#Worroonni #Amantii hordofan irratti #ragaa #hin #qabne, Amantii nuti hordofnu Amantii dhugaa, ta Rabbiin filate ta'uuf ragaa hin qabnuu jechuu #saalfatanii, Amantiin akkanumaan ufiin waamne malee, ka jireenna bara baraa (Jannata) argataniin Yesuusitti qofatti amanuun malee Amantii ragaa qabu hordofuunii miti jedhan.
Rakkoon worra #haqa #Rabbii #irraa #maqee, jallinna ufii qaban dhossuuf #mala #baasuu malee, dhugaa jiru barbaaduuf sammuu Rabbiin isaanii kennetti fayyadamuu hin dandeenne.
#Sammuun ilma nama wonti Rabbiin nama kenneef waa'ee #nyaataa #dhugaatii #qofa yaaduuf osoo hin taane, jiruu guyyaa *#boodaa/#Aakeraa* waan isaanii tolu barbaadu ture.
Worroonni #sammuu faayidaa #duniyaa #qofaaf itti hin fayyadamne, #Amantii jechuun #hiikni isaa maali? #Amantii Rabbiin #jaalate/#filate tami? #Ragaan hoo maal? Gaafiiwwan jedhuuf deebii quubsaa qabu waan ta'eef mee ka beekuuf yaadannoo kan beekneef hubannoo akka ta'uuf #Amantii #jechuun #maal akka ta'e fi #jechi #Amantii jedhu #kitaabota duraa keessatti #dubbatamuu wojji ilaalla, yoo Rabbiin nuuf fedhe.
#Amantii (#Religion) jechuun hiikni isaa maal?
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
1โฃffaa- Religion:
The English word "religion" is derived from the Middle English "religioun" which came from the Old French "religion." It may have been originally derived from the Latin word "religo" which means "#good faith," "#ritual,"
#Oxford #dictionaries:
#Religion:๐๐ป
1- The #belief #in and #worship of a superhuman controlling power, especially a personal #God or #gods
๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ
The #Free #Dictionary
โช #Religion:๐๐ป
1- The #belief #in and #reverence for a supernatural power or powers, regarded as creating and governing the universe:
๐๐๐๐๐๐
Kanaafuu Amantii jechuun amanuu fi waaqefatu yookaa gabbaru (#Believe + #worship) dhaa jechu.
#Namni #waan itti #amanu qabuu fi #waan #gabbaru (waaqeffatu) qabu kamuu #Amantii ni qabaa jechu. Namni tokko Amantii hin qabu jechuun hiikni isaa namni sun waan itti amanu fi waan gabbaru (waaqeffatu) hin qabuu jechuudha.
๐๐๐๐๐๐๐
Jechi #'Amantii' jedhu hoo kitaabota asiin duraa keessatti dubbatamuu hoo quba qabduu?
Ragaa 1โฃffaa- ๐
*#Yihudaan #Erge 1:3* Michoota ko! Waa'ee fayyina walii wajjin qabnuuf duruma iyyuu isiniif caafuudhaaf dhama'aa utuun jiruu, amma #Amantii isa al tokkicha yeroo hundumaaf akka ta'utti warra Waaqayyoof qulqullaa'anitti dabarfame sanaaf akka loltaniif, caafee isin gorsuun giddiitti barbaachisaa ta'uu isaa argeera.
แแณแแฝ แแญแฅ แตแแแแซแแแ แตแ แแณแแฝแ แแฝแแแฝแ แฅแ แ แฐแแผ แณแแแฅ แแ แฑแณแ แ แแต แแ แแฝแ แตแ แฐแฐแ #แแญแแแต แฅแแตแตแแฐแ แฅแจแแจแญแแฝแ แฅแฝแแแฝแ แแแต แแต แแแฅแแข
๐๐๐๐๐๐๐๐
Ragaa 2๏ธโฃffaa ๐
*#Ximotewos #Isa #Duraa 3:9*
Yaada garaa qullaa'aadhaan dhoksaa #amantiitti qabamanii jiraachuun isaaniif in ta'a
แแแจแ แจแฅ แจแแญแแฑแฅ แ แแนแ แแแ #แจแแญแแแตแ แแฅแขแญ แจแแญแ แแแ แญแแฃแธแแแข
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Ragaa 3๏ธโฃffaa ๐
*#Tiitoo 1:4.*
Gara Tiitoos isa karaa #amantii walii wajjin qabnu, ilma koo dhugaa ta'e!
แ แแญแแแต แ แฅแจแต แฅแแแฐแ แแ แแแแ แแฒแถแค
๐๐๐๐๐๐
#Wolumaa #galatti ๐
Amantii jechuun #amanuu + #gabbaru (#Believe + #worship) yoo ta'u beekne akkasumas Jechi #'Amantii' jedhu kitaabota asiin duraa keesattisi dubbatame yoo hubanne, #Amantii #dhugaa ta Rabbiin filate ta ragaan mirkaneessuu dandeennu hoo tamii? kutaa itti aanu keessatti nu eegadha yoo Rabbiin fedhe......
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธBy:XR โป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa ๐
https://t.me/Xaalibu6504

#Turullee #dhugatuu #irra #aana
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
#Kutaa #17ffaa
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
#Hojii #manaa
๐๐๐
Ragaa #Hojii #Ergamootaa #2:22 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
๐๐๐๐๐๐
#Hojii #Ergamootaa #2:22
โ"Isin yaa warra Israa'el, dubbii kana dhaggeeffadhaa, #Waaqayyo #harka #Yesus nama Naazireet kanaan, hojii #aangoo #isaa, #dinqiidhaa fi #milikkita garaa garaa kan isin beektan, isin gidduutti hojjechuu isaatiin #fudhatamaa #isa #godhe.โ
Gafii ๐๐๐
Akka ragaa #Hojii #Ergamootaa #2:22 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?
A. Isin yaa warra Adunyaa dubbii kana dhaggeeffadhaa jechuun, waan raawwatame boqqnnaan kun ilma namaa hundaa ifa taasise.
B. Yesuus harka isaatiin yookaa dandeetti isaatiin hojii aangoo isaa, dinqiidhaa fi milikkita garaa garaa hojjate.
C. Yesuus hojii dandeetti yookaa aangoo isaa mudhisu hojjechuu isaatiin fudhatamaa argate.
D. Deebiin hin jiru. โ โ โ
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
โช Worroonni Amantii Kiristaanaa nuuf deebisaa.
โช hawaasni keenna ammoo worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran biraan gahaa haqa jiru hubachiisaa.
Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa #Hojii #Ergamootaa #2:22 irraa argannu:
1ffaa- Isin yaa warra Israa'el, dubbii kana dhaggeeffadhaa wonti jedhameef, #Yesuus #ummata #Israa'el #qofaaf #ergamuu ifa baasuudhaaf.
2ffaa- #Waaqayyo #harka #Yesus nama Naazireet kanaan yeroo jedhu, hojiin hojjatame hundi kan #aangoo #Waaqaa #qofaan kallattii Yesuusiin hojjatame ta'uu argisiisuuf akka ta'e.
3ffaa- #Dinqiidhaa fi #milikkitni garaa garaa kan Yesuus hojjataa ture ka aangoo yookaa dandeetti Yesuusiin hojjatame #akka #hin #taane.
4ffaa- #Dinqiidhaa fi #milikkitni garaa garaa kan Worroonni Israa'el arguudhaan hubatan, isaan gidduutti hojjatamuu isaatiin, #Yesuus #fudhatamaa #argate. Maal irratti fudhatama argate yoo jedhame? #Ergamaa, #Nabiyyii fi #gabricha Rabbii kan shakkii hin qabne ta'uu irratti.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธBy:XR โป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐

#Maqoota #Nabi #Iisaan (#Yesuus) ittiin #waamamu keessaa tokko, '#Masiih' kan jedhu yoo ta'u, #mootii #ummata #Israa'elii #qofa gabrummaa jalaa baasuuf ergame ta'u ragaa baha.
แจแแขแฉ #แขแฐ (#แขแจแฑแต) แจแแแจแ แตแแฝ แ แแฑ โ#แแฒแโ แฒแแ #แจแฅแตแซแคแแ #แแแฅ #แฅแป แจแฃแญแแต แแ แแแแฃแต แจแฐแแจ แแแฅ แฅแแฐแแ แซแณแซแแข
What does Messiah mean?
Messiah means, (from Hebrew mashiaแธฅ, โanointedโ), in Judaism, the expected king of the Davidic line who would deliver Israel from foreign bondage and restore the glories of its golden age.
https://www.britannica.com/topic/messiah-religion#:~:text=messiah%2C%20(from%20Hebrew%20mashia%E1%B8%A5%2C,glories%20of%20its%20golden%20age
Masihiin jechuun maal jechuudha?
Masihii jechuun, (afaan Ibrootaa mashiaแธฅ, irraa kan fuudhame yoo taโu, hiikni isaa โdibameโ jechuudha). Amantii Yihudootaa keessatti, mootii hidda Daawit irraa eegamu, kan Israaโel garbummaa ormaa jalaa baasee ulfina bara warqee sana deebisu jechuudha.
แแฒแ แแแต แแ แแแต แแ?
แแฒแ แแแตแฃ (แจแแฅแซแญแตแฅ แแบแซแ แฃ แตแญแแ โแจแฐแแฃโ แแแต แแ)แข แ แ แญแแต แฅแแแตแฃ แฅแตแซแคแแ แจแฃแแต แฃแญแแต แแ แจแแซแแฃ แฅแ แจแแญแ แแแแ แญแฅแญ แจแแแแตแฃ แจแแ แ แแ แจแณแแต แแญ แแแฅ แแแต แแแข
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
Kanaafuu, akka Insaayikloopiidiyaan Biritaanikaa ragaa bahutti, #Yesuus #ummata #Israaโelii #qofaaf #akka #ergame #mirkaneessaa jechuudha.
แตแแแ แขแแณแญแญแแแฒแซ แฅแชแณแแซ แฅแแฐแแแแฃ #แขแจแฑแต #แจแฐแแจแ #แแฅแตแซแคแ #แแแฅ #แฅแป แแแแ แซแจแแแฃแแข
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
Kakuun Haarofnis yaaduma kana mirkaneessa.
แ แฒแต แชแณแแ แญแ แแ แแณแฅ แซแจแแแฃแแข
Wangeela #Maatewos 15:24
โInni immoo deebisee (Yesuus) , "#Ani warra akka hoolotaa karaa irraa goranii #mana #Israa'elii #badan #duwwaaf #malee #hin #ergamne" jedheen.โ
แแดแแต 15แฅ24 โแฅแญแฑแ แแแถ (แฅแจแฑแต)แฆ #แจแฅแตแซแคแ #แคแต แแ แแต แ แแฝ #แ แแญ #แ แแฐแแญแแ แ แแขโ
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
Kan Insaayikloopiidiyaalle soba jettanii yaaddanis, #jecha #Yesuus #soba #jechuun #isin #hin #baasu waan ta'eef, asumaan dhaamsi kiyya worroota Muslimaa hin taanee (#Kiristaanaa), kan #lammii #Itoophiyaa taatani hundaaf, #Yesuus #Itoophiyaaf #hin #ergamnee, yeroon amantii Islaamummaa furmaata ilma namaa taate hordofaa.
แจแขแแณแญแญแแแฒแซแ แแธแต แแ แฅแแฝแ แขแฐแตแกแแฃ แจแขแจแฑแตแ แแแแญ แแฐแต แแ แแแต แ แซแแฃแฝแแแแฃ
แฅแแ แแญ แจแแตแฐแแแแ แแแฅแญแต แแตแแ แแแแ (#แญแญแตแฒแซแ) #แขแตแฎแตแซแแซแ #แแแฝแฃ #แขแจแฑแต #แแขแตแฎแตแซแแซแ #แ แแฐแแจแแฃ แ แแ #แแฐแ #แแแฝ #แแแตแ #แจแแแแ #แจแฅแตแแแแ #แแญแแแต #แฐแจแฐแแข
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
https://t.me/Xaaliburidallah
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ

Encyclopedia Britannica
messiah
Messiah, in Judaism, the expected king of the Davidic line who would deliver Israel from foreign bondage and restore the glories of its golden age. More loosely, the term denotes any redeemer figure; and the adjective messianic is used to refer to beliefsโฆ