Turullee Dhugatu Mo'ata
11.6K subscribers
537 photos
141 videos
118 files
432 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Garaa #garummaa #Yesuusiitii fi #Waaqaa

#Yesuus akka #Waaqa #hin #taane worra shakkii qabuuf ragaa kitaaba isaanii keessatti argamu kumaatama keessaa muraasa 👇

Kutaa 1️⃣ffaa

#Yesuus waan Waaqni #aangoo isaa kenname malee waa #hunda #hojjachuu #hin #danda'uu garuu #Waaqni waan #dadhabu #tokko #hin #qabu.

Maarqos 6:5
" Harka isaa dhukkubsatoota muraasa irra kaa'ee isaan fayyise malee, kana irra kan caalu #hojii #aangoo achitti #hojjechuu #hin #dandeenye."

Vs

Luqaas 1:37
" #Waaqayyoof wanti #dadhabamu #hin #jiru" jedhee deebiseef."

#Rabbii gabbaramaa dhugaa ka #waan #hunda #irratti #danda'a ta'e san qofa gabbaruun (waaqeffatuun) #hayyumma fi #namumma #dhugaati.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa 👇

@Xaalibu6504
#Amantiin Rabbiin #filate yookaa #jaalate, Amantii tamii beektuu? 👇🏻👇🏻👇🏻
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀

Namni kamuu Amantiin inni hordofu sun amantii sirriiti/dhugaa, Amantii Waaqaati/Rabbiiti, Amntii caaltu jechuun yaada yookaa amana. Garuu wonti nama dinqisiisu tokko, #Amantii #Islaamaa malee amantiin ragaa qabdu #takkallee #hinjirtu.👌

🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀

#Islaamumman Amantii Rabbiin #filate/#jaalate ta’uu yoo beekuu feetan 👇🏻👇🏻👇🏻

🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀

1ffaa- Surah Al-Maa'idah suuraa 5, verses:3 👇🏻👇🏻👇🏻

ٱلۡيَوۡمَ أَكۡمَلۡتُ لَكُمۡ دِينَكُمۡ

وَأَتۡمَمۡتُ عَلَيۡكُمۡ نِعۡمَتِي

وَرَضِيتُ لَكُمُ ٱلۡإِسۡلَٰمَ دِينٗاۚ

“Amantii keessan har'a isiniif guuteera, ni’imaawwan kiyyas isin irratti guuteera #Amantiis #Islaama isiniif #jaaladheera.”
ዛሬ ሃይማኖታችሁን ለናንተ ሞላሁላችሁ፡፡ ጸጋዬንም በናንተ ላይ ፈጸምኩ፡፡ ለእናንተም #ኢስላምን #ከሃይማኖት በኩል ወደድኩ፡፡

🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇

2ffaa- Suuraa Aal-Imraan 3:19
إِنَّ ٱلدِّينَ عِندَ ٱللَّهِ ٱلۡإِسۡلَٰمُۗ

Dhugumatti #amantiin #Rabbiin biratti [fudhatama qabu] #Islaama #qofa.
3:19 - አላህ ዘንድ (#የተወደደ) #ሃይማኖት #ኢስላም #ብቻ ነው፡፡

🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇

Namni Islaamummaan ala, Amantiin Rabbii yookaa Waaqaan filate yookaa jaalate ni jira jedhee ragaan dubbatu ni jiraa jettanii yaadduu?

Abbaa feetanuu gaafadha, Amantii 10,131 yeroo ammaan tana adduniyaa irra jiran keessaa, #Amantii #Ragaa qabatamaa #qabu Islaamumma malee #hin #argamne, #hin #argamulle.

Nama Islaamumman ala jiru biliiyoona feetanille gaafattan, nama malaan Amantii kiyyatuu Amantii Waaqni filate jedhee #malaan haasawu yoo argitan malee, #namuma #tokko ka Amantii Isalaamummaatin ala jiraatee, Amantiin isaa sun Amantii Waaqaa ta'uu kitaaba Amantii isaa keessa #ragaan #siif #mirkaneessuu tokkolle gonkumaa #hin #argitu. Amma boodalle #hin #argamu.

