Turullee Dhugatu Mo'ata
12.2K subscribers
546 photos
184 videos
120 files
475 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Garaa #garummaa #Yesuusiitii fi #Waaqaa

#Yesuus akka #Waaqa #hin #taane worra shakkii qabuuf ragaa kitaaba isaanii keessatti argamu kumaatama keessaa muraasa ๐Ÿ‘‡

Kutaa 1๏ธโƒฃffaa

#Yesuus waan Waaqni #aangoo isaa kenname malee waa #hunda #hojjachuu #hin #danda'uu garuu #Waaqni waan #dadhabu #tokko #hin #qabu.

Maarqos 6:5
" Harka isaa dhukkubsatoota muraasa irra kaa'ee isaan fayyise malee, kana irra kan caalu #hojii #aangoo achitti #hojjechuu #hin #dandeenye."

Vs

Luqaas 1:37
" #Waaqayyoof wanti #dadhabamu #hin #jiru" jedhee deebiseef."

#Rabbii gabbaramaa dhugaa ka #waan #hunda #irratti #danda'a ta'e san qofa gabbaruun (waaqeffatuun) #hayyumma fi #namumma #dhugaati.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa ๐Ÿ‘‡

@Xaalibu6504
#Worroonni #dhagna #qabsiifatan (#kittaanatan) #hundaa (worra Kiristaanaa jechu) #Yesuus #isaan #hin #fayyaduu jedhe #Phaawuloosโ€ผ

Yaa salphinna worrota nuti Kiristaanaa ufiin jedhaa, dubbii Phaawuloos dhugoomsaa ammoo dhagna qabsiifateโ€ผ

Worroonni Amantii Kiristaana hordofaa ammoo dhagna qabatan (kittaanatan) #Kiristoos #isaan #hin #fayyaduu isaan worra #hoongootii jedhaa jiraa #Phaawuloos maaltu isaanii #furmaata duubaโ‰๏ธ

Dubbiin Phaawuloos kijibaa hin fudhannuu jedhanii bira kutanii Yesuus nu fayyada jedhu moo Yesuus nun fayyaduu duraa osoma beeknu hordofna jechuu hedu laataโ‰๏ธ

Ka dura dhagna hin qabsiifanelle tarii carraa ni qabaa worroonni cinaan dubbii Phaawuloos dhugoomsaa ufii dhagna qabsiifatanii jiran furmaanummaan isaanii maal ta'a laataโ‰๏ธ

Ragaa worrota barbaaddan kunoo dubbisaa ๐Ÿ‘‡

Galaatiyaa 5:2
โAni #Phaawulos, #isin #dhagna yoo of #qabsiiftan #Kristos homaa waa'ee akka isiniif hin baafne isinitti nan hima.โž
แŠฅแŠแˆ†แฅ แŠฅแŠ” #แŒณแ‹แˆŽแˆต แŠฅแˆ‹แ‰ฝแŠ‹แˆˆแˆแข #แ‰ฅแ‰ตแŒˆแˆจแ‹™ #แŠญแˆญแˆตแ‰ถแˆต #แˆแŠ•แˆ #แŠ แ‹ญแŒ แ‰…แˆ›แ‰ฝแˆแˆแข
Behold, I Paul say unto you, that if ye be circumcised, Christ shall profit you nothing.

Gama tokkoon ammas Phaawuloos seera Waaqaallee waan faallessu dubbataa beektuu ๐Ÿ‘‡

Seera Uumamaa 17:14
โDhiirri tokko illee #dhagna #kan #hin #qabamin, inni gogaa isa foon isaa haguuge dhagna hin qabatin, #kakuu #koo #waan #cabseef #saba #isaa #keessaa baafamee jireenyi isaa in #balleeffama" jedhe.โž
แค แ‹จแ‰แˆแˆแ‰ฑแŠ• แˆฅแŒ‹ #แ‹ซแˆแ‰ฐแŒˆแˆจแ‹˜ แ‰ˆแˆ‹แ #แˆฐแ‹ #แˆแˆ‰แฅ แ‹ซแ‰ฝ แŠแแˆต แŠจแ‹ˆแŒˆแŠ•แ‹‹ แ‰ฐแˆˆแ‹ญแ‰ณ #แ‰ตแŒฅแ‹แค แ‰ƒแˆ แŠชแ‹ณแŠ”แŠ• แŠ แแˆญแˆณแˆˆแ‰ฝแŠ“แข

Namni Islaamummaa bareedduu hin hordofne xurreen inni irra deemu hunduu tama dukkanaati.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa ๐Ÿ‘‡

@Xaalibu6504
#Worroonni #Amantii hordofan irratti #ragaa #hin #qabne, Amantii nuti hordofnu Amantii dhugaa, ta Rabbiin filate ta'uuf ragaa hin qabnuu jechuu #saalfatanii, Amantiin akkanumaan ufiin waamne malee, ka jireenna bara baraa (Jannata) argataniin Yesuusitti qofatti amanuun malee Amantii ragaa qabu hordofuunii miti jedhan.

