#Magaala_Boqojjii
#Yoo_Rabbiin_namaa_tumse, Namni nama mo'atuu danda'u kamuu hin jiru.
Faaruun kan Rabbii faarfamuu haqa taasifatuutii, sagantaa #Guyyaa 02/06/2024 or 25/09/2016tti magaalaa Boqojjii irraatti karoorfamee ture tola Rabbii keennaatiin, erga sanaa duaa'ii hawaasa badhaatii fi tattaaffii #Dargaggootaa_Godina #Arsii_Bahaa, keessattuu #Magaalaa_Maraarootii fi hoggantoota Koree sagantaatiin, sagantaan keenna milkaahee haala bareedaan geggeessinee xumurree gallee jirraa. Alhamdulillah. Hunda worra kaayyoo tana milkeessuuf ifaajee, mindaa keessan Rabbiin duniyaa fi Aakeratillee isinii haa kafalu. Akkasumas Dargaggootaa Magaalaa Boqojjii fi Hawaasa Magaalaa Boqojjii dhiiraa fi dhalaan, kabajaa fi jaalalli isin naaf agarsiiftan jechaan ibsuu hin danda'u, Rabbiin qananii Ganda lameenii isinii haa kennuu. Amiiiiiiiin
https://t.me/Xaaliburidallah

#Nageellee_Arsii
#Dhaabbata_Dargaggoota Nageellee Arsii
Sagantaa xumura waagaa kanaa, kan dargaggootaa #guyyaa_02/10/2016 yookaa 09/06/2024 gegeeffame irraatti hirmaatuun koo hedduu na gammachiisee. Dhaloota amaanaa itti kenname
#Islaamummaa_Addunyaadhaaf leenjii jedhu fudhataa turan gara hojitti jijjiruun, amaanaan ergamaa Rabbii Masjid qofa keessatti hafuu hin qabu jechuun, #da'awaa_karaa_irraatti bahanii lallabuun, yoo xinnaata #namoota_soddomaa_ol #kufrii_keessaa gara #amantaa_dhaloota_isaanii fiduun bu'aa bareeda fiduu danda'anii jiruu. #Rabbiin hojii bareedaan isaan carraaqan #isaan_irraa_haa_jaalatu. Dargaggoota akkanaa eddoo maratti Rabbiin nuuf haa heddummeessu. Amiiiiiiiin

VID20240802114028.mp4
709.9 MB
#Magaalaa_Wotaraatti #namoonni_750 Islaamummaa fudhatan.
#Naannoo_Sidaamaa #Godina_Malgaa, #Magaalaa_Wotaraatti #Guyyaa_02/08/2024 ykn 26/11/2016 #Dhiira_510 fi #Dubartii_240 wolii galatti #namoonni_750 Islaamummaa faaruun kan Rabbiitii fudhatanii jiru. Tuun tanaa tuun ganaa. Inshaa Allah