Nama Islaamumman ala jiru tokko yoo qananii ati keessa jirtu himuufii barbaaddee fi dukkana inni keessatti dhama'aa jiru yoo itti mudhisuu feete, waan guddaa itti haasawu hin yaalinii, #Islamummaan tiyya #ragaa #qabdee tee hoo jedhiin? #Hundi nama #Islaamumman #ala jiruu, ka yoo biroo hayyu,colle, nama jaba kkf ati jettulle gaafii tanaan #zerotti (0) deebi'aa jechu.

Faaruun kan Rabbii keennaatii, ka Amantii ufii jaalate nu qabachiise.

Islaamumma Rabbiin filate tun Amantii akkamiiti? Ka jedhu kutaa itti aanu keessatti yoo Rabbiin nuuf fedhe laalla nu eegadhaa

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa 👇

https://t.me/Xaalibu6504
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

🥦🥦🥦🥦🥦🥦
#Kutaa #30ffaa
🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Gilgaala #sammuu #shaakalchiisuu

Ragaawwan boqannaa asii gadii dubbisuun, hiikkaa sirrii #gooftaa jedhu, hima ibsu filadhu.

A. Seera Ba'uu 32:22
" #Aaron immoo deebisee #Museedhaan, "Ati #gooftaan koo aartee hin boba'in, sabni kun hammeenyatti qabamee akka jiru ati iyyuu beekta; "
#አሮንም እንዲህ አለ፦ #ጌታዬ ሆይ፥ ቍጣህ አይቃጠል፤ ይህ ሕዝብ ክፋትን እንዲወድድ አንተ ታውቃለህ። Kanaafuu #Muuseen #Gooftaa/#ጌታ jedhamuun, inni #Waaqa jechuudha.

B. #1 #Pheexros 3:6
" #Saaraan akkas #Abrahaamiif abboomamaa, #gooftaa #koo jettees isa waamaa turte; ammas isin gaarii yoo gootan, doorsisa tokkos hin sodaattan yoo ta'e, ijoollee ishee ta'uu keessan." እንዲሁም #ሣራ #ለአብርሃም#ጌታ ብላ እየጠራችው ታዘዘችለት፤ እናንተም ከሚያስደነግጥ ነገር አንዳች እንኳ ሳትፈሩ መልካም ብታደርጉ ልጆችዋ ናችሁ። Kanaafuu #Abrahaam #Gooftaa/#ጌታ jedhamuun, inni #Waaqa jechuudha.

C. #Maarqos 2:28
" Egaa #ilmi #namaa Sanbata irratti iyyuu #gooftaa dha" isaaniin jedhe." እንዲሁም #የሰው #ልጅ ለሰንበት እንኳ #ጌታዋ ነው አላቸው። Kanaafuu #ilmi #namaa #Gooftaa/#ጌታ jedhamuun, inni #Waaqa jechuudha.

D. Akkuma Muuseen, Abraaham fi ilmi namaa hundi macaafa keessatti #Gooftaa/ #ጌታ jedhamuun #Waaqaa jechuu #hin #taanetti, Yesuus eddoo gara garaatti #Gooftaa/ #ጌታ jedhamuun #Waaqa #jechuu #akka #hin #taane ifatti mirkaneessa.

🥦🥦🥦🥦🥦🥦

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu;

1ffaa- Hiikni #Gooftaa/#ጌታ jedhu, waan uumama (dhabama irraa argamaa ta'e) hunda irratti, Yesuusillee dabalatee jechu, akka #Waaqa #jechuu #hin #taane mirkaneessa.
Fkn. #Yohannis 5:27
" Inni ilma namaa isa ulfina-qabeessa waan ta'eef, #abbaan isaa firdii akka inni faraduuf #gooftummaa kenneeraaf."

Gooftummaa hiikni isaa eddoo kanatti #Waaqumma jechuu osoo #hin #taane #aangoo jechuudha.
Waaqni Yesuusii Waaqumma kenne jechuudha osoo jenne Waaqa 2 ta'aa jechu, akkasumas waaqumman aangoo ittiin nama shuuman ta'aa jirti jechuu akeeka, kun ammoo sammuu nama waa yaaddu biratti akka hin taane ifa galaadha.

2ffaa- Yesuus Macaafa Qulqulluu keessatti Gooftaa jedhamuun isaa #Yesuus #Waaqaa #jechuu #miti. Sababni isaa '#Gooftaa' jedhame ka waamame kitaaba kana keessatti #Yesuus #qofaa #miti. Yoo Yesuus Gooftaa jechuun Waaqumma isaa argisiisa ka jedhan taate #namoonni #Gooftaa #jedhaman #hundi fkn #Abraham, #Muuseen inumaayyu #ilmi #nama #hundi, akka yaada kanaatti #Waaqa #jedhamuu #qabu jechu, Kun ammo waan fudhatama hin qabne. Kanaafuu Yesuus Gooftaa jedhamuun #aangoo malee Waaqumma akka hin argisiifne, sammuun waan xiinxallituu fi qalbiin waa hubattu ifatti beektii jechu.

3ffaa- Wolumaa galatti, Yesuus Gooftaa jedhamee kitaaba kakuu moofaa yookaa haarawa jedhamu keessatti dubbatamuun, #Yesuus #Waaqa #jechuu #hin #argisiisu. Sababni isaa 'Gooftaa' jechi jedhu Waaqa waa hunda uumeef yoo taate #Waaqumma yoo agarsiisu, garuu wanta #uumamaa kamiifuu hiikni isaa #hoogganaa yookaa #ajaja yookaa #dura #ta'aa kkf jechuu akka ta'e yookaa #waan #aangoon #wol #qabatu #qofa akka ta'e, agarsiisa jechu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa 👇

https://t.me/Xaalibu6504
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

🥦🥦🥦🥦🥦🥦
#Kutaa #38ffaa
🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Gilgaala: Hubannoo duraan sammuu keessaa qabnuu fi ragaawwan dubbisnu wol bira qabuun, kallattii dhugaa ittiin madaallu:

Gaafiiwwan armaan gadii deebii sirrii ta'e filadhuu;

1- Raajiin Yesuus hojjate, Yesuusimatu dandeettii isaatiin hojjate moo Waaqatu hojjate?
A. Yesuus B. Waaqa

2- Waaqni raajii gara Yesuusiin wonti hojjateef, akka namni isaan gooftaa jedhuu fi moo akka namni inni Nabiyyi dhugaa ta’uu beekuuf?
A. Akka Yesuusiin gooftaa jedhaniif.
B. Yesuus Nabiyyi dhugaa ta'u akka namni ragaa bahuuf.

3- Namoonni raajii Yesuus hojjate argan, Yesuusiin maal jedhanii ragaa bahaniif?
A. Nabiyyi (raajii) jedhanii.
B. Waaqa yookaa Gooftaa jedhanii.

Deebii keessan booda, mee ragaawwan asii gadii xiinxallaan dubbisaa.

🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦

1ffaa. #Hojii #Ergamootaa 2:22 "Isin yaa warra Israa'el, dubbii kana dhaggeeffadhaa, #Waaqayyo #harka #Yesus nama Naazireet kanaan, hojii aangoo isaa, dinqiidhaa fi milikkita garaa garaa kan isin beektan, isin gidduutti hojjechuu isaatiin #fudhatamaa #isa #godhe."
#የሐዋርያት #ሥራ 2:22 የእስራኤል ሰዎች ሆይ፥ ይህን ቃል ስሙ፤ ራሳችሁ እንደምታውቁ፥ የናዝሬቱ ኢየሱስ #እግዚአብሔር በመካከላችሁ #በእርሱ #በኩል ባደረገው ተአምራትና በድንቆች በምልክቶችም ከእግዚአብሔር ዘንድ ለእናንተ የተገለጠ ሰው ነበረ፤

2ffaa. #Yohannis 9:17 "Kana booddee warri Fariisotaa namicha isa jaamaa ture sanaan, "Waa'ee isa ija kee siif bane kanaa maal jetta?" jedhan; yommus namichi, "Inni #raajiidha (Nabiyyi) ” jedhee deebiseef."
#የዮሐንስ #ወንጌል 9:17 በመካከላቸውም መለያየት ሆነ። ከዚህም የተነሣ ዕውሩን። አንተ ዓይኖችህን ስለ ከፈተ ስለ እርሱ ምን ትላለህ? ደግሞ አሉት። እርሱም። #ነቢይ ነው አለ።
They say unto the blind man again, What sayest thou of him, that he hath opened thine eyes? He said, He is a #prophet.

3ffaa. Maatewos 21:11 "Tuuti isaa wajjin adeemus, "Kun #raajicha (Nabiyyi) Yesus nama Naazireet kutaa biyya Galiilaa ti" jedhee deebise."
ሕዝቡም። ይህ ከገሊላ ናዝሬት የመጣ #ነቢዩ #ኢየሱስ ነው አሉ።
And the multitude said, This is #Jesus the #prophet of Nazareth of Galilee.

4ffaa. #Luqaas 24:19 "Inni, "Waan attamii ti?" isaaniin jennaan, isaan immoo, "Waa'ee Yesus nama Naazireet, isa gochatti dubbiittis Waaqayyoo fi namoota duratti #raajii (Nabiyyi) aango-qabeessa ture sana,"
እርሱም። ይህ ምንድር ነው? አላቸው። እነርሱም እንዲህ አሉት። በእግዚአብሔርና በሕዝቡ ሁሉ ፊት በሥራና በቃል #ብርቱ #ነቢይ ስለ ነበረው ስለ #ናዝሬቱ ስለ #ኢየሱስ

🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu:

1ffaa- hojii aangoo, dinqiiwwaanii fi milikkita gara garaa (#raajiiwwaan) kan hojjate #Waaqa #malee #Yesuusii #miti. Kanaafuu, Waaqni harka Yesuusiin jechuun #gara #isaatiin yookaa #harka #isaa #irrattii fi #kadhaa #isaa sanii raajiiwwaan gara garaa hojjatee jechuudha malee, Yesuusitu dandeettii isaatiin hojjate jechuu miti.

2ffaa- Sababni Waaqni harka Yesuusiin milikkita gara garaa hojjateef ammoo, akka #Yesuus #fudhatama #nama #biratti #argatuuf. Yesuus fudhatama argatuu Yeroo jennu, Waaqumman yookaa ilma Waaqaa ta’uun osoo hin taane, #Nabiyyii #Rabbii #ta’uu #akka #namni #beekuuf #qofa jechuudha.

3ffaa- Yesuus milikkita gara garaa yookaa raajiiwwaan inni hojjateen fudhatama argatuun, akka worroonni raajii inni hojjate ijaan arganii, #maqaa fi #aangoo #inni #qabu #qofaan #isa #waaman #san, akkasumas worroonni Yesuusiin ijaan hin arganille dhugaa isaan ragaa bahan dhagahuun, Yesuus #Nabiyyi #Rabbiin #isa #ergate qofa jedhanii waamuun, dhugaa eennuu mormuu hin dandeenne akka taate, worroota booda isaaniitii dhufuullee dhaamanii jechuudha.

4ffaa- Worroonni dhugaa akka aduutti iftu fudhachuu hin feene garuu, Yesuusii Afaan Amaariffatiin #ነቢይ, Afaan Ingliffaatiin #prophet jedhamee ibsame, Afaan Oromootiin #raajii⁉️ jedhanii hiikuun isaanii, hiikkaa qajeela hin taanetti akka hiikani namni waa barate ni hubata. Sababni wonti kun hojjatameef, #Nabiyyi #ta’uu #Yesuus #waakkatuuf #jecha, tooftaa diriirfame fi shira xaxame ta’u isaa ifatti mirkaneessa. Yesuusiin waan inni qabu irraa mulquu fi waan inni hin qabne isaa kennuun, tooftaa worra haqa Rabbii dhoksuu ta’uu isaa, namaaf muldhisaa jechuudha.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa 👇

https://t.me/Xaaliburidallah
Although Christianity today is a major world religion, having more followers than any other religion, it began as a small branch of Judaism, #founded #by a #Jewish #rabbi who taught radical and anti-imperial ideas.

https://study.com/learn/lesson/christianity-origin-teachings-beliefs-history.html

A/O= Kiristaanummaan har’a amantii addunyaa guddaa ta’us, amantii kamiyyuu caalaa hordoftoota baay’ee kan qabu ta’us, damee xiqqaa amantii Yihudootaa ta’ee kan jalqabe yoo ta’u, #raabii #Yihudootaa #yaada #hundee #qabuu fi farra impaayera barsiisuun #hundeeffame.

A/A= ምንም እንኳን ክርስትና ዛሬ ከየትኛውም ሀይማኖት የበለጠ ተከታዮች ያሉት ዋና የአለም ሀይማኖት ቢሆንም #የጀመረው #በአይሁድ #ረቢ #የተመሰረተ እና አክራሪ እና ፀረ-ንጉሠ ነገሥታዊ አስተሳሰቦችን በሚያስተምር ትንሽ የአይሁድ ቅርንጫፍ ነው።
🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

Aal-e-Imran 3:19
إِنَّ ٱلدِّينَ عِندَ ٱللَّهِ ٱلْإِسْلَٰمُۗ 

Dhugumatti #amantiin #Rabbiin biratti [#fudhatama #qabu] #Islaama #qofa.

አላህ ዘንድ (#የተወደደ) #ሃይማኖት #ኢስላም #ብቻ ነው፡፡

Indeed, the #religion in the #sight of #Allah is #IsLam.

🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

Amantii Rabbiin namaaf jaalatee filate dhiisanii, #amantii #ilma #namaatiin #hundeeffamte hordofuu irraa #Rabbiin #nu #haa #fageessu.

አላህ ለሰው ልጆች የመረጠውን ሀይማኖት ትተን #የሰው #ልጅ #ያቋቋመውን/ #የመሠረተውን ሀይማኖት ከመከተል #አላህ #ይጠብቀን

https://t.me/Xaaliburidallah
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#Tuun #tanaa, #Tuun #ganaa

Faaruun kan Rabbii dhugaa isaa suutuma suutaan Addunyaaf ifa galchaa jiruutii.

Osoo worri haqa qabate, haga waan faayidaa isaa hin qabne sheer taasisuuf woreegama kafaluu, dhugaa arge nama biraanu gahuuf gahee ofii bahee, silaa Islaamummaan ganda mara yeroo gabaabaa keessatti wol gahee.

#Sheeyxaanaa #waan #keeyrii #sheeri #taasisuu #harka #nu #qabu Rabbiin nurraa haa qabuu. Amiiiin

እባኮትን የዚ ግሩፕ ሊንክ ለጓደኞቻችሁ በማጋራት ሁሉም ሰው የዚህ ግሩፕ ትምህርት ተጠቃሚ እንዲሆን ግዴታችሁን ተወጡ።

Mee link garee kanaa hiriyoota keessanii sheeri taasiisaa, baruumsa garee kanaa akka namni irraa fayyadamu dirqama keessan bahaa. Rabbiin duniyaa fi aakeratille isin haa qananiisuu. Amiiiin

https://t.me/Xaaliburidallah
#Dodolaa (#DMJ
#Dhaloonni_bu'aa_qabu #yoo_hoogganaa_bu'aa #qabu_argate seenaa hojjatuun akkaan laafaadhaa. #Irraa_baradhaa, xurree isaanii qabadhaa.
Guyyaa kaleessaa (30/06/2016) sagantaa bareedaa Ramadaanaa akkamitti simanna mata duree jedhu irratti, seenaan bareedaan biyya keennaaf fakkeenya gaarii ta'u hojjatamee.
Haadha qabaatuu woyyaa, sanuu qabaattuu woyyaa jedhamaa miree. #Dargaggoonni_magaalaa #Dodolaa dheebuu bara dheeraaf hawwaa turan, lafa galma, mana kitaabaa fi eddoo bashannanaan halaal ta'e, hooggantoota gara garaa gaafataa fi kadhataa turan, hayyuu biyyaa yaadu ka dhaloota akka itti kunuunsan beeku #obboo_Jamaal, Kaantiibaa magaalaa Dodolaa irraa, yeroo gabaabaa keessatti akka lafti barbaadamee, eddoo isaan fakkaatutti kennamuuf waadaa galameefii jiraa. Rabbiin eddoo jirtutti isa haa tissuu, aangoo isaallee gara muummeetti ol isaaf haa siqsuu naa jedhaanii. Ijji hamtuun isa hin argin.
Dhaloonni bu'aa qabu yoo hoogganaa bu'aa qabu argate akkana kunoo. Maashaa Allah.
https://t.me/Xaaliburidallah