#Jannanni (jireenni bara baraa) #Amantii osoo #hin #qabaanne ni argamaa laata?
#Amanti jechuunuu maal jechu beektuu?
#Kiristaanummaan akka Amantii #Rabbiin ilma nama irratti #uume #hin #taane, Amantii Rabbiin #hin #filannee fi Amantii #Yahuudonni #arrabaaf mogaafte ta'uu yeroo ragaadhaan isaanii himamu (akkuma baruumsa dabarsine keessatti laalle) worroonni Amantii Rabbiin filate (Amantii Isalaamummaatiin ala jiru), akka Kiristaanumman Amantii Rabbiin jaalate/filate jechuun isaan hin baasne yeroo hubatan, Amantii qabaannuu yookaa Amantii qabaatuu dhabnus jiruu bara baraa ka ittiin argannu, Amantii osoo hin taane, Yesuusitti amanuu qofaan jedhu.
Dhuguma Namni jiruu bara baraa (#Jannata) osoo Amantii hin qabaanne argachuu ni danda'a?
Namni kan #jiruu #bara #baraa argatuun maaliin? ππ»
ππππππππ
Yaaqoob 2:17 ππ»
" #Amantiinis akkasuma, #hojii #gaariidhaan #hinargisiifamu yoo ta'e, #inni #ofii isaatii #du'aadha."
α¨α«ααα₯ ααα₯αα΅ 2:17 ππ»α₯αα°ααα #α₯α« #α¨ααα #α₯ααα΅ α’αα #α α«α± #α¨αα° αα::
Yaaqoob 2:26 ππ»
" Akkuma #dhagni hafuurri keessaa ba'e, #du'aa ta'e akkasuma #amantiin hojii gaarii hinargisiifne #du'aa dha."
α¨α«ααα₯ ααα₯αα΅ 2:26 ππ»
#α¨ααα΅ α¨α°αα¨ #α₯α #α¨αα° α₯αα° αα α₯αα²α α°αα #α¨α₯α« α¨α°αα¨ #α₯ααα΅ #α¨αα° ααα’
Qalbiidhaan dubbisaa π
Hubadhaa
Dhagni hafuurri keessa hin jirre akkuma du'aa ta'e, Amantiin hojii gaariin hin argisiifamne du'aadha jedhame.
Amantii + hojii gaarii = ...... maal akka ta'e beektuu?
Imaanaa(faith) fi Amantiin(religion) gara gara akka ta'e hubadhaa.
Kanaafuu, namni tokko ani amanee jedhee osoo hojii gaarii hin qabaanne Jannata hin argatuu jechu.
#Amanuu(faith) fi #hojiin #gaariin ammoo #Amantiidhaa jechu. (#Believe + #worship = #Religion)
Amantii jechuunuu hiikni isaa maal akka ta'e ibsa badhaa wojji Kutaa itti aanu keessatti nu eegadha, yoo Rabbiin nuuf fedhe.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈBy:XR β»οΈβ»οΈβ»οΈ
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa π
https://t.me/Xaalibu6504

#Worroonni #Amantii hordofan irratti #ragaa #hin #qabne, Amantii nuti hordofnu Amantii dhugaa, ta Rabbiin filate ta'uuf ragaa hin qabnuu jechuu #saalfatanii, Amantiin akkanumaan ufiin waamne malee, ka jireenna bara baraa (Jannata) argataniin Yesuusitti qofatti amanuun malee Amantii ragaa qabu hordofuunii miti jedhan.
Rakkoon worra #haqa #Rabbii #irraa #maqee, jallinna ufii qaban dhossuuf #mala #baasuu malee, dhugaa jiru barbaaduuf sammuu Rabbiin isaanii kennetti fayyadamuu hin dandeenne.
#Sammuun ilma nama wonti Rabbiin nama kenneef waa'ee #nyaataa #dhugaatii #qofa yaaduuf osoo hin taane, jiruu guyyaa *#boodaa/#Aakeraa* waan isaanii tolu barbaadu ture.
