Kutaa 5ffaa 🅱️
" #Ani #immoo #yeroo #sanatti, '#Matumaa #ani #isin #hinbeeku, #isin #yaa #warra #hamaa #hojjettanii, #ija #koo #duraa #badaa!' jedheen (mul'inatti isaanitti hima?) jedhe."
7:22-23 በዚያ ቀን ብዙዎች። ጌታ ሆይ፥ ጌታ ሆይ፥ #በስምህ #ትንቢት #አልተናገርንምን፥ #በስምህስ #አጋንንትን #አላወጣንምን፥ #በስምህስ #ብዙ #ተአምራትን #አላደረግንምን? ይሉኛል።
የዚያን ጊዜም። #ከቶአላወቅኋችሁም፤ #እናንተ #ዓመፀኞች፥ #ከእኔ #ራቁ #ብዬ #እመሰክርባቸዋለሁ።
Qabxiiwwan ijoon Maatewos 7:22-23 irraa hubannu:-
1ffaa- Worroonni maqaa Yesuusiin raajii dubbanna jedhu, maqaa Yesuusiin hafuura hamootaa baasnaa jedhu, maqaa Yesuusiin hojii aangoo hojjannaa jedhu hundi worra Yesuus isaan waakkatu. Worroota Yesuus isaan waakkatu jechuun, worrota dalaggaan isaan dalagan barsiisaa fi ajaja Yesuusiin ala ta’ee jechu. Wonti Yesuus hin barsiisinii fi hin ajajin maaliidhaa yoo jettaan Yesuus gooftaa naan jedhaa jedhee hin barsiifne, akkasumas Yesuus maqaa kiyyaan hafuura hamootaa baasaa, raajii dubbadhaa wolumaa galatti maqaa kiyyan daldala banadhaa jedhee hin ajajne jechu.
2ffaa- Worroonni Yesuus isaanii waakkatu sunniinillee Muslimoota miti. Sababni isaallee Muslimni #Yesuusiin gooftaa #hin jedhu ( Yesuus Ergamaa Rabbiiti jedha)
Muslimni #maqaa #Yesuusiitin hafuura hamootaa baasna, raajii hojjanna waan hin jenneef jecha. Kanaafuu worroonni Yesuus isaan waakkatu worroota Kiristaanaati.
Sababni isaallee #kiristaanni #Yesuusiin #gooftaa #jedhu #waan #ta’eef akkasumas
worroonni maqaa Yesuusiin raajii hojjanna jedhu, hafuura hamootaa baasna jedhu waan Kiristaana ta’eef jecha.
3ffaa- Worroonni/ Namoonni Yesuusiin gooftaa jedhu, kan maqaa Yesuusiin raajii hojjanna jedhu, kan maqaa Yesuusiin hafuura hamootaa baasna jedhu, kan maqaa Yesuusiin hojii aangoo hojjannaa jedhu hundi namoota Yesuus isaan argaa jibbu worra hamaa (diddoota) ta’uu nuuf ibsa. Worroota Yesuus isaan arga jibbu jechuun worraa waan Yesuus hin barsiifnee fi hin ajajne dalagu, worra dhugaa dhiisee badii hojjatu worra hamaa (haqa diddoota) jechuudha.
4ffaa- Yesuus maqaa kiyyaan hafuura hamootaa baasaa jedhee ajaajuu akka hin dandeennee fi innuu hafuura Waaqaatiin ( fedhii Rabbiitiin) akka baasaa ture Maatewos 12:28 nuuf addeessa.
❝Ani garuu hafuura Waaqayyootiin hafuurota hamoota kanan baasu erga ta'ee, mootummaan Waaqayyoo isin irratti dhufeera.❞
—Mat. 12: 28
Kanaafuu Yesuusii hafuura Waaqaatiin hafuura hamootaa baasetu sirriidha moo worroota maqaa Yesuusiin hafuura ni baafnaa jedhee dubbatutu sirri? Yesuus osoo ufitti aangoo fi dandeettii qabaatee hafuura Waaqaatti hin hajamu. Kanaafuu Waaqaa Yesuus qarqaarsifate san qarqaarsifatanii waa hojjatuu qofatu qajeelluma malee kan kanaan alaa kamuu jallinna ta’uu ifatti mudhisaa jechu.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa 👇
https://t.me/Xaalibu6504

#Turullee #dhugatuu #irra #aana
🥦🥦🥦🥦🥦🥦
#Kutaa #18ffaa
🥦🥦🥦🥦🥦🥦
#Hojii #manaa
👇👇👇
Ragaa Wangeela #Maatewos #7:21-23 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
🍇🍇🍇🍇🍇🍇
Wangeela #Maatewos #7:21-23
“Yesus, "Jaalala abbaa koo isa waaqa irraa nama hojjetutu mootummaa waaqaatti gala malee, #namni, 'Yaa gooftaa, yaa gooftaa' naan jechuu duwwaadhaan❌ itti gala miti.” Guyyaa isa dhumaa sanatti namoonni baay'een, 'Yaa #gooftaa, yaa #gooftaa, nuyi maqaa keetiin #raajii #dubbanneerra, maqaa keetiin #hafuurota #hamoota #baafneerra, #hojii #aangoos maqaa keetiin baay'ee hojjenneerra mitii?' anaan jedhu. #Ani(Yesuus) immoo yeroo sanatti, '#Matumaa ani isin #hin #beeku, #isin yaa warra #hamaa #hojjettanii, #ija koo #duraa #badaa!' jedheen mul'inatti isaanitti hima" jedhe.
