#Turullee #dhugatuu #irra #aana
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Kutaa #18ffaa
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Hojii #manaa
πππ
Ragaa Wangeela #Maatewos #7:21-23 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
ππππππ
Wangeela #Maatewos #7:21-23
βYesus, "Jaalala abbaa koo isa waaqa irraa nama hojjetutu mootummaa waaqaatti gala malee, #namni, 'Yaa gooftaa, yaa gooftaa' naan jechuu duwwaadhaanβ itti gala miti.β Guyyaa isa dhumaa sanatti namoonni baay'een, 'Yaa #gooftaa, yaa #gooftaa, nuyi maqaa keetiin #raajii #dubbanneerra, maqaa keetiin #hafuurota #hamoota #baafneerra, #hojii #aangoos maqaa keetiin baay'ee hojjenneerra mitii?' anaan jedhu. #Ani(Yesuus) immoo yeroo sanatti, '#Matumaa ani isin #hin #beeku, #isin yaa warra #hamaa #hojjettanii, #ija koo #duraa #badaa!' jedheen mul'inatti isaanitti hima" jedhe.
α α°αα«α΅ α«ααα α¨α α£α΄α ααα΅ α¨αα«α°αα α₯ααα₯ αα³ ααα₯ αα³ ααα₯ α¨ααα αα #αααα₯α° #α°αα«α΅ #α¨ααα£ #α αα°ααα’
α αα« αα α₯ααα½α’ αα³ ααα₯ αα³ ααα₯ α α΅αα α΅αα’α΅ α αα°ααααααα₯ α α΅αα α΅ α αααα΅α α ααα£αααα₯ α α΅αα α΅ α₯α α°α αα«α΅α α αα°α¨αααα? ααααα’ α¨αα«α αααα’ α¨αΆ α ααα αα½ααα€ α₯ααα° #ααααα½α₯ α¨α₯α α«α α₯α¬ #α₯αα°ααα£αΈαααα’
Gafii πππ
Akka ragaa #Maatewos #7:21-23 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?
A. Worroonni Yesuusiin yaa gooftaa jedhan mootummaa Waaqaa ni argatuu.
B. Guyyaa isa dhumaa sanatti namoonni baay'een, 'Yaa gooftaa, yaagooftaa jedhanii Yesuus waaman hundaa, Yesuus ni galateeffata.
C. Yesuus worroota maqaa Yesuusiin raajii dubbatan, maqaa isaatiin hafuurota hamoota baasan, hojii aangoos maqaa isaatiin hojjatan hundaan yaa warra gaarii hojjettanii jedhee isaan galattefata.
D. Yesuus worroota dinqii gara garaa hojjatan irratti murtee isaan barbaachisu ni kenna.
E. Deebiin hin jiru.β β β
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
βͺ Worroonni Amantii Kiristaanaa nuuf deebisaa.
βͺ hawaasni keenna ammoo worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran biraan gahaa haqa jiru hubachiisaa.
Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa #Maatewos #7:21-23 irraa argannu:
1ffaa- Worroonni Yesuusiin yaa gooftaa jedhan hundi mootummaa Waaqaa (Jannata) hin argatan. Nama jaalala (ajaja) Rabbii guute malee.
2ffaa- Guyyaa Isa dhumaa (Qiyaamaa) #Yesuus worroota gooftaa isaaniin jedhe akka #isaan #waakkatuu kun ammoo akka Yesuus gooftummaalle hin qabne kan mirkaneessu ta'uu isaa.
3ffaa- Worroonni maqaa Yesuusiin hafuura hamootaa baasu, raajii dubbatu, hojii aangoo hojjatu hundi worroota #hojii #hamaa hojjatu ta'uu isaanii. (Worroonni Kiristaanaa ammoo, namoonni dinqii hojjatan akka worroota Waaqaan muudameetti ufi yaadan, kun dogongora guddaa ta'uu akka ragaa Wangeela kanaatti mirkaneessaa jechuudha).
4ffaa- Worroonni maqaa Yesuusiin hafuura hamootaa baasu, raajii dubbatu, hojii aangoo hojjatuun #hojii #hamaa hojjatan hunda irratti Yesuus akka diddoota ta'uu ragaa bahee ammas fuula isaanii arguu hin barbaadnee ifatti mudhisaa.
5ffaa- Gaheen Yesuus guyyaa xumuraa (Qiyaamaa) qabu #murtee #kennuu #osoo #hin #taane, worroota waan inni hin qabneen isa waamuu (Yesuus Waaqa Kkf... ) fi maqaa isaatiin daldalu (hafuura hamootaa baasuu kkf... ) hunda irratti, akka #barsiisaa fi #fedhii isaa hin taane #ragaa #bahuu #qofa (#α₯αα°ααα£αΈααα) ta'aa jechuudha.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈBy:XR β»οΈβ»οΈβ»οΈ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa π
https://t.me/Xaalibu6504