Turullee Dhugatu Mo'ata
11.6K subscribers
537 photos
141 videos
118 files
432 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Yesuusii #Waaqa jechuun ‼️yookaa #Yesuusii fi #Waaqni #wol #qixa jechuun ‼️, nama sammuun isaa waa yaadduuf ni mala jettuu⁉️
#Kutaa #1️⃣ffaa 👇🏻👇🏻👇🏻
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Nama #sammuu #nagahaa Ragaan tokkoo ni gahaa, mee dubbii Wangeela #Yohannis 14:28 kana wojjiin haa dubbisnuu kootta 👇🏻
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
#Yohannis 14:28 👇🏻👇🏻👇🏻
" 'Amma nan adeema deebi'ees isin bira nan dhufa' akkan isiniin jedhe dhageessaniittu; utuu na jaallattu taatanii, waanan gara abbaa dhaquuf in gammaddu turtan, #abbaan #na #caala'o, "

#የዮሐንስ ወንጌል 14:28 👇🏻
እኔ እሄዳለሁ ወደ እናንተም እመጣለሁ እንዳልኋችሁ ሰማችሁ። የምትወዱኝስ ብትሆኑ #ከእኔ #አብ #ይበልጣልና ወደ አብ በመሄዴ ደስ ባላችሁ ነበር።

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa 👇

@Xaalibu6504
#Yesuusii #Waaqa jechuun ‼️yookaa #Yesuusii fi #Waaqni #wol #qixa jechuun ‼️, nama sammuun isaa waa yaadduuf ni mala jettuu⁉️
#Kutaa #2️⃣ffaa 👇🏻👇🏻👇🏻
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Nama #sammuu #nagahaa Ragaan tokkoo ni gahaa, mee dubbii #1 #Qorontos #11:3 kana wojjiin haa dubbisnuu kootta 👇🏻
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
#1 #Qorontos #11:3 👇🏻
" Amma immoo Kristos mataa warra dhiiraa, abbaan manaa mataa haadha manaa, Waaqayyo mataa Kristos ta'uu isaa, akka beektan nan barbaada. "

1ኛ ወደ ቆሮንቶስ ሰዎች 11:3 👇🏻
ነገር ግን የወንድ ሁሉ ራስ ክርስቶስ፥ የሴትም ራስ ወንድ፥ #የክርስቶስም #ራስ #እግዚአብሔር እንደ ሆነ ልታውቁ እወዳለሁ።

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa 👇

@Xaalibu6504
#Yesuusii #Waaqa jechuun ‼️yookaa #Yesuusii fi #Waaqni #wol #qixa jechuun ‼️, nama sammuun isaa waa yaadduuf ni mala jettuu⁉️
#Kutaa 3️⃣ffaa 👇🏻👇🏻👇🏻
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Nama #sammuu #nagahaa Ragaan tokkoo ni gahaa, mee dubbii #Ibroota 5:7 kana wojjiin haa dubbisnuu kootta 👇🏻
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
#Ibroota 5:7 👇🏻
" Yesus biyya lafaa kana irra yeroo jiraachaa turetti, sagalee guddaadhaan #imimmaaniin, #kadhataa fi #waammata #gara #isa #du'a #isa #oolchuu #danda'uutti #dhi'eesse ; sababii inni ulfina Waaqayyoof gad of deebisee, isatti of kennateefis, kadhanni isaa in dhaga'ameef." (#Yesuus)

ወደ ዕብራውያን 5:7 👇🏻
እርሱም በስጋው ወራት #ከሞት #ሊያድነው #ወደሚችል #ከብርቱ #ጩኸትና #ከእንባ #ጋር #ጸሎትንና #ምልጃን #አቀረበ፥ እግዚአብሔርንም ስለ መፍራቱ ተሰማለት፤

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa 👇

@Xaalibu6504
#Worroonni #Amantii hordofan irratti #ragaa #hin #qabne, Amantii nuti hordofnu Amantii dhugaa, ta Rabbiin filate ta'uuf ragaa hin qabnuu jechuu #saalfatanii, Amantiin akkanumaan ufiin waamne malee, ka jireenna bara baraa (Jannata) argataniin Yesuusitti qofatti amanuun malee Amantii ragaa qabu hordofuunii miti jedhan.

