Turullee Dhugatu Mo'ata
11.6K subscribers
537 photos
141 videos
118 files
432 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
Hiikni #Gooftaa/ #Gooftumma jedhu waan uumama (dhabama irraa argamaa ta'e) hunda irratti, Yesuusillee dabalatee jechu, akka #Waaqa #jechuu #hin #taane beektuu?

Yesuus Gooftaa jedhamee kitaaba kakuu moofaa yookaa haarawa jedhamu keessatti dubbatamuun #Yesuus #Waaqa #jechuu #hin #argisiisu. Sababni isaa 'Gooftaa' jechi jedhu Waaqa waa hunda uumeef yoo taate Waaqumma yoo agarsiisu garuu wanta #uumamaa kamiifuu hiikni isaa ( #hoogganaa yookaa #ajaja yookaa #dura #ta'aa kkf gabaabinnaan waan aangoon wol qabatu ta'uu agarsiisa jechu. Mee fakkeenna muraasa fudhanne haa ilaallu koottaa ๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
#Yohannis 5:27
" Inni ilma namaa isa ulfina-qabeessa waan ta'eef, #abbaan isaa firdii akka inni faraduuf #gooftummaa kenneeraaf."
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
๐Ÿ‘†
Gooftummaa hiikni isaa eddoo kanatti Waaqumma jechuu osoo hin taane aangoo jechuudha.
Waaqni Yesuusii Waaqumma kenne jechuudha osoo jenne Waaqa 2 ta'aa jechu, akkasumas waaqumman aangoo ittiin nama shuuman ta'aa jirti jechuu akeeka kun ammoo sammuu nama waa yaaddu biratti akka hin taane ifa galaadha. Dabalataanis akka ifa nama ta'uu mee ragaawwan asii gadii haa ilaalluu; ๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
1ffaa- Maarqos 2:28
" Egaa #ilmi #namaa Sanbata irratti iyyuu #gooftaa dha" isaaniin jedhe."
แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆแˆ #แ‹จแˆฐแ‹ #แˆแŒ… แˆˆแˆฐแŠ•แ‰ แ‰ต แŠฅแŠ•แŠณ #แŒŒแ‰ณแ‹‹ แŠแ‹ แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข
Therefore the #Son of #man is #Lord also of the sabbath.
2ffaa- 1 Pheexros 3:6 ๐Ÿ‘‡
" #Saaraan akkas #Abrahaamiif abboomamaa, #gooftaa #koo jettees isa waamaa turte; ammas isin gaarii yoo gootan, doorsisa tokkos hin sodaattan yoo ta'e, ijoollee ishee ta'uu keessan."
แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆแˆ #แˆฃแˆซ #แˆˆแŠ แ‰ฅแˆญแˆƒแˆแข #แŒŒแ‰ณ แ‰ฅแˆ‹ แŠฅแ‹จแŒ แˆซแ‰ฝแ‹ แ‰ณแ‹˜แ‹˜แ‰ฝแˆˆแ‰ตแค แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐแˆ แŠจแˆšแ‹ซแˆตแ‹ฐแŠแŒแŒฅ แŠแŒˆแˆญ แŠ แŠ•แ‹ณแ‰ฝ แŠฅแŠ•แŠณ แˆณแ‰ตแˆแˆฉ แˆ˜แˆแŠซแˆ แ‰ฅแ‰ณแ‹ฐแˆญแŒ‰ แˆแŒ†แ‰ฝแ‹‹ แŠ“แ‰ฝแˆแข
3ffaa- Seera Ba'uu 32:22 ๐Ÿ‘‡
" #Aaron immoo deebisee #Museedhaan, "Ati #gooftaan koo aartee hin boba'in, sabni kun hammeenyatti qabamee akka jiru ati iyyuu beekta; "
#แŠ แˆฎแŠ•แˆ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ… แŠ แˆˆแฆ #แŒŒแ‰ณแ‹ฌ แˆ†แ‹ญแฅ แ‰แŒฃแˆ… แŠ แ‹ญแ‰ƒแŒ แˆแค แ‹ญแˆ… แˆ•แ‹แ‰ฅ แŠญแ‹แ‰ตแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‹ˆแ‹ตแ‹ต แŠ แŠ•แ‰ฐ แ‰ณแ‹แ‰ƒแˆˆแˆ…แข
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
Wolumaa galatti, Yesuus Macaafa Qulqulluu keessatti Gooftaa jedhamuun isaa Yesuus Waaqaa jechuu miti. Sababni isaa 'Gooftaa' jedhame ka waamame kitaaba kana keessatti Yesuus qofaa miti. Yoo Yesuus Gooftaa jechuun Waaqumma isaa argisiisa ka jedhan taate namoonni Gooftaa jedhaman hundi fkn Abraham, Muuseen inumaayyu ilmi nama hundi, akka yaada kanaatti Waaqa jedhamuu qabu jechu, Kun ammo waan fudhatama hin qabne. Kanaafuu Yesuus Gooftaa jedhamuun aangoo malee Waaqumma akka hin argisiifne sammuun waan xiinxallituu fi qalbiin waa hubattu ifatti beektii jechu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/Xaaliburidallah
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #30ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Gilgaala #sammuu #shaakalchiisuu

Ragaawwan boqannaa asii gadii dubbisuun, hiikkaa sirrii #gooftaa jedhu, hima ibsu filadhu.

A. Seera Ba'uu 32:22
" #Aaron immoo deebisee #Museedhaan, "Ati #gooftaan koo aartee hin boba'in, sabni kun hammeenyatti qabamee akka jiru ati iyyuu beekta; "
#แŠ แˆฎแŠ•แˆ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ… แŠ แˆˆแฆ #แŒŒแ‰ณแ‹ฌ แˆ†แ‹ญแฅ แ‰แŒฃแˆ… แŠ แ‹ญแ‰ƒแŒ แˆแค แ‹ญแˆ… แˆ•แ‹แ‰ฅ แŠญแ‹แ‰ตแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‹ˆแ‹ตแ‹ต แŠ แŠ•แ‰ฐ แ‰ณแ‹แ‰ƒแˆˆแˆ…แข Kanaafuu #Muuseen #Gooftaa/#แŒŒแ‰ณ jedhamuun, inni #Waaqa jechuudha. โŒ

B. #1 #Pheexros 3:6
" #Saaraan akkas #Abrahaamiif abboomamaa, #gooftaa #koo jettees isa waamaa turte; ammas isin gaarii yoo gootan, doorsisa tokkos hin sodaattan yoo ta'e, ijoollee ishee ta'uu keessan." แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆแˆ #แˆฃแˆซ #แˆˆแŠ แ‰ฅแˆญแˆƒแˆแข #แŒŒแ‰ณ แ‰ฅแˆ‹ แŠฅแ‹จแŒ แˆซแ‰ฝแ‹ แ‰ณแ‹˜แ‹˜แ‰ฝแˆˆแ‰ตแค แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐแˆ แŠจแˆšแ‹ซแˆตแ‹ฐแŠแŒแŒฅ แŠแŒˆแˆญ แŠ แŠ•แ‹ณแ‰ฝ แŠฅแŠ•แŠณ แˆณแ‰ตแˆแˆฉ แˆ˜แˆแŠซแˆ แ‰ฅแ‰ณแ‹ฐแˆญแŒ‰ แˆแŒ†แ‰ฝแ‹‹ แŠ“แ‰ฝแˆแข Kanaafuu #Abrahaam #Gooftaa/#แŒŒแ‰ณ jedhamuun, inni #Waaqa jechuudha. โŒ

C. #Maarqos 2:28
" Egaa #ilmi #namaa Sanbata irratti iyyuu #gooftaa dha" isaaniin jedhe." แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆแˆ #แ‹จแˆฐแ‹ #แˆแŒ… แˆˆแˆฐแŠ•แ‰ แ‰ต แŠฅแŠ•แŠณ #แŒŒแ‰ณแ‹‹ แŠแ‹ แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข Kanaafuu #ilmi #namaa #Gooftaa/#แŒŒแ‰ณ jedhamuun, inni #Waaqa jechuudha. โŒ

D. Akkuma Muuseen, Abraaham fi ilmi namaa hundi macaafa keessatti #Gooftaa/ #แŒŒแ‰ณ jedhamuun #Waaqaa jechuu #hin #taanetti, Yesuus eddoo gara garaatti #Gooftaa/ #แŒŒแ‰ณ jedhamuun #Waaqa #jechuu #akka #hin #taane ifatti mirkaneessa.โœ…

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu;

1ffaa- Hiikni #Gooftaa/#แŒŒแ‰ณ jedhu, waan uumama (dhabama irraa argamaa ta'e) hunda irratti, Yesuusillee dabalatee jechu, akka #Waaqa #jechuu #hin #taane mirkaneessa.
Fkn. #Yohannis 5:27
" Inni ilma namaa isa ulfina-qabeessa waan ta'eef, #abbaan isaa firdii akka inni faraduuf #gooftummaa kenneeraaf."

Gooftummaa hiikni isaa eddoo kanatti #Waaqumma jechuu osoo #hin #taane #aangoo jechuudha.
Waaqni Yesuusii Waaqumma kenne jechuudha osoo jenne Waaqa 2 ta'aa jechu, akkasumas waaqumman aangoo ittiin nama shuuman ta'aa jirti jechuu akeeka, kun ammoo sammuu nama waa yaaddu biratti akka hin taane ifa galaadha.

2ffaa- Yesuus Macaafa Qulqulluu keessatti Gooftaa jedhamuun isaa #Yesuus #Waaqaa #jechuu #miti. Sababni isaa '#Gooftaa' jedhame ka waamame kitaaba kana keessatti #Yesuus #qofaa #miti. Yoo Yesuus Gooftaa jechuun Waaqumma isaa argisiisa ka jedhan taate #namoonni #Gooftaa #jedhaman #hundi fkn #Abraham, #Muuseen inumaayyu #ilmi #nama #hundi, akka yaada kanaatti #Waaqa #jedhamuu #qabu jechu, Kun ammo waan fudhatama hin qabne. Kanaafuu Yesuus Gooftaa jedhamuun #aangoo malee Waaqumma akka hin argisiifne, sammuun waan xiinxallituu fi qalbiin waa hubattu ifatti beektii jechu.

3ffaa- Wolumaa galatti, Yesuus Gooftaa jedhamee kitaaba kakuu moofaa yookaa haarawa jedhamu keessatti dubbatamuun, #Yesuus #Waaqa #jechuu #hin #argisiisu. Sababni isaa 'Gooftaa' jechi jedhu Waaqa waa hunda uumeef yoo taate #Waaqumma yoo agarsiisu, garuu wanta #uumamaa kamiifuu hiikni isaa #hoogganaa yookaa #ajaja yookaa #dura #ta'aa kkf jechuu akka ta'e yookaa #waan #aangoon #wol #qabatu #qofa akka ta'e, agarsiisa jechu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/Xaalibu6504
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #45ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Gilgaala: Hubannoo duraan sammuu keessaa qabnuu fi ragaawwan dubbisnu wol bira qabuun, kallattii dhugaa  ittiin madaallu:


๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

Wal dhabbii fi shakkiin worroonni Yesuus nuuf jecha du'ee jedhan keessa jiran inni Shanaffaa;

5ffaa- Guyyaan Yesuus fannifamee jedhamu, eega guyyaan Faasiikaa dabree booda moo guyyaa Faasiikaa duraโ‰๏ธ

5๐Ÿ…ฐ๏ธ. Eega guyyaan Faasiikaa dabree booda kan jedhu ka #Wangeela #Yohannis 19:13-16 ttu sirriidha moo?

5๐Ÿ…ฑ๏ธ. Ka guyyaa Faasiikaa dura jedhu ka Wangeela #Maarqos 14:12-18 ttu sirriidha?

Isa kamtuu sirriidha?

๐Ÿ…ฐ๏ธ. #Wangeela #Yohannis 19:13-16
13. Philaaxos dubbii kana dhaga'ee Yesusin gad baasee, iddoo dhagaa buufamaa isa afaan Ibraayisxiitti "Gabataa" jedhamutti, barcuma firdii irra taa'e.
14. #Kunis #guyyaa #qophee #Faasiikaa gara sa'aatii ja'affaatti ture. Philaaxos yommus Yihudqotaan, "Ilaa mootii keessan" jedhe.
โ—
โ—
16. Yommus akka inni fannifamuuf dabarsee isaanitti isa kenne; isaan akkasitti Yesusin fuudhanii adeeman.
แ‹จแ‹ฎแˆแŠ•แˆต แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 19:
13. แŒฒแˆ‹แŒฆแˆตแˆ แ‹ญแˆ…แŠ• แŠแŒˆแˆญ แˆฐแˆแ‰ถ แŠขแ‹จแˆฑแˆตแŠ• แ‹ˆแ‹ฐ แ‹แŒญ แŠ แ‹ˆแŒฃแ‹แฅ แ‰ แ‹•แ‰ฅแˆซแ‹ญแˆตแŒฅแˆ แŒˆแ‰ แ‰ณ แ‰ แ‰ฐแ‰ฃแˆˆแ‹ แŒธแแŒธแ แ‰ แˆšแˆ‰แ‰ต แˆตแแˆซ แ‰ แแˆญแ‹ต แ‹ˆแŠ•แ‰ แˆญ แ‰ฐแ‰€แˆ˜แŒ แข
14. #แˆˆแ‹แˆฒแŠซแˆ #แ‹จแˆ›แ‹˜แŒ‹แŒ€แ‰ต #แ‰€แŠ• แŠแ‰ แˆจแค แˆตแ‹ตแˆตแ‰ต แˆฐแ‹“แ‰ตแˆ แ‹จแˆšแ‹ซแˆ…แˆ แŠแ‰ แˆจแค แŠ แ‹ญแˆแ‹ตแŠ•แˆแข แŠฅแŠแˆ† แŠ•แŒ‰แˆฃแ‰ฝแˆ แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข
โ—
โ—
16.แˆตแˆˆแ‹šแˆ… แ‰ แ‹šแ‹ซแŠ• แŒŠแ‹œ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆฐแ‰€แˆ แŠ แˆณแˆแŽ แˆฐแŒฃแ‰ธแ‹แข

     VS (#contradict #with)

๐Ÿ…ฑ๏ธ. #Maarqos 14:12-18 Jalqaba ayyaana Maxinootti, #namoonni #hoolaa #Faasiikaa #erga #qalanii #booddee, bartoonni isaa, "#Hoolaa #Faasiikaa akka #nyaattuuf eessa dhaqnee akka qopheessinu barbaadda?" jedhanii Yesusin gaafatan. Yommus inni bartoota isaa keessaa lama ergee, "Mandarichatti lixaa! Namni okkotee bishaanii baatu tokkos isinitti in dhufa; isa duukaa dhaqaa! Manuma namichi itti galuttis abbaa manaatiin, 'Manni keessummaa kan ani bartoota koo wajjin keessatti #irbaata #Faasiikaa #nyaadhu #eessa? siin jedha #barsiisaan' ittiin jedhaa!Namichi yommus mana mana irraa keessaa kutaa bal'aa, mi'a manaatiin guutee afame tokko, isinitti in argisiisa. #Achitti #nuuf #qopheessaa!" jedhe. Bartoonni sun ka'anii gara mandaraa dhaqan; akkuma inni isaanitti himettis argatanii, achitti #irbaata #Faasiikaa #qopheessan. Yommuu galgalaa'e #Yesus bartoota isaa kudha lamaanii wajjin in dhufe. Maaddiitti taa'anii #nyaachaa #utuu #jiraniis #Yesus, "Dhuguman isiniin jedha, isin keessaa, #inni #anaa #wajjin #nyaachuutti #jiru #tokko, dabarsee na kennuuf jira" jedhe.
#แ‹จแˆ›แˆญแ‰†แˆต #แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ   14:12-18 แ‹แˆฒแŠซแŠ• แ‰ แˆšแ‹ซแˆญแ‹ฑแ‰ แ‰ต แ‰ แ‰‚แŒฃ แ‰ แ‹“แˆ แˆ˜แŒ€แˆ˜แˆชแ‹ซ แ‰€แŠ• แ‹ฐแ‰€ แˆ˜แ‹›แˆ™แˆญแ‰ฑแข #แ‹แˆฒแŠซแŠ• #แ‰ตแ‰ แˆ‹ #แ‹˜แŠ•แ‹ต แ‹ˆแ‹ดแ‰ต แˆ„แ‹ฐแŠ• แˆแŠ“แˆฐแŠ“แ‹ณ แ‰ตแ‹ˆแ‹ณแˆˆแˆ…? แŠ แˆ‰แ‰ตแข แŠจแ‹ฐแ‰€ แˆ˜แ‹›แˆ™แˆญแ‰ฑแˆ แˆแˆˆแ‰ต แˆ‹แŠจ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ…แˆ แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข แ‹ˆแ‹ฐ แŠจแ‰ฐแˆ› แˆ‚แ‹ฑแฅ แˆ›แ‹ตแŒ‹ แ‹แŠƒ แ‹จแ‰ฐแˆธแŠจแˆ˜ แˆฐแ‹แˆ แ‹ญแŒˆแŠ“แŠ›แ‰ฝแŠ‹แˆแค แ‰ฐแŠจแ‰ฐแˆ‰แ‰ตแฅ แ‹จแˆšแŒˆแ‰ฃแ‰ แ‰ตแŠ•แˆ แ‹จแ‰คแ‰ฑแŠ• แŒŒแ‰ณแข #แˆ˜แˆแˆ…แˆฉแข #แŠจแ‹ฐแ‰€ #แˆ˜แ‹›แˆ™แˆญแ‰ด #แŒ‹แˆญ #แ‹แˆฒแŠซแŠ• #แ‹จแˆแ‰ แˆ‹แ‰ แ‰ต แ‹จแŠฅแŠ•แŒแ‹ณ แ‰คแ‰ต แ‹ˆแ‹ดแ‰ต แŠแ‹? แ‹ญแˆ‹แˆ แ‰ แˆ‰แ‰ตแข แŠฅแˆญแˆฑแˆ แ‰ แ‹ฐแˆญแ‰ฅ แˆ‹แ‹ญ แ‹ซแˆˆแ‹แŠ• แ‹จแ‰ฐแˆฐแŠ“แ‹ณแŠ“ แ‹จแ‰ฐแŠแŒ แˆ แ‰ณแˆ‹แ‰… แŠ แ‹ณแˆซแˆฝ แ‹ซแˆณแ‹ซแ‰ฝแŠ‹แˆแค แ‰ แ‹šแ‹ซแˆ แŠ แˆฐแŠ“แ‹ฑแˆแŠ•แข แ‹ฐแ‰€ แˆ˜แ‹›แˆ™แˆญแ‰ฑแˆ แ‹ˆแŒก แ‹ˆแ‹ฐ แŠจแ‰ฐแˆ›แˆ แˆ„แ‹ฐแ‹ แŠฅแŠ•แ‹ณแˆ‹แ‰ธแ‹ แŠ แŒˆแŠ™แฅ #แ‹แˆฒแŠซแŠ•แˆ #แŠ แˆฐแŠ“แ‹ฑแข แ‰ แˆ˜แˆธแˆ แŒŠแ‹œ #แŠจแŠ แˆฅแˆซ #แˆแˆˆแ‰ฑ #แŒ‹แˆญ #แˆ˜แŒฃแข แ‰ฐแ‰€แˆแŒ แ‹แˆ แˆฒแ‰ แˆ‰ แŠขแ‹จแˆฑแˆตแข แŠฅแ‹แŠแ‰ต แŠฅแˆ‹แ‰ฝแŠ‹แˆˆแˆแฅ แŠจแŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ แŠ แŠ•แ‹ฑแฅ แŠฅแˆญแˆฑแˆ #แŠจแŠฅแŠ” #แŒ‹แˆญ #แ‹จแˆšแ‰ แˆ‹แ‹ แŠ แˆณแˆแŽ แ‹ญแˆฐแŒ แŠ›แˆ แŠ แˆˆแข