Worroonni #sammuu faayidaa #duniyaa #qofaaf itti hin fayyadamne, #Amantii jechuun #hiikni isaa maali? #Amantii Rabbiin #jaalate/#filate tami? #Ragaan hoo maal? Gaafiiwwan jedhuuf deebii quubsaa qabu waan ta'eef mee ka beekuuf yaadannoo kan beekneef hubannoo akka ta'uuf #Amantii #jechuun #maal akka ta'e fi #jechi #Amantii jedhu #kitaabota duraa keessatti #dubbatamuu wojji ilaalla, yoo Rabbiin nuuf fedhe.
#Amantii (#Religion) jechuun hiikni isaa maal?
πππππππππππ
1β£ffaa- Religion:
The English word "religion" is derived from the Middle English "religioun" which came from the Old French "religion." It may have been originally derived from the Latin word "religo" which means "#good faith," "#ritual,"
#Oxford #dictionaries:
#Religion:ππ»
1- The #belief #in and #worship of a superhuman controlling power, especially a personal #God or #gods
πΏπΏπΏπΏπΏπΏπΏπΏ
The #Free #Dictionary
βͺ #Religion:ππ»
1- The #belief #in and #reverence for a supernatural power or powers, regarded as creating and governing the universe:
ππππππ
Kanaafuu Amantii jechuun amanuu fi waaqefatu yookaa gabbaru (#Believe + #worship) dhaa jechu.
#Namni #waan itti #amanu qabuu fi #waan #gabbaru (waaqeffatu) qabu kamuu #Amantii ni qabaa jechu. Namni tokko Amantii hin qabu jechuun hiikni isaa namni sun waan itti amanu fi waan gabbaru (waaqeffatu) hin qabuu jechuudha.
πππππππ
Jechi #'Amantii' jedhu hoo kitaabota asiin duraa keessatti dubbatamuu hoo quba qabduu?
Ragaa 1β£ffaa- π
*#Yihudaan #Erge 1:3* Michoota ko! Waa'ee fayyina walii wajjin qabnuuf duruma iyyuu isiniif caafuudhaaf dhama'aa utuun jiruu, amma #Amantii isa al tokkicha yeroo hundumaaf akka ta'utti warra Waaqayyoof qulqullaa'anitti dabarfame sanaaf akka loltaniif, caafee isin gorsuun giddiitti barbaachisaa ta'uu isaa argeera.
αα³αα½ ααα₯ α΅αααα«ααα α΅α αα³αα½α αα½ααα½α α₯α α α°ααΌ α³ααα₯ αα α±α³α α αα΅ αα αα½α α΅α α°α°α #ααααα΅ α₯αα΅α΅αα°α α₯α¨αα¨ααα½α α₯α½ααα½α ααα΅ αα΅ ααα₯αα’
ππππππππ
Ragaa 2οΈβ£ffaa π
*#Ximotewos #Isa #Duraa 3:9*
Yaada garaa qullaa'aadhaan dhoksaa #amantiitti qabamanii jiraachuun isaaniif in ta'a
ααα¨α α¨α₯ α¨αααα±α₯ α ααΉα ααα #α¨ααααα΅α αα₯α’α α¨ααα ααα ααα£αΈααα’
πππππππππ
Ragaa 3οΈβ£ffaa π
*#Tiitoo 1:4.*
Gara Tiitoos isa karaa #amantii walii wajjin qabnu, ilma koo dhugaa ta'e!
α ααααα΅ α α₯α¨α΅ α₯ααα°α αα αααα αα²αΆα€
ππππππ
#Wolumaa #galatti π
Amantii jechuun #amanuu + #gabbaru (#Believe + #worship) yoo ta'u beekne akkasumas Jechi #'Amantii' jedhu kitaabota asiin duraa keesattisi dubbatame yoo hubanne, #Amantii #dhugaa ta Rabbiin filate ta ragaan mirkaneessuu dandeennu hoo tamii? kutaa itti aanu keessatti nu eegadha yoo Rabbiin fedhe......

