Turullee Dhugatu Mo'ata
11K subscribers
514 photos
129 videos
110 files
414 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Jannanni (jireenni bara baraa) #Amantii osoo #hin #qabaanne ni argamaa laata?

#Amanti jechuunuu maal jechu beektuu?

#Kiristaanummaan akka Amantii #Rabbiin ilma nama irratti #uume #hin #taane, Amantii Rabbiin #hin #filannee fi Amantii #Yahuudonni #arrabaaf mogaafte ta'uu yeroo ragaadhaan isaanii himamu (akkuma baruumsa dabarsine keessatti laalle) worroonni Amantii Rabbiin filate (Amantii Isalaamummaatiin ala jiru), akka Kiristaanumman Amantii Rabbiin jaalate/filate jechuun isaan hin baasne yeroo hubatan, Amantii qabaannuu yookaa Amantii qabaatuu dhabnus jiruu bara baraa ka ittiin argannu, Amantii osoo hin taane, Yesuusitti amanuu qofaan jedhu.

Dhuguma Namni jiruu bara baraa (#Jannata) osoo Amantii hin qabaanne argachuu ni danda'a?

Namni kan #jiruu #bara #baraa argatuun maaliin? 👇🏻
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaaqoob 2:17 👇🏻
" #Amantiinis akkasuma, #hojii #gaariidhaan #hinargisiifamu yoo ta'e, #inni #ofii isaatii #du'aadha."
የያዕቆብ መልእክት 2:17 👇🏻እንደዚሁም #ሥራ #የሌለው #እምነት ቢኖር #በራሱ #የሞተ ነው::

Yaaqoob 2:26 👇🏻
" Akkuma #dhagni hafuurri keessaa ba'e, #du'aa ta'e akkasuma #amantiin hojii gaarii hinargisiifne #du'aa dha."
የያዕቆብ መልእክት 2:26 👇🏻
#ከነፍስ የተለየ #ሥጋ #የሞተ እንደ ሆነ እንዲሁ ደግሞ #ከሥራ የተለየ #እምነት #የሞተ ነው።

Qalbiidhaan dubbisaa 👆

Hubadhaa
Dhagni hafuurri keessa hin jirre akkuma du'aa ta'e, Amantiin hojii gaariin hin argisiifamne du'aadha jedhame.

Amantii + hojii gaarii = ...... maal akka ta'e beektuu?

Imaanaa(faith) fi Amantiin(religion) gara gara akka ta'e hubadhaa.

Kanaafuu, namni tokko ani amanee jedhee osoo hojii gaarii hin qabaanne Jannata hin argatuu jechu.
#Amanuu(faith) fi #hojiin #gaariin ammoo #Amantiidhaa jechu. (#Believe + #worship = #Religion)

Amantii jechuunuu hiikni isaa maal akka ta'e ibsa badhaa wojji Kutaa itti aanu keessatti nu eegadha, yoo Rabbiin nuuf fedhe.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa 👇

https://t.me/Xaalibu6504