Turullee Dhugatu Mo'ata
11K subscribers
514 photos
129 videos
110 files
414 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
Hiikni #Gooftaa/ #Gooftumma jedhu waan uumama (dhabama irraa argamaa ta'e) hunda irratti, Yesuusillee dabalatee jechu, akka #Waaqa #jechuu #hin #taane beektuu?

Yesuus Gooftaa jedhamee kitaaba kakuu moofaa yookaa haarawa jedhamu keessatti dubbatamuun #Yesuus #Waaqa #jechuu #hin #argisiisu. Sababni isaa 'Gooftaa' jechi jedhu Waaqa waa hunda uumeef yoo taate Waaqumma yoo agarsiisu garuu wanta #uumamaa kamiifuu hiikni isaa ( #hoogganaa yookaa #ajaja yookaa #dura #ta'aa kkf gabaabinnaan waan aangoon wol qabatu ta'uu agarsiisa jechu. Mee fakkeenna muraasa fudhanne haa ilaallu koottaa ๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
#Yohannis 5:27
" Inni ilma namaa isa ulfina-qabeessa waan ta'eef, #abbaan isaa firdii akka inni faraduuf #gooftummaa kenneeraaf."
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
๐Ÿ‘†
Gooftummaa hiikni isaa eddoo kanatti Waaqumma jechuu osoo hin taane aangoo jechuudha.
Waaqni Yesuusii Waaqumma kenne jechuudha osoo jenne Waaqa 2 ta'aa jechu, akkasumas waaqumman aangoo ittiin nama shuuman ta'aa jirti jechuu akeeka kun ammoo sammuu nama waa yaaddu biratti akka hin taane ifa galaadha. Dabalataanis akka ifa nama ta'uu mee ragaawwan asii gadii haa ilaalluu; ๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
1ffaa- Maarqos 2:28
" Egaa #ilmi #namaa Sanbata irratti iyyuu #gooftaa dha" isaaniin jedhe."
แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆแˆ #แ‹จแˆฐแ‹ #แˆแŒ… แˆˆแˆฐแŠ•แ‰ แ‰ต แŠฅแŠ•แŠณ #แŒŒแ‰ณแ‹‹ แŠแ‹ แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข
Therefore the #Son of #man is #Lord also of the sabbath.
2ffaa- 1 Pheexros 3:6 ๐Ÿ‘‡
" #Saaraan akkas #Abrahaamiif abboomamaa, #gooftaa #koo jettees isa waamaa turte; ammas isin gaarii yoo gootan, doorsisa tokkos hin sodaattan yoo ta'e, ijoollee ishee ta'uu keessan."
แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆแˆ #แˆฃแˆซ #แˆˆแŠ แ‰ฅแˆญแˆƒแˆแข #แŒŒแ‰ณ แ‰ฅแˆ‹ แŠฅแ‹จแŒ แˆซแ‰ฝแ‹ แ‰ณแ‹˜แ‹˜แ‰ฝแˆˆแ‰ตแค แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐแˆ แŠจแˆšแ‹ซแˆตแ‹ฐแŠแŒแŒฅ แŠแŒˆแˆญ แŠ แŠ•แ‹ณแ‰ฝ แŠฅแŠ•แŠณ แˆณแ‰ตแˆแˆฉ แˆ˜แˆแŠซแˆ แ‰ฅแ‰ณแ‹ฐแˆญแŒ‰ แˆแŒ†แ‰ฝแ‹‹ แŠ“แ‰ฝแˆแข
3ffaa- Seera Ba'uu 32:22 ๐Ÿ‘‡
" #Aaron immoo deebisee #Museedhaan, "Ati #gooftaan koo aartee hin boba'in, sabni kun hammeenyatti qabamee akka jiru ati iyyuu beekta; "
#แŠ แˆฎแŠ•แˆ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ… แŠ แˆˆแฆ #แŒŒแ‰ณแ‹ฌ แˆ†แ‹ญแฅ แ‰แŒฃแˆ… แŠ แ‹ญแ‰ƒแŒ แˆแค แ‹ญแˆ… แˆ•แ‹แ‰ฅ แŠญแ‹แ‰ตแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‹ˆแ‹ตแ‹ต แŠ แŠ•แ‰ฐ แ‰ณแ‹แ‰ƒแˆˆแˆ…แข
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
Wolumaa galatti, Yesuus Macaafa Qulqulluu keessatti Gooftaa jedhamuun isaa Yesuus Waaqaa jechuu miti. Sababni isaa 'Gooftaa' jedhame ka waamame kitaaba kana keessatti Yesuus qofaa miti. Yoo Yesuus Gooftaa jechuun Waaqumma isaa argisiisa ka jedhan taate namoonni Gooftaa jedhaman hundi fkn Abraham, Muuseen inumaayyu ilmi nama hundi, akka yaada kanaatti Waaqa jedhamuu qabu jechu, Kun ammo waan fudhatama hin qabne. Kanaafuu Yesuus Gooftaa jedhamuun aangoo malee Waaqumma akka hin argisiifne sammuun waan xiinxallituu fi qalbiin waa hubattu ifatti beektii jechu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/Xaaliburidallah
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #21 ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Hojii #manaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Ragaa 1 #Ximotewos 2:5
dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.

๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡

1 Ximotewos 2:5
" Waaqayyo tokkicha, inni gidduu dhaabatee Waaqayyoo fi nama #walitti #fidus #tokkicha, inni immoo Kristos Yesus isa #nama #ta'ee (mul'ateeโŒ) dha."
1แŠ› แ‹ˆแ‹ฐ แŒขแˆžแ‰ดแ‹Žแˆต 2:5 แŠ แŠ•แ‹ต แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แŠ แˆˆแŠ“แฅ แ‰ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแŠ“ แ‰ แˆฐแ‹แˆ แˆ˜แŠซแŠจแˆ แ‹ซแˆˆแ‹ #แˆ˜แŠซแŠจแˆˆแŠ›แ‹ แ‹ฐแŒแˆž แŠ แŠ•แ‹ต แŠ แˆˆแฅ แŠฅแˆญแˆฑแˆ #แˆฐแ‹ #แ‹จแˆ†แŠ แŠญแˆญแˆตแ‰ถแˆต แŠขแ‹จแˆฑแˆต แŠแ‹แค
1 Timothy 2:5. For there is one God, and #one #mediator between God and men, #the #man Christ Jesus;

Gafii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Akka ragaa 1 #Ximotewos 2:5 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?

A. Waaqayyon tokkicha, Yesuus jedhamee jira. โŒ

B. Yesuus nama osoo hin taane ilma Waaqaati jedhamee jira.โŒ

C. Yesuus jechuun, isa jidduu waaqaa fi ilma namaa jiraate, Waaqaa fi namoota wolitti fidu jedhamee jira.โœ…

D. Hunduu deebii sirrii ta'e.โŒ

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

โ†ช Worroonni Amantii Kiristaanaa nuuf deebisaa.

โ†ช hawaasni keenna ammoo worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran biraan gahaa haqa jiru hubachiisaa.

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa 1 #Ximotewos 2:5
irraa argannu;

1ffaa- Waaqni dhugaa tokkicha malee, waaqa lama yookaa sadi jedhamu akka hin taane (#Waaqayyo #tokkicha yeroo jedhu)

2ffaa- Yesuus jechuun isa Waaqaa fi namoota wolitti fidu (ergamaa Rabbiin ergate, ka seera Rabbiin irraa fide namatti geessuun, ilma namaa akka Rabbiin inni beeku taasisu) qofa akka ta'e (#inni #gidduu #dhaabatee #Waaqayyoo fi #nama #walitti #fidus #tokkicha yeroo jedhu).

3ffaa- Yesuus nama malee Waaqaa yookaa ilma Waaqaati dubbiin jedhu olola akka ta'e ifatti hubannaa jechuudh (#inni #immoo #Kristos #Yesus #isa #nama #ta'e Yeroo jedhu).

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/Xaalibu6504