Turullee Dhugatu Mo'ata
11.6K subscribers
537 photos
141 videos
118 files
432 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
Turullee Dhugatu Mo'ata
Audio
#Dhugaa #wa’ee #Iisaa(#Yesuus)
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Surah Maryam (مريم), verses: 30

قَالَ إِنِّي عَبۡدُ ٱللَّهِ

ءَاتَىٰنِيَ ٱلۡكِتَٰبَ وَجَعَلَنِي نَبِيّٗا

Innis (daa’imichis) ni jedhe: “Dhugumatti, #ani #gabricha #RabbiitiInni kitaaba naaf kenneera; #nabiyyiis na taasisee jira.
↪️ (ሕፃኑም) አለ «#እኔ #የአላህ #ባሪያ ነኝ፡፡ መጽሐፍን ሰጥቶኛል #ነቢይም አድርጎኛል፡:
↪️ (Jesus] said, "Indeed, I am the #servant of #Allah. He has given me the Scripture and made me a #prophet.
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Surah Maryam (مريم), verses: 31

وَجَعَلَنِي مُبَارَكًا أَيۡنَ مَا كُنتُ

وَأَوۡصَٰنِي بِٱلصَّلَوٰةِ وَٱلزَّكَوٰةِ

مَا دُمۡتُ حَيّٗا

Iddoo ani jiru hundattis barakeeffamaa na taasisee jira; salaataafi zakaas hangan lubbuun jiru naaf dhaamee jira.
↪️ በየትም ስፍራ ብሆን ብሩክ አድርጎኛል፡፡ በሕይወትም እስካለሁ ሶላትን በመስገድ ዘካንም በመስጠት አዞኛል፡:
↪️ And He has made me blessed wherever I am and has enjoined upon me prayer and zakah as long as I remain alive.
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Surah Maryam (مريم), verses: 32

وَبَرَّۢا بِوَٰلِدَتِي وَلَمۡ

يَجۡعَلۡنِي جَبَّارٗا شَقِيّٗا

Haadha kiyyaafis tola oolaa (na godhe); of tuulaa hoonga’aas, ana hin taasifne.
↪️ ለእናቴም ታዛዥ (አድርጎኛል)፡፡ ትዕቢተኛ እምቢተኛም አላደረገኝም፡፡
↪️ And [made me] dutiful to my mother, and He has not made me a wretched tyrant.
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Surah Maryam (مريم), verses: 33

وَٱلسَّلَٰمُ عَلَىَّ يَوْمَ وُلِدتُّ

وَيَوْمَ أَمُوتُ وَيَوْمَ أُبْعَثُ حَيًّا

Guyyaa ani dhaladhe, guyyaa ani du’uufi guyyaa ani kaafamuus nageenyi ana irra jira.”
↪️ <<ሰላምም በእኔ ላይ ነው፡፡ በተወለድሁ ቀን፣ በምሞትበትም ቀን፣ ሕያው ኾኜ በምቀሰቀስበትም ቀን፡፡»
↪️ And peace is on me the day I #was born and the day I #will #die and the day I am raised alive."
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Surah Maryam (مريم), verses: 34
ذَٰلِكَ عِيسَى ٱبۡنُ مَرۡيَمَۖ

قَوۡلَ ٱلۡحَقِّ ٱلَّذِي فِيهِ يَمۡتَرُونَ

Inni sun #Iisaa #ilma #Maryami; inni jecha dhugaa kan isaan isa keessatti shakkan saniidha.
↪️ ይህ #የመርየም #ልጅ #ዒሳ ነው፡፡ ያ በርሱ የሚጠራጠሩበት እውነተኛ ቃል ነው፡፡
↪️ That is #Jesus, the #son of #Mary - the word of truth about which they are in dispute.
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Surah Maryam (مريم), verse:35

مَا كَانَ لِلَّهِ أَن يَتَّخِذَ مِن وَلَدٖۖ

سُبۡحَٰنَهُۥٓۚ إِذَا قَضَىٰٓ أَمۡرٗا

فَإِنَّمَا يَقُولُ لَهُۥ كُن فَيَكُونُ

#Rabbiif #ilma #taasifachuun #hinmaluInni #qulqullaa’e Yeroo dhimma tokko murteesse, wanti Inni jedhu “ta’i” jechuu qofa; innis yoomuu ta’a.
↪️ #ለአላህ #ልጅን #መያዝ #አይገባውም፡፡ (#ከጉድለት #ሁሉ) #ጠራ፡፡ ነገርን በሻ ጊዜ ለርሱ የሚለው «#ኹን» ነው ወዲያውም ይኾናል፡፡
↪️ It is not [befitting] for Allah to take a son; exalted is He! When He decrees an affair, He only says to it, "Be," and it is.
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Surah Maryam (مريم), verses: 36
وَإِنَّ ٱللَّهَ رَبِّي وَرَبُّكُمۡ

فَٱعۡبُدُوهُۚ هَٰذَا صِرَٰطٞ مُّسۡتَقِيمٞ

(Iisaan) “Dhugumatti, #Rabbiin #Gooftaa #kiyyaafi #Gooftaa kessani kanaaf Isa qofa gabbaraa santu #karaa #qajeelaadha” jedhe.
↪️ (ዒሳ አለ) «#አላህም #ጌታዬ #ጌታችሁም ነውና ተገዙት፡፡ #ይህ #ቀጥተኛ #መንገድ ነው፡፡»
↪️ (Jesus said], "And indeed, #Allah is my #Lord and #your #Lord, so worship Him. That is a #straight #path."

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa 👇

@Xaalibu6504
Although Christianity today is a major world religion, having more followers than any other religion, it began as a small branch of Judaism, #founded #by a #Jewish #rabbi who taught radical and anti-imperial ideas.

https://study.com/learn/lesson/christianity-origin-teachings-beliefs-history.html

A/O= Kiristaanummaan har’a amantii addunyaa guddaa ta’us, amantii kamiyyuu caalaa hordoftoota baay’ee kan qabu ta’us, damee xiqqaa amantii Yihudootaa ta’ee kan jalqabe yoo ta’u, #raabii #Yihudootaa #yaada #hundee #qabuu fi farra impaayera barsiisuun #hundeeffame.

A/A= ምንም እንኳን ክርስትና ዛሬ ከየትኛውም ሀይማኖት የበለጠ ተከታዮች ያሉት ዋና የአለም ሀይማኖት ቢሆንም #የጀመረው #በአይሁድ #ረቢ #የተመሰረተ እና አክራሪ እና ፀረ-ንጉሠ ነገሥታዊ አስተሳሰቦችን በሚያስተምር ትንሽ የአይሁድ ቅርንጫፍ ነው።
🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

Aal-e-Imran 3:19
إِنَّ ٱلدِّينَ عِندَ ٱللَّهِ ٱلْإِسْلَٰمُۗ 

Dhugumatti #amantiin #Rabbiin biratti [#fudhatama #qabu] #Islaama #qofa.

አላህ ዘንድ (#የተወደደ) #ሃይማኖት #ኢስላም #ብቻ ነው፡፡

Indeed, the #religion in the #sight of #Allah is #IsLam.

🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

Amantii Rabbiin namaaf jaalatee filate dhiisanii, #amantii #ilma #namaatiin #hundeeffamte hordofuu irraa #Rabbiin #nu #haa #fageessu.

አላህ ለሰው ልጆች የመረጠውን ሀይማኖት ትተን #የሰው #ልጅ #ያቋቋመውን/ #የመሠረተውን ሀይማኖት ከመከተል #አላህ #ይጠብቀን

https://t.me/Xaaliburidallah
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Namni gaafa Gooftaa dhugaa #Allah_hin_argatin, hayyummaan isaa hundi #zero (0). Mee dhageefadhaa xinnoo ittiin boharaa.

https://t.me/Xaaliburidallah