Rakkoon worra #haqa #Rabbii #irraa #maqee, jallinna ufii qaban dhossuuf #mala #baasuu malee, dhugaa jiru barbaaduuf sammuu Rabbiin isaanii kennetti fayyadamuu hin dandeenne.

#Sammuun ilma nama wonti Rabbiin nama kenneef waa'ee #nyaataa #dhugaatii #qofa yaaduuf osoo hin taane, jiruu guyyaa *#boodaa/#Aakeraa* waan isaanii tolu barbaadu ture.

Worroonni #sammuu faayidaa #duniyaa #qofaaf itti hin fayyadamne, #Amantii jechuun #hiikni isaa maali? #Amantii Rabbiin #jaalate/#filate tami? #Ragaan hoo maal? Gaafiiwwan jedhuuf deebii quubsaa qabu waan ta'eef mee ka beekuuf yaadannoo kan beekneef hubannoo akka ta'uuf #Amantii #jechuun #maal akka ta'e fi #jechi #Amantii jedhu #kitaabota duraa keessatti #dubbatamuu wojji ilaalla, yoo Rabbiin nuuf fedhe.

#Amantii (#Religion) jechuun hiikni isaa maal?
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
1โƒฃffaa- Religion:
The English word "religion" is derived from the Middle English "religioun" which came from the Old French "religion." It may have been originally derived from the Latin word "religo" which means "#good faith," "#ritual,"

#Oxford #dictionaries:
#Religion:๐Ÿ‘‡๐Ÿป
1- The #belief #in and #worship of a superhuman controlling power, especially a personal #God or #gods

๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ

The #Free #Dictionary
โ†ช #Religion:๐Ÿ‘‡๐Ÿป
1- The #belief #in and #reverence for a supernatural power or powers, regarded as creating and governing the universe:
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
Kanaafuu Amantii jechuun amanuu fi waaqefatu yookaa gabbaru (#Believe + #worship) dhaa jechu.

#Namni #waan itti #amanu qabuu fi #waan #gabbaru (waaqeffatu) qabu kamuu #Amantii ni qabaa jechu. Namni tokko Amantii hin qabu jechuun hiikni isaa namni sun waan itti amanu fi waan gabbaru (waaqeffatu) hin qabuu jechuudha.
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
Jechi #'Amantii' jedhu hoo kitaabota asiin duraa keessatti dubbatamuu hoo quba qabduu?

Ragaa 1โƒฃffaa- ๐Ÿ‘‡
*#Yihudaan #Erge 1:3* Michoota ko! Waa'ee fayyina walii wajjin qabnuuf duruma iyyuu isiniif caafuudhaaf dhama'aa utuun jiruu, amma #Amantii isa al tokkicha yeroo hundumaaf akka ta'utti warra Waaqayyoof qulqullaa'anitti dabarfame sanaaf akka loltaniif, caafee isin gorsuun giddiitti barbaachisaa ta'uu isaa argeera.
แ‹ˆแ‹ณแŒ†แ‰ฝ แˆ†แ‹ญแฅ แˆตแˆˆแˆแŠ•แŠซแˆแˆˆแ‹ แˆตแˆˆ แˆ˜แ‹ณแŠ“แ‰ฝแŠ• แˆแŒฝแแˆ‹แ‰ฝแˆ แŠฅแŒ…แŒ แ‰ฐแŒแ‰ผ แˆณแˆˆแˆแฅ แˆˆแ‰…แ‹ฑแˆณแŠ• แŠ แŠ•แ‹ต แŒŠแ‹œ แˆแŒฝแˆž แˆตแˆˆ แ‰ฐแˆฐแŒ  #แˆƒแ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแŒ‹แ‹ฐแˆ‰ แŠฅแ‹จแˆ˜แŠจแˆญแŠ‹แ‰ฝแˆ แŠฅแŒฝแแˆ‹แ‰ฝแˆ แ‹˜แŠ•แ‹ต แŒแ‹ต แˆ†แŠแ‰ฅแŠแข
๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
Ragaa 2๏ธโƒฃffaa ๐Ÿ‘‡
*#Ximotewos #Isa #Duraa 3:9*
Yaada garaa qullaa'aadhaan dhoksaa #amantiitti qabamanii jiraachuun isaaniif in ta'a
แŠแ‹แˆจแŠ› แˆจแ‰ฅ แ‹จแˆ›แ‹ญแ‹ˆแ‹ฑแฅ แ‰ แŠ•แŒนแˆ• แˆ•แˆŠแŠ“ #แ‹จแˆƒแ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ตแŠ• แˆแˆฅแŒขแˆญ แ‹จแˆšแ‹ญแ‹™ แˆŠแˆ†แŠ‘ แ‹ญแŒˆแ‰ฃแ‰ธแ‹‹แˆแข
๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ

Ragaa 3๏ธโƒฃffaa ๐Ÿ‘‡
*#Tiitoo 1:4.*
Gara Tiitoos isa karaa #amantii walii wajjin qabnu, ilma koo dhugaa ta'e!
แ‰ แˆƒแ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ต แŠ…แ‰ฅแˆจแ‰ต แŠฅแ‹แŠแ‰ฐแŠ› แˆแŒ„ แˆˆแˆšแˆ†แŠ• แˆˆแ‰ฒแ‰ถแค
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
#Wolumaa #galatti ๐Ÿ‘‡

Amantii jechuun #amanuu + #gabbaru (#Believe + #worship) yoo ta'u beekne akkasumas Jechi #'Amantii' jedhu kitaabota asiin duraa keesattisi dubbatame yoo hubanne, #Amantii #dhugaa ta Rabbiin filate ta ragaan mirkaneessuu dandeennu hoo tamii? kutaa itti aanu keessatti nu eegadha yoo Rabbiin fedhe......

