Islaamummaan Amantii Rabbiin jaalate/filate ta'uu ragaan mirkaneessuu dura, #wonti #Islaamumman #ala #jiru #kamuu akka #hundee #hin qabne ibsuun dirqama. Kanaafuu gaafii namni Islaamumman ala jiru hundi maalumma isaa ittiin ufi madaalu gaafiiwwan Buβuuraa tana dhiheessuufiin barbaachisa. π
ππππππππ
1β£ffaa- '#Kiristaan' jechi jedhu jecha maal jedhamu irraa mogaafame?
Akkasumas hiikni 'Kiristaan' jechuu hoo maal jechu?
πΏπΏπΏπΏπΏπΏπΏπΏπΏπΏπΏ
2β£ffaa- '#Kiristaana' #maqaan #jedhu maqaa eennuu #mogaase? Fi
Akkasumas #Ragaan isaa Baayibilii keessaa eddoo meeqatti argama?
πΏπΏπΏπΏπΏπΏπΏπΏπΏπΏ
3β£ffaa- #Kiristaanummaan Yookaa #Amantiin #Kiristaanaa #yoom #jalqabde yookaa eennuun irraa eegalte? Fi
Ragaan isaa hoo Baayibilii keessa eessatti argama?
Dabalatanis namoonni achi dura jiraatan hoo amantiin isaanii maal ture? Fi
Ragaan isaa hoo?
πππππππππππ
4β£ffaa- " #Amantii #Kiristaan" jedhama:
β‘ akka theology Kiristaanaatti #Amanti" jechuunuu maal jechu? Fi namni tokko Amantii osoo hin qabne, nama Waaqaa ta'uu danda'aa?
Yookaa namni tokko, nama Waaqaati jedhamuuf ( nama Amanee jedhamuuf ) hulaagaaleen guutatuu qabu, akka Amantii Kiristaanaatti maali? Ragaan hoo?
Ammas akka theology Kiristaanaatti, ilmi namaa ka Amantiin Kirstaana dura ture:
β‘ jiruu bara Baraa argatuu ( Jannata argatuu)?
I. Yoo Ka argatan taate, akkamiin argatuu?
II. Yoo ka hin arganne taate hoo
β‘maaf dhabu? ( Badii maaliitiif dhabuu?)
β‘ eessa jiraatulle, eega Jannata hin arganne?
AKKA WORRA Amantii Kiristanatti jechuu kooti?
Ragaani isaa hoo?
III. Waaqni Yeroo isaan uumu hoo, KAAYOO wohiitiif moo kaahoo malee isaan uume?
Yoo kaahoo wohiitiif isaan uume, kaayoo maaf isaan uume?
Yoo kaahoo malee isaan uume ka jedhamu taate,
β‘ Waaqni isaanuma qofa moo Ilma namaa hunda kaahoo malee isaan uume?
Ragaan hoo?
ππππππππππ
5β£ffaa- Abraaham ( Ibraahim), Muusee ( Musa), Yesuus ( Isa), nagahaa fi Rahamannii Rabbii isaan Irratti haa jiraatuu,
π °. Amantiin Isaanii maal ture?
π ±. Ragaan isaa hoo?
ππππππππππ
6β£ffaa- pheenxee, Kaatolikii, Ortodoksii, kkf
dameewwaan Amantii Kiristaanummaa keessatti dubataman jiru.
π °. Fkn #Peenxee jechuun maal jechu?
π ±. Eenutuu moggaase?
C. Ragaan hoo?
Akkasuma hunda isaatuu, hiikni isaa maal jechu? Ennutu moggase? Ragaan isaanii Bayibilii kessatti eessatti argama?
Kkf......................
#Gabaabinnaan mee worroonni Islaamumman ala jiraatan, gaafiiwwan asii olii tanneeniif #deebii #ragaan #mirkanaahu qabuu?
πππππππ
#Wolumaa #galatti, Hayyoonni Islaamaa akka dubbatanitti, nama jallinna keessa jiru tokko itti himtee ragaan dhugaa jiru ibsuufii dura, jallinnaa fi dukkana inni keessa jiru gaafii irraan gaafii dabaltee hubachiisuun, eega namni sun jiruun isaa fi adeemsi isaa baduu hubate furmaata dhabuu amane waan furmaata isaa ta'uu itti himuun isaaf fayyaa jireenna isaa ta'aa jedhu. Maaliif jennaan namni adeemsa isaa keessatti furmaata dhabe, furmaata rakkoo isaatii ta'uu ati yoo fidde waan carraa biroo hin qabneefii diduun isa hin baasu jechuu beeka waan taateef jecha.
