Turullee Dhugatu Mo'ata
12.2K subscribers
546 photos
184 videos
120 files
475 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Worroonni #dhagna #qabsiifatan (#kittaanatan) #hundaa (worra Kiristaanaa jechu) #Yesuus #isaan #hin #fayyaduu jedhe #Phaawuloos

Yaa salphinna worrota nuti Kiristaanaa ufiin jedhaa, dubbii Phaawuloos dhugoomsaa ammoo dhagna qabsiifate

Worroonni Amantii Kiristaana hordofaa ammoo dhagna qabatan (kittaanatan) #Kiristoos #isaan #hin #fayyaduu isaan worra #hoongootii jedhaa jiraa #Phaawuloos maaltu isaanii #furmaata duuba⁉️

Dubbiin Phaawuloos kijibaa hin fudhannuu jedhanii bira kutanii Yesuus nu fayyada jedhu moo Yesuus nun fayyaduu duraa osoma beeknu hordofna jechuu hedu laata⁉️

Ka dura dhagna hin qabsiifanelle tarii carraa ni qabaa worroonni cinaan dubbii Phaawuloos dhugoomsaa ufii dhagna qabsiifatanii jiran furmaanummaan isaanii maal ta'a laata⁉️

Ragaa worrota barbaaddan kunoo dubbisaa 👇

Galaatiyaa 5:2
❝Ani #Phaawulos, #isin #dhagna yoo of #qabsiiftan #Kristos homaa waa'ee akka isiniif hin baafne isinitti nan hima.❞
እነሆ፥ እኔ #ጳውሎስ እላችኋለሁ። #ብትገረዙ #ክርስቶስ #ምንም #አይጠቅማችሁም
Behold, I Paul say unto you, that if ye be circumcised, Christ shall profit you nothing.

Gama tokkoon ammas Phaawuloos seera Waaqaallee waan faallessu dubbataa beektuu 👇

Seera Uumamaa 17:14
❝Dhiirri tokko illee #dhagna #kan #hin #qabamin, inni gogaa isa foon isaa haguuge dhagna hin qabatin, #kakuu #koo #waan #cabseef #saba #isaa #keessaa baafamee jireenyi isaa in #balleeffama" jedhe.❞
፤ የቍልፈቱን ሥጋ #ያልተገረዘ ቈላፍ #ሰው #ሁሉ፥ ያች ነፍስ ከወገንዋ ተለይታ #ትጥፋ፤ ቃል ኪዳኔን አፍርሳለችና።

Namni Islaamummaa bareedduu hin hordofne xurreen inni irra deemu hunduu tama dukkanaati.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa 👇

@Xaalibu6504
Kiristaanaa jechuun maqaa Amantii ta'uu namni hunduu ni beekaa, #Kiristaanaa jechi jedhu maal irraa #moggaafame?#Hiikni isaa maali? Fi #Eennutu #moggaasee hoo beektuu?

1️⃣ffaa- '#Kiristaan' jechi jedhu maal irraa mogaafame kan jedhuuf deebiin isaa

Answer 👇🏻
Christian ➡️ drives from the Greek word '#Christos' (Oxford Dictionary )

Hiikkaan isaa 👇🏻
#Kiristaana ➡️ jecha #Griik, '#Kiristoos' jedhamu irraa kan mogaafameedha .

2️⃣ffaa. #Hiikni '#Kiristaan' jechuu hoo maal jechu?

Answer 👇🏻
The word "#Chritstain" literally means, #belonging to the party of #Christ or a #followers of #Christ . ( www.gotquestions.org)

Hiikkaan Isaa 👇🏻
Jechi "#Kiristaana" jedhu, jecha jechaan yoo ibsamu, #Woldaa #Kirstiitii ( #Yesuus #Kirstoosii) miseensa ta'u. Yookaa ammoo #Hordoftoota #Kiristii ( #Yesus #Kiristoosi) jechu.
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
3️⃣ffaa- '#Kiristaana' maqaan jedhu maqaa #eennuu #mogaase?

Answer 👇🏻
Followers of Jesus Christ were first called "Christians" in Antioch ( Acts 11:26 ) because their behavior , activity and speech were like Christ. ( www.gotquestions.org )

Hiikni isaas 👇🏻
Hordoftoota Yesuus Kiristoositu, #yeroo #jalqabaatiif #Anxokiyaa keessatti Kiristaana jedhamanii waamamanii.
#Eennuun?
#Waaqaan moo? Miti
#Yesuuusiin moo ? Miti
#Ajaja #Yesuusi Maqaa Kirstaanummaan mogaafadhaa jedheef moo? Miti
Maaf ree?
Sababa
➡️amalli/ haalli jaraa,
➡️hojiin / sochiin/ dalaggaan jaraa,
➡️ haasofni / dubbiin / qaaqni jaraa
Kiristoos ( Yesuus Kiristoosi ) fakkaatuuf jedhanii (#worroonni #Yahuudaa) Kiristaanummaa mogaasaniif.
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
↪️ Ragaan isaa Baayibilii keessaa eddoo meeqatti argama?

Hojii Ergamootaa 11:26👇🏻
Yeroo isa argatettis, gara Anxokiyaatti isa fide; waggaa sana guutuu waldaa sanaa wajjin wal arganii, namoota danuu barsiisaa turan. #Bartoonni #jalqaba #duraa #Anxokiyaatti #Kristiyaanota #jedhamanii #waamaman.
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
#HUBACHIISA 👇🏻
Moggaasni maqaa Kiristaanummaa , Waaqaan yookaa Yesuusiin osoo hin taane, Hordoftoota Yesuus jedhamee Namoota yaadamuun, Anxokiyaa keessatti yeroo jalqabaatiif mogaafamee.
Ragaan mogaasa isaallee eddoo tokko qofatti argamaa, sunisi ⤵️
Hojii ergamtoota 11:26 yoo ta'u
Jechi Kiristaana jedhu Kakuu haaraa ( New Testament ) keessatti eddoo 3 qofatti argamaa.

SUNISI 👇🏻
↪️ Hojii ergamtoota 11:26
↪️ Hojii ergamtoota 26:28
↪️ Phexiros Isa Duraa 4:16
Keessatti qofa,dubatamee.

Kana jechuun, #Kiristaanummaan #Amantii #Waaqni yookaa #Yesuus #mogaase yookaa #filata yookaa #jaalate jechoo osoo hin taane, mogaasa yeroo jalqabaatiif Anxokiyaa keessatti (#Worroonni #Yahuudotaa) namoonni Hordoftoota Yesuus jedhamanii yaadaman waamanii fi namoonni Gara garaa woliin jedha qofa ta'uu ragaa hayyoota gara garaa irraa argannee fi Baayibilii keessa arganne ibsa.
#Kanaafuu👇🏻
#Kiristaanummaan Amantii #Waaqaa #filate yookaa #jaalate yookaa Amanti #Waaqni #ilma #nama #irratti #uume akka hintaane hubannaa jechu.

Kanaafuu, Amantiin Rabbiin ilma nama irratti uume #Islaamumma qofa ta'u nuuf addeessaa jechu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa 👇

@Xaalibu6504