#Turullee #dhugatuu #irra #aana
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
#Kutaa #29ffaa
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
#Hojii #manaa
๐๐๐
Ragaa #Maatewos 20:20-23 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
๐๐๐๐๐๐
#Maatewos 20:20-23
โErgasii haati ilmaan Zabdewos ilmaan ishee wajjin, gara Yesus dhuftee, waa kadhachuudhaaf miilla isaatti kufte. Inni immoo, "#Maal #barbaadda?" isheedhaan jedhe. Isheen itti fuftee, "#Ilmaan #koo #kun #lamaan #mootummaa #kee #keessatti #inni #tokko #gara #mirga #kee, #inni #tokko #immoo #gara #bitaa kee akka taa'aniif abboomi!" ittiin jette. #Yesus, garuu #deebisee, "#Waan #kadhattan #hin #beektan! Isin immoo xoofoo dhiphinaa ani keessaa dhuguuf jiru keessaa dhuguu in dandeessuu?" jennaan, isaan immoo, "In dandeenya" jedhaniin. Innis, "Xoofoo koo keessaa illee dhuguuf jirtu #gara #mirga #koo yookiis #gara #bitaa #koo #taa'uu garuu #kennuun #kan #koo #miti; taa'umsi sun warra kanaan dura abbaa kootiin qopheeffameefiif ta'a" isaaniin jedhe.โ
แ แแซแ แแ แจแแฅแดแแต แแแฝ แฅแแต แจแแแฝแ แแญ แฅแจแฐแแฐแฝแ แ แแต แแแญ แฅแจแแแแฝ แแฐ แฅแญแฑ แแจแ แฝแข
แฅแญแฑแแข แแ แตแแแแซแแฝ? แ แแตแข แฅแญแตแแแข #แฅแแแ #แแแฑ #แแแผ #แ แแฑ #แ แแแ #แ แแฑแ #แ แแซแ #แ แแแแฅแตแ #แฅแแฒแแแก #แฅแแ #แ แแฝแแข #แขแจแฑแต แแ แแแถแข #แจแแตแแแแตแ #แ แณแแแแข แฅแ แแ แฃแ แซแแแ แฝแ แแตแ แก แฅแแ แจแแ แแแแ แฅแแแต แแตแ แแ แตแฝแแแฝแแ? แ แแข แฅแแฝแแแ แ แแตแข แขแจแฑแต แแ แแแถแข แจแแตแแแแตแ แ แณแแแแข แฅแ แแ แฃแ แซแแแ แฝแ แแตแ แก แฅแแ แจแแ แแแแ แฅแแแต แแตแ แแ แตแฝแแแฝแแ? แ แแข แฅแแฝแแแ แ แแตแข แฅแญแฑแแข แฝแแฌแแต แตแ แฃแแฝแแค #แ แแแ #แ แแซ #แแแแฅ #แแ #แจแ แฃแด #แแแต #แแฐแแแแแธแ #แแ #แฅแแ #แฅแ #แจแแฐแฅ #แ แญแฐแแแ แ แแธแแข
Gafii ๐๐๐
Akka ragaa #Maatewos 20:20-23 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?
A. Haati ilmaan Zabdewos ilmaan ishee wajjin, gara Yesus dhuftee, Ilmaan koo kun lamaan mootummaa kee keessatti inni tokko gara mirga kee, inni tokko immoo gara bitaa kee akka taa'aniif abboomi!" ittiin jette. โ
B. Yesus, haadha ilmaan Zabdewos deebisee, homa na kadhatuu qabdu na gaafatte jedheen.โ
C. Yesuus haadha ilmaan Zabdewosiin, mirga koo yookiis gara bitaa koo taa'uu kan kennu anaa jedhe. โ
D. Yesuus haadha ilmaan Zabdewosiin, mirga koo yookiis gara bitaa koo taa'uu sun warra kanaan dura anaan qophaayee fi worrota akka kee na gaafataniif kenname isiin jedhe. โ
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa #Maatewos 20:20-23 irraa argannu;
1ffaa- Dubartiin haati ilmaan Zabdewos jedhamtu, Yesuus #Nabiyyii Rabbii fi #gabricha Rabbii ta'uu hubattee, aakeratti #gaafa #Jannata #seentu ilmaan tiyyalle akka si woliin Jannata naaf seentu naaf taasisii jetteen (Isheen itti fuftee, "#Ilmaan #koo #kun #lamaan #mootummaa #kee #keessatti #inni #tokko #gara #mirga #kee, #inni #tokko #immoo #gara #bitaa kee akka taa'aniif abboomi!" ittiin jette yeroo jedhu).
2ffaa- Yesuus haadha ilmaan Zabdewosii, ta ilmaan tiyya si wojjiin Jannata naaf haa seentuu jettee kadhattee, #Jannata #nama #seensisuun #akka #gahee #isaa #hin #taane #mirkaneessuuf jecha, homa na kadhatuu qabdanuu hin beektanii, kun gahee kiyyaa mitii #kadhaa #dogongora na gaafattee isiin jedheen ("#Waan #kadhattan #hin #beektan! yeroo jedhuun).
3ffaa- Yesuus yeroo haati ilmaan Zabdewos gaafii gaafattu, deebisee akka ani haqa Rabbii irratti jiraadhee haqa irratti du'u hedutti raawwatu dandeettuu? jennaan, ee ni dandeenna jetten (Isin immoo xoofoo dhiphinaa ani keessaa dhuguuf jiru keessaa dhuguu in dandeessuu?" jennaan, isaan immoo, "In dandeenya" jedhaniin yeroo jedhaniin). Kun waan lamaan gurguddaa agarsiisa, atillee haqumaaf jecha rakkattee nullee haqa irratti dhaabbanne rakkannaa fi akkasuma akkuma ati haqa irratti du'uu heddu #nullee #haqa #irratti #ni #duunaa jechuudha. Yesuusille akkuma ani Rabbitti amane yoo amantani akkuma ani rakadhetti rakkatuuf jirtuu jedheen (Innis, "Xoofoo koo keessaa illee dhuguuf jirtu yeroo jedhu).
4ffaa- Yesuus xumura irratti #homa #feetanuu #hojjattan, #Jannata #ka #nama #seensisu #anaa #mitii #Rabbii #tokkicha malee jedhee himeef (#gara #mirga #koo yookiis #gara #bitaa #koo #taa'uu garuu #kennuun #kan #koo #miti; taa'umsi sun warra kanaan dura abbaa kootiin qopheeffameefiif ta'a" isaaniin jedhe.โ yeroo jedhu).
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธBy:XR โป๏ธโป๏ธโป๏ธ
https://t.me/Xaalibu6504

#Kutaa #35ffaa
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
#Gilgaala: Hubannoo duraan sammuu keessaa qabnuu fi ragaawwan dubbisnu wol bira qabuun, kallattii dhugaa ittiin madaallu:
Yesuus Waaqaa jedhanii worroota yaadanii fi morman, xurreen deebii isaanii kenninuun keessaa tokko, Waaqni hojii ofii hojjata moo ka qaama birooti? Waaqni guyyaa boruu ni nyaachisee obaasa moo (worroota isaa bule), ofii isaatii nyaatee dhuga laataโ๏ธ gaafii jedhu gaafatu. Mee ragaawwan asii gadii keessaa kamtuu amala Waaqaa mudhisa?
A. #Yohannis 4:34 " Yesus immoo, "#Nyaanni #kan #koo jaalala isa na #ergee #gochuudhaaf #hojii #isaa #raawwachuu dha. #แจแฎแแแต #แแแแ 4:34 "แขแจแฑแตแ แฅแแฒแ แ แแธแแข #แจแฅแแต #แแฅแ #แจแแจแแ #แแแต #แ แฐแญแ #แแแต #แฅแซแแแ #แฅแแฝแ #แแแต แแแข" Amaloonni Wangeela kana keessatti argamu hundi, amala Waaqumma hin garsiisu. #Yesuus #kaayoo #Waaqaa #malee ka mataa kootii hin qabu waan jedheef.
B. #Yohannis 5:24 "Dhuguma, dhuguman isinitti hima, dubbii koo dhaga'ee #isa #ana #ergetti kan amanu jireenya bara baraa qaba; inni du'a keessaa gara jireenyaatti darbee malee, gara firdii hin dhaqu.โ #แจแฎแแแต #แแแแ 5:24 แฅแแแต แฅแแแต แฅแแฝแแแแฅ แแแ แจแแฐแ #แจแแจแแแ #แจแแซแแ #แจแแแแ #แแญแแต #แ แแแฅ แจแแตแ แแฐ แแญแแต แฐแปแแจ แฅแแ แแฐ แแญแต แ แญแแฃแแข
Akka ragaan Wangeela kanaatti, #Yesuus #natti #amanaa #hin #jenne waan ta'eef, Yesuus amala Waaqummaa akka hin qabne mirkaneesse.
C. #1 #Qorontos 15:28 "Wanti hundinuu ilma Waaqayyoo jala yommuu galfamu, #ilmi (#Yesuus) immoo ofii isaatii, #Waaqayyo #isa #waan #hundumaa #miilla #isaa #jala #galche #jala #in #gala; akkasitti Waaqayyo karaa hundumaa waan hundumaa irra in ta'a." 1แ #แแฐ #แแฎแแถแต #แฐแแฝ 15:28
แแ แจแฐแแแแต แ แแ แแ แฅแแแ แฅแแญ แแ แ แแ แญแแ แแแต แ แแซแ แแ #แแ #แซแฑ #แฐแแ #แแแ #แแตแแแแต #แญแแแแข Yesuus #miila #Waaqayyo #jala #gala jechuun, Yesuus gonkumaa Waaqumma hin qabu jechuu ibsa.
D. #Maatewos 26:29
โAmmaa jalqabee hamma guyyaa gaafa ani #mootummaa #abbaa #koo #keessatti isa haaraa #isinii #wajjin #dhugutti, deebi'ee daadhii waynii kanaattii akkan hin dhugne isinittan hima" jedhe. #แจแแดแแต #แแแแ 26:29 โ แแแญ แแ แฅแแฝแแแแฅ #แ แ แฃแด #แแแแฅแต #แจแฅแแแฐ #แแญ #แจแแ #แจแแญแ #แแฌ #แ แฒแฑแ #แฅแตแจแแ แฃแ แต แฅแตแจแแซ แแ แตแจแต แจแแฌ แแแฌ แ แแ แฃแแแข
Yesuus #mootummaa #Waaqaa #keessatti #ni #dhugaa jechuun, Yesuus kaleessalle fuundurattille Waaqumma hin qabu jechuu addeessa.
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
#Qabxiiwwan #ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu:
1ffaa- Ragaan Wangeela #Yohannis 4:34 kun wonti inni garsiisu, Yesuus #ajaja fi #fedhii #Waaqaa #qofa geessuu akka jiraata ture, kun ammoo inni(Yesuus) amala Waaqumma akka hin qabne hubanna.
2ffaa- Ragaan Wangeela
#Yohannis 5:24, Yesuus Jannata argatuu yoo barbaaddan, #Waaqatti (#isa #ana #ergetti) #amanaa jedhe malee, ani Waaqaa natti amanaa akka hin jenne hubanna. Ka dubbii kana #faallesu, faalla Jannata (#ibidda) nama seenuu barbaadu ta'uu hubanna.
3ffaa- Akka ragaa 1 #Qorontos 15:28 ammas, Yesuus Waaqa isa waa hundumaa mila isa jala galche jala ni gala jechuun, #Yesuusille ufii isaatiiyyuu Waaqaa ni #waaqeffata jechuudha. Kanaafuu #gabbaramaan #dhugaa (#Waaqni #dhugaa) isa wontu hunduu isaaf abbomu, kan Yesuusille isa waaqeffatu san taโuu namuu beekuu qaba jechuudha.
4ffaa- Akka ragaa #Maatewos 26:29 Yesuus guyyaa boruu (#Qiyaamaa) #Jannata akka #seenuuf, #dhangaa #Jannata akka #dhugu ifa baase. Kun immoo, Yesuus kaleessalle fuundurattille gabricha Rabbii malee amala Waaqumma akka hin qabne mirkaneessee jechuudha.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธBy:XR โป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐
https://t.me/Xaaliburidallah

Telegram
Turullee Dhugatu Mo'ata
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
#Turullee #dhugatuu #irra #aana
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
#Kutaa #41ffaa
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
#Gilgaala: Hubannoo duraan sammuu keessaa qabnuu fi ragaawwan dubbisnu wol bira qabuun, kallattii dhugaa ittiin madaallu:
#Yesuus (Nabi #Iisaan nageenni Rabbii isa irratti haa jiraatu), akka inni #hin #ajjeefamin fi #cubbuu #ilma #nama #tokkootiifille #hin #fannifamin #beekuu #yoo #feetan dubbiiwwaan asii gadii xiinxallaa dubbisaa;
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
Nama sammuun nagahaa, ragaan tokkoo ni gahaa, #Yohannis 8:21-24 dubbisaa.
๐๐๐๐๐๐๐
#Yohannis 8:21-24/#แจแฎแแแต แแแแ 8:21-24
A. โช 21 Ammas Yesus, "Ani nan adeema, isin #ana #barbaaduuf jirtu; iddoo ani dhaqus #dhufuu #hin #dandeessan, kanaaf cubbuu keessaniin in duutu" jedhee isaanitti dubbate.
โชแขแจแฑแตแ แฐแแแข แฅแ แฅแแณแแ #แตแแแแแแฝแแ แ แแขแ แณแฝแแ แตแแณแแฝแ #แฅแ #แแฐแแแตแ แต #แฅแแแฐ #แแตแแก #แ แตแฝแแ แ แแธแแข
B. โช 22 Kana irratti Yihudoonni warri Yesusiin morman, "Iddoo ani dhaqu dhufuu hin dandeessan erga jedhee, #of #ajjeesinna #laataa?" jedhan.
โชแ แญแแตแแข แฅแ แแฐ แแแตแ แต แฅแแแฐ แแตแแก แ แตแฝแแ แแแฑ แซแฑแ แญแแตแแแ? แฅแแ แ แแข
C. โช 23 Inni immoo, "Isin kan goodaa kana ati, ani immoo kan gubbaa sanaa ti; #isin #kan #biyya #lafa #kanaa ti, #ani #garuu kan biyya lafa kanaa #miti.
โช 23 แฅแแแฐ แจแณแฝ แแฝแแฅ แฅแ แจแแญ แแแค แฅแแแฐ แจแแ แแแ แแฝแแฅ แฅแ แจแแ แแแ แ แญแฐแแแแข
D. โช24 #Cubbuu #keessaniin #akka #duutan isinitti himeera; ani eenyu akkan ta'e beektanii yoo amanuu dhaabaattan, cubbuu keessaniin in duutu" isaaniin jedhe.
โช 24 แฅแแแฒแ แข แ แแขแ แณแฝแ แตแแณแแฝแ แ แแแฝแแค แฅแ แฅแแฐแแแ แฃแณแแ แ แแขแ แณแฝแ แตแแณแแฝแแ แ แแธแแข
๐๐๐๐๐๐๐
Mee yaa nama Rabbiin sammuu waa yaadduun siif kenne, ka ammoo Yesuus du'e jettu yookaa cubbuu ilmi nama hojjateef fannifamee jettee yaaddu, #gaafiiwwan asii gadii, ragaa wangeela #Yohannis 8:21-24 irratti hundaahee siif dhihaatuu, #deebisaan kee maalโ๏ธ
1ffaa- #Yohannis 8:21 irratti, Yesuus isin na barbaadduu garuu #iddoo #ani #dhaqu #dhufuu #hin #dandeessan jedhee, #akkamitti #Yihuudonni #arganii #ajjeesuu danda'an jetta?
2ffaa- Yoo Yihudoonni arganii ajjeesuu ni danda'an jettee ka yaadduu, dubbiin Yesuus dubbate soba jechuun dirqamaa. Kanaafuu yaada kee dhugoomsitee dubbii Yesuus kijibsiifta moo yaada kee kijibsiifte dubbii Yesuus dhugoomsitaโ๏ธ
3ffaa- Ammas #Yohannis 8:22 irratti, worroonni Yihudotaa Yesuus na barbaadduu garuu #iddoo #ani #dhaqu #dhufuu #hin #dandeettan eega jedhee, of ajjeessinna laata jedhanii shakkii qofa ibsanii, garuu dubbii inni dubbate dhugoomsanii jiru (akka isatti gahuu hin dandeenne). Wonti asitti gaafii fi raajii namatti ta'u, worroonni Yesuusitti amanna jettan (worroonni Chiristaanaa), akkamitti Yihudota hanqattanii, dubbii Yesuus kijibsiiftanii, #iddoo #ani #dhaqu #Yihudoonni #dhufuu #hin #danda'an ka Yesuus jedhe dhugoomsuu diddanii, Yesuus #Yihudoonni #isa #qabanii #ajjeesan #jettanii yaaddu meeโ๏ธ
4ffaa- Yesuus itti dabalee #Yohannis 8:23 irratti, worroonni isa barbaadan #biyya #lafaa akka ta'an, inni immoo akka #biyya #lafaa #hin #taane ifatti himee ture. Sila Yihudoonni samii bahanii ajjeesan jettu moo, Yesuusitu dubbii sobaa dubbatee (ani biyya lafaatii miti jedhe) jechuu barbaadan moo, Yesuus samii bahee deebi'ee, ajjefamee jechuu yaaddu laataโ๏ธ
5ffaa- Xumuraa irratti, #Yohannis 8:24 irratti, Yesuus #hundi #namaatuu #cubbuu #isaatiin #akka du'u himee ture. Jechi Yesuus kun hoo dubbii sobaa ta'ee (#namuu #cubbuu #isaatiin #du'aan), Yesuus cubbuu ilma namaatiif ajjeefamee jettuuโ๏ธ
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu:
1ffaa- Yesuus ani nan adeema, Yihudoonni na barbaaduu garuu iddoo kiyya #dhufuu #hin #danda'an jedhee, kanaafuu dubbiin Yesuus kijiba waan hin taaneef, Yihudoonni Yesuus argatanii ajjeesuu gonkumaa hin danda'an jechuudha.
2ffaa- Yihudoonni warri Yesusiin morman, "Iddoo ani dhaqu dhufuu hin dandeessan erga jedhee, #of #ajjeesinna #laataa?" jedhan shakkan malee, akka Yesuus qabanii ajjeesuu hin dandeenne ifatti beekanii jiruu jechuudha (waan yaada san hin mormineef).
3ffaa- Yesuus namootaan, cubbuu #keessaniin #ni #duutan jedheeni malee, ani cubbuu keessaniif isiniif du'aa hin jennee. Kanaafuu, Yesuus cubbuu ilma namaa tokkoofuu hin duunee jechuu ibsa.
โป๏ธโป๏ธโป๏ธ By:XR โป๏ธโป๏ธ

#Warroota #amantii #ragaa #hin #qabne #hordofaa, #amantii #wonti #jedhamuu #hin #jiru #jedhee #haasawuuf #ragaa:-
#แแตแจแ #แจแแแแ #แฅแแแต #แฅแจแฐแจแฐแ #แแญแแแต #แจแแฃแ #แแแญ #แจแแ #แฅแซแ #แแแแแฉ #แฐแแฝ #แแตแจแ:-
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
1ffaa- #Yihudaan #Erge 1:20 โIsin garuu michoota ko, #amantii #keessan isa hundumaa caalaa qulqulluu irratti #dhaabamaatii #cimaa! Hafuura qulqulluudhaan geggeeffamaatii kadhadhaa!โ
#แญแแณ 1แฅ20 โแฅแแแฐ แแแฅ แแณแแฝ แแญแฅ แจแแ แญแแ #แ แฐแแฐแฐ #แแญแแแณแฝแ #แซแณแฝแแ #แแแแฝ แฅแจแฐแแฝแ แ แแแแต แ แฑแตแ แฅแจแธแแซแฝแแฅโ
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
2ffaa- #Qolosaayis 2:7
โAkkuma barsiifamtanitti hundee keessan gad fageeffadhaa, isatti ijaaramaatii #amantiitti #dhaabamaa! Galata guutee irra dhangala'us dhi'eessaa!โ
#แแแตแญแต 2แฅ7 โแฅแญ แฐแณแฝแ แ แฅแญแฑ แณแแนแฅ แฅแแฐ แฐแแซแฝแแ #แ แแญแแแต #แฝแแฅ แแตแแแ แญแฅแแแฝแแขโ
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
3ffaa- #Hojii #Ergamootaa 6:7 โDubbiin Waaqayyoo itti fufee bal'achaa, #baay'inni #amantoota Yerusaalemitti argamaniis ittuma dabalamaa adeeme; luboota keessaas #baay'een #amanticha #fudhatan.โ
#แแแญแซแต 6แฅ7 โแจแฅแแแ แฅแแญแ แแ แฅแจแฐแ แแฐแฅ แ แขแจแฉแณแแแ แจแฐแ แแแแญแต แแฅแญ แฅแ แ แฅแจแ แ แแฐแค แจแซแ แแตแ #แฅแ #แฐแแฝ #แแแญแแแต #แจแณแแ #แแแขโ
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
4ffaa- 1#Ximotewos 5:8 โNamni tokko akkasitti fira isaatiif, caalaadhumatti immoo #warra #mana #isaatiif #yoo #yaaduu #dhaabaate, #inni #amanticha #ganuu isaa ti, nama hin amanin caalaas hammaachuu isaa ti.โ
1แ #แขแแดแแต 5แฅ8 โแแแญ แแ แแฅแญแฑ แตแ แแแต แญแแแแ #แตแ #แคแฐ #แฐแแน #แจแแซแตแฅ #แแแ #แขแแแฅ #แแญแแแตแ #แจแซแฐ แจแแซแแแ แฐแ แญแแ แจแแจแ แแแขโ
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
5ffaa- 1#Ximotewos 6:10 โ#Horii #jaallachuun hundee wanti hamaan hundinuu irraa latuu dha; namoonni gar tokko yaada isaanii horii argachuu irra kaa'atanii, #amanticha #irraa #badaniiru, waraansa baay'eedhaanis of waraananiiru.โ
1แ #แขแแดแแต 6แฅ10 โ#แแแแฅแ #แแแฐแต แจแญแแต แแ แฅแญ แแแแฅ แ แแณแแถแฝ แญแ แ แฒแแแฅ #แจแแญแแแต #แฐแณแตแฐแ แ แฅแ แฅแแญ แซแณแธแแ แแแขโ
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
6ffaa- 2#Ximotewos 4:7 โWal'aansoo isa gaarii sanas dhaabadhee qabeera; dorgomee koos raawwadheera, #amantiis #eegeera.โ
2แ #แขแแดแแต 4แฅ7 โแแแซแแ แแตแ แฐแแตแฌแ แแแฅ แฉแซแแ แจแญแผแ แแแฅ #แแญแแแตแ #แ แฅแแ แแแคโ
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
7ffaa- #Tiitoos 1:13-14 Kanas dhugaa dubbate; kanaafis #amantii isaaniitti seelkoo akka hin qabaannetti, cimsii balleessaa isaanii itti mul'isi! Si'achis mammaaksa #amantii isa kan #Yihudootaa, abboommii namoota warra dhugaa irraa gara galanii duukaas akka hin buune godhi!
#แฒแถ 1แฅ13-14 โแญแ แแตแญแญ แฅแแแฐแ แแแข แตแแแ แแญแแซแต แจแ แญแแตแ แฐแจแตแ แจแฅแแแต แแแ แจแแแตแ แฐแแฝ แตแฅแแ แณแซแณแแกแฅ #แ แแญแแแต #แคแแแฝ #แฅแแฒแแ #แ แฅแญแฑ #แแแณแธแแขโ
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
8ffaa- #Yihudaan #Erge 1:3 Michoota ko! Waa'ee fayyina walii wajjin qabnuuf duruma iyyuu isiniif caafuudhaaf dhama'aa utuun jiruu, #amma #Amantii #isa #al #tokkicha yeroo hundumaaf akka ta'utti warra Waaqayyoof qulqullaa'anitti dabarfame sanaaf akka loltaniif, caafee isin gorsuun giddiitti barbaachisaa ta'uu isaa argeera.
#แจแญแแณ #แแแฅแญแต 1:3 แแณแแฝ แแญแฅ แตแแแแซแแแ แตแ แแณแแฝแ แแฝแแแฝแ แฅแ แ แฐแแผ แณแแแฅ #แแ แฑแณแ #แ แแต #แแ #แแฝแ #แตแ #แฐแฐแ #แแญแแแต #แฅแแตแตแแฐแ #แฅแจแแจแญแแฝแ แฅแฝแแแฝแ แแแต แแต แแแฅแแข
ุฃููููููุง ุงูุฃูุญูุจููุงุกูุ ุฅูุฐู ููููุชู ุฃูุตูููุนู ููููู ุงููุฌูููุฏู ูุฃูููุชูุจู ุฅูููููููู ู ุนููู ุงููุฎููุงูุตู ุงููู ูุดูุชูุฑูููุ ุงุถูุทูุฑูุฑูุชู ุฃููู ุฃูููุชูุจู ุฅูููููููู ู ููุงุนูุธุงู ุฃููู #ุชูุฌูุชูููุฏููุง #ูุฃูุฌููู #ุงูุฅููู ูุงูู #ุงููู ูุณููููู ู ู ูุฑููุฉู ููููููุฏูููุณูููู.โ โ #ูููุฐุง 1:3
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
#Warroonni #amantii #hin #qabne #hundi, #akka #warra #ibidda #Jahannam #keessatti #gubataa #jiraatan, #ragaan #Kakuu #Haarawaa #ni #mirkaneessaa.
