#Turullee #dhugatuu #irra #aana
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Kutaa #5ffaa
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Hojii #manaa
πππ
Ragaa Wangeela Maatewos 12: 28 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
Maatewos 12: 28
βAni (#Yesuus) garuu #hafuura #Waaqayyootiin hafuurota hamoota kanan baasu erga ta'ee, mootummaan Waaqayyoo isin irratti dhufeera.β
ππππππ
#Yesuus hafuura #Waaqayyootiin hafuurota hamoota baasuu jechuun maal jechuudha?
A. #Yesuus #qarqaarsa yookaa #hayyama Waaqaatiin, ka #dandeettii #isaatiin #hin #taane hafuura hamootaa baasuu isaa mudhisaa.β β β
B. Yesuus qarqaarsa yookaa hayyama #Waaqaatiin #malee, dandeettii isaatiin hafuura hamootaa baasuu isaa mudhisaa.
C. #Yesuus #tooftaaf akkas jedhe malee, dubbiin Wangeela #Maatewos 12: 28 irratti ibsame hundi waan dandeettii Yesuus ni qaba jedhanii worroonni amantii Kiristaanni hordofan yaadan faalessuuf, kanaafuu dubbiin Wangeela kanaa #soba ta'aa jechu.
ππππππ
Qabxiin ijoon nuti ragaa Wangeela #Maatewos #12:28 irraa barannu;
Yesuus wonta hojjatu kamuu dandeettii isaatiin osoo hin taane qarqaarsa yookaa hayyama Waaqaatiin akka ta'ee fi Worroonni maqaa Yesuusiin hafuura hamootaa baasna jedhan hundi, haasofni isaanii hundi akka hidda hin qabne fi haasawa soba ta'e ifatti mudhisaa.
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
βͺ #Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1α αα° α°α°ααα α°αα½ 5:21 ααα αα΅α #ααα«ααα #α«αα€ πππdhaamsa jedhu isinii dhaamaa.
βͺ hawaasni keenna ammoo, "#sababa #keetiin #namni "tokko "qajeeluun, #gaala #diddiimaa #karaa #Rabbii #keessatti #kennatu #siif #caala, ka Nabiyyiin Rabbii (nagahaa fi Rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu), jedhanii Aliyyiif dhaaman siif dhaama. Sheer taasisuun sin kafalchiisu, lammiiwwan keenna beektu hundaa ergii, toltuu guyyaa boruutti si fayyaddu guduunfadhu.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈBy:XR β»οΈβ»οΈβ»οΈ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa π
https://t.me/Xaaliburidallah

Telegram
Turullee Dhugatu Mo'ata
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
#Turullee #dhugatuu #irra #aana
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Kutaa #31ffaa
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Gilgaala #sammuu #shaakalchiisuu
Ragaawwan boqannaa asii gadii keessaa, hiikkaan sirrii #ilma #Waaqayyo jechuu, #gabricha #Waaqaa taβuu agarsiisu hima kam?
A. #Maatewos 5:9
" Warri nagaa buusan haa gammadan, #isaan #ijoollee #Waaqayyoo in #jedhamu. α¨αα«α΅α°α«αα α₯ααα ααΈαα₯ #α¨α₯ααα α₯αα #ααα½ #αα£αααα’ Kanaafuu, ilma namaa keessaa, worroonni nagaha buusan hundi gabroota Waaqaati jechuudha. β
B. #Roomaa 8:14
β#Warri #hafuura #Waaqayyootiin #geggeeffaman #hundinuu #ilmaan #Waaqayyoo ti.β
#α α₯ααα α₯αα #αααα΅ #α¨ααα© #αα α₯ααα #α¨α₯ααα α₯αα #ααα½ ααΈααα’ α’ Kanaafuu, ilma namaa keessaa, Warri hafuura Waaqayyootiin geggeeffaman hundi gabroota Waaqaati jechuudha. β
C. #Luqaas 3:38
" ilma Enosh, ilma Sheet, ilma Addaam, #ilma #Waaqayyoo." α¨αααα€α αα α₯ α¨αααα αα α₯ α¨ααα΅ αα α₯ α¨α΄α΅ αα α₯ #α¨α α³α αα α₯ #α¨α₯ααα α₯αα αα α’
( #Addaam ilma #Waaqayyo jechuun, Aadam gabricha Waaqaati jechuudha).β
D. #Galaatiyaa 4:4-5
Barri murameef sun yeroo guutetti garuu, Waaqayyo #ilma #isaa erge; innis yeroo ergame dubartii irraa dhalatee, seera jala galfame. Inni warra seera jala jiran furuudhaaf, #nuyis #ilmaan #Waaqayyoo #taanee akka guddifamnuuf kana godhe.
αα° #ααα΅α« #α°αα½ 4:4-5
ααα αα α¨ααα αα»α α α°α¨α° αα α₯ααα α₯αα α¨α΄α΅ α¨α°ααα°αα α¨ααα α α³α½ α¨α°ααα°αα ααα αα¨α€#α₯αα° #ααα½ #α₯ααα #ααα΅α₯ α¨αα α α³α½ α«αα΅α ααα ααα΅α’ (Yesuusillee gabricha Rabbiiti, nullee gabroottan Rabbiiti jechuudha). β
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu;
1ffaa - Worroonni nagaha buusan hundi, Warri hafuura Waaqayyootiin geggeeffaman hundi, Addaam ilma Waaqayyo waan jedhameef ilmaan Aadam hundi, warra seera jala jiran Yesuus fi worroonni inni itti ergamee hundi, Wolumaa galatti ilmi namaa hundi ilmaan Waaqaati jedhumuun hiika #tokko fi #tokko #qofa akka qabu, sunis #gabroottan #Rabbii ta'uu isaati. Namni yaada kana mormu yoo jiraate, namoota boqonnaan kitaabaa Macaafa Qulqulluu keessaa ragoonni kun irratti argamu ( #Maatewos 5:9, #Roomaa 8:14, #Luqaas 3:38 fi #Galaatiyaa 4:4-5) guutuun jechoota dogongora, sobaa, ololaa yookaa kijibaa jedhee nama yaaduu fi dhugaan bareeduma Islaamummaa nama hin beekne qofa ta'uu mirkaneessa.
2ffaa - Gabaabinnaan, worroonni Yesuus ilma Waaqa jedhamee dubbatame kitaaba kakuu moofaa yookaa haarawa keessatti yaada jedhuun, #hiika #sirrii #wollaalun #dogongora #hamaa #keessa #seentan, filannoo lamaan keessaa tokko qofa qabuu; yookaa #Macaafa #Qulqulluu #keessatti #jechoonni #sirrii #hin #taane, ka #fudhatama #hin #qabne, ka yaada dogongora qaban waan jiraniif, #kitaaba #cinaa malee #hunda #hin #fudhannuu jechuun Yesuus ilma Waaqaati ka jedhu qofa faarsuu, yookaa ammmo #kitaaba #amantii isaanii #kabajanii, Yesuus ilma Waaqaati jechuun #Yesuus #gabricha #Rabbii ta'uu #amaniin #fudhatu.
#HUB:
Dhaadannoon dharaa, dhugaa akka aduu iftu hin dhossuu, yoo abbaa iyyu qofa dhamaasuu taate maleeβΌ
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈBy:XR β»οΈβ»οΈβ»οΈ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa π
https://t.me/Xaalibu6504