በሰማያት ያለውን የአባቴን ፈቃድ የሚያደርግ እንጂ፥ ጌታ ሆይ፥ ጌታ ሆይ፥ የሚለኝ ሁሉ #መንግሥተ #ሰማያት #የሚገባ #አይደለም።
በዚያ ቀን ብዙዎች። ጌታ ሆይ፥ ጌታ ሆይ፥ በስምህ ትንቢት አልተናገርንምን፥ በስምህስ አጋንንትን አላወጣንምን፥ በስምህስ ብዙ ተአምራትን አላደረግንምን? ይሉኛል። የዚያን ጊዜም። ከቶ አላወቅኋችሁም፤ እናንተ #ዓመፀኞች፥ ከእኔ ራቁ ብዬ #እመሰክርባቸዋለሁ።
Gafii 👇👇👇
Akka ragaa #Maatewos #7:21-23 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?
A. Worroonni Yesuusiin yaa gooftaa jedhan mootummaa Waaqaa ni argatuu.
B. Guyyaa isa dhumaa sanatti namoonni baay'een, 'Yaa gooftaa, yaagooftaa jedhanii Yesuus waaman hundaa, Yesuus ni galateeffata.
C. Yesuus worroota maqaa Yesuusiin raajii dubbatan, maqaa isaatiin hafuurota hamoota baasan, hojii aangoos maqaa isaatiin hojjatan hundaan yaa warra gaarii hojjettanii jedhee isaan galattefata.
D. Yesuus worroota dinqii gara garaa hojjatan irratti murtee isaan barbaachisu ni kenna.
E. Deebiin hin jiru.✅✅✅
🥦🥦🥦🥦🥦🥦
↪ Worroonni Amantii Kiristaanaa nuuf deebisaa.
↪ hawaasni keenna ammoo worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran biraan gahaa haqa jiru hubachiisaa.
Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa #Maatewos #7:21-23 irraa argannu:
1ffaa- Worroonni Yesuusiin yaa gooftaa jedhan hundi mootummaa Waaqaa (Jannata) hin argatan. Nama jaalala (ajaja) Rabbii guute malee.
2ffaa- Guyyaa Isa dhumaa (Qiyaamaa) #Yesuus worroota gooftaa isaaniin jedhe akka #isaan #waakkatuu kun ammoo akka Yesuus gooftummaalle hin qabne kan mirkaneessu ta'uu isaa.
3ffaa- Worroonni maqaa Yesuusiin hafuura hamootaa baasu, raajii dubbatu, hojii aangoo hojjatu hundi worroota #hojii #hamaa hojjatu ta'uu isaanii. (Worroonni Kiristaanaa ammoo, namoonni dinqii hojjatan akka worroota Waaqaan muudameetti ufi yaadan, kun dogongora guddaa ta'uu akka ragaa Wangeela kanaatti mirkaneessaa jechuudha).
4ffaa- Worroonni maqaa Yesuusiin hafuura hamootaa baasu, raajii dubbatu, hojii aangoo hojjatuun #hojii #hamaa hojjatan hunda irratti Yesuus akka diddoota ta'uu ragaa bahee ammas fuula isaanii arguu hin barbaadnee ifatti mudhisaa.
5ffaa- Gaheen Yesuus guyyaa xumuraa (Qiyaamaa) qabu #murtee #kennuu #osoo #hin #taane, worroota waan inni hin qabneen isa waamuu (Yesuus Waaqa Kkf... ) fi maqaa isaatiin daldalu (hafuura hamootaa baasuu kkf... ) hunda irratti, akka #barsiisaa fi #fedhii isaa hin taane #ragaa #bahuu #qofa (#እመሰክርባቸዋለሁ) ta'aa jechuudha.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa 👇