#Turullee #dhugatuu #irra #aana
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
#Kutaa #18ffaa
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
#Hojii #manaa
๐๐๐
Ragaa Wangeela #Maatewos #7:21-23 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
๐๐๐๐๐๐
Wangeela #Maatewos #7:21-23
โYesus, "Jaalala abbaa koo isa waaqa irraa nama hojjetutu mootummaa waaqaatti gala malee, #namni, 'Yaa gooftaa, yaa gooftaa' naan jechuu duwwaadhaanโ itti gala miti.โ Guyyaa isa dhumaa sanatti namoonni baay'een, 'Yaa #gooftaa, yaa #gooftaa, nuyi maqaa keetiin #raajii #dubbanneerra, maqaa keetiin #hafuurota #hamoota #baafneerra, #hojii #aangoos maqaa keetiin baay'ee hojjenneerra mitii?' anaan jedhu. #Ani(Yesuus) immoo yeroo sanatti, '#Matumaa ani isin #hin #beeku, #isin yaa warra #hamaa #hojjettanii, #ija koo #duraa #badaa!' jedheen mul'inatti isaanitti hima" jedhe.
แ แฐแแซแต แซแแแ แจแ แฃแดแ แแแต แจแแซแฐแญแ แฅแแแฅ แแณ แแญแฅ แแณ แแญแฅ แจแแแ แแ #แแแแฅแฐ #แฐแแซแต #แจแแแฃ #แ แญแฐแแแข
แ แแซ แแ แฅแแแฝแข แแณ แแญแฅ แแณ แแญแฅ แ แตแแ แตแแขแต แ แแฐแแแญแแแแฅ แ แตแแ แต แ แแแแตแ แ แแแฃแแแแฅ แ แตแแ แต แฅแ แฐแ แแซแตแ แ แแฐแจแแแแ? แญแแแแข แจแแซแ แแแแข แจแถ แ แแแ แแฝแแแค แฅแแแฐ #แแแแแฝแฅ แจแฅแ แซแ แฅแฌ #แฅแแฐแญแญแฃแธแแแแข
Gafii ๐๐๐
Akka ragaa #Maatewos #7:21-23 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?
A. Worroonni Yesuusiin yaa gooftaa jedhan mootummaa Waaqaa ni argatuu.
B. Guyyaa isa dhumaa sanatti namoonni baay'een, 'Yaa gooftaa, yaagooftaa jedhanii Yesuus waaman hundaa, Yesuus ni galateeffata.
C. Yesuus worroota maqaa Yesuusiin raajii dubbatan, maqaa isaatiin hafuurota hamoota baasan, hojii aangoos maqaa isaatiin hojjatan hundaan yaa warra gaarii hojjettanii jedhee isaan galattefata.
D. Yesuus worroota dinqii gara garaa hojjatan irratti murtee isaan barbaachisu ni kenna.
E. Deebiin hin jiru.โ โ โ
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
โช Worroonni Amantii Kiristaanaa nuuf deebisaa.
โช hawaasni keenna ammoo worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran biraan gahaa haqa jiru hubachiisaa.
Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa #Maatewos #7:21-23 irraa argannu:
1ffaa- Worroonni Yesuusiin yaa gooftaa jedhan hundi mootummaa Waaqaa (Jannata) hin argatan. Nama jaalala (ajaja) Rabbii guute malee.
2ffaa- Guyyaa Isa dhumaa (Qiyaamaa) #Yesuus worroota gooftaa isaaniin jedhe akka #isaan #waakkatuu kun ammoo akka Yesuus gooftummaalle hin qabne kan mirkaneessu ta'uu isaa.
3ffaa- Worroonni maqaa Yesuusiin hafuura hamootaa baasu, raajii dubbatu, hojii aangoo hojjatu hundi worroota #hojii #hamaa hojjatu ta'uu isaanii. (Worroonni Kiristaanaa ammoo, namoonni dinqii hojjatan akka worroota Waaqaan muudameetti ufi yaadan, kun dogongora guddaa ta'uu akka ragaa Wangeela kanaatti mirkaneessaa jechuudha).
4ffaa- Worroonni maqaa Yesuusiin hafuura hamootaa baasu, raajii dubbatu, hojii aangoo hojjatuun #hojii #hamaa hojjatan hunda irratti Yesuus akka diddoota ta'uu ragaa bahee ammas fuula isaanii arguu hin barbaadnee ifatti mudhisaa.
5ffaa- Gaheen Yesuus guyyaa xumuraa (Qiyaamaa) qabu #murtee #kennuu #osoo #hin #taane, worroota waan inni hin qabneen isa waamuu (Yesuus Waaqa Kkf... ) fi maqaa isaatiin daldalu (hafuura hamootaa baasuu kkf... ) hunda irratti, akka #barsiisaa fi #fedhii isaa hin taane #ragaa #bahuu #qofa (#แฅแแฐแญแญแฃแธแแแ) ta'aa jechuudha.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธBy:XR โป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐
https://t.me/Xaalibu6504

#Kutaa #35ffaa
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
#Gilgaala: Hubannoo duraan sammuu keessaa qabnuu fi ragaawwan dubbisnu wol bira qabuun, kallattii dhugaa ittiin madaallu:
Yesuus Waaqaa jedhanii worroota yaadanii fi morman, xurreen deebii isaanii kenninuun keessaa tokko, Waaqni hojii ofii hojjata moo ka qaama birooti? Waaqni guyyaa boruu ni nyaachisee obaasa moo (worroota isaa bule), ofii isaatii nyaatee dhuga laataโ๏ธ gaafii jedhu gaafatu. Mee ragaawwan asii gadii keessaa kamtuu amala Waaqaa mudhisa?
A. #Yohannis 4:34 " Yesus immoo, "#Nyaanni #kan #koo jaalala isa na #ergee #gochuudhaaf #hojii #isaa #raawwachuu dha. #แจแฎแแแต #แแแแ 4:34 "แขแจแฑแตแ แฅแแฒแ แ แแธแแข #แจแฅแแต #แแฅแ #แจแแจแแ #แแแต #แ แฐแญแ #แแแต #แฅแซแแแ #แฅแแฝแ #แแแต แแแข" Amaloonni Wangeela kana keessatti argamu hundi, amala Waaqumma hin garsiisu. #Yesuus #kaayoo #Waaqaa #malee ka mataa kootii hin qabu waan jedheef.
B. #Yohannis 5:24 "Dhuguma, dhuguman isinitti hima, dubbii koo dhaga'ee #isa #ana #ergetti kan amanu jireenya bara baraa qaba; inni du'a keessaa gara jireenyaatti darbee malee, gara firdii hin dhaqu.โ #แจแฎแแแต #แแแแ 5:24 แฅแแแต แฅแแแต แฅแแฝแแแแฅ แแแ แจแแฐแ #แจแแจแแแ #แจแแซแแ #แจแแแแ #แแญแแต #แ แแแฅ แจแแตแ แแฐ แแญแแต แฐแปแแจ แฅแแ แแฐ แแญแต แ แญแแฃแแข
Akka ragaan Wangeela kanaatti, #Yesuus #natti #amanaa #hin #jenne waan ta'eef, Yesuus amala Waaqummaa akka hin qabne mirkaneesse.
C. #1 #Qorontos 15:28 "Wanti hundinuu ilma Waaqayyoo jala yommuu galfamu, #ilmi (#Yesuus) immoo ofii isaatii, #Waaqayyo #isa #waan #hundumaa #miilla #isaa #jala #galche #jala #in #gala; akkasitti Waaqayyo karaa hundumaa waan hundumaa irra in ta'a." 1แ #แแฐ #แแฎแแถแต #แฐแแฝ 15:28
แแ แจแฐแแแแต แ แแ แแ แฅแแแ แฅแแญ แแ แ แแ แญแแ แแแต แ แแซแ แแ #แแ #แซแฑ #แฐแแ #แแแ #แแตแแแแต #แญแแแแข Yesuus #miila #Waaqayyo #jala #gala jechuun, Yesuus gonkumaa Waaqumma hin qabu jechuu ibsa.
D. #Maatewos 26:29
โAmmaa jalqabee hamma guyyaa gaafa ani #mootummaa #abbaa #koo #keessatti isa haaraa #isinii #wajjin #dhugutti, deebi'ee daadhii waynii kanaattii akkan hin dhugne isinittan hima" jedhe. #แจแแดแแต #แแแแ 26:29 โ แแแญ แแ แฅแแฝแแแแฅ #แ แ แฃแด #แแแแฅแต #แจแฅแแแฐ #แแญ #แจแแ #แจแแญแ #แแฌ #แ แฒแฑแ #แฅแตแจแแ แฃแ แต แฅแตแจแแซ แแ แตแจแต แจแแฌ แแแฌ แ แแ แฃแแแข
Yesuus #mootummaa #Waaqaa #keessatti #ni #dhugaa jechuun, Yesuus kaleessalle fuundurattille Waaqumma hin qabu jechuu addeessa.
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
#Qabxiiwwan #ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu:
1ffaa- Ragaan Wangeela #Yohannis 4:34 kun wonti inni garsiisu, Yesuus #ajaja fi #fedhii #Waaqaa #qofa geessuu akka jiraata ture, kun ammoo inni(Yesuus) amala Waaqumma akka hin qabne hubanna.
2ffaa- Ragaan Wangeela
#Yohannis 5:24, Yesuus Jannata argatuu yoo barbaaddan, #Waaqatti (#isa #ana #ergetti) #amanaa jedhe malee, ani Waaqaa natti amanaa akka hin jenne hubanna. Ka dubbii kana #faallesu, faalla Jannata (#ibidda) nama seenuu barbaadu ta'uu hubanna.
3ffaa- Akka ragaa 1 #Qorontos 15:28 ammas, Yesuus Waaqa isa waa hundumaa mila isa jala galche jala ni gala jechuun, #Yesuusille ufii isaatiiyyuu Waaqaa ni #waaqeffata jechuudha. Kanaafuu #gabbaramaan #dhugaa (#Waaqni #dhugaa) isa wontu hunduu isaaf abbomu, kan Yesuusille isa waaqeffatu san taโuu namuu beekuu qaba jechuudha.
4ffaa- Akka ragaa #Maatewos 26:29 Yesuus guyyaa boruu (#Qiyaamaa) #Jannata akka #seenuuf, #dhangaa #Jannata akka #dhugu ifa baase. Kun immoo, Yesuus kaleessalle fuundurattille gabricha Rabbii malee amala Waaqumma akka hin qabne mirkaneessee jechuudha.

https://t.me/Xaaliburidallah

Telegram
Turullee Dhugatu Mo'ata
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.