Turullee Dhugatu Mo'ata
11.6K subscribers
537 photos
141 videos
118 files
432 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

🥦🥦🥦🥦🥦🥦
#Kutaa #30ffaa
🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Gilgaala #sammuu #shaakalchiisuu

Ragaawwan boqannaa asii gadii dubbisuun, hiikkaa sirrii #gooftaa jedhu, hima ibsu filadhu.

A. Seera Ba'uu 32:22
" #Aaron immoo deebisee #Museedhaan, "Ati #gooftaan koo aartee hin boba'in, sabni kun hammeenyatti qabamee akka jiru ati iyyuu beekta; "
#አሮንም እንዲህ አለ፦ #ጌታዬ ሆይ፥ ቍጣህ አይቃጠል፤ ይህ ሕዝብ ክፋትን እንዲወድድ አንተ ታውቃለህ። Kanaafuu #Muuseen #Gooftaa/#ጌታ jedhamuun, inni #Waaqa jechuudha.

B. #1 #Pheexros 3:6
" #Saaraan akkas #Abrahaamiif abboomamaa, #gooftaa #koo jettees isa waamaa turte; ammas isin gaarii yoo gootan, doorsisa tokkos hin sodaattan yoo ta'e, ijoollee ishee ta'uu keessan." እንዲሁም #ሣራ #ለአብርሃም#ጌታ ብላ እየጠራችው ታዘዘችለት፤ እናንተም ከሚያስደነግጥ ነገር አንዳች እንኳ ሳትፈሩ መልካም ብታደርጉ ልጆችዋ ናችሁ። Kanaafuu #Abrahaam #Gooftaa/#ጌታ jedhamuun, inni #Waaqa jechuudha.

C. #Maarqos 2:28
" Egaa #ilmi #namaa Sanbata irratti iyyuu #gooftaa dha" isaaniin jedhe." እንዲሁም #የሰው #ልጅ ለሰንበት እንኳ #ጌታዋ ነው አላቸው። Kanaafuu #ilmi #namaa #Gooftaa/#ጌታ jedhamuun, inni #Waaqa jechuudha.

D. Akkuma Muuseen, Abraaham fi ilmi namaa hundi macaafa keessatti #Gooftaa/ #ጌታ jedhamuun #Waaqaa jechuu #hin #taanetti, Yesuus eddoo gara garaatti #Gooftaa/ #ጌታ jedhamuun #Waaqa #jechuu #akka #hin #taane ifatti mirkaneessa.

🥦🥦🥦🥦🥦🥦

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu;

1ffaa- Hiikni #Gooftaa/#ጌታ jedhu, waan uumama (dhabama irraa argamaa ta'e) hunda irratti, Yesuusillee dabalatee jechu, akka #Waaqa #jechuu #hin #taane mirkaneessa.
Fkn. #Yohannis 5:27
" Inni ilma namaa isa ulfina-qabeessa waan ta'eef, #abbaan isaa firdii akka inni faraduuf #gooftummaa kenneeraaf."

Gooftummaa hiikni isaa eddoo kanatti #Waaqumma jechuu osoo #hin #taane #aangoo jechuudha.
Waaqni Yesuusii Waaqumma kenne jechuudha osoo jenne Waaqa 2 ta'aa jechu, akkasumas waaqumman aangoo ittiin nama shuuman ta'aa jirti jechuu akeeka, kun ammoo sammuu nama waa yaaddu biratti akka hin taane ifa galaadha.

2ffaa- Yesuus Macaafa Qulqulluu keessatti Gooftaa jedhamuun isaa #Yesuus #Waaqaa #jechuu #miti. Sababni isaa '#Gooftaa' jedhame ka waamame kitaaba kana keessatti #Yesuus #qofaa #miti. Yoo Yesuus Gooftaa jechuun Waaqumma isaa argisiisa ka jedhan taate #namoonni #Gooftaa #jedhaman #hundi fkn #Abraham, #Muuseen inumaayyu #ilmi #nama #hundi, akka yaada kanaatti #Waaqa #jedhamuu #qabu jechu, Kun ammo waan fudhatama hin qabne. Kanaafuu Yesuus Gooftaa jedhamuun #aangoo malee Waaqumma akka hin argisiifne, sammuun waan xiinxallituu fi qalbiin waa hubattu ifatti beektii jechu.

