Turullee Dhugatu Mo'ata
11K subscribers
514 photos
129 videos
110 files
414 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦
#Kutaa #31ffaa
πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦

#Gilgaala #sammuu #shaakalchiisuu

Ragaawwan boqannaa asii gadii keessaa, hiikkaan sirrii #ilma #Waaqayyo jechuu, #gabricha #Waaqaa ta’uu agarsiisu hima kam?

A. #Maatewos 5:9
" Warri nagaa buusan haa gammadan, #isaan #ijoollee #Waaqayyoo in #jedhamu. α‹¨αˆšα‹«αˆ΅α‰°αˆ«αˆ­α‰ α‰₯αα‹“αŠ• αŠ“α‰Έα‹α₯ #የαŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­ #αˆαŒ†α‰½ #α‹­α‰£αˆ‹αˆ‰αŠ“α’ Kanaafuu, ilma namaa keessaa, worroonni nagaha buusan hundi gabroota Waaqaati jechuudha. βœ…

B. #Roomaa 8:14
β€œ#Warri #hafuura #Waaqayyootiin #geggeeffaman #hundinuu #ilmaan #Waaqayyoo ti.”
#α‰ αŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­ #αˆ˜αŠ•αˆαˆ΅ #α‹¨αˆšαˆ˜αˆ© #αˆαˆ‰ αŠ₯αŠα‹šαˆ… #የαŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­ #αˆαŒ†α‰½ αŠ“α‰Έα‹αŠ“α’ ፒ Kanaafuu, ilma namaa keessaa, Warri hafuura Waaqayyootiin geggeeffaman hundi gabroota Waaqaati jechuudha. βœ…

C. #Luqaas 3:38
" ilma Enosh, ilma Sheet, ilma Addaam, #ilma #Waaqayyoo." α‹¨αˆ˜αˆ‹αˆαŠ€αˆ αˆαŒ…α₯ α‹¨α‰ƒα‹­αŠ“αŠ• αˆαŒ…α₯ α‹¨αˆ„αŠ–αˆ΅ αˆαŒ…α₯ α‹¨αˆ΄α‰΅ αˆαŒ…α₯ #α‹¨αŠ α‹³αˆ αˆαŒ…α₯ #የαŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­ αˆαŒ…α’
( #Addaam ilma #Waaqayyo jechuun, Aadam gabricha Waaqaati jechuudha).βœ…

D. #Galaatiyaa 4:4-5
Barri murameef sun yeroo guutetti garuu, Waaqayyo #ilma #isaa erge; innis yeroo ergame dubartii irraa dhalatee, seera jala galfame. Inni warra seera jala jiran furuudhaaf, #nuyis #ilmaan #Waaqayyoo #taanee akka guddifamnuuf kana godhe.
α‹ˆα‹° #αŒˆαˆ‹α‰΅α‹« #αˆ°α‹Žα‰½ 4:4-5
ነገር αŒαŠ• α‹¨α‹˜αˆ˜αŠ‘ ፍጻሜ α‰ α‹°αˆ¨αˆ° αŒŠα‹œ αŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­ αŠ¨αˆ΄α‰΅ α‹¨α‰°α‹ˆαˆˆα‹°α‹αŠ• αŠ¨αˆ•αŒαˆ በታች α‹¨α‰°α‹ˆαˆˆα‹°α‹αŠ• αˆαŒαŠ• αˆ‹αŠ¨α€#αŠ₯αŠ•α‹° #αˆαŒ†α‰½ #αŠ₯αŠ•αˆ†αŠ• #α‹˜αŠ•α‹΅α₯ αŠ¨αˆ•αŒ በታች α‹«αˆ‰α‰΅αŠ• α‹­α‹‹αŒ… α‹˜αŠ•α‹΅α’ (Yesuusillee gabricha Rabbiiti, nullee gabroottan Rabbiiti jechuudha). βœ…

πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu;

1ffaa - Worroonni nagaha buusan hundi, Warri hafuura Waaqayyootiin geggeeffaman hundi, Addaam ilma Waaqayyo waan jedhameef ilmaan Aadam hundi, warra seera jala jiran Yesuus fi worroonni inni itti ergamee hundi, Wolumaa galatti ilmi namaa hundi ilmaan Waaqaati jedhumuun hiika #tokko fi #tokko #qofa akka qabu, sunis #gabroottan #Rabbii ta'uu isaati. Namni yaada kana mormu yoo jiraate, namoota boqonnaan kitaabaa Macaafa Qulqulluu keessaa ragoonni kun irratti argamu ( #Maatewos 5:9, #Roomaa 8:14, #Luqaas 3:38 fi #Galaatiyaa 4:4-5) guutuun jechoota dogongora, sobaa, ololaa yookaa kijibaa jedhee nama yaaduu fi dhugaan bareeduma Islaamummaa nama hin beekne qofa ta'uu mirkaneessa.

2ffaa - Gabaabinnaan, worroonni Yesuus ilma Waaqa jedhamee dubbatame kitaaba kakuu moofaa yookaa haarawa keessatti yaada jedhuun, #hiika #sirrii #wollaalun #dogongora #hamaa #keessa #seentan, filannoo lamaan keessaa tokko qofa qabuu; yookaa #Macaafa #Qulqulluu #keessatti #jechoonni #sirrii #hin #taane, ka #fudhatama #hin #qabne, ka yaada dogongora qaban waan jiraniif, #kitaaba #cinaa malee #hunda #hin #fudhannuu jechuun Yesuus ilma Waaqaati ka jedhu qofa faarsuu, yookaa ammmo #kitaaba #amantii isaanii #kabajanii, Yesuus ilma Waaqaati jechuun #Yesuus #gabricha #Rabbii ta'uu #amaniin #fudhatu.

#HUB:
Dhaadannoon dharaa, dhugaa akka aduu iftu hin dhossuu, yoo abbaa iyyu qofa dhamaasuu taate maleeβ€Ό

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa πŸ‘‡

https://t.me/Xaalibu6504