Turullee Dhugatu Mo'ata
11K subscribers
514 photos
129 videos
110 files
414 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Maqoota #Nabi #Iisaan (#Yesuus) ittiin #waamamu keessaa tokko, '#Masiih' kan jedhu yoo ta'u, #mootii #ummata #Israa'elii #qofa gabrummaa jalaa baasuuf ergame ta'u ragaa baha.

ከነቢዩ #ኢሰ (#ኢየሱስ) የማዕረግ ስሞች አንዱ ‘#መሲሕ’ ሲሆን #የእስራኤልን #ሕዝብ #ብቻ ከባርነት ነፃ ለማውጣት የተላከ ንጉሥ እንደሆነ ያሳያል።

What does Messiah mean?

Messiah means, (from Hebrew mashiaḥ, “anointed”), in Judaism, the expected king of the Davidic line who would deliver Israel from foreign bondage and restore the glories of its golden age.

https://www.britannica.com/topic/messiah-religion#:~:text=messiah%2C%20(from%20Hebrew%20mashia%E1%B8%A5%2C,glories%20of%20its%20golden%20age

Masihiin jechuun maal jechuudha?

Masihii jechuun, (afaan Ibrootaa mashiaḥ, irraa kan fuudhame yoo ta’u, hiikni isaa “dibame” jechuudha). Amantii Yihudootaa keessatti, mootii hidda Daawit irraa eegamu, kan Israa’el garbummaa ormaa jalaa baasee ulfina bara warqee sana deebisu jechuudha.

መሲህ ማለት ምን ማለት ነው?

መሲህ ማለት፣ (ከዕብራይስጥ ማሺያህ፣ ትርጉሙ “የተቀባ” ማለት ነው)።  በአይሁድ እምነት፣ እስራኤልን ከባዕድ ባርነት ነፃ የሚያወጣ እና የወርቅ ዘመንን ክብር የሚመልስ፣ የሚጠበቀው የዳዊት ዘር ንጉሥ ማለት ነው።

🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

Kanaafuu, akka Insaayikloopiidiyaan Biritaanikaa ragaa bahutti, #Yesuus #ummata #Israa’elii #qofaaf #akka #ergame #mirkaneessaa jechuudha.
ስለዚህ ኢንሳይክሎፔዲያ ብሪታኒካ እንደሚለው፣ #ኢየሱስ #የተላከው #ለእስራኤል #ሕዝብ #ብቻ መሆኑን ያረጋግጣል።

🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

Kakuun Haarofnis yaaduma kana mirkaneessa.
አዲስ ኪዳንም ይህንን ሃሳብ ያረጋግጣል።

Wangeela #Maatewos 15:24
“Inni immoo deebisee (Yesuus) , "#Ani warra akka hoolotaa karaa irraa goranii #mana #Israa'elii #badan #duwwaaf #malee #hin #ergamne" jedheen.”
ማቴዎስ 15፥24 “እርሱም መልሶ (እየሱስ)፦ #ከእስራኤል #ቤት ለጠፉት በጎች #በቀር #አልተላክሁም አለ።”

🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

Kan Insaayikloopiidiyaalle soba jettanii yaaddanis, #jecha #Yesuus #soba #jechuun #isin #hin #baasu waan ta'eef, asumaan dhaamsi kiyya worroota Muslimaa hin taanee (#Kiristaanaa), kan #lammii #Itoophiyaa taatani hundaaf,  #Yesuus #Itoophiyaaf #hin #ergamnee, yeroon amantii Islaamummaa furmaata ilma namaa taate hordofaa.
የኢንሳይክሎፔዲያን ውሸት ነው ብላችሁ ቢተስቡም፣ የኢየሱስን ንግግር ሐሰት ነው ማለት አያወጣችሁምና፣
እዚህ ላይ የማስተላልፈው መልእክት ሙስሊም ላልሆኑ (#ክርስቲያን) #ኢትዮጵያውያን #ዜጎች#ኢየሱስ  #ለኢትዮጵያውያን #አልተላከም፣ በጊዜ #ለሰው #ልጆች #መፍትሄ #የሆነውን #የእስልምናን #ሃይማኖት #ተከተሉ

🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

https://t.me/Xaaliburidallah

🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