Turullee Dhugatu Mo'ata
12K subscribers
537 photos
163 videos
120 files
451 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #35ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Gilgaala: Hubannoo duraan sammuu keessaa qabnuu fi ragaawwan dubbisnu wol bira qabuun, kallattii dhugaa ittiin madaallu:

Yesuus Waaqaa jedhanii worroota yaadanii fi morman, xurreen deebii isaanii kenninuun keessaa tokko, Waaqni hojii ofii hojjata moo ka qaama birooti? Waaqni guyyaa boruu ni nyaachisee obaasa moo (worroota isaa bule), ofii isaatii nyaatee dhuga laataโ‰๏ธ gaafii jedhu gaafatu. Mee ragaawwan asii gadii keessaa kamtuu amala Waaqaa mudhisa?

A. #Yohannis 4:34 " Yesus immoo, "#Nyaanni #kan #koo jaalala isa na #ergee #gochuudhaaf #hojii #isaa #raawwachuu dha. #แ‹จแ‹ฎแˆแŠ•แˆต #แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 4:34 "แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ… แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข #แ‹จแŠฅแŠ”แˆต #แˆ˜แ‰ฅแˆ #แ‹จแˆ‹แŠจแŠแŠ• #แˆแ‰ƒแ‹ต #แŠ แ‹ฐแˆญแŒ #แ‹˜แŠ•แ‹ต #แˆฅแˆซแ‹แŠ•แˆ #แŠฅแˆแŒฝแˆ #แ‹˜แŠ•แ‹ต แŠแ‹แข" Amaloonni Wangeela kana keessatti argamu hundi, amala Waaqumma hin garsiisu. #Yesuus #kaayoo #Waaqaa #malee ka mataa kootii hin qabu waan jedheef.

B. #Yohannis 5:24 "Dhuguma, dhuguman isinitti hima, dubbii koo dhaga'ee #isa #ana #ergetti kan amanu jireenya bara baraa qaba; inni du'a keessaa gara jireenyaatti darbee malee, gara firdii hin dhaqu.โ€ #แ‹จแ‹ฎแˆแŠ•แˆต #แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 5:24 แŠฅแ‹แŠแ‰ต แŠฅแ‹แŠแ‰ต แŠฅแˆ‹แ‰ฝแŠ‹แˆˆแˆแฅ แ‰ƒแˆŒแŠ• แ‹จแˆšแˆฐแˆ› #แ‹จแˆ‹แŠจแŠแŠ•แˆ #แ‹จแˆšแ‹ซแˆแŠ• #แ‹จแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ #แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต #แŠ แˆˆแ‹แฅ แŠจแˆžแ‰ตแˆ แ‹ˆแ‹ฐ แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แ‰ฐแˆปแŒˆแˆจ แŠฅแŠ•แŒ‚ แ‹ˆแ‹ฐ แแˆญแ‹ต แŠ แ‹ญแˆ˜แŒฃแˆแข
Akka ragaan Wangeela kanaatti, #Yesuus #natti #amanaa #hin #jenne waan ta'eef, Yesuus amala Waaqummaa akka hin qabne mirkaneesse.

C. #1 #Qorontos 15:28 "Wanti hundinuu ilma Waaqayyoo jala yommuu galfamu, #ilmi (#Yesuus) immoo ofii isaatii, #Waaqayyo #isa #waan #hundumaa #miilla #isaa #jala #galche #jala #in #gala; akkasitti Waaqayyo karaa hundumaa waan hundumaa irra in ta'a." 1แŠ› #แ‹ˆแ‹ฐ #แ‰†แˆฎแŠ•แ‰ถแˆต #แˆฐแ‹Žแ‰ฝ 15:28
แˆแˆ‰ แŠจแ‰ฐแŒˆแ‹›แˆˆแ‰ต แ‰ แŠ‹แˆ‹ แŒแŠ• แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แˆแˆ‰ แ‰ แˆแˆ‰ แ‹ญแˆ†แŠ• แ‹˜แŠ•แ‹ต แ‰ แ‹šแ‹ซแŠ• แŒŠแ‹œ #แˆแŒ #แˆซแˆฑ #แ‹ฐแŒแˆž #แˆแˆ‰แŠ• #แˆ‹แˆตแŒˆแ‹›แˆˆแ‰ต #แ‹ญแŒˆแ‹›แˆแข Yesuus #miila #Waaqayyo #jala #gala jechuun, Yesuus gonkumaa Waaqumma hin qabu jechuu ibsa.

D. #Maatewos 26:29
โ€œAmmaa jalqabee hamma guyyaa gaafa ani #mootummaa #abbaa #koo #keessatti isa haaraa #isinii #wajjin #dhugutti, deebi'ee daadhii waynii kanaattii akkan hin dhugne isinittan hima" jedhe. #แ‹จแˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต #แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 26:29 โ€ แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ• แŠฅแˆ‹แ‰ฝแŠ‹แˆˆแˆแฅ #แ‰ แŠ แ‰ฃแ‰ด #แˆ˜แŠ•แŒแˆฅแ‰ต #แŠจแŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ #แŒ‹แˆญ #แŠจแ‹šแˆ… #แŠจแ‹ˆแ‹ญแŠ• #แแˆฌ #แŠ แ‹ฒแˆฑแŠ• #แŠฅแˆตแŠจแˆแŒ แŒฃแ‰ แ‰ต แŠฅแˆตแŠจแ‹šแ‹ซ แ‰€แŠ• แ‹ตแˆจแˆต แŠจแ‹›แˆฌ แŒ€แˆแˆฌ แŠ แˆแŒ แŒฃแ‹แˆแข
Yesuus #mootummaa #Waaqaa #keessatti #ni #dhugaa jechuun, Yesuus kaleessalle fuundurattille Waaqumma hin qabu jechuu addeessa.

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Qabxiiwwan #ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu:

1ffaa- Ragaan Wangeela #Yohannis 4:34 kun wonti inni garsiisu, Yesuus #ajaja fi #fedhii #Waaqaa #qofa geessuu akka jiraata ture, kun ammoo inni(Yesuus) amala Waaqumma akka hin qabne hubanna.

2ffaa- Ragaan Wangeela
#Yohannis 5:24, Yesuus Jannata argatuu yoo barbaaddan, #Waaqatti (#isa #ana #ergetti) #amanaa jedhe malee, ani Waaqaa natti amanaa akka hin jenne hubanna. Ka dubbii kana #faallesu, faalla Jannata (#ibidda) nama seenuu barbaadu ta'uu hubanna.

3ffaa- Akka ragaa 1 #Qorontos 15:28 ammas, Yesuus Waaqa isa waa hundumaa mila isa jala galche jala ni gala jechuun, #Yesuusille ufii isaatiiyyuu Waaqaa ni #waaqeffata jechuudha. Kanaafuu #gabbaramaan #dhugaa (#Waaqni #dhugaa) isa wontu hunduu isaaf abbomu, kan Yesuusille isa waaqeffatu san taโ€™uu namuu beekuu qaba jechuudha.

4ffaa- Akka ragaa #Maatewos 26:29 Yesuus guyyaa boruu (#Qiyaamaa) #Jannata akka #seenuuf, #dhangaa #Jannata akka #dhugu ifa baase. Kun immoo, Yesuus kaleessalle fuundurattille gabricha Rabbii malee amala Waaqumma akka hin qabne mirkaneessee jechuudha.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/Xaaliburidallah