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/Xaalibu6504
Kutaa 5ffaa ๐Ÿ…ฑ๏ธ
" #Ani #immoo #yeroo #sanatti, '#Matumaa #ani #isin #hinbeeku, #isin #yaa #warra #hamaa #hojjettanii, #ija #koo #duraa #badaa!' jedheen (mul'inatti isaanitti hima?) jedhe."
7:22-23 แ‰ แ‹šแ‹ซ แ‰€แŠ• แ‰ฅแ‹™แ‹Žแ‰ฝแข แŒŒแ‰ณ แˆ†แ‹ญแฅ แŒŒแ‰ณ แˆ†แ‹ญแฅ #แ‰ แˆตแˆแˆ… #แ‰ตแŠ•แ‰ขแ‰ต #แŠ แˆแ‰ฐแŠ“แŒˆแˆญแŠ•แˆแŠ•แฅ #แ‰ แˆตแˆแˆ…แˆต #แŠ แŒ‹แŠ•แŠ•แ‰ตแŠ• #แŠ แˆ‹แ‹ˆแŒฃแŠ•แˆแŠ•แฅ #แ‰ แˆตแˆแˆ…แˆต #แ‰ฅแ‹™ #แ‰ฐแŠ แˆแˆซแ‰ตแŠ• #แŠ แˆ‹แ‹ฐแˆจแŒแŠ•แˆแŠ•? แ‹ญแˆ‰แŠ›แˆแข
แ‹จแ‹šแ‹ซแŠ• แŒŠแ‹œแˆแข #แŠจแ‰ถแŠ แˆ‹แ‹ˆแ‰…แŠ‹แ‰ฝแˆแˆแค #แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ #แ‹“แˆ˜แ€แŠžแ‰ฝแฅ #แŠจแŠฅแŠ” #แˆซแ‰ #แ‰ฅแ‹ฌ #แŠฅแˆ˜แˆฐแŠญแˆญแ‰ฃแ‰ธแ‹‹แˆˆแˆแข

Qabxiiwwan ijoon Maatewos 7:22-23 irraa hubannu:-

1ffaa- Worroonni maqaa Yesuusiin raajii dubbanna jedhu, maqaa Yesuusiin hafuura hamootaa baasnaa jedhu, maqaa Yesuusiin hojii aangoo hojjannaa jedhu hundi worra Yesuus isaan waakkatu. Worroota Yesuus isaan waakkatu jechuun, worrota dalaggaan isaan dalagan barsiisaa fi ajaja Yesuusiin ala taโ€™ee jechu. Wonti Yesuus hin barsiisinii fi hin ajajin maaliidhaa yoo jettaan Yesuus gooftaa naan jedhaa jedhee hin barsiifne, akkasumas Yesuus maqaa kiyyaan hafuura hamootaa baasaa, raajii dubbadhaa wolumaa galatti maqaa kiyyan daldala banadhaa jedhee hin ajajne jechu.

2ffaa- Worroonni Yesuus isaanii waakkatu sunniinillee Muslimoota miti. Sababni isaallee Muslimni #Yesuusiin gooftaa #hin jedhu ( Yesuus Ergamaa Rabbiiti jedha)
Muslimni #maqaa #Yesuusiitin hafuura hamootaa baasna, raajii hojjanna waan hin jenneef jecha. Kanaafuu worroonni Yesuus isaan waakkatu worroota Kiristaanaati.
Sababni isaallee #kiristaanni #Yesuusiin #gooftaa #jedhu #waan #taโ€™eef akkasumas
worroonni maqaa Yesuusiin raajii hojjanna jedhu, hafuura hamootaa baasna jedhu waan Kiristaana taโ€™eef jecha.

3ffaa- Worroonni/ Namoonni Yesuusiin gooftaa jedhu, kan maqaa Yesuusiin raajii hojjanna jedhu, kan maqaa Yesuusiin hafuura hamootaa baasna jedhu, kan maqaa Yesuusiin hojii aangoo hojjannaa jedhu hundi namoota Yesuus isaan argaa jibbu worra hamaa (diddoota) taโ€™uu nuuf ibsa. Worroota Yesuus isaan arga jibbu jechuun worraa waan Yesuus hin barsiifnee fi hin ajajne dalagu, worra dhugaa dhiisee badii hojjatu worra hamaa (haqa diddoota) jechuudha.

4ffaa- Yesuus maqaa kiyyaan hafuura hamootaa baasaa jedhee ajaajuu akka hin dandeennee fi innuu hafuura Waaqaatiin ( fedhii Rabbiitiin) akka baasaa ture Maatewos 12:28 nuuf addeessa.