Rakkoon worra #haqa #Rabbii #irraa #maqee, jallinna ufii qaban dhossuuf #mala #baasuu malee, dhugaa jiru barbaaduuf sammuu Rabbiin isaanii kennetti fayyadamuu hin dandeenne.

#Sammuun ilma nama wonti Rabbiin nama kenneef waa'ee #nyaataa #dhugaatii #qofa yaaduuf osoo hin taane, jiruu guyyaa *#boodaa/#Aakeraa* waan isaanii tolu barbaadu ture.

Worroonni #sammuu faayidaa #duniyaa #qofaaf itti hin fayyadamne, #Amantii jechuun #hiikni isaa maali? #Amantii Rabbiin #jaalate/#filate tami? #Ragaan hoo maal? Gaafiiwwan jedhuuf deebii quubsaa qabu waan ta'eef mee ka beekuuf yaadannoo kan beekneef hubannoo akka ta'uuf #Amantii #jechuun #maal akka ta'e fi #jechi #Amantii jedhu #kitaabota duraa keessatti #dubbatamuu wojji ilaalla, yoo Rabbiin nuuf fedhe.

#Amantii (#Religion) jechuun hiikni isaa maal?
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
1⃣ffaa- Religion:
The English word "religion" is derived from the Middle English "religioun" which came from the Old French "religion." It may have been originally derived from the Latin word "religo" which means "#good faith," "#ritual,"

#Oxford #dictionaries:
#Religion:👇🏻
1- The #belief #in and #worship of a superhuman controlling power, especially a personal #God or #gods

🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿

The #Free #Dictionary
#Religion:👇🏻
1- The #belief #in and #reverence for a supernatural power or powers, regarded as creating and governing the universe:
🍇🍇🍇🍇🍇🍇
Kanaafuu Amantii jechuun amanuu fi waaqefatu yookaa gabbaru (#Believe + #worship) dhaa jechu.

#Namni #waan itti #amanu qabuu fi #waan #gabbaru (waaqeffatu) qabu kamuu #Amantii ni qabaa jechu. Namni tokko Amantii hin qabu jechuun hiikni isaa namni sun waan itti amanu fi waan gabbaru (waaqeffatu) hin qabuu jechuudha.
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
Jechi #'Amantii' jedhu hoo kitaabota asiin duraa keessatti dubbatamuu hoo quba qabduu?

Ragaa 1⃣ffaa- 👇
*#Yihudaan #Erge 1:3* Michoota ko! Waa'ee fayyina walii wajjin qabnuuf duruma iyyuu isiniif caafuudhaaf dhama'aa utuun jiruu, amma #Amantii isa al tokkicha yeroo hundumaaf akka ta'utti warra Waaqayyoof qulqullaa'anitti dabarfame sanaaf akka loltaniif, caafee isin gorsuun giddiitti barbaachisaa ta'uu isaa argeera.
ወዳጆች ሆይ፥ ስለምንካፈለው ስለ መዳናችን ልጽፍላችሁ እጅግ ተግቼ ሳለሁ፥ ለቅዱሳን አንድ ጊዜ ፈጽሞ ስለ ተሰጠ #ሃይማኖት እንድትጋደሉ እየመከርኋችሁ እጽፍላችሁ ዘንድ ግድ ሆነብኝ።
🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃
Ragaa 2️⃣ffaa 👇
*#Ximotewos #Isa #Duraa 3:9*
Yaada garaa qullaa'aadhaan dhoksaa #amantiitti qabamanii jiraachuun isaaniif in ta'a
ነውረኛ ረብ የማይወዱ፥ በንጹሕ ሕሊና #የሃይማኖትን ምሥጢር የሚይዙ ሊሆኑ ይገባቸዋል።
🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃

Ragaa 3️⃣ffaa 👇
*#Tiitoo 1:4.*
Gara Tiitoos isa karaa #amantii walii wajjin qabnu, ilma koo dhugaa ta'e!
በሃይማኖት ኅብረት እውነተኛ ልጄ ለሚሆን ለቲቶ፤
🍇🍇🍇🍇🍇🍇
#Wolumaa #galatti 👇

Amantii jechuun #amanuu + #gabbaru (#Believe + #worship) yoo ta'u beekne akkasumas Jechi #'Amantii' jedhu kitaabota asiin duraa keesattisi dubbatame yoo hubanne, #Amantii #dhugaa ta Rabbiin filate ta ragaan mirkaneessuu dandeennu hoo tamii? kutaa itti aanu keessatti nu eegadha yoo Rabbiin fedhe......

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa 👇

https://t.me/Xaalibu6504
#Islaamummaan Rabbiin filate yookaa jaalate #maali #isiin beektuu?

🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇

1ffaa- #Amantii #Rabbiiti

Ragaan dubbii kana 👇
Surah Aal- Imraan suura 3 verses: 83

أَفَغَيْرَ دِينِ ٱللَّهِ يَبْغُونَ

وَلَهُۥٓ أَسْلَمَ مَن فِى ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلْأَرْضِ

طَوْعًا وَكَرْهًا

وَإِلَيْهِ يُرْجَعُونَ

Sila odoo wantoonni samiifi dachii keessaa hunduu fedhaan yookiin dirqamaan Rabbiif ajajamaniifi gara isaatti deebi’anii, #amantii kan #Rabbiin alaa barabaaduu?
በሰማያትና በምድር ያሉ ሁሉ፤ በውድም በግድም ለርሱ የታዘዙ ወደርሱም የሚመለሱ ሲኾኑ (#ከሓዲዎች) #ከአላህ #ሃይማኖት ሌላን ይፈልጋሉን?

🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇

2ffaa- #Amantii #Haqaati

Ragaan dubbii kana 👇
Suuraa As-Saf 61:9
هُوَ الَّذِي أَرْسَلَ رَسُولَهُ بِالْهُدَىٰ وَدِينِ الْحَقِّ لِيُظْهِرَهُ عَلَى الدِّينِ كُلِّهِ وَلَوْ كَرِهَ الْمُشْرِكُونَ
Inni Isa odoo mushrikoonni jibbanuu, amantiiwwan biraa hunda irratti ol taasisuuf jecha ergamaa Isaa qajeelfamaafi #amantii #haqaatiin ergeedha
(ሱረቱ አል - ሶፍ - 9)
እርሱ ያ አጋሪዎቹ ቢጠሉም መልክተኛውን በመምሪያ (መጽሐፍ) #በእውነተኛው #ሃይማኖትም (#በኢስላም) ከሃይማኖት ሁሉ በላይ ይፋ ሊያደርገው የላከ ነው፡፡

🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇

3ffaa- #uumaa Rabbiin irratti #nama #uumee fi #Amantii #qajeela

Ragaan dubbii kana 👇
Suuraa Ar-Ruum 30:30
فَأَقِمۡ وَجۡهَكَ لِلدِّينِ حَنِيفٗاۚ

فِطۡرَتَ ٱللَّهِ ٱلَّتِي فَطَرَ ٱلنَّاسَ عَلَيۡهَاۚ

لَا تَبۡدِيلَ لِخَلۡقِ ٱللَّهِۚ

ذَٰلِكَ ٱلدِّينُ ٱلۡقَيِّمُ وَلَٰكِنَّ

أَكۡثَرَ ٱلنَّاسِ لَا يَعۡلَمُونَ


(Yaa Muhammad!) karaa haqaatti dabuun fuula kee diiniif sirreessi #Uumaa #Rabbii #ishee #inni #irratti #nama #uumes (qabadhaa)Uumaa Rabbii jijjiiruun hin jiruSantu #amantii #qajeelaadha garuu irra hedduun namootaa hin beekanu.
30:30 - ወደ እውነት ተዘንባይ ኾነህም ፊትህን ለሃይማኖት ቀጥ አድርግ፡፡ የአላህን ፍጥረት ያችን #አላህ #ሰዎችን #በእርስዋ #ላይ #የፈጠረባትን (ሃይማኖት ያዟት)፡፡ የአላህን ፍጥረት መለወጥ የለም፡፡ ይህ #ቀጥተኛ #ሃይማኖት ነው፡፡ ግን አብዛኛዎቹ ሰዎች አያውቁም፡፡

🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇

#Wolumaa #galatti, Islaamumman Amantiin Rabbii ta Amantii haqaa yookaa Amantii qajelaa ta'uu fi Amantii Rabbiin Ilma nama irratti uume ta'uu Rabbiin ragaa isii bahe, Amantii addunyaa tamiinuun caaluu isii ifatti addeessa. Sababni isaalle Amantimman takkaayyuu ani Amantii Waaqati jettee yoookaa ani Amantii haqaati/ qajeellumati jettee yookaa ani Amantii Rabbiin ilma nama irratti na uume jettee #ragaan #mirkanaahu #hin #dandeenelle, gonkumaa #hin #dandeettulle jechu.

Kanaafuu, namni Islaamumman ala Amantii kamuu hordofu, maaf Islaamumma dhiifte Amantii biroo hordofata osoo jedhan tarii wonti inni deebisu #abbaa #kiyyatu hordofee yoo taate malee yookaa waan ragaa hin qabne irratti afaanuma waan qabuuf yoo waan biroos dubbate malee, Amantii Isalaamumman ala jirtu tamuu, Amantii Waaqaatii raga itti qaba jechuu yookaa Amantii haqaatii ragaa itti qaba jechuu yookaa Waaqatu irratti na uumee #ragaa #itti #qaba jechuu #gonkumaa #hin #danda'uu jechu.

Namni waan ragaa hin qabne irratti sababa kanaafi jedhee dubbatu kamuu ragaa qofa dhabuu mitii #sammuu fi #qalbii #haqaan #hubatulle akka #hin #qabne ta'uu isaa hubattaa jechu.

Gabaabinnan #Muslima #ta'uun badhaasa Rabbiin nama ufii jaalate akka inni #sammuu fi #qalbii wohiin hubatu isaa kenne nama hubachiisaa jechu.

Sammuu waan nyaataa dhugaatii qofa yaaddu, qalbii haqa Rabbii hin hubannee worra baatee deemu Rabbiin nun taasisin.

Namni Islaamummaa bareedaa tana hordofuu danda'u hoo eennu beektuu? Kutaa itti aanu keessatti yoo Rabbiin nuuf fedhe laalla obsaan nu eegadha.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa 👇

https://t.me/Xaalibu6504
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

🥦🥦🥦🥦🥦🥦
#Kutaa #30ffaa
🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Gilgaala #sammuu #shaakalchiisuu

Ragaawwan boqannaa asii gadii dubbisuun, hiikkaa sirrii #gooftaa jedhu, hima ibsu filadhu.

A. Seera Ba'uu 32:22
" #Aaron immoo deebisee #Museedhaan, "Ati #gooftaan koo aartee hin boba'in, sabni kun hammeenyatti qabamee akka jiru ati iyyuu beekta; "
#አሮንም እንዲህ አለ፦ #ጌታዬ ሆይ፥ ቍጣህ አይቃጠል፤ ይህ ሕዝብ ክፋትን እንዲወድድ አንተ ታውቃለህ። Kanaafuu #Muuseen #Gooftaa/#ጌታ jedhamuun, inni #Waaqa jechuudha.

B. #1 #Pheexros 3:6
" #Saaraan akkas #Abrahaamiif abboomamaa, #gooftaa #koo jettees isa waamaa turte; ammas isin gaarii yoo gootan, doorsisa tokkos hin sodaattan yoo ta'e, ijoollee ishee ta'uu keessan." እንዲሁም #ሣራ #ለአብርሃም#ጌታ ብላ እየጠራችው ታዘዘችለት፤ እናንተም ከሚያስደነግጥ ነገር አንዳች እንኳ ሳትፈሩ መልካም ብታደርጉ ልጆችዋ ናችሁ። Kanaafuu #Abrahaam #Gooftaa/#ጌታ jedhamuun, inni #Waaqa jechuudha.

C. #Maarqos 2:28
" Egaa #ilmi #namaa Sanbata irratti iyyuu #gooftaa dha" isaaniin jedhe." እንዲሁም #የሰው #ልጅ ለሰንበት እንኳ #ጌታዋ ነው አላቸው። Kanaafuu #ilmi #namaa #Gooftaa/#ጌታ jedhamuun, inni #Waaqa jechuudha.

D. Akkuma Muuseen, Abraaham fi ilmi namaa hundi macaafa keessatti #Gooftaa/ #ጌታ jedhamuun #Waaqaa jechuu #hin #taanetti, Yesuus eddoo gara garaatti #Gooftaa/ #ጌታ jedhamuun #Waaqa #jechuu #akka #hin #taane ifatti mirkaneessa.

🥦🥦🥦🥦🥦🥦

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu;

1ffaa- Hiikni #Gooftaa/#ጌታ jedhu, waan uumama (dhabama irraa argamaa ta'e) hunda irratti, Yesuusillee dabalatee jechu, akka #Waaqa #jechuu #hin #taane mirkaneessa.
Fkn. #Yohannis 5:27
" Inni ilma namaa isa ulfina-qabeessa waan ta'eef, #abbaan isaa firdii akka inni faraduuf #gooftummaa kenneeraaf."

Gooftummaa hiikni isaa eddoo kanatti #Waaqumma jechuu osoo #hin #taane #aangoo jechuudha.
Waaqni Yesuusii Waaqumma kenne jechuudha osoo jenne Waaqa 2 ta'aa jechu, akkasumas waaqumman aangoo ittiin nama shuuman ta'aa jirti jechuu akeeka, kun ammoo sammuu nama waa yaaddu biratti akka hin taane ifa galaadha.

2ffaa- Yesuus Macaafa Qulqulluu keessatti Gooftaa jedhamuun isaa #Yesuus #Waaqaa #jechuu #miti. Sababni isaa '#Gooftaa' jedhame ka waamame kitaaba kana keessatti #Yesuus #qofaa #miti. Yoo Yesuus Gooftaa jechuun Waaqumma isaa argisiisa ka jedhan taate #namoonni #Gooftaa #jedhaman #hundi fkn #Abraham, #Muuseen inumaayyu #ilmi #nama #hundi, akka yaada kanaatti #Waaqa #jedhamuu #qabu jechu, Kun ammo waan fudhatama hin qabne. Kanaafuu Yesuus Gooftaa jedhamuun #aangoo malee Waaqumma akka hin argisiifne, sammuun waan xiinxallituu fi qalbiin waa hubattu ifatti beektii jechu.

3ffaa- Wolumaa galatti, Yesuus Gooftaa jedhamee kitaaba kakuu moofaa yookaa haarawa jedhamu keessatti dubbatamuun, #Yesuus #Waaqa #jechuu #hin #argisiisu. Sababni isaa 'Gooftaa' jechi jedhu Waaqa waa hunda uumeef yoo taate #Waaqumma yoo agarsiisu, garuu wanta #uumamaa kamiifuu hiikni isaa #hoogganaa yookaa #ajaja yookaa #dura #ta'aa kkf jechuu akka ta'e yookaa #waan #aangoon #wol #qabatu #qofa akka ta'e, agarsiisa jechu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa 👇

https://t.me/Xaalibu6504
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

🥦🥦🥦🥦🥦🥦
#Kutaa #31ffaa
🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Gilgaala #sammuu #shaakalchiisuu

Ragaawwan boqannaa asii gadii keessaa, hiikkaan sirrii #ilma #Waaqayyo jechuu, #gabricha #Waaqaa ta’uu agarsiisu hima kam?

A. #Maatewos 5:9
" Warri nagaa buusan haa gammadan, #isaan #ijoollee #Waaqayyoo in #jedhamu. የሚያስተራርቁ ብፁዓን ናቸው፥ #የእግዚአብሔር #ልጆች #ይባላሉና። Kanaafuu, ilma namaa keessaa, worroonni nagaha buusan hundi gabroota Waaqaati jechuudha.

B. #Roomaa 8:14
#Warri #hafuura #Waaqayyootiin #geggeeffaman #hundinuu #ilmaan #Waaqayyoo ti.”
#በእግዚአብሔር #መንፈስ #የሚመሩ #ሁሉ እነዚህ #የእግዚአብሔር #ልጆች ናቸውና። ። Kanaafuu, ilma namaa keessaa, Warri hafuura Waaqayyootiin geggeeffaman hundi gabroota Waaqaati jechuudha.