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu:

1ffaa- Kitaabuma worroonni Yesuus cubbuu keennaaf du'ee, nuuf fannifamee jedhan keessatti, eddoo tokkotti #Yesuus #eega guyyaan #Faasiikaa #dabree #booda #ajjefamee jedhaa , eddoo birootti ammoo #Yesuus #guyyaa #Faasiikaa #dura #ajjefame jechuun isaa , dubbii Rabbiin Qura'anaa isaa suuraa 4:157 keessatti dubbate (worroonni Yesuus ajjefame jedhan, #dubbii #wol #dhabbii fi #shakkii keessatti #dubbataa jiran jedhe) dhugaa ta'uu agarsiisa.

2ffaa- #Wol #dhabbiin (#contradiction), kitaaba Macaafa Qulqulluu jedhamu keessatti, dhimma Yesuus du'e jedhu irratti argamuun, worroonni dubbatan ragaa qabatamaa akka hin qabne fi shakkiin akka haasawaa turan, ragaan asii olitti laalle, ragaa ifa baasaa haasofni Yesuus du'ee jedhu dubbii fudhatama hin qabne ta'uu mirkaneessan hedduu keessaa, tokko ta'uu qabatamaan mirkaneessaa jechuudha.

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

โ†ช #Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1แŠ› แ‹ˆแ‹ฐ แ‰ฐแˆฐแˆŽแŠ•แ‰„ แˆฐแ‹Žแ‰ฝ 5:21 แˆแˆ‰แŠ• แˆแ‰ตแŠ‘ #แˆ˜แˆแŠซแˆ™แŠ•แˆ #แ‹ซแ‹™แค ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†dhaamsa jedhu isinii dhaamaa.


Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ

https://t.me/Xaaliburidallah