Hiikni #Gooftaa/ #Gooftumma jedhu waan uumama (dhabama irraa argamaa ta'e) hunda irratti, Yesuusillee dabalatee jechu, akka #Waaqa #jechuu #hin #taane beektuu?
Yesuus Gooftaa jedhamee kitaaba kakuu moofaa yookaa haarawa jedhamu keessatti dubbatamuun #Yesuus #Waaqa #jechuu #hin #argisiisu. Sababni isaa 'Gooftaa' jechi jedhu Waaqa waa hunda uumeef yoo taate Waaqumma yoo agarsiisu garuu wanta #uumamaa kamiifuu hiikni isaa ( #hoogganaa yookaa #ajaja yookaa #dura #ta'aa kkf gabaabinnaan waan aangoon wol qabatu ta'uu agarsiisa jechu. Mee fakkeenna muraasa fudhanne haa ilaallu koottaa đ
đđđđđđđ
#Yohannis 5:27
" Inni ilma namaa isa ulfina-qabeessa waan ta'eef, #abbaan isaa firdii akka inni faraduuf #gooftummaa kenneeraaf."
đđđđđđđ
đ
Gooftummaa hiikni isaa eddoo kanatti Waaqumma jechuu osoo hin taane aangoo jechuudha.
Waaqni Yesuusii Waaqumma kenne jechuudha osoo jenne Waaqa 2 ta'aa jechu, akkasumas waaqumman aangoo ittiin nama shuuman ta'aa jirti jechuu akeeka kun ammoo sammuu nama waa yaaddu biratti akka hin taane ifa galaadha. Dabalataanis akka ifa nama ta'uu mee ragaawwan asii gadii haa ilaalluu; đ
đđđđđđđ
1ffaa- Maarqos 2:28
" Egaa #ilmi #namaa Sanbata irratti iyyuu #gooftaa dha" isaaniin jedhe."
áĽáá˛áá #á¨á°á #áá áá°áá áľ áĽááł #ááłá áá á áá¸áá˘
Therefore the #Son of #man is #Lord also of the sabbath.
2ffaa- 1 Pheexros 3:6 đ
" #Saaraan akkas #Abrahaamiif abboomamaa, #gooftaa #koo jettees isa waamaa turte; ammas isin gaarii yoo gootan, doorsisa tokkos hin sodaattan yoo ta'e, ijoollee ishee ta'uu keessan."
áĽáá˛áá #áŁáŤ #áá áĽáááᢠ#ááł áĽá áĽá¨á áŤá˝á áłááá˝ááľá¤ áĽááá°á á¨ááŤáľá°ááἠááá á ááłá˝ áĽááł áłáľáአáááŤá áĽáłá°áá ááá˝á áá˝áá˘
3ffaa- Seera Ba'uu 32:22 đ
" #Aaron immoo deebisee #Museedhaan, "Ati #gooftaan koo aartee hin boba'in, sabni kun hammeenyatti qabamee akka jiru ati iyyuu beekta; "
#á áŽáá áĽáá˛á á áጠ#ááłáŹ ááἠááŁá á ááá áᤠáá ááἠáááľá áĽáá˛ááľáľ á áá° áłáááá á˘
đđđđđđđ
Wolumaa galatti, Yesuus Macaafa Qulqulluu keessatti Gooftaa jedhamuun isaa Yesuus Waaqaa jechuu miti. Sababni isaa 'Gooftaa' jedhame ka waamame kitaaba kana keessatti Yesuus qofaa miti. Yoo Yesuus Gooftaa jechuun Waaqumma isaa argisiisa ka jedhan taate namoonni Gooftaa jedhaman hundi fkn Abraham, Muuseen inumaayyu ilmi nama hundi, akka yaada kanaatti Waaqa jedhamuu qabu jechu, Kun ammo waan fudhatama hin qabne. Kanaafuu Yesuus Gooftaa jedhamuun aangoo malee Waaqumma akka hin argisiifne sammuun waan xiinxallituu fi qalbiin waa hubattu ifatti beektii jechu.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
âťď¸âťď¸âťď¸âťď¸By:XR âťď¸âťď¸âťď¸
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa đ
https://t.me/Xaaliburidallah

Telegram
Turullee Dhugatu Mo'ata
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.