Turullee Dhugatu Mo'ata
11K subscribers
514 photos
129 videos
110 files
414 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Warroota #amantii #ragaa #hin #qabne #hordofaa, #amantii #wonti #jedhamuu #hin #jiru #jedhee #haasawuuf #ragaa:-

#ማስረጃ #የሌለውን #እምነት #እየተከተሉ #ሃይማኖት #የሚባል #ነገር #የለም #እያሉ #ለሚናገሩ #ሰዎች #ማስረጃ:-

🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

1ffaa- #Yihudaan #Erge 1:20 “Isin garuu michoota ko, #amantii #keessan isa hundumaa caalaa qulqulluu irratti #dhaabamaatii #cimaa! Hafuura qulqulluudhaan geggeeffamaatii kadhadhaa!”
#ይሁዳ 1፥20 “እናንተ ግን፥ ወዳጆች ሆይ፥ ከሁሉ ይልቅ #በተቀደሰ #ሃይማኖታችሁ #ራሳችሁን #ለማነጽ እየተጋችሁ በመንፈስ ቅዱስም እየጸለያችሁ፥”

🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

2ffaa- #Qolosaayis 2:7
“Akkuma barsiifamtanitti hundee keessan gad fageeffadhaa, isatti ijaaramaatii #amantiitti #dhaabamaa! Galata guutee irra dhangala'us dhi'eessaa!”
#ቆላስይስ 2፥7 “ሥር ሰዳችሁ በእርሱ ታነጹ፥ እንደ ተማራችሁም #በሃይማኖት #ጽኑ፥ ምስጋናም ይብዛላችሁ።”

🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

3ffaa- #Hojii #Ergamootaa 6:7 “Dubbiin Waaqayyoo itti fufee bal'achaa, #baay'inni #amantoota Yerusaalemitti argamaniis ittuma dabalamaa adeeme; luboota keessaas #baay'een #amanticha #fudhatan.”
#ሐዋርያት 6፥7 “የእግዚአብሔርም ቃል እየሰፋ ሄደ፥ በኢየሩሳሌምም የደቀ መዛሙርት ቍጥር እጅግ እየበዛ ሄደ፤ ከካህናትም #ብዙ #ሰዎች #ለሃይማኖት #የታዘዙ #ሆኑ።”
 
🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

4ffaa- 1#Ximotewos 5:8 “Namni tokko akkasitti fira isaatiif, caalaadhumatti immoo #warra #mana #isaatiif #yoo #yaaduu #dhaabaate, #inni #amanticha #ganuu isaa ti, nama hin amanin caalaas hammaachuu isaa ti.”
1ኛ #ጢሞቴዎስ 5፥8 “ነገር ግን ለእርሱ ስለ ሆኑት ይልቁንም #ስለ #ቤተ #ሰዎቹ #የማያስብ #ማንም #ቢሆን#ሃይማኖትን #የካደ ከማያምንም ሰው ይልቅ የሚከፋ ነው።”

🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

5ffaa- 1#Ximotewos 6:10 “#Horii #jaallachuun hundee wanti hamaan hundinuu irraa latuu dha; namoonni gar tokko yaada isaanii horii argachuu irra kaa'atanii, #amanticha #irraa #badaniiru, waraansa baay'eedhaanis of waraananiiru.”
1ኛ #ጢሞቴዎስ 6፥10 “#ገንዘብን #መውደድ የክፋት ሁሉ ሥር ነውና፥ አንዳንዶች ይህን ሲመኙ፥ #ከሃይማኖት #ተሳስተው በብዙ ሥቃይ ራሳቸውን ወጉ።”

🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

6ffaa- 2#Ximotewos 4:7 “Wal'aansoo isa gaarii sanas dhaabadhee qabeera; dorgomee koos raawwadheera, #amantiis #eegeera.”
2ኛ #ጢሞቴዎስ 4፥7 “መልካሙን ገድል ተጋድዬአለሁ፥ ሩጫውን ጨርሼአለሁ፥ #ሃይማኖትን #ጠብቄአለሁ፤”

 🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

7ffaa- #Tiitoos  1:13-14 Kanas dhugaa dubbate; kanaafis #amantii isaaniitti seelkoo akka hin qabaannetti, cimsii balleessaa isaanii itti mul'isi! Si'achis mammaaksa #amantii isa kan #Yihudootaa, abboommii namoota warra dhugaa irraa gara galanii duukaas akka hin buune godhi!
#ቲቶ 1፥13-14 “ይህ ምስክር እውነተኛ ነው። ስለዚህ ምክንያት የአይሁድን ተረትና ከእውነት ፈቀቅ የሚሉትን ሰዎች ትእዛዝ ሳያዳምጡ፥ #በሃይማኖት #ጤናሞች #እንዲሆኑ #በብርቱ #ውቀሳቸው።”
 
🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

8ffaa- #Yihudaan #Erge 1:3 Michoota ko! Waa'ee fayyina walii wajjin qabnuuf duruma iyyuu isiniif caafuudhaaf dhama'aa utuun jiruu, #amma #Amantii #isa #al #tokkicha yeroo hundumaaf akka ta'utti warra Waaqayyoof qulqullaa'anitti dabarfame sanaaf akka loltaniif, caafee isin gorsuun giddiitti barbaachisaa ta'uu isaa argeera.    
#የይሁዳ #መልእክት 1:3 ወዳጆች ሆይ፥ ስለምንካፈለው ስለ መዳናችን ልጽፍላችሁ እጅግ ተግቼ ሳለሁ፥ #ለቅዱሳን #አንድ #ጊዜ #ፈጽሞ #ስለ #ተሰጠ #ሃይማኖት #እንድትጋደሉ #እየመከርኋችሁ እጽፍላችሁ ዘንድ ግድ ሆነብኝ።
أَيُّهَا الأَحِبَّاءُ، إِذْ كُنْتُ أَصْنَعُ كُلَّ الْجَهْدِ لأَكْتُبَ إِلَيْكُمْ عَنِ الْخَلاَصِ الْمُشْتَرَكِ، اضْطُرِرْتُ أَنْ أَكْتُبَ إِلَيْكُمْ وَاعِظاً أَنْ َجْتَهِدُوا #لأَجْلِ #الإِيمَانِ #الْمُسَلَّمِ مَرَّةً لِلْقِدِّيسِينَ.” —  #يهوذا 1:3

🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

#Warroonni #amantii #hin #qabne #hundi, #akka #warra #ibidda #Jahannam #keessatti #gubataa #jiraatan, #ragaan #Kakuu #Haarawaa #ni #mirkaneessaa.

🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

#Mul'ata 21: 8 “Qoodi warra lugnootaa, #warra #amantii #hin #qabnee, warra ciigga'amaa, warra gumaa, warra halalee, warra qoricha namatti godhanii, warra waaqayyolii tolfaman waaqessanii, warra sobduu hundumaas garuu, #kuufama #ibiddii fi #dhagaan #boba'u #keessaa #balalchu #in #ta'a; innis du'a lammaffaa dha" naan jedhe.”
#ራእይ 21፥8 “ዳሩ ግን የሚፈሩና #የማያምኑ የርኵሳንም የነፍሰ ገዳዮችም የሴሰኛዎችም የአስማተኛዎችም ጣዖትንም የሚያመልኩ የሐሰተኛዎችም ሁሉ #ዕድላቸው #በዲንና #በእሳት #በሚቃጠል #ባሕር #ነው፤ ይኸውም ሁለተኛው ሞት ነው።”
“ وَأَمَّا الْخَائِفُونَ َغَيْرُ #الْمُؤْمِنِينَ وَالرَّجِسُونَ وَالْقَاتِلُونَ وَالزُّنَاةُ وَالسَّحَرَةُ وَعَبَدَةُ الأَوْثَانِ وَجَمِيعُ الْكَذَبَةِ فَنَصِيبُهُمْ فِي الْبُحَيْرَةِ الْمُتَّقِدَةِ بِنَارٍ وَكِبْرِيتٍ، الَّذِي هُوَ الْمَوْتُ الثَّانِي».”  — رؤيا  21:8

🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

https://t.me/Xaaliburidallah