โAni garuu hafuura Waaqayyootiin hafuurota hamoota kanan baasu erga ta'ee, mootummaan Waaqayyoo isin irratti dhufeera.โž
โ€”Mat. 12: 28
Kanaafuu Yesuusii hafuura Waaqaatiin hafuura hamootaa baasetu sirriidha moo worroota maqaa Yesuusiin hafuura ni baafnaa jedhee dubbatutu sirri? Yesuus osoo ufitti aangoo fi dandeettii qabaatee hafuura Waaqaatti hin hajamu. Kanaafuu Waaqaa Yesuus qarqaarsifate san qarqaarsifatanii waa hojjatuu qofatu qajeelluma malee kan kanaan alaa kamuu jallinna taโ€™uu ifatti mudhisaa jechu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/Xaalibu6504
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #29ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Hojii #manaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Ragaa #Maatewos 20:20-23 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡

#Maatewos 20:20-23
โErgasii haati ilmaan Zabdewos ilmaan ishee wajjin, gara Yesus dhuftee, waa kadhachuudhaaf miilla isaatti kufte. Inni immoo, "#Maal #barbaadda?" isheedhaan jedhe. Isheen itti fuftee, "#Ilmaan #koo #kun #lamaan #mootummaa #kee #keessatti #inni #tokko #gara #mirga #kee, #inni #tokko #immoo #gara #bitaa kee akka taa'aniif abboomi!" ittiin jette. #Yesus, garuu #deebisee, "#Waan #kadhattan #hin #beektan! Isin immoo xoofoo dhiphinaa ani keessaa dhuguuf jiru keessaa dhuguu in dandeessuu?" jennaan, isaan immoo, "In dandeenya" jedhaniin. Innis, "Xoofoo koo keessaa illee dhuguuf jirtu #gara #mirga #koo yookiis #gara #bitaa #koo #taa'uu garuu #kennuun #kan #koo #miti; taa'umsi sun warra kanaan dura abbaa kootiin qopheeffameefiif ta'a" isaaniin jedhe.โž
แ‰ แ‹šแ‹ซแŠ• แŒŠแ‹œ แ‹จแ‹˜แ‰ฅแ‹ดแ‹Žแˆต แˆแŒ†แ‰ฝ แŠฅแŠ“แ‰ต แŠจแˆแŒ†แ‰ฝแ‹‹ แŒ‹แˆญ แŠฅแ‹จแˆฐแŒˆแ‹ฐแ‰ฝแŠ“ แŠ แŠ•แ‹ต แŠแŒˆแˆญ แŠฅแ‹จแˆˆแˆ˜แŠแ‰ฝ แ‹ˆแ‹ฐ แŠฅแˆญแˆฑ แ‰€แˆจแ‰ แ‰ฝแข
แŠฅแˆญแˆฑแˆแข แˆแŠ• แ‰ตแˆแˆแŒŠแ‹ซแˆˆแˆฝ? แŠ แˆ‹แ‰ตแข แŠฅแˆญแˆตแ‹‹แˆแข #แŠฅแŠแ‹šแˆ… #แˆแˆˆแ‰ฑ #แˆแŒ†แ‰ผ #แŠ แŠ•แ‹ฑ #แ‰ แ‰€แŠแˆ… #แŠ แŠ•แ‹ฑแˆ #แ‰ แŒแˆซแˆ… #แ‰ แˆ˜แŠ•แŒแˆฅแ‰ตแˆ… #แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‰€แˆ˜แŒก #แŠฅแ‹˜แ‹ #แŠ แˆˆแ‰ฝแ‹แข #แŠขแ‹จแˆฑแˆต แŒแŠ• แˆ˜แˆแˆถแข #แ‹จแˆแ‰ตแˆˆแˆแŠ‘แ‰ตแŠ• #แŠ แ‰ณแ‹แ‰แˆแข แŠฅแŠ” แˆแŒ แŒฃแ‹ แ‹ซแˆˆแ‹แŠ• แŒฝแ‹‹ แˆแ‰ตแŒ แŒก แŠฅแŠ”แˆ แ‹จแˆแŒ แˆ˜แ‰€แ‹แŠ• แŒฅแˆแ‰€แ‰ต แˆแ‰ตแŒ แˆ˜แ‰ แ‰ตแ‰ฝแˆ‹แˆ‹แ‰ฝแˆแŠ•? แŠ แˆˆแข แŠฅแŠ•แ‰ฝแˆ‹แˆˆแŠ• แŠ แˆ‰แ‰ตแข แŠขแ‹จแˆฑแˆต แŒแŠ• แˆ˜แˆแˆถแข แ‹จแˆแ‰ตแˆˆแˆแŠ‘แ‰ตแŠ• แŠ แ‰ณแ‹แ‰แˆแข แŠฅแŠ” แˆแŒ แŒฃแ‹ แ‹ซแˆˆแ‹แŠ• แŒฝแ‹‹ แˆแ‰ตแŒ แŒก แŠฅแŠ”แˆ แ‹จแˆแŒ แˆ˜แ‰€แ‹แŠ• แŒฅแˆแ‰€แ‰ต แˆแ‰ตแŒ แˆ˜แ‰ แ‰ตแ‰ฝแˆ‹แˆ‹แ‰ฝแˆแŠ•? แŠ แˆˆแข แŠฅแŠ•แ‰ฝแˆ‹แˆˆแŠ• แŠ แˆ‰แ‰ตแข แŠฅแˆญแˆฑแˆแข แŒฝแ‹‹แ‹ฌแŠ•แˆต แ‰ตแŒ แŒฃแˆ‹แ‰ฝแˆแค #แ‰ แ‰€แŠแŠ“ #แ‰ แŒแˆซ #แˆ˜แ‰€แˆ˜แŒฅ #แŒแŠ• #แŠจแŠ แ‰ฃแ‰ด #แ‹˜แŠ•แ‹ต #แˆˆแ‰ฐแ‹˜แŒ‹แŒ€แˆ‹แ‰ธแ‹ #แŠแ‹ #แŠฅแŠ•แŒ‚ #แŠฅแŠ” #แ‹จแˆแˆฐแŒฅ #แŠ แ‹ญแ‹ฐแˆˆแˆแˆ แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข

Gafii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Akka ragaa #Maatewos 20:20-23 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?

A. Haati ilmaan Zabdewos ilmaan ishee wajjin, gara Yesus dhuftee, Ilmaan koo kun lamaan mootummaa kee keessatti inni tokko gara mirga kee, inni tokko immoo gara bitaa kee akka taa'aniif abboomi!" ittiin jette. โœ…
B. Yesus, haadha ilmaan Zabdewos deebisee, homa na kadhatuu qabdu na gaafatte jedheen.โŒ
C. Yesuus haadha ilmaan Zabdewosiin, mirga koo yookiis gara bitaa koo taa'uu kan kennu anaa jedhe. โŒ
D. Yesuus haadha ilmaan Zabdewosiin, mirga koo yookiis gara bitaa koo taa'uu sun warra kanaan dura anaan qophaayee fi worrota akka kee na gaafataniif kenname isiin jedhe. โŒ

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa #Maatewos 20:20-23 irraa argannu;

1ffaa- Dubartiin haati ilmaan Zabdewos jedhamtu, Yesuus #Nabiyyii Rabbii fi #gabricha Rabbii ta'uu hubattee, aakeratti #gaafa #Jannata #seentu ilmaan tiyyalle akka si woliin Jannata naaf seentu naaf taasisii jetteen (Isheen itti fuftee, "#Ilmaan #koo #kun #lamaan #mootummaa #kee #keessatti #inni #tokko #gara #mirga #kee, #inni #tokko #immoo #gara #bitaa kee akka taa'aniif abboomi!" ittiin jette yeroo jedhu).

2ffaa- Yesuus haadha ilmaan Zabdewosii, ta ilmaan tiyya si wojjiin Jannata naaf haa seentuu jettee kadhattee, #Jannata #nama #seensisuun #akka #gahee #isaa #hin #taane #mirkaneessuuf jecha, homa na kadhatuu qabdanuu hin beektanii, kun gahee kiyyaa mitii #kadhaa #dogongora na gaafattee isiin jedheen ("#Waan #kadhattan #hin #beektan! yeroo jedhuun).

3ffaa- Yesuus yeroo haati ilmaan Zabdewos gaafii gaafattu, deebisee akka ani haqa Rabbii irratti jiraadhee haqa irratti du'u hedutti raawwatu dandeettuu? jennaan, ee ni dandeenna jetten (Isin immoo xoofoo dhiphinaa ani keessaa dhuguuf jiru keessaa dhuguu in dandeessuu?" jennaan, isaan immoo, "In dandeenya" jedhaniin yeroo jedhaniin). Kun waan lamaan gurguddaa agarsiisa, atillee haqumaaf jecha rakkattee nullee haqa irratti dhaabbanne rakkannaa fi akkasuma akkuma ati haqa irratti du'uu heddu #nullee #haqa #irratti #ni #duunaa jechuudha. Yesuusille akkuma ani Rabbitti amane yoo amantani akkuma ani rakadhetti rakkatuuf jirtuu jedheen (Innis, "Xoofoo koo keessaa illee dhuguuf jirtu yeroo jedhu).

4ffaa- Yesuus xumura irratti #homa #feetanuu #hojjattan, #Jannata #ka #nama #seensisu #anaa #mitii #Rabbii #tokkicha malee jedhee himeef (#gara #mirga #koo yookiis #gara #bitaa #koo #taa'uu garuu #kennuun #kan #koo #miti; taa'umsi sun warra kanaan dura abbaa kootiin qopheeffameefiif ta'a" isaaniin jedhe.โž yeroo jedhu).

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ

https://t.me/Xaalibu6504
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #30ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Gilgaala #sammuu #shaakalchiisuu

Ragaawwan boqannaa asii gadii dubbisuun, hiikkaa sirrii #gooftaa jedhu, hima ibsu filadhu.

A. Seera Ba'uu 32:22
" #Aaron immoo deebisee #Museedhaan, "Ati #gooftaan koo aartee hin boba'in, sabni kun hammeenyatti qabamee akka jiru ati iyyuu beekta; "
#แŠ แˆฎแŠ•แˆ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ… แŠ แˆˆแฆ #แŒŒแ‰ณแ‹ฌ แˆ†แ‹ญแฅ แ‰แŒฃแˆ… แŠ แ‹ญแ‰ƒแŒ แˆแค แ‹ญแˆ… แˆ•แ‹แ‰ฅ แŠญแ‹แ‰ตแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‹ˆแ‹ตแ‹ต แŠ แŠ•แ‰ฐ แ‰ณแ‹แ‰ƒแˆˆแˆ…แข Kanaafuu #Muuseen #Gooftaa/#แŒŒแ‰ณ jedhamuun, inni #Waaqa jechuudha. โŒ

B. #1 #Pheexros 3:6
" #Saaraan akkas #Abrahaamiif abboomamaa, #gooftaa #koo jettees isa waamaa turte; ammas isin gaarii yoo gootan, doorsisa tokkos hin sodaattan yoo ta'e, ijoollee ishee ta'uu keessan." แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆแˆ #แˆฃแˆซ #แˆˆแŠ แ‰ฅแˆญแˆƒแˆแข #แŒŒแ‰ณ แ‰ฅแˆ‹ แŠฅแ‹จแŒ แˆซแ‰ฝแ‹ แ‰ณแ‹˜แ‹˜แ‰ฝแˆˆแ‰ตแค แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐแˆ แŠจแˆšแ‹ซแˆตแ‹ฐแŠแŒแŒฅ แŠแŒˆแˆญ แŠ แŠ•แ‹ณแ‰ฝ แŠฅแŠ•แŠณ แˆณแ‰ตแˆแˆฉ แˆ˜แˆแŠซแˆ แ‰ฅแ‰ณแ‹ฐแˆญแŒ‰ แˆแŒ†แ‰ฝแ‹‹ แŠ“แ‰ฝแˆแข Kanaafuu #Abrahaam #Gooftaa/#แŒŒแ‰ณ jedhamuun, inni #Waaqa jechuudha. โŒ

C. #Maarqos 2:28
" Egaa #ilmi #namaa Sanbata irratti iyyuu #gooftaa dha" isaaniin jedhe." แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆแˆ #แ‹จแˆฐแ‹ #แˆแŒ… แˆˆแˆฐแŠ•แ‰ แ‰ต แŠฅแŠ•แŠณ #แŒŒแ‰ณแ‹‹ แŠแ‹ แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข Kanaafuu #ilmi #namaa #Gooftaa/#แŒŒแ‰ณ jedhamuun, inni #Waaqa jechuudha. โŒ

D. Akkuma Muuseen, Abraaham fi ilmi namaa hundi macaafa keessatti #Gooftaa/ #แŒŒแ‰ณ jedhamuun #Waaqaa jechuu #hin #taanetti, Yesuus eddoo gara garaatti #Gooftaa/ #แŒŒแ‰ณ jedhamuun #Waaqa #jechuu #akka #hin #taane ifatti mirkaneessa.โœ…

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu;

1ffaa- Hiikni #Gooftaa/#แŒŒแ‰ณ jedhu, waan uumama (dhabama irraa argamaa ta'e) hunda irratti, Yesuusillee dabalatee jechu, akka #Waaqa #jechuu #hin #taane mirkaneessa.
Fkn. #Yohannis 5:27
" Inni ilma namaa isa ulfina-qabeessa waan ta'eef, #abbaan isaa firdii akka inni faraduuf #gooftummaa kenneeraaf."

Gooftummaa hiikni isaa eddoo kanatti #Waaqumma jechuu osoo #hin #taane #aangoo jechuudha.
Waaqni Yesuusii Waaqumma kenne jechuudha osoo jenne Waaqa 2 ta'aa jechu, akkasumas waaqumman aangoo ittiin nama shuuman ta'aa jirti jechuu akeeka, kun ammoo sammuu nama waa yaaddu biratti akka hin taane ifa galaadha.

2ffaa- Yesuus Macaafa Qulqulluu keessatti Gooftaa jedhamuun isaa #Yesuus #Waaqaa #jechuu #miti. Sababni isaa '#Gooftaa' jedhame ka waamame kitaaba kana keessatti #Yesuus #qofaa #miti. Yoo Yesuus Gooftaa jechuun Waaqumma isaa argisiisa ka jedhan taate #namoonni #Gooftaa #jedhaman #hundi fkn #Abraham, #Muuseen inumaayyu #ilmi #nama #hundi, akka yaada kanaatti #Waaqa #jedhamuu #qabu jechu, Kun ammo waan fudhatama hin qabne. Kanaafuu Yesuus Gooftaa jedhamuun #aangoo malee Waaqumma akka hin argisiifne, sammuun waan xiinxallituu fi qalbiin waa hubattu ifatti beektii jechu.

3ffaa- Wolumaa galatti, Yesuus Gooftaa jedhamee kitaaba kakuu moofaa yookaa haarawa jedhamu keessatti dubbatamuun, #Yesuus #Waaqa #jechuu #hin #argisiisu. Sababni isaa 'Gooftaa' jechi jedhu Waaqa waa hunda uumeef yoo taate #Waaqumma yoo agarsiisu, garuu wanta #uumamaa kamiifuu hiikni isaa #hoogganaa yookaa #ajaja yookaa #dura #ta'aa kkf jechuu akka ta'e yookaa #waan #aangoon #wol #qabatu #qofa akka ta'e, agarsiisa jechu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/Xaalibu6504
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #35ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Gilgaala: Hubannoo duraan sammuu keessaa qabnuu fi ragaawwan dubbisnu wol bira qabuun, kallattii dhugaa ittiin madaallu:

Yesuus Waaqaa jedhanii worroota yaadanii fi morman, xurreen deebii isaanii kenninuun keessaa tokko, Waaqni hojii ofii hojjata moo ka qaama birooti? Waaqni guyyaa boruu ni nyaachisee obaasa moo (worroota isaa bule), ofii isaatii nyaatee dhuga laataโ‰๏ธ gaafii jedhu gaafatu. Mee ragaawwan asii gadii keessaa kamtuu amala Waaqaa mudhisa?

A. #Yohannis 4:34 " Yesus immoo, "#Nyaanni #kan #koo jaalala isa na #ergee #gochuudhaaf #hojii #isaa #raawwachuu dha. #แ‹จแ‹ฎแˆแŠ•แˆต #แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 4:34 "แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ… แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข #แ‹จแŠฅแŠ”แˆต #แˆ˜แ‰ฅแˆ #แ‹จแˆ‹แŠจแŠแŠ• #แˆแ‰ƒแ‹ต #แŠ แ‹ฐแˆญแŒ #แ‹˜แŠ•แ‹ต #แˆฅแˆซแ‹แŠ•แˆ #แŠฅแˆแŒฝแˆ #แ‹˜แŠ•แ‹ต แŠแ‹แข" Amaloonni Wangeela kana keessatti argamu hundi, amala Waaqumma hin garsiisu. #Yesuus #kaayoo #Waaqaa #malee ka mataa kootii hin qabu waan jedheef.

B. #Yohannis 5:24 "Dhuguma, dhuguman isinitti hima, dubbii koo dhaga'ee #isa #ana #ergetti kan amanu jireenya bara baraa qaba; inni du'a keessaa gara jireenyaatti darbee malee, gara firdii hin dhaqu.โ€ #แ‹จแ‹ฎแˆแŠ•แˆต #แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 5:24 แŠฅแ‹แŠแ‰ต แŠฅแ‹แŠแ‰ต แŠฅแˆ‹แ‰ฝแŠ‹แˆˆแˆแฅ แ‰ƒแˆŒแŠ• แ‹จแˆšแˆฐแˆ› #แ‹จแˆ‹แŠจแŠแŠ•แˆ #แ‹จแˆšแ‹ซแˆแŠ• #แ‹จแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ #แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต #แŠ แˆˆแ‹แฅ แŠจแˆžแ‰ตแˆ แ‹ˆแ‹ฐ แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แ‰ฐแˆปแŒˆแˆจ แŠฅแŠ•แŒ‚ แ‹ˆแ‹ฐ แแˆญแ‹ต แŠ แ‹ญแˆ˜แŒฃแˆแข
Akka ragaan Wangeela kanaatti, #Yesuus #natti #amanaa #hin #jenne waan ta'eef, Yesuus amala Waaqummaa akka hin qabne mirkaneesse.

C. #1 #Qorontos 15:28 "Wanti hundinuu ilma Waaqayyoo jala yommuu galfamu, #ilmi (#Yesuus) immoo ofii isaatii, #Waaqayyo #isa #waan #hundumaa #miilla #isaa #jala #galche #jala #in #gala; akkasitti Waaqayyo karaa hundumaa waan hundumaa irra in ta'a." 1แŠ› #แ‹ˆแ‹ฐ #แ‰†แˆฎแŠ•แ‰ถแˆต #แˆฐแ‹Žแ‰ฝ 15:28
แˆแˆ‰ แŠจแ‰ฐแŒˆแ‹›แˆˆแ‰ต แ‰ แŠ‹แˆ‹ แŒแŠ• แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แˆแˆ‰ แ‰ แˆแˆ‰ แ‹ญแˆ†แŠ• แ‹˜แŠ•แ‹ต แ‰ แ‹šแ‹ซแŠ• แŒŠแ‹œ #แˆแŒ #แˆซแˆฑ #แ‹ฐแŒแˆž #แˆแˆ‰แŠ• #แˆ‹แˆตแŒˆแ‹›แˆˆแ‰ต #แ‹ญแŒˆแ‹›แˆแข Yesuus #miila #Waaqayyo #jala #gala jechuun, Yesuus gonkumaa Waaqumma hin qabu jechuu ibsa.