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
#Mul'ata 21: 8 โQoodi warra lugnootaa, #warra #amantii #hin #qabnee, warra ciigga'amaa, warra gumaa, warra halalee, warra qoricha namatti godhanii, warra waaqayyolii tolfaman waaqessanii, warra sobduu hundumaas garuu, #kuufama #ibiddii fi #dhagaan #boba'u #keessaa #balalchu #in #ta'a; innis du'a lammaffaa dha" naan jedhe.โ
#แซแฅแญ 21แฅ8 โแณแฉ แแ แจแแแฉแ #แจแแซแแ แจแญแตแณแแ แจแแแฐ แแณแฎแฝแ แจแดแฐแแแฝแ แจแ แตแแฐแแแฝแ แฃแแตแแ แจแแซแแแฉ แจแแฐแฐแแแฝแ แแ #แแตแแธแ #แ แฒแแ #แ แฅแณแต #แ แแแ แ #แฃแแญ #แแแค แญแธแแ แแแฐแแ แแต แแแขโ
โ ููุฃูู ููุง ุงููุฎูุงุฆูููููู #ููุบูููุฑู #ุงููู ูุคูู ูููููู ููุงูุฑููุฌูุณูููู ููุงููููุงุชูููููู ููุงูุฒููููุงุฉู ููุงูุณููุญูุฑูุฉู ููุนูุจูุฏูุฉู ุงูุฃูููุซูุงูู ููุฌูู ููุนู ุงููููุฐูุจูุฉู ููููุตููุจูููู ู ููู ุงููุจูุญูููุฑูุฉู ุงููู ูุชููููุฏูุฉู ุจูููุงุฑู ููููุจูุฑููุชูุ ุงูููุฐูู ูููู ุงููู ูููุชู ุงูุซููุงูููยป.โ โ ุฑุคูุง 21:8

#Qabsoon_haqaa_itti_fufaa, #lallabni_baaxilaa yeroo dhihoo keessatti fedhii Rabbiitiin #ni_kufaa. Leenjii bareedaan, barattoota magaalaa shaashamannii manoota baruumsa hedduu irraa wolitti dhufuun, #Islaamummaan_Addunyaan_jedhu" bara kana keessa, yeroo lammaffatiif gegeeffamaa oole (24/12/2023) or 14/04/2016, haala bareedaan xumuramee, Alhamdulillaah gallee jirraa. Diiniif jiraatuu fi diinii haqaa (Islaamummaa) irratti jiraatuu, Rabbiin qoodaa kiyyaa kee haa taasisuu. Amiiiin.
https://t.me/Xaaliburidallah
https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Saguree
#Godina_Arsii_Bahaa
#Magaalaa_Saguree, ganda Shek #Abdulmannaan Shek #Ahmaditti sagantaan barattootaa, mata duree #Islaamummaan_Addunyaaf jedhu" guyyaa har'aa (19/01/2024) or 10/05/2016, haala bareedaan gegeessaa oolle xumuramee jirraa.
#Qabsoon_haqaa_itti_fufaa, #lallabni_baaxilaa yeroo dhihoo keessatti fedhii Rabbiitiin #ni_kufaa.
Alhamdulillaah. Diiniif jiraatuu fi diinii haqaa (Islaamummaa) irratti jiraatuu, Rabbiin qoodaa kiyyaa kee haa taasisuu. Amiiiin.

https://vm.tiktok.com/ZMMW5aECf/
#Tana_Quba_Qabduuโผ๏ธ
Woggaa Muraasa keessatti #Hawaasa_Boorana_hunda #ni_kafarsiifnaa (#Miseensa_Yeessoo_taasifna) tooftaa jedhuun, birrii Biiliyoon 390 ol baajatni qabamee hojitti seenamuu quba qabduu laataโ๏ธ
Dubbii amanuun ishee ulfaatu (#raajiiโผ๏ธ), ka #dhageeffatuun nama Rabbitti amane hunda irratti #dirqama_taatu, hundi hawaasa keennaa dhagahaa, nama hin dhageenne hunda biraan sheer taasisaa nuuf gahaa. #Kaayyoo_badduu diin Rabbii irratti fi hawaasa Musilmaa irratti baatu, #Rabbiin dandeettii isaatiin #haa_diiguu. Amiiiin

TikTok
TikTok ยท Xaaliburidallah Huseen
124 likes, 2 comments. Check out Xaaliburidallah Huseenโs video.
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM

#Kutaa_2ffaa

#Kutaa_3ffaa