C. #Luqaas 3:38
" ilma Enosh, ilma Sheet, ilma Addaam, #ilma #Waaqayyoo." የመላልኤል ልጅ፥ የቃይናን ልጅ፥ የሄኖስ ልጅ፥ የሴት ልጅ፥ #የአዳም ልጅ፥ #የእግዚአብሔር ልጅ።
( #Addaam ilma #Waaqayyo jechuun, Aadam gabricha Waaqaati jechuudha).

D. #Galaatiyaa 4:4-5
Barri murameef sun yeroo guutetti garuu, Waaqayyo #ilma #isaa erge; innis yeroo ergame dubartii irraa dhalatee, seera jala galfame. Inni warra seera jala jiran furuudhaaf, #nuyis #ilmaan #Waaqayyoo #taanee akka guddifamnuuf kana godhe.
ወደ #ገላትያ #ሰዎች 4:4-5
ነገር ግን የዘመኑ ፍጻሜ በደረሰ ጊዜ እግዚአብሔር ከሴት የተወለደውን ከሕግም በታች የተወለደውን ልጁን ላከ፤#እንደ #ልጆች #እንሆን #ዘንድ፥ ከሕግ በታች ያሉትን ይዋጅ ዘንድ። (Yesuusillee gabricha Rabbiiti, nullee gabroottan Rabbiiti jechuudha).

🥦🥦🥦🥦🥦🥦

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu;

1ffaa - Worroonni nagaha buusan hundi, Warri hafuura Waaqayyootiin geggeeffaman hundi, Addaam ilma Waaqayyo waan jedhameef ilmaan Aadam hundi, warra seera jala jiran Yesuus fi worroonni inni itti ergamee hundi, Wolumaa galatti ilmi namaa hundi ilmaan Waaqaati jedhumuun hiika #tokko fi #tokko #qofa akka qabu, sunis #gabroottan #Rabbii ta'uu isaati. Namni yaada kana mormu yoo jiraate, namoota boqonnaan kitaabaa Macaafa Qulqulluu keessaa ragoonni kun irratti argamu ( #Maatewos 5:9, #Roomaa 8:14, #Luqaas 3:38 fi #Galaatiyaa 4:4-5) guutuun jechoota dogongora, sobaa, ololaa yookaa kijibaa jedhee nama yaaduu fi dhugaan bareeduma Islaamummaa nama hin beekne qofa ta'uu mirkaneessa.

2ffaa - Gabaabinnaan, worroonni Yesuus ilma Waaqa jedhamee dubbatame kitaaba kakuu moofaa yookaa haarawa keessatti yaada jedhuun, #hiika #sirrii #wollaalun #dogongora #hamaa #keessa #seentan, filannoo lamaan keessaa tokko qofa qabuu; yookaa #Macaafa #Qulqulluu #keessatti #jechoonni #sirrii #hin #taane, ka #fudhatama #hin #qabne, ka yaada dogongora qaban waan jiraniif, #kitaaba #cinaa malee #hunda #hin #fudhannuu jechuun Yesuus ilma Waaqaati ka jedhu qofa faarsuu, yookaa ammmo #kitaaba #amantii isaanii #kabajanii, Yesuus ilma Waaqaati jechuun #Yesuus #gabricha #Rabbii ta'uu #amaniin #fudhatu.

#HUB:
Dhaadannoon dharaa, dhugaa akka aduu iftu hin dhossuu, yoo abbaa iyyu qofa dhamaasuu taate malee

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa 👇

https://t.me/Xaalibu6504
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#Sammuu_akkamiiti!!!
Nabiyyicha Rabbii, kan gabricha Rabbii ta’uu isaa beekee, Rabbiif salatee, akka Jannata Rabbii seenu ifatti dubbatu, innuu Waaqaa jedhee arrabni dubbatu, sammuun yaada akkanaa yaadu, sammuu akkamiitii fi arraba akkamii ta'e, murteen dubbii kanaa isinumaaf haa bultuu.

https://t.me/Xaaliburidallah