#Turullee #dhugatuu #irra #aana
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Kutaa #24ffaa
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Hojii #manaa
πππ
Ragaa #Yohannis 5:24 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
ππππππ
#Yohannis 5:24
" "Dhuguma, dhuguman isinitti hima, dubbii koo dhaga'ee #isa #ana #ergetti #kan #amanu #jireenya #bara #baraa #qaba; inni du'a keessaa gara jireenyaatti darbee malee, gara firdii hin dhaqu.β
John 5:24 Verily, verily, I say unto you, He that heareth my word, and #believeth #on #him that #sent #me, hath #everlasting #life, and shall not come into condemnation; but is passed from death unto life.
Gafii πππ
Akka ragaa #Yohannis 5:24 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?
A. Yesuus namni dubbii koo dhaga'ee, anaan Waaqa jedhe, jireenna bara baraa argata jedhe.β
B. Yesuus namni dubbii koo dhaga'ee, isa ana ergetti amane (Waaqatti amane), jireenna bara baraa argata jedhe.β
C. Yesuus namni dubbii koo dhaga'ee, anaan ilma Waaqaati jedhe, jireenna bara baraa argata jedhe.β
D. Yesuus namni dubbii koo dhaga'ee, anaan fayyisaadha jedhe, jireenna bara baraa argata jedhe.β
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
βͺ Worroonni Amantii Kiristaanaa mee waan sammuu keessaa qabdanii fi raga kana wol bira qabaa laalaa.
βͺ hawaasni keenna ammoo, worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran, ka dhugaa kitaabuma isaanii keessatti argamtu hubatuu dadhaban, ragaawwan asii olii kana biraan gahaa, haqa jiru hubachiisaa.
Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa #Yohannis 5:24 irraa argannu;
1ffaa- Dhugaan Yesuus nama barsiisaa ture, dubbii Yesuus dubbate dhaga'anii, inni jalqabaa Yesuus akka ergame amanuu akka qaban.
2ffaa- Ammas dhugaan Yesuus nama barsiisaa ture, dubbii Yesuus dubbate dhaga'anii, isa Yesuus erge (Waaqatti), akka inni isa ergatee fi inni Waaqa dhugaa ta'uu amanuun akka jireenna bara baraa nama gonfachiiftu beekuu akka qaban isaan barsiisuu isa.
( "Dhuguma, dhuguman isinitti hima, dubbii koo dhaga'ee #isa #ana #ergetti #kan #amanu #jireenya #bara #baraa #qaba yeroo jedhu).
3ffaa- Namni du'a keessaa gara jireennaatti dabruu kan danda'u, akkasumas gara firdii ka hin deemne (gara qixaaxaa ka hin oofamne), yeroo Rabbii Yesuus ergetti amane qofa akka ta'e ( .... #isa #ana #ergetti #kan #amanu ...... #inni #du'a #keessaa #gara #jireenyaatti #darbee #malee, #gara #firdii #hin #dhaqu.β yeroo jedhu), ka gocha kanaan faallaa deemu, Waaqa Yesuusiin erge dhiisee, Yesuus Waaqa ka jedhu hundi, akka jireenna bara baraa hin argannee fi jireenna keessa gara du'aatti worrota dabru, worroota gada firdii (qixaaxaa jechuun Azaabaa oofaman akka ta'e) ifatti barsiisee jechuudha.
Gabaabinnaan, akka ragaa Wangeela kanaatti, namni jiru #bara #baraa #barbaadu, namni #du'a irraa gara #jireenna #dabruu fi gara murtee (#Azaabaa) #oofamuu #hin #barbaadne kamuu, #Waaqa #Yesuus #ergetti (Waaqummaa dhugaa beekee) #amanuu fi #Yesuus kan #Waaqni #ergate (ergamaa Waaqaa) ta'uu amanuun akka ta'e ifa baasaa jechuudha.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈBy:XR β»οΈβ»οΈβ»οΈ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa π