Turullee Dhugatu Mo'ata
11K subscribers
514 photos
129 videos
110 files
414 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
Yesuus Waaqaa jedhaa worroonni ufiif nama rakkiftan, haasawa hundee hin qabne osoo lakkiftanii #Waaqaa #obboleessa, #obboleetti fi #haadha #hin #qabne tokkicha dhugaa sanitti osoo deebitanii πŸ‘‡

Maatewos 12:50
" Jaalala abbaa koo isa waaqa irraa kan godhu eenyu iyyuu, #obboleessa koo ti, #obboleettii koo ti, #haadha koo tis" jedhe."
α‰ αˆ°αˆ›α‹«α‰΅ α‹«αˆˆα‹αŠ• α‹¨αŠ α‰£α‰΄αŠ• αˆα‰ƒα‹΅ α‹¨αˆšα‹«α‹°αˆ­αŒ αˆαˆ‰α₯ αŠ₯ርሱ #α‹ˆαŠ•α‹΅αˆœ #αŠ₯αŠ…α‰΄αˆ #αŠ₯αŠ“α‰΄αˆ αŠα‹αŠ“ አለፒ

#Yesuus #Namni #ajaