Hiikni #Gooftaa/ #Gooftumma jedhu waan uumama (dhabama irraa argamaa ta'e) hunda irratti, Yesuusillee dabalatee jechu, akka #Waaqa #jechuu #hin #taane beektuu?
Yesuus Gooftaa jedhamee kitaaba kakuu moofaa yookaa haarawa jedhamu keessatti dubbatamuun #Yesuus #Waaqa #jechuu #hin #argisiisu. Sababni isaa 'Gooftaa' jechi jedhu Waaqa waa hunda uumeef yoo taate Waaqumma yoo agarsiisu garuu wanta #uumamaa kamiifuu hiikni isaa ( #hoogganaa yookaa #ajaja yookaa #dura #ta'aa kkf gabaabinnaan waan aangoon wol qabatu ta'uu agarsiisa jechu. Mee fakkeenna muraasa fudhanne haa ilaallu koottaa ๐
๐๐๐๐๐๐๐
#Yohannis 5:27
" Inni ilma namaa isa ulfina-qabeessa waan ta'eef, #abbaan isaa firdii akka inni faraduuf #gooftummaa kenneeraaf."
๐๐๐๐๐๐๐
๐
Gooftummaa hiikni isaa eddoo kanatti Waaqumma jechuu osoo hin taane aangoo jechuudha.
Waaqni Yesuusii Waaqumma kenne jechuudha osoo jenne Waaqa 2 ta'aa jechu, akkasumas waaqumman aangoo ittiin nama shuuman ta'aa jirti jechuu akeeka kun ammoo sammuu nama waa yaaddu biratti akka hin taane ifa galaadha. Dabalataanis akka ifa nama ta'uu mee ragaawwan asii gadii haa ilaalluu; ๐
๐๐๐๐๐๐๐
1ffaa- Maarqos 2:28
" Egaa #ilmi #namaa Sanbata irratti iyyuu #gooftaa dha" isaaniin jedhe."
แฅแแฒแแ #แจแฐแ #แแ แแฐแแ แต แฅแแณ #แแณแ แแ แ แแธแแข
Therefore the #Son of #man is #Lord also of the sabbath.
2ffaa- 1 Pheexros 3:6 ๐
" #Saaraan akkas #Abrahaamiif abboomamaa, #gooftaa #koo jettees isa waamaa turte; ammas isin gaarii yoo gootan, doorsisa tokkos hin sodaattan yoo ta'e, ijoollee ishee ta'uu keessan."
แฅแแฒแแ #แฃแซ #แแ แฅแญแแแข #แแณ แฅแ แฅแจแ แซแฝแ แณแแแฝแแตแค แฅแแแฐแ แจแแซแตแฐแแแฅ แแแญ แ แแณแฝ แฅแแณ แณแตแแฉ แแแซแ แฅแณแฐแญแ แแแฝแ แแฝแแข
3ffaa- Seera Ba'uu 32:22 ๐
" #Aaron immoo deebisee #Museedhaan, "Ati #gooftaan koo aartee hin boba'in, sabni kun hammeenyatti qabamee akka jiru ati iyyuu beekta; "
#แ แฎแแ แฅแแฒแ แ แแฆ #แแณแฌ แแญแฅ แแฃแ แ แญแแ แแค แญแ แแแฅ แญแแตแ แฅแแฒแแตแต แ แแฐ แณแแแแ แข
๐๐๐๐๐๐๐
Wolumaa galatti, Yesuus Macaafa Qulqulluu keessatti Gooftaa jedhamuun isaa Yesuus Waaqaa jechuu miti. Sababni isaa 'Gooftaa' jedhame ka waamame kitaaba kana keessatti Yesuus qofaa miti. Yoo Yesuus Gooftaa jechuun Waaqumma isaa argisiisa ka jedhan taate namoonni Gooftaa jedhaman hundi fkn Abraham, Muuseen inumaayyu ilmi nama hundi, akka yaada kanaatti Waaqa jedhamuu qabu jechu, Kun ammo waan fudhatama hin qabne. Kanaafuu Yesuus Gooftaa jedhamuun aangoo malee Waaqumma akka hin argisiifne sammuun waan xiinxallituu fi qalbiin waa hubattu ifatti beektii jechu.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธBy:XR โป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa ๐
https://t.me/Xaaliburidallah

Telegram
Turullee Dhugatu Mo'ata
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
#Turullee #dhugatuu #irra #aana
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
#Kutaa #26ffaa
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
#Hojii #manaa
๐๐๐
Ragaa #Luqaas 1:31-32 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
๐๐๐๐๐๐
#Luqaas 1:31-32
Kunoo, in ulfoofta #ilmas in deessa, maqaa isaa immoo Yesus jedhii moggaasi. #Inni #guddaa #in #ta'a ilma aabbaas jedhamee in waamama, #Waaqayyo gooftaanis teessoo abaabilii isaa Daawit in kennaaf.
แฅแแแแฅ แตแแแปแแฝ #แแแต #แแ แ แตแแแแแฝแฅ แตแแแ แขแจแฑแต แตแชแแแฝแข
แฅแญแฑ แณแแ แญแแแ #แจแแแ #แแ แ แญแฃแแแฅ #แแณ #แ แแแญแ #แจแ แฃแฑแ #แจแณแแตแ แแแ แญแฐแ แแแค
And, behold, thou shalt conceive in thy womb, and bring forth a son, and shalt call his name JESUS.
#He #shall #be #great, and shall be called the Son of the Highest: and the Lord God shall give unto him the throne of his father David:
Gafii ๐๐๐
Akka ragaa #Luqaas 1:31-32 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?
A. Maariyaam ulfooftee Waaqa maqaan isaa Yesuus jedhamu akka deettu itti himamee ture.โ
B. Maariyaam ulfooftee ilma Waaqa maqaan isaa Yesuus jedhamu akka deettu itti himamee ture.โ
C. Ilmi Maariyaam (Mariyam) ulfooftee deessu, ka osoo hin dhalatin dura guddaa ta'e akka ture himameefi.โ
D. Waaqni teessoo Waaqumma osoo hin taane, ka abaabilii isaa (ka Nabiyummaa) Daawit akka kennuuf itti himame. โ
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
โช Worroonni Amantii Kiristaanaa mee waan sammuu keessaa qabdanii fi raga kana wol bira qabaa laalaa.
โช hawaasni keenna ammoo, worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran, ka dhugaa kitaabuma isaanii keessatti argamtu hubatuu dadhaban, ragaawwan asii olii kana biraan gahaa, haqa jiru hubachiisaa.
Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa #Luqaas 1:31-32 irraa argannu;
1ffaa- Yesuus Waaqumman osoo hin taanee, #nama akka ta'e, Ingilifaan #son, Amaariffaan
#แแแต #แแ แ, Afaan Oromootiin #ilma jedhamee akka namaa ifa ta'utti ibsamuu isaa.
2ffaa- Yesuus waan osoo hin dhalatin dura Waaqaa turee, akkasumas guddaa ture osoo hin taane, waan osoo hin dhalatin dura, waan hin jirre ta'uun isaa hubatamee, waan #erga #dhalatee #booda #guddatu yookaa #guddaa ta'u akka ta'e (#Inni #guddaa #in #ta'a yeroo jedhu) ifatti mirkaneessa.
3ffaa- Garaa garuummaa kitaabaa Macaafa Qulqulluu jedhumu keessatti jiru isa duraa, Afaan Oromootiin #Ilma #aabbaas #jedhamee, Afaan Amaariffaan ammoo #แจแแแ #แแ แ #แญแฃแแ, kan Afaan Ingilifaa yeroo dubbisnu garuu #the #son #of #the #Highest jedha, kun hundi maal dhabamsiisuuf fooyyeffama taasifame yoo jedhame, Yesuus nama dhugaa jettu dhossuu fi Waaqaa yookaa ilma Waaqaati gara jedhu ol guddisuuf (#the #son #of #the #Highest) irraa gara ilma aabbaas jedhameetti jijiiranii jechuudha.
4ffaa- Waaqni #teessoo (#aangoo) Waaqumma osoo hin taane, kan abaabilii isaa, (kan Afaan Amaariffaa irratti #abbaa #isaa), Daawit (jechuun #Nabiyummaa) akka isaa kennu ifatti mudhise.
5ffaa- Garaa garuummaa kitaabaa Macaafa Qulqulluu jedhumu keessatti jiru isa lammaffaa, (Afaan Ingilifaa the throne of #his #father #David), (Afaan Amaariffaan #แจแ แฃแฑแ #แจแณแแตแ แแแ แญแฐแ แแแค), garuu kan Afaan Oromoo yeroo dubbisnu #teessoo #abaabilii #isaa #Daawit in kennaaf jedha. Kun ifatti maal mudhisa yoo jedhame, tooftaa fooyessa kitaabaatiin #dhugaa #awwaaluuf taasifamu (#father- #แจแ แฃแฑแ- irraa gara #abaabiliitti) mirkaneessaa jechuudha.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธBy:XR โป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐
https://t.me/Xaalibu6504

#Kutaa #30ffaa
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
#Gilgaala #sammuu #shaakalchiisuu
Ragaawwan boqannaa asii gadii dubbisuun, hiikkaa sirrii #gooftaa jedhu, hima ibsu filadhu.
A. Seera Ba'uu 32:22
" #Aaron immoo deebisee #Museedhaan, "Ati #gooftaan koo aartee hin boba'in, sabni kun hammeenyatti qabamee akka jiru ati iyyuu beekta; "
#แ แฎแแ แฅแแฒแ แ แแฆ #แแณแฌ แแญแฅ แแฃแ แ แญแแ แแค แญแ แแแฅ แญแแตแ แฅแแฒแแตแต แ แแฐ แณแแแแ แข Kanaafuu #Muuseen #Gooftaa/#แแณ jedhamuun, inni #Waaqa jechuudha. โ
B. #1 #Pheexros 3:6
" #Saaraan akkas #Abrahaamiif abboomamaa, #gooftaa #koo jettees isa waamaa turte; ammas isin gaarii yoo gootan, doorsisa tokkos hin sodaattan yoo ta'e, ijoollee ishee ta'uu keessan." แฅแแฒแแ #แฃแซ #แแ แฅแญแแแข #แแณ แฅแ แฅแจแ แซแฝแ แณแแแฝแแตแค แฅแแแฐแ แจแแซแตแฐแแแฅ แแแญ แ แแณแฝ แฅแแณ แณแตแแฉ แแแซแ แฅแณแฐแญแ แแแฝแ แแฝแแข Kanaafuu #Abrahaam #Gooftaa/#แแณ jedhamuun, inni #Waaqa jechuudha. โ
C. #Maarqos 2:28
" Egaa #ilmi #namaa Sanbata irratti iyyuu #gooftaa dha" isaaniin jedhe." แฅแแฒแแ #แจแฐแ #แแ แแฐแแ แต แฅแแณ #แแณแ แแ แ แแธแแข Kanaafuu #ilmi #namaa #Gooftaa/#แแณ jedhamuun, inni #Waaqa jechuudha. โ
D. Akkuma Muuseen, Abraaham fi ilmi namaa hundi macaafa keessatti #Gooftaa/ #แแณ jedhamuun #Waaqaa jechuu #hin #taanetti, Yesuus eddoo gara garaatti #Gooftaa/ #แแณ jedhamuun #Waaqa #jechuu #akka #hin #taane ifatti mirkaneessa.โ
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu;
1ffaa- Hiikni #Gooftaa/#แแณ jedhu, waan uumama (dhabama irraa argamaa ta'e) hunda irratti, Yesuusillee dabalatee jechu, akka #Waaqa #jechuu #hin #taane mirkaneessa.
Fkn. #Yohannis 5:27
" Inni ilma namaa isa ulfina-qabeessa waan ta'eef, #abbaan isaa firdii akka inni faraduuf #gooftummaa kenneeraaf."
Gooftummaa hiikni isaa eddoo kanatti #Waaqumma jechuu osoo #hin #taane #aangoo jechuudha.
Waaqni Yesuusii Waaqumma kenne jechuudha osoo jenne Waaqa 2 ta'aa jechu, akkasumas waaqumman aangoo ittiin nama shuuman ta'aa jirti jechuu akeeka, kun ammoo sammuu nama waa yaaddu biratti akka hin taane ifa galaadha.
2ffaa- Yesuus Macaafa Qulqulluu keessatti Gooftaa jedhamuun isaa #Yesuus #Waaqaa #jechuu #miti. Sababni isaa '#Gooftaa' jedhame ka waamame kitaaba kana keessatti #Yesuus #qofaa #miti. Yoo Yesuus Gooftaa jechuun Waaqumma isaa argisiisa ka jedhan taate #namoonni #Gooftaa #jedhaman #hundi fkn #Abraham, #Muuseen inumaayyu #ilmi #nama #hundi, akka yaada kanaatti #Waaqa #jedhamuu #qabu jechu, Kun ammo waan fudhatama hin qabne. Kanaafuu Yesuus Gooftaa jedhamuun #aangoo malee Waaqumma akka hin argisiifne, sammuun waan xiinxallituu fi qalbiin waa hubattu ifatti beektii jechu.
3ffaa- Wolumaa galatti, Yesuus Gooftaa jedhamee kitaaba kakuu moofaa yookaa haarawa jedhamu keessatti dubbatamuun, #Yesuus #Waaqa #jechuu #hin #argisiisu. Sababni isaa 'Gooftaa' jechi jedhu Waaqa waa hunda uumeef yoo taate #Waaqumma yoo agarsiisu, garuu wanta #uumamaa kamiifuu hiikni isaa #hoogganaa yookaa #ajaja yookaa #dura #ta'aa kkf jechuu akka ta'e yookaa #waan #aangoon #wol #qabatu #qofa akka ta'e, agarsiisa jechu.

Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
แ แแฝแแ แ
แฑแต แแตแฅ '#แแณ' แจแแแ แแ แจแแฃแช แแญ แแแ แแแญ แแ แตแญแญแแแ แตแญแแ แแ แฅแแฐแแ แณแแแแฝแ? #แญแแ '#แ'

#แ แ แแแญ #แญแแ
แ แแฝแแ แ แฑแต แแตแฅ '#แแณ' แจแแแ แแ แจแแฃแช แแญ แแแ แแแญ แแ แตแญแญแแแ แตแญแแ แแ แฅแแฐแแ แณแแแแฝแ?

#แ แแญแแต_แแแแ แขแจแฑแต #แแแ
แญ แฐแฅแแ #แ แแดแแต_แแแแ แฐแแ #แแณ แฐแฅแ แฐแปแฝแแแขโผ๏ธ๐
แแญแแต 9แฅ5 โแดแฅแฎแตแ แแแถ #แขแจแฑแตแแฆ #แแแ แญ_แแญแฅ แ แแ แแแ แแฅแ แแแซแ แแแ แ แแต แแ แแฐ แ แแตแ แแแด แ แแตแ แแคแแซแต แฆแตแต แณแถแฝ แฅแแฅแซ แ แแแขโ
แแดแแต 17แฅ4 โแดแฅแฎแตแ แแแถ #แขแจแฑแตแแฆ #แแณ_แแญแฅ แ แแ แแแ แแฅแ แแแซแ แแแค แฅแตแแตแตแฅ แ แแ แฆแตแต แณแต แ แแฑแ แแ แแฐ แ แแฑแแ แแแด แ แแฑแแ แแคแแซแต แฅแแฅแซ แ แแขโ