3ffaa- Wolumaa galatti, Yesuus Gooftaa jedhamee kitaaba kakuu moofaa yookaa haarawa jedhamu keessatti dubbatamuun, #Yesuus #Waaqa #jechuu #hin #argisiisu. Sababni isaa 'Gooftaa' jechi jedhu Waaqa waa hunda uumeef yoo taate #Waaqumma yoo agarsiisu, garuu wanta #uumamaa kamiifuu hiikni isaa #hoogganaa yookaa #ajaja yookaa #dura #ta'aa kkf jechuu akka ta'e yookaa #waan #aangoon #wol #qabatu #qofa akka ta'e, agarsiisa jechu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa 👇

https://t.me/Xaalibu6504
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

🥦🥦🥦🥦🥦🥦
#Kutaa #45ffaa
🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Gilgaala: Hubannoo duraan sammuu keessaa qabnuu fi ragaawwan dubbisnu wol bira qabuun, kallattii dhugaa  ittiin madaallu:


🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦

Wal dhabbii fi shakkiin worroonni Yesuus nuuf jecha du'ee jedhan keessa jiran inni Shanaffaa;

5ffaa- Guyyaan Yesuus fannifamee jedhamu, eega guyyaan Faasiikaa dabree booda moo guyyaa Faasiikaa dura⁉️

5🅰️. Eega guyyaan Faasiikaa dabree booda kan jedhu ka #Wangeela #Yohannis 19:13-16 ttu sirriidha moo?

5🅱️. Ka guyyaa Faasiikaa dura jedhu ka Wangeela #Maarqos 14:12-18 ttu sirriidha?

Isa kamtuu sirriidha?

🅰️. #Wangeela #Yohannis 19:13-16
13. Philaaxos dubbii kana dhaga'ee Yesusin gad baasee, iddoo dhagaa buufamaa isa afaan Ibraayisxiitti "Gabataa" jedhamutti, barcuma firdii irra taa'e.
14. #Kunis #guyyaa #qophee #Faasiikaa gara sa'aatii ja'affaatti ture. Philaaxos yommus Yihudqotaan, "Ilaa mootii keessan" jedhe.


16. Yommus akka inni fannifamuuf dabarsee isaanitti isa kenne; isaan akkasitti Yesusin fuudhanii adeeman.
የዮሐንስ ወንጌል 19:
13. ጲላጦስም ይህን ነገር ሰምቶ ኢየሱስን ወደ ውጭ አወጣው፥ በዕብራይስጥም ገበታ በተባለው ጸፍጸፍ በሚሉት ስፍራ በፍርድ ወንበር ተቀመጠ።
14. #ለፋሲካም #የማዘጋጀት #ቀን ነበረ፤ ስድስት ሰዓትም የሚያህል ነበረ፤ አይሁድንም። እነሆ ንጉሣችሁ አላቸው።


16.ስለዚህ በዚያን ጊዜ እንዲሰቀል አሳልፎ ሰጣቸው።

     VS (#contradict #with)

🅱️. #Maarqos 14:12-18 Jalqaba ayyaana Maxinootti, #namoonni #hoolaa #Faasiikaa #erga #qalanii #booddee, bartoonni isaa, "#Hoolaa #Faasiikaa akka #nyaattuuf eessa dhaqnee akka qopheessinu barbaadda?" jedhanii Yesusin gaafatan. Yommus inni bartoota isaa keessaa lama ergee, "Mandarichatti lixaa! Namni okkotee bishaanii baatu tokkos isinitti in dhufa; isa duukaa dhaqaa! Manuma namichi itti galuttis abbaa manaatiin, 'Manni keessummaa kan ani bartoota koo wajjin keessatti #irbaata #Faasiikaa #nyaadhu #eessa? siin jedha #barsiisaan' ittiin jedhaa!Namichi yommus mana mana irraa keessaa kutaa bal'aa, mi'a manaatiin guutee afame tokko, isinitti in argisiisa. #Achitti #nuuf #qopheessaa!" jedhe. Bartoonni sun ka'anii gara mandaraa dhaqan; akkuma inni isaanitti himettis argatanii, achitti #irbaata #Faasiikaa #qopheessan. Yommuu galgalaa'e #Yesus bartoota isaa kudha lamaanii wajjin in dhufe. Maaddiitti taa'anii #nyaachaa #utuu #jiraniis #Yesus, "Dhuguman isiniin jedha, isin keessaa, #inni #anaa #wajjin #nyaachuutti #jiru #tokko, dabarsee na kennuuf jira" jedhe.
#የማርቆስ #ወንጌል   14:12-18 ፋሲካን በሚያርዱበት በቂጣ በዓል መጀመሪያ ቀን ደቀ መዛሙርቱ። #ፋሲካን #ትበላ #ዘንድ ወዴት ሄደን ልናሰናዳ ትወዳለህ? አሉት። ከደቀ መዛሙርቱም ሁለት ላከ እንዲህም አላቸው። ወደ ከተማ ሂዱ፥ ማድጋ ውኃ የተሸከመ ሰውም ይገናኛችኋል፤ ተከተሉት፥ የሚገባበትንም የቤቱን ጌታ። #መምህሩ#ከደቀ #መዛሙርቴ #ጋር #ፋሲካን #የምበላበት የእንግዳ ቤት ወዴት ነው? ይላል በሉት። እርሱም በደርብ ላይ ያለውን የተሰናዳና የተነጠፈ ታላቅ አዳራሽ ያሳያችኋል፤ በዚያም አሰናዱልን። ደቀ መዛሙርቱም ወጡ ወደ ከተማም ሄደው እንዳላቸው አገኙ፥ #ፋሲካንም #አሰናዱ። በመሸም ጊዜ #ከአሥራ #ሁለቱ #ጋር #መጣ። ተቀምጠውም ሲበሉ ኢየሱስ። እውነት እላችኋለሁ፥ ከእናንተ አንዱ፥ እርሱም #ከእኔ #ጋር #የሚበላው አሳልፎ ይሰጠኛል አለ።

🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu:

1ffaa- Kitaabuma worroonni Yesuus cubbuu keennaaf du'ee, nuuf fannifamee jedhan keessatti, eddoo tokkotti #Yesuus #eega guyyaan #Faasiikaa #dabree #booda #ajjefamee jedhaa , eddoo birootti ammoo #Yesuus #guyyaa #Faasiikaa #dura #ajjefame jechuun isaa , dubbii Rabbiin Qura'anaa isaa suuraa 4:157 keessatti dubbate (worroonni Yesuus ajjefame jedhan, #dubbii #wol #dhabbii fi #shakkii keessatti #dubbataa jiran jedhe) dhugaa ta'uu agarsiisa.

2ffaa- #Wol #dhabbiin (#contradiction), kitaaba Macaafa Qulqulluu jedhamu keessatti, dhimma Yesuus du'e jedhu irratti argamuun, worroonni dubbatan ragaa qabatamaa akka hin qabne fi shakkiin akka haasawaa turan, ragaan asii olitti laalle, ragaa ifa baasaa haasofni Yesuus du'ee jedhu dubbii fudhatama hin qabne ta'uu mirkaneessan hedduu keessaa, tokko ta'uu qabatamaan mirkaneessaa jechuudha.

🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1ኛ ወደ ተሰሎንቄ ሰዎች 5:21 ሁሉን ፈትኑ #መልካሙንም #ያዙ👆👆👆dhaamsa jedhu isinii dhaamaa.


Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️

https://t.me/Xaaliburidallah
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#Ajaa'iba_Qur’aana_Mana #Amantaa_isaanii_keessatti barsiisuu.

Wohii tolaa, mee hin tuffatinaa dhageefadhaa.

Odeefannoon ilma namaatiif baayyee barbaachisaadha.

#Nuti_eessa_jirra, #namoonni_biroo_eessa_jiru⁉️

Isaan #maaltu akkanatti isaan #maraacha⁉️

#Nuhii kana hoo, maaltu akkanatti #nu_raffisa⁉️

"Dhiira ta'anii dhiiratti hawwuun fafaa" jedhu hayyoonni yoo makmaakan.

https://t.me/Xaaliburidallah
#Naannoo_Sidaamaa #Godina_Cirooneetti Alhamdulillah hara'allee Rabbiin nu milkeesse.

#Naannoo_Sidaamaa
#Godina_Ciroone magaalaa Cirooneetti #Guyyaa_14/07/2024 ykn 07/11/2016 namoonni dhiirri 18 fi dhalaa 6 wolumaa galaatti #namoonni_24 Amantii dhaloota isaanii Islaamummaa deebi'anii jiruu Alhamdulillaah. Tuun tanaa tuun ganaa. Inshaa Allah

https://t.me/Xaaliburidallah
#Naannoo_Sidaamaa #Godina_Malgaa, Ganda Abake Xoorsheetti namoonni 655 Islaamummaa fudhatan. Alhamdulillah hara'allee Rabbiin nu milkeesse.

#Naannoo_Sidaamaa #Godina_Malgaa, #Ganda_Abake_Xoorsheetti #Guyyaa_01/08/2024 ykn 25/11/2016 #namoonni_655 Amantii dhaloota isaanii Islaamummaa deebi'anii jiruu Alhamdulillaah. Tuun tanaa tuun ganaa. Inshaa Allah

https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Gugumaa
#namoonni_483 Islaamummaa fudhatan.

#Naannoo_Sidaamaa #Magaalaa_Gugumaatti #Guyyaa_15/08/2024 ykn 09/12/2016 Dhiiraa 399 fi dubartoota 84 wolumaa galatti #namoonni_483 Islaamummaa faaruun kan Rabbiitii fudhatanii jiru. Tuun tanaa tuun ganaa. Inshaa Allah

https://t.me/Xaaliburidallah