D. #Maatewos 26:29
โ€œAmmaa jalqabee hamma guyyaa gaafa ani #mootummaa #abbaa #koo #keessatti isa haaraa #isinii #wajjin #dhugutti, deebi'ee daadhii waynii kanaattii akkan hin dhugne isinittan hima" jedhe. #แ‹จแˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต #แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 26:29 โ€ แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ• แŠฅแˆ‹แ‰ฝแŠ‹แˆˆแˆแฅ #แ‰ แŠ แ‰ฃแ‰ด #แˆ˜แŠ•แŒแˆฅแ‰ต #แŠจแŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ #แŒ‹แˆญ #แŠจแ‹šแˆ… #แŠจแ‹ˆแ‹ญแŠ• #แแˆฌ #แŠ แ‹ฒแˆฑแŠ• #แŠฅแˆตแŠจแˆแŒ แŒฃแ‰ แ‰ต แŠฅแˆตแŠจแ‹šแ‹ซ แ‰€แŠ• แ‹ตแˆจแˆต แŠจแ‹›แˆฌ แŒ€แˆแˆฌ แŠ แˆแŒ แŒฃแ‹แˆแข
Yesuus #mootummaa #Waaqaa #keessatti #ni #dhugaa jechuun, Yesuus kaleessalle fuundurattille Waaqumma hin qabu jechuu addeessa.

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Qabxiiwwan #ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu:

1ffaa- Ragaan Wangeela #Yohannis 4:34 kun wonti inni garsiisu, Yesuus #ajaja fi #fedhii #Waaqaa #qofa geessuu akka jiraata ture, kun ammoo inni(Yesuus) amala Waaqumma akka hin qabne hubanna.

2ffaa- Ragaan Wangeela
#Yohannis 5:24, Yesuus Jannata argatuu yoo barbaaddan, #Waaqatti (#isa #ana #ergetti) #amanaa jedhe malee, ani Waaqaa natti amanaa akka hin jenne hubanna. Ka dubbii kana #faallesu, faalla Jannata (#ibidda) nama seenuu barbaadu ta'uu hubanna.

3ffaa- Akka ragaa 1 #Qorontos 15:28 ammas, Yesuus Waaqa isa waa hundumaa mila isa jala galche jala ni gala jechuun, #Yesuusille ufii isaatiiyyuu Waaqaa ni #waaqeffata jechuudha. Kanaafuu #gabbaramaan #dhugaa (#Waaqni #dhugaa) isa wontu hunduu isaaf abbomu, kan Yesuusille isa waaqeffatu san taโ€™uu namuu beekuu qaba jechuudha.

4ffaa- Akka ragaa #Maatewos 26:29 Yesuus guyyaa boruu (#Qiyaamaa) #Jannata akka #seenuuf, #dhangaa #Jannata akka #dhugu ifa baase. Kun immoo, Yesuus kaleessalle fuundurattille gabricha Rabbii malee amala Waaqumma akka hin qabne mirkaneessee jechuudha.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/Xaaliburidallah
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#Tuun #tanaa, #Tuun #ganaa

Faaruun kan Rabbii dhugaa isaa suutuma suutaan Addunyaaf ifa galchaa jiruutii.

Osoo worri haqa qabate, haga waan faayidaa isaa hin qabne sheer taasisuuf woreegama kafaluu, dhugaa arge nama biraanu gahuuf gahee ofii bahee, silaa Islaamummaan ganda mara yeroo gabaabaa keessatti wol gahee.

#Sheeyxaanaa #waan #keeyrii #sheeri #taasisuu #harka #nu #qabu Rabbiin nurraa haa qabuu. Amiiiin

แŠฅแ‰ฃแŠฎแ‰ตแŠ• แ‹จแ‹š แŒแˆฉแ• แˆŠแŠ•แŠญ แˆˆแŒ“แ‹ฐแŠžแ‰ปแ‰ฝแˆ แ‰ แˆ›แŒ‹แˆซแ‰ต แˆแˆ‰แˆ แˆฐแ‹ แ‹จแ‹šแˆ… แŒแˆฉแ• แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แ‰ฐแŒ แ‰ƒแˆš แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ†แŠ• แŒแ‹ดแ‰ณแ‰ฝแˆแŠ• แ‰ฐแ‹ˆแŒกแข

Mee link garee kanaa hiriyoota keessanii sheeri taasiisaa, baruumsa garee kanaa akka namni irraa fayyadamu dirqama keessan bahaa. Rabbiin duniyaa fi aakeratille isin haa qananiisuu. Amiiiin

https://t.me/Xaaliburidallah
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#Namni_Rabbiin_hin_beekne, #waan_haasawuu_hin_beekuuโ€ผ๏ธ
#Abdoon_Murtaddiin, wanti fakkeessuu guutuun gatii baasuufii didnaan, Nabiyyii Rabbii kan ofii Waaqaa jedhee lallabaa ture, amma garagalchee ittiin waan liqimsu yoo argadhe, inni waan fedhee haa ta'u jechuu eegalee jiraa. #Sammuun_Rabbii #tokkicha_hin_beekne, waan dubbaatuu qabduu fi dhiiftuu hin beektuu. Tuun tanaa tuun ganaa. Inshaa Allah

https://t.me/Xaaliburidallah
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#Ee_bada_jiruu_duniyaa. Namni Tolli Rabbii si bira jiru, #waan_qabduun_bira_dhaabadhu. Ka san dhabde sheer taasisuun Sagalee isaanii ta'i.

https://t.me/Xaaliburidallah