#Worroonni #Amantii hordofan irratti #ragaa #hin #qabne, Amantii nuti hordofnu Amantii dhugaa, ta Rabbiin filate ta'uuf ragaa hin qabnuu jechuu #saalfatanii, Amantiin akkanumaan ufiin waamne malee, ka jireenna bara baraa (Jannata) argataniin Yesuusitti qofatti amanuun malee Amantii ragaa qabu hordofuunii miti jedhan.
Rakkoon worra #haqa #Rabbii #irraa #maqee, jallinna ufii qaban dhossuuf #mala #baasuu malee, dhugaa jiru barbaaduuf sammuu Rabbiin isaanii kennetti fayyadamuu hin dandeenne.
#Sammuun ilma nama wonti Rabbiin nama kenneef waa'ee #nyaataa #dhugaatii #qofa yaaduuf osoo hin taane, jiruu guyyaa *#boodaa/#Aakeraa* waan isaanii tolu barbaadu ture.
Worroonni #sammuu faayidaa #duniyaa #qofaaf itti hin fayyadamne, #Amantii jechuun #hiikni isaa maali? #Amantii Rabbiin #jaalate/#filate tami? #Ragaan hoo maal? Gaafiiwwan jedhuuf deebii quubsaa qabu waan ta'eef mee ka beekuuf yaadannoo kan beekneef hubannoo akka ta'uuf #Amantii #jechuun #maal akka ta'e fi #jechi #Amantii jedhu #kitaabota duraa keessatti #dubbatamuu wojji ilaalla, yoo Rabbiin nuuf fedhe.
#Amantii (#Religion) jechuun hiikni isaa maal?
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
1โฃffaa- Religion:
The English word "religion" is derived from the Middle English "religioun" which came from the Old French "religion." It may have been originally derived from the Latin word "religo" which means "#good faith," "#ritual,"
#Oxford #dictionaries:
#Religion:๐๐ป
1- The #belief #in and #worship of a superhuman controlling power, especially a personal #God or #gods
๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ
The #Free #Dictionary
โช #Religion:๐๐ป
1- The #belief #in and #reverence for a supernatural power or powers, regarded as creating and governing the universe:
๐๐๐๐๐๐
Kanaafuu Amantii jechuun amanuu fi waaqefatu yookaa gabbaru (#Believe + #worship) dhaa jechu.
#Namni #waan itti #amanu qabuu fi #waan #gabbaru (waaqeffatu) qabu kamuu #Amantii ni qabaa jechu. Namni tokko Amantii hin qabu jechuun hiikni isaa namni sun waan itti amanu fi waan gabbaru (waaqeffatu) hin qabuu jechuudha.
๐๐๐๐๐๐๐
Jechi #'Amantii' jedhu hoo kitaabota asiin duraa keessatti dubbatamuu hoo quba qabduu?
Ragaa 1โฃffaa- ๐
*#Yihudaan #Erge 1:3* Michoota ko! Waa'ee fayyina walii wajjin qabnuuf duruma iyyuu isiniif caafuudhaaf dhama'aa utuun jiruu, amma #Amantii isa al tokkicha yeroo hundumaaf akka ta'utti warra Waaqayyoof qulqullaa'anitti dabarfame sanaaf akka loltaniif, caafee isin gorsuun giddiitti barbaachisaa ta'uu isaa argeera.
แแณแแฝ แแญแฅ แตแแแแซแแแ แตแ แแณแแฝแ แแฝแแแฝแ แฅแ แ แฐแแผ แณแแแฅ แแ แฑแณแ แ แแต แแ แแฝแ แตแ แฐแฐแ #แแญแแแต แฅแแตแตแแฐแ แฅแจแแจแญแแฝแ แฅแฝแแแฝแ แแแต แแต แแแฅแแข
๐๐๐๐๐๐๐๐
Ragaa 2๏ธโฃffaa ๐
*#Ximotewos #Isa #Duraa 3:9*
Yaada garaa qullaa'aadhaan dhoksaa #amantiitti qabamanii jiraachuun isaaniif in ta'a
แแแจแ แจแฅ แจแแญแแฑแฅ แ แแนแ แแแ #แจแแญแแแตแ แแฅแขแญ แจแแญแ แแแ แญแแฃแธแแแข
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Ragaa 3๏ธโฃffaa ๐
*#Tiitoo 1:4.*
Gara Tiitoos isa karaa #amantii walii wajjin qabnu, ilma koo dhugaa ta'e!
แ แแญแแแต แ แฅแจแต แฅแแแฐแ แแ แแแแ แแฒแถแค
๐๐๐๐๐๐
#Wolumaa #galatti ๐
Amantii jechuun #amanuu + #gabbaru (#Believe + #worship) yoo ta'u beekne akkasumas Jechi #'Amantii' jedhu kitaabota asiin duraa keesattisi dubbatame yoo hubanne, #Amantii #dhugaa ta Rabbiin filate ta ragaan mirkaneessuu dandeennu hoo tamii? kutaa itti aanu keessatti nu eegadha yoo Rabbiin fedhe......
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธBy:XR โป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa ๐
https://t.me/Xaalibu6504

#Turullee #dhugatuu #irra #aana
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
#Kutaa #21 ffaa
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
#Hojii #manaa
๐๐๐
Ragaa 1 #Ximotewos 2:5
dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
๐๐๐๐๐๐
1 Ximotewos 2:5
" Waaqayyo tokkicha, inni gidduu dhaabatee Waaqayyoo fi nama #walitti #fidus #tokkicha, inni immoo Kristos Yesus isa #nama #ta'ee (mul'ateeโ) dha."
1แ แแฐ แขแแดแแต 2:5 แ แแต แฅแแแ แฅแแญ แ แแแฅ แ แฅแแแ แฅแแญแ แ แฐแแ แแซแจแ แซแแ #แแซแจแแแ แฐแแ แ แแต แ แแฅ แฅแญแฑแ #แฐแ #แจแแ แญแญแตแถแต แขแจแฑแต แแแค
1 Timothy 2:5. For there is one God, and #one #mediator between God and men, #the #man Christ Jesus;
Gafii ๐๐๐
Akka ragaa 1 #Ximotewos 2:5 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?
A. Waaqayyon tokkicha, Yesuus jedhamee jira. โ
B. Yesuus nama osoo hin taane ilma Waaqaati jedhamee jira.โ
C. Yesuus jechuun, isa jidduu waaqaa fi ilma namaa jiraate, Waaqaa fi namoota wolitti fidu jedhamee jira.โ
D. Hunduu deebii sirrii ta'e.โ
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
โช Worroonni Amantii Kiristaanaa nuuf deebisaa.
โช hawaasni keenna ammoo worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran biraan gahaa haqa jiru hubachiisaa.
Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa 1 #Ximotewos 2:5
irraa argannu;
1ffaa- Waaqni dhugaa tokkicha malee, waaqa lama yookaa sadi jedhamu akka hin taane (#Waaqayyo #tokkicha yeroo jedhu)
2ffaa- Yesuus jechuun isa Waaqaa fi namoota wolitti fidu (ergamaa Rabbiin ergate, ka seera Rabbiin irraa fide namatti geessuun, ilma namaa akka Rabbiin inni beeku taasisu) qofa akka ta'e (#inni #gidduu #dhaabatee #Waaqayyoo fi #nama #walitti #fidus #tokkicha yeroo jedhu).
3ffaa- Yesuus nama malee Waaqaa yookaa ilma Waaqaati dubbiin jedhu olola akka ta'e ifatti hubannaa jechuudh (#inni #immoo #Kristos #Yesus #isa #nama #ta'e Yeroo jedhu).
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธBy:XR โป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐

#Warroota #amantii #ragaa #hin #qabne #hordofaa, #amantii #wonti #jedhamuu #hin #jiru #jedhee #haasawuuf #ragaa:-
#แแตแจแ #แจแแแแ #แฅแแแต #แฅแจแฐแจแฐแ #แแญแแแต #แจแแฃแ #แแแญ #แจแแ #แฅแซแ #แแแแแฉ #แฐแแฝ #แแตแจแ:-
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
1ffaa- #Yihudaan #Erge 1:20 โIsin garuu michoota ko, #amantii #keessan isa hundumaa caalaa qulqulluu irratti #dhaabamaatii #cimaa! Hafuura qulqulluudhaan geggeeffamaatii kadhadhaa!โ
#แญแแณ 1แฅ20 โแฅแแแฐ แแแฅ แแณแแฝ แแญแฅ แจแแ แญแแ #แ แฐแแฐแฐ #แแญแแแณแฝแ #แซแณแฝแแ #แแแแฝ แฅแจแฐแแฝแ แ แแแแต แ แฑแตแ แฅแจแธแแซแฝแแฅโ
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
2ffaa- #Qolosaayis 2:7
โAkkuma barsiifamtanitti hundee keessan gad fageeffadhaa, isatti ijaaramaatii #amantiitti #dhaabamaa! Galata guutee irra dhangala'us dhi'eessaa!โ
#แแแตแญแต 2แฅ7 โแฅแญ แฐแณแฝแ แ แฅแญแฑ แณแแนแฅ แฅแแฐ แฐแแซแฝแแ #แ แแญแแแต #แฝแแฅ แแตแแแ แญแฅแแแฝแแขโ
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
3ffaa- #Hojii #Ergamootaa 6:7 โDubbiin Waaqayyoo itti fufee bal'achaa, #baay'inni #amantoota Yerusaalemitti argamaniis ittuma dabalamaa adeeme; luboota keessaas #baay'een #amanticha #fudhatan.โ
#แแแญแซแต 6แฅ7 โแจแฅแแแ แฅแแญแ แแ แฅแจแฐแ แแฐแฅ แ แขแจแฉแณแแแ แจแฐแ แแแแญแต แแฅแญ แฅแ แ แฅแจแ แ แแฐแค แจแซแ แแตแ #แฅแ #แฐแแฝ #แแแญแแแต #แจแณแแ #แแแขโ
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
4ffaa- 1#Ximotewos 5:8 โNamni tokko akkasitti fira isaatiif, caalaadhumatti immoo #warra #mana #isaatiif #yoo #yaaduu #dhaabaate, #inni #amanticha #ganuu isaa ti, nama hin amanin caalaas hammaachuu isaa ti.โ
1แ #แขแแดแแต 5แฅ8 โแแแญ แแ แแฅแญแฑ แตแ แแแต แญแแแแ #แตแ #แคแฐ #แฐแแน #แจแแซแตแฅ #แแแ #แขแแแฅ #แแญแแแตแ #แจแซแฐ แจแแซแแแ แฐแ แญแแ แจแแจแ แแแขโ
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
5ffaa- 1#Ximotewos 6:10 โ#Horii #jaallachuun hundee wanti hamaan hundinuu irraa latuu dha; namoonni gar tokko yaada isaanii horii argachuu irra kaa'atanii, #amanticha #irraa #badaniiru, waraansa baay'eedhaanis of waraananiiru.โ
1แ #แขแแดแแต 6แฅ10 โ#แแแแฅแ #แแแฐแต แจแญแแต แแ แฅแญ แแแแฅ แ แแณแแถแฝ แญแ แ แฒแแแฅ #แจแแญแแแต #แฐแณแตแฐแ แ แฅแ แฅแแญ แซแณแธแแ แแแขโ
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
6ffaa- 2#Ximotewos 4:7 โWal'aansoo isa gaarii sanas dhaabadhee qabeera; dorgomee koos raawwadheera, #amantiis #eegeera.โ
2แ #แขแแดแแต 4แฅ7 โแแแซแแ แแตแ แฐแแตแฌแ แแแฅ แฉแซแแ แจแญแผแ แแแฅ #แแญแแแตแ #แ แฅแแ แแแคโ
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
7ffaa- #Tiitoos 1:13-14 Kanas dhugaa dubbate; kanaafis #amantii isaaniitti seelkoo akka hin qabaannetti, cimsii balleessaa isaanii itti mul'isi! Si'achis mammaaksa #amantii isa kan #Yihudootaa, abboommii namoota warra dhugaa irraa gara galanii duukaas akka hin buune godhi!
#แฒแถ 1แฅ13-14 โแญแ แแตแญแญ แฅแแแฐแ แแแข แตแแแ แแญแแซแต แจแ แญแแตแ แฐแจแตแ แจแฅแแแต แแแ แจแแแตแ แฐแแฝ แตแฅแแ แณแซแณแแกแฅ #แ แแญแแแต #แคแแแฝ #แฅแแฒแแ #แ แฅแญแฑ #แแแณแธแแขโ
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
8ffaa- #Yihudaan #Erge 1:3 Michoota ko! Waa'ee fayyina walii wajjin qabnuuf duruma iyyuu isiniif caafuudhaaf dhama'aa utuun jiruu, #amma #Amantii #isa #al #tokkicha yeroo hundumaaf akka ta'utti warra Waaqayyoof qulqullaa'anitti dabarfame sanaaf akka loltaniif, caafee isin gorsuun giddiitti barbaachisaa ta'uu isaa argeera.
#แจแญแแณ #แแแฅแญแต 1:3 แแณแแฝ แแญแฅ แตแแแแซแแแ แตแ แแณแแฝแ แแฝแแแฝแ แฅแ แ แฐแแผ แณแแแฅ #แแ แฑแณแ #แ แแต #แแ #แแฝแ #แตแ #แฐแฐแ #แแญแแแต #แฅแแตแตแแฐแ #แฅแจแแจแญแแฝแ แฅแฝแแแฝแ แแแต แแต แแแฅแแข
ุฃููููููุง ุงูุฃูุญูุจููุงุกูุ ุฅูุฐู ููููุชู ุฃูุตูููุนู ููููู ุงููุฌูููุฏู ูุฃูููุชูุจู ุฅูููููููู ู ุนููู ุงููุฎููุงูุตู ุงููู ูุดูุชูุฑูููุ ุงุถูุทูุฑูุฑูุชู ุฃููู ุฃูููุชูุจู ุฅูููููููู ู ููุงุนูุธุงู ุฃููู #ุชูุฌูุชูููุฏููุง #ูุฃูุฌููู #ุงูุฅููู ูุงูู #ุงููู ูุณููููู ู ู ูุฑููุฉู ููููููุฏูููุณูููู.โ โ #ูููุฐุง 1:3
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
#Warroonni #amantii #hin #qabne #hundi, #akka #warra #ibidda #Jahannam #keessatti #gubataa #jiraatan, #ragaan #Kakuu #Haarawaa #ni #mirkaneessaa.
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
#Mul'ata 21: 8 โQoodi warra lugnootaa, #warra #amantii #hin #qabnee, warra ciigga'amaa, warra gumaa, warra halalee, warra qoricha namatti godhanii, warra waaqayyolii tolfaman waaqessanii, warra sobduu hundumaas garuu, #kuufama #ibiddii fi #dhagaan #boba'u #keessaa #balalchu #in #ta'a; innis du'a lammaffaa dha" naan jedhe.โ
#แซแฅแญ 21แฅ8 โแณแฉ แแ แจแแแฉแ #แจแแซแแ แจแญแตแณแแ แจแแแฐ แแณแฎแฝแ แจแดแฐแแแฝแ แจแ แตแแฐแแแฝแ แฃแแตแแ แจแแซแแแฉ แจแแฐแฐแแแฝแ แแ #แแตแแธแ #แ แฒแแ #แ แฅแณแต #แ แแแ แ #แฃแแญ #แแแค แญแธแแ แแแฐแแ แแต แแแขโ
โ ููุฃูู ููุง ุงููุฎูุงุฆูููููู #ููุบูููุฑู #ุงููู ูุคูู ูููููู ููุงูุฑููุฌูุณูููู ููุงููููุงุชูููููู ููุงูุฒููููุงุฉู ููุงูุณููุญูุฑูุฉู ููุนูุจูุฏูุฉู ุงูุฃูููุซูุงูู ููุฌูู ููุนู ุงููููุฐูุจูุฉู ููููุตููุจูููู ู ููู ุงููุจูุญูููุฑูุฉู ุงููู ูุชููููุฏูุฉู ุจูููุงุฑู ููููุจูุฑููุชูุ ุงูููุฐูู ูููู ุงููู ูููุชู ุงูุซููุงูููยป.โ โ ุฑุคูุง 21:8
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
https://t.me/Xaaliburidallah

Telegram
Turullee Dhugatu Mo'ata
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.