Karaan jallinnaa hagam haga fagaatuu fi hagam akka dukkane ta'e eega ifa baafnee, #xurreen #qajeelluma ta namni hordofe #milkaahu hoo #tamii ka jedhu kutaa itti aanutti yoo Rabbiin nuuf fedhe kan laallu ta'aa obsaan nu eegadha.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈBy:XR β»οΈβ»οΈβ»οΈ
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa π
https://t.me/Xaalibu6504

#Amantiin Rabbiin #filate yookaa #jaalate, Amantii tamii beektuu? ππ»ππ»ππ»
πππππππππππ
Namni kamuu Amantiin inni hordofu sun amantii sirriiti/dhugaa, Amantii Waaqaati/Rabbiiti, Amntii caaltu jechuun yaada yookaa amana. Garuu wonti nama dinqisiisu tokko, #Amantii #Islaamaa malee amantiin ragaa qabdu #takkallee #hinjirtu.π
πππππππππππ
#Islaamumman Amantii Rabbiin #filate/#jaalate taβuu yoo beekuu feetan ππ»ππ»ππ»
ππππππππππ
1ffaa- Surah Al-Maa'idah suuraa 5, verses:3 ππ»ππ»ππ»
Ω±ΩΫ‘ΩΩΩΫ‘Ω Ω Ψ£ΩΩΫ‘Ω ΩΩΫ‘ΨͺΩ ΩΩΩΩΩ Ϋ‘ Ψ―ΩΩΩΩΩΩΩ Ϋ‘
ΩΩΨ£ΩΨͺΫ‘Ω ΩΩ Ϋ‘ΨͺΩ ΨΉΩΩΩΩΫ‘ΩΩΩ Ϋ‘ ΩΩΨΉΫ‘Ω ΩΨͺΩΩ
ΩΩΨ±ΩΨΆΩΩΨͺΩ ΩΩΩΩΩ Ω Ω±ΩΫ‘Ψ₯ΩΨ³Ϋ‘ΩΩΩ°Ω Ω Ψ―ΩΩΩΩΨ§Ϋ
βAmantii keessan har'a isiniif guuteera, niβimaawwan kiyyas isin irratti guuteera #Amantiis #Islaama isiniif #jaaladheera.β
αα¬ ααααα³α½αα αααα° ααααα½αα‘α‘ αΈαα¬αα α ααα° αα ααΈαα©α‘α‘ αα₯ααα°α #α’α΅ααα #α¨ααααα΅ α α©α αα°α΅α©α‘α‘
πππππππ
2ffaa- Suuraa Aal-Imraan 3:19
Ψ₯ΩΩΩΩ Ω±ΩΨ―ΩΩΩΩΩ ΨΉΩΩΨ―Ω Ω±ΩΩΩΩΩΩ Ω±ΩΫ‘Ψ₯ΩΨ³Ϋ‘ΩΩΩ°Ω ΩΫ
Dhugumatti #amantiin #Rabbiin biratti [fudhatama qabu] #Islaama #qofa.
3:19 - α αα ααα΅ (#α¨α°αα°α°) #ααααα΅ #α’α΅αα #α₯α» ααα‘α‘
πππππππ
Namni Islaamummaan ala, Amantiin Rabbii yookaa Waaqaan filate yookaa jaalate ni jira jedhee ragaan dubbatu ni jiraa jettanii yaadduu?
Abbaa feetanuu gaafadha, Amantii 10,131 yeroo ammaan tana adduniyaa irra jiran keessaa, #Amantii #Ragaa qabatamaa #qabu Islaamumma malee #hin #argamne, #hin #argamulle.
Nama Islaamumman ala jiru biliiyoona feetanille gaafattan, nama malaan Amantii kiyyatuu Amantii Waaqni filate jedhee #malaan haasawu yoo argitan malee, #namuma #tokko ka Amantii Isalaamummaatin ala jiraatee, Amantiin isaa sun Amantii Waaqaa ta'uu kitaaba Amantii isaa keessa #ragaan #siif #mirkaneessuu tokkolle gonkumaa #hin #argitu. Amma boodalle #hin #argamu.
Nama Islaamumman ala jiru tokko yoo qananii ati keessa jirtu himuufii barbaaddee fi dukkana inni keessatti dhama'aa jiru yoo itti mudhisuu feete, waan guddaa itti haasawu hin yaalinii, #Islamummaan tiyya #ragaa #qabdee tee hoo jedhiin? #Hundi nama #Islaamumman #ala jiruu, ka yoo biroo hayyu,colle, nama jaba kkf ati jettulle gaafii tanaan #zerotti (0) deebi'aa jechu.
Faaruun kan Rabbii keennaatii, ka Amantii ufii jaalate nu qabachiise.
Islaamumma Rabbiin filate tun Amantii akkamiiti? Ka jedhu kutaa itti aanu keessatti yoo Rabbiin nuuf fedhe laalla nu eegadhaa