Turullee Dhugatu Mo'ata
12K subscribers
537 photos
163 videos
120 files
451 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Amantiin Rabbiin #filate yookaa #jaalate, Amantii tamii beektuu? 👇🏻👇🏻👇🏻
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀

Namni kamuu Amantiin inni hordofu sun amantii sirriiti/dhugaa, Amantii Waaqaati/Rabbiiti, Amntii caaltu jechuun yaada yookaa amana. Garuu wonti nama dinqisiisu tokko, #Amantii #Islaamaa malee amantiin ragaa qabdu #takkallee #hinjirtu.👌

🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀

#Islaamumman Amantii Rabbiin #filate/#jaalate ta’uu yoo beekuu feetan 👇🏻👇🏻👇🏻

🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀

1ffaa- Surah Al-Maa'idah suuraa 5, verses:3 👇🏻👇🏻👇🏻

ٱلۡيَوۡمَ أَكۡمَلۡتُ لَكُمۡ دِينَكُمۡ

وَأَتۡمَمۡتُ عَلَيۡكُمۡ نِعۡمَتِي

وَرَضِيتُ لَكُمُ ٱلۡإِسۡلَٰمَ دِينٗاۚ

“Amantii keessan har'a isiniif guuteera, ni’imaawwan kiyyas isin irratti guuteera #Amantiis #Islaama isiniif #jaaladheera.”
ዛሬ ሃይማኖታችሁን ለናንተ ሞላሁላችሁ፡፡ ጸጋዬንም በናንተ ላይ ፈጸምኩ፡፡ ለእናንተም #ኢስላምን #ከሃይማኖት በኩል ወደድኩ፡፡

🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇

2ffaa- Suuraa Aal-Imraan 3:19
إِنَّ ٱلدِّينَ عِندَ ٱللَّهِ ٱلۡإِسۡلَٰمُۗ

Dhugumatti #amantiin #Rabbiin biratti [fudhatama qabu] #Islaama #qofa.
3:19 - አላህ ዘንድ (#የተወደደ) #ሃይማኖት #ኢስላም #ብቻ ነው፡፡

🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇

Namni Islaamummaan ala, Amantiin Rabbii yookaa Waaqaan filate yookaa jaalate ni jira jedhee ragaan dubbatu ni jiraa jettanii yaadduu?

Abbaa feetanuu gaafadha, Amantii 10,131 yeroo ammaan tana adduniyaa irra jiran keessaa, #Amantii #Ragaa qabatamaa #qabu Islaamumma malee #hin #argamne, #hin #argamulle.

Nama Islaamumman ala jiru biliiyoona feetanille gaafattan, nama malaan Amantii kiyyatuu Amantii Waaqni filate jedhee #malaan haasawu yoo argitan malee, #namuma #tokko ka Amantii Isalaamummaatin ala jiraatee, Amantiin isaa sun Amantii Waaqaa ta'uu kitaaba Amantii isaa keessa #ragaan #siif #mirkaneessuu tokkolle gonkumaa #hin #argitu. Amma boodalle #hin #argamu.

Nama Islaamumman ala jiru tokko yoo qananii ati keessa jirtu himuufii barbaaddee fi dukkana inni keessatti dhama'aa jiru yoo itti mudhisuu feete, waan guddaa itti haasawu hin yaalinii, #Islamummaan tiyya #ragaa #qabdee tee hoo jedhiin? #Hundi nama #Islaamumman #ala jiruu, ka yoo biroo hayyu,colle, nama jaba kkf ati jettulle gaafii tanaan #zerotti (0) deebi'aa jechu.

Faaruun kan Rabbii keennaatii, ka Amantii ufii jaalate nu qabachiise.

Islaamumma Rabbiin filate tun Amantii akkamiiti? Ka jedhu kutaa itti aanu keessatti yoo Rabbiin nuuf fedhe laalla nu eegadhaa

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa 👇

https://t.me/Xaalibu6504
Although Christianity today is a major world religion, having more followers than any other religion, it began as a small branch of Judaism, #founded #by a #Jewish #rabbi who taught radical and anti-imperial ideas.

https://study.com/learn/lesson/christianity-origin-teachings-beliefs-history.html

A/O= Kiristaanummaan har’a amantii addunyaa guddaa ta’us, amantii kamiyyuu caalaa hordoftoota baay’ee kan qabu ta’us, damee xiqqaa amantii Yihudootaa ta’ee kan jalqabe yoo ta’u, #raabii #Yihudootaa #yaada #hundee #qabuu fi farra impaayera barsiisuun #hundeeffame.

A/A= ምንም እንኳን ክርስትና ዛሬ ከየትኛውም ሀይማኖት የበለጠ ተከታዮች ያሉት ዋና የአለም ሀይማኖት ቢሆንም #የጀመረው #በአይሁድ #ረቢ #የተመሰረተ እና አክራሪ እና ፀረ-ንጉሠ ነገሥታዊ አስተሳሰቦችን በሚያስተምር ትንሽ የአይሁድ ቅርንጫፍ ነው።
🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

Aal-e-Imran 3:19
إِنَّ ٱلدِّينَ عِندَ ٱللَّهِ ٱلْإِسْلَٰمُۗ 

Dhugumatti #amantiin #Rabbiin biratti [#fudhatama #qabu] #Islaama #qofa.

አላህ ዘንድ (#የተወደደ) #ሃይማኖት #ኢስላም #ብቻ ነው፡፡

Indeed, the #religion in the #sight of #Allah is #IsLam.

🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

Amantii Rabbiin namaaf jaalatee filate dhiisanii, #amantii #ilma #namaatiin #hundeeffamte hordofuu irraa #Rabbiin #nu #haa #fageessu.

አላህ ለሰው ልጆች የመረጠውን ሀይማኖት ትተን #የሰው #ልጅ #ያቋቋመውን/ #የመሠረተውን ሀይማኖት ከመከተል #አላህ #ይጠብቀን

https://t.me/Xaaliburidallah