furmaata dhabe, furmaata rakkoo isaatii ta'uu ati yoo fidde waan carraa biroo hin qabneefii diduun isa hin baasu jechuu beeka waan taateef jecha.

Karaan jallinnaa hagam haga fagaatuu fi hagam akka dukkane ta'e eega ifa baafnee, #xurreen #qajeelluma ta namni hordofe #milkaahu hoo #tamii ka jedhu kutaa itti aanutti yoo Rabbiin nuuf fedhe kan laallu ta'aa obsaan nu eegadha.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa 👇

https://t.me/Xaalibu6504
#Amantiin Rabbiin #filate yookaa #jaalate, Amantii tamii beektuu? 👇🏻👇🏻👇🏻
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀

Namni kamuu Amantiin inni hordofu sun amantii sirriiti/dhugaa, Amantii Waaqaati/Rabbiiti, Amntii caaltu jechuun yaada yookaa amana. Garuu wonti nama dinqisiisu tokko, #Amantii #Islaamaa malee amantiin ragaa qabdu #takkallee #hinjirtu.👌

🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀

#Islaamumman Amantii Rabbiin #filate/#jaalate ta’uu yoo beekuu feetan 👇🏻👇🏻👇🏻

🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀

1ffaa- Surah Al-Maa'idah suuraa 5, verses:3 👇🏻👇🏻👇🏻

ٱلۡيَوۡمَ أَكۡمَلۡتُ لَكُمۡ دِينَكُمۡ

وَأَتۡمَمۡتُ عَلَيۡكُمۡ نِعۡمَتِي

وَرَضِيتُ لَكُمُ ٱلۡإِسۡلَٰمَ دِينٗاۚ

“Amantii keessan har'a isiniif guuteera, ni’imaawwan kiyyas isin irratti guuteera #Amantiis #Islaama isiniif #jaaladheera.”
ዛሬ ሃይማኖታችሁን ለናንተ ሞላሁላችሁ፡፡ ጸጋዬንም በናንተ ላይ ፈጸምኩ፡፡ ለእናንተም #ኢስላምን #ከሃይማኖት በኩል ወደድኩ፡፡

🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇

2ffaa- Suuraa Aal-Imraan 3:19
إِنَّ ٱلدِّينَ عِندَ ٱللَّهِ ٱلۡإِسۡلَٰمُۗ

Dhugumatti #amantiin #Rabbiin biratti [fudhatama qabu] #Islaama #qofa.
3:19 - አላህ ዘንድ (#የተወደደ) #ሃይማኖት #ኢስላም #ብቻ ነው፡፡

🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇

Namni Islaamummaan ala, Amantiin Rabbii yookaa Waaqaan filate yookaa jaalate ni jira jedhee ragaan dubbatu ni jiraa jettanii yaadduu?

Abbaa feetanuu gaafadha, Amantii 10,131 yeroo ammaan tana adduniyaa irra jiran keessaa, #Amantii #Ragaa qabatamaa #qabu Islaamumma malee #hin #argamne, #hin #argamulle.

Nama Islaamumman ala jiru biliiyoona feetanille gaafattan, nama malaan Amantii kiyyatuu Amantii Waaqni filate jedhee #malaan haasawu yoo argitan malee, #namuma #tokko ka Amantii Isalaamummaatin ala jiraatee, Amantiin isaa sun Amantii Waaqaa ta'uu kitaaba Amantii isaa keessa #ragaan #siif #mirkaneessuu tokkolle gonkumaa #hin #argitu. Amma boodalle #hin #argamu.

Nama Islaamumman ala jiru tokko yoo qananii ati keessa jirtu himuufii barbaaddee fi dukkana inni keessatti dhama'aa jiru yoo itti mudhisuu feete, waan guddaa itti haasawu hin yaalinii, #Islamummaan tiyya #ragaa #qabdee tee hoo jedhiin? #Hundi nama #Islaamumman #ala jiruu, ka yoo biroo hayyu,colle, nama jaba kkf ati jettulle gaafii tanaan #zerotti (0) deebi'aa jechu.

Faaruun kan Rabbii keennaatii, ka Amantii ufii jaalate nu qabachiise.

Islaamumma Rabbiin filate tun Amantii akkamiiti? Ka jedhu kutaa itti aanu keessatti yoo Rabbiin nuuf fedhe laalla nu eegadhaa

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa 👇

https://t.me/Xaalibu6504
Although Christianity today is a major world religion, having more followers than any other religion, it began as a small branch of Judaism, #founded #by a #Jewish #rabbi who taught radical and anti-imperial ideas.

https://study.com/learn/lesson/christianity-origin-teachings-beliefs-history.html

A/O= Kiristaanummaan har’a amantii addunyaa guddaa ta’us, amantii kamiyyuu caalaa hordoftoota baay’ee kan qabu ta’us, damee xiqqaa amantii Yihudootaa ta’ee kan jalqabe yoo ta’u, #raabii #Yihudootaa #yaada #hundee #qabuu fi farra impaayera barsiisuun #hundeeffame.

A/A= ምንም እንኳን ክርስትና ዛሬ ከየትኛውም ሀይማኖት የበለጠ ተከታዮች ያሉት ዋና የአለም ሀይማኖት ቢሆንም #የጀመረው #በአይሁድ #ረቢ #የተመሰረተ እና አክራሪ እና ፀረ-ንጉሠ ነገሥታዊ አስተሳሰቦችን በሚያስተምር ትንሽ የአይሁድ ቅርንጫፍ ነው።
🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

Aal-e-Imran 3:19
إِنَّ ٱلدِّينَ عِندَ ٱللَّهِ ٱلْإِسْلَٰمُۗ 

Dhugumatti #amantiin #Rabbiin biratti [#fudhatama #qabu] #Islaama #qofa.

አላህ ዘንድ (#የተወደደ) #ሃይማኖት #ኢስላም #ብቻ ነው፡፡

Indeed, the #religion in the #sight of #Allah is #IsLam.

🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

Amantii Rabbiin namaaf jaalatee filate dhiisanii, #amantii #ilma #namaatiin #hundeeffamte hordofuu irraa #Rabbiin #nu #haa #fageessu.

አላህ ለሰው ልጆች የመረጠውን ሀይማኖት ትተን #የሰው #ልጅ #ያቋቋመውን/ #የመሠረተውን ሀይማኖት ከመከተል #አላህ #ይጠብቀን

https://t.me/Xaaliburidallah