Turullee Dhugatu Mo'ata
11K subscribers
514 photos
129 videos
110 files
414 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦
#Kutaa #5ffaa
πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦

#Hojii #manaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

Ragaa Wangeela Maatewos 12: 28 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.

Maatewos 12: 28
❝Ani (#Yesuus) garuu #hafuura #Waaqayyootiin hafuurota hamoota kanan baasu erga ta'ee, mootummaan Waaqayyoo isin irratti dhufeera.❞

πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡

#Yesuus hafuura #Waaqayyootiin hafuurota hamoota baasuu jechuun maal jechuudha?

A. #Yesuus #qarqaarsa yookaa #hayyama Waaqaatiin, ka #dandeettii #isaatiin #hin #taane hafuura hamootaa baasuu isaa mudhisaa.βœ…βœ…βœ…

B. Yesuus qarqaarsa yookaa hayyama #Waaqaatiin #malee, dandeettii isaatiin hafuura hamootaa baasuu isaa mudhisaa.

C. #Yesuus #tooftaaf akkas jedhe malee, dubbiin Wangeela #Maatewos 12: 28 irratti ibsame hundi waan dandeettii Yesuus ni qaba jedhanii worroonni amantii Kiristaanni hordofan yaadan faalessuuf, kanaafuu dubbiin Wangeela kanaa #soba ta'aa jechu.

πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡

Qabxiin ijoon nuti ragaa Wangeela #Maatewos #12:28 irraa barannu;

Yesuus wonta hojjatu kamuu dandeettii isaatiin osoo hin taane qarqaarsa yookaa hayyama Waaqaatiin akka ta'ee fi Worroonni maqaa Yesuusiin hafuura hamootaa baasna jedhan hundi, haasofni isaanii hundi akka hidda hin qabne fi haasawa soba ta'e ifatti mudhisaa.

πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦

β†ͺ #Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1αŠ› α‹ˆα‹° α‰°αˆ°αˆŽαŠ•α‰„ αˆ°α‹Žα‰½ 5:21 αˆαˆ‰αŠ• αˆα‰΅αŠ‘ #αˆ˜αˆαŠ«αˆ™αŠ•αˆ #ያዙፀ πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†dhaamsa jedhu isinii dhaamaa.

β†ͺ hawaasni keenna ammoo, "#sababa #keetiin #namni "tokko "qajeeluun, #gaala #diddiimaa #karaa #Rabbii #keessatti #kennatu #siif #caala, ka Nabiyyiin Rabbii (nagahaa fi Rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu), jedhanii Aliyyiif dhaaman siif dhaama. Sheer taasisuun sin kafalchiisu, lammiiwwan keenna beektu hundaa ergii, toltuu guyyaa boruutti si fayyaddu guduunfadhu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii  asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa πŸ‘‡

https://t.me/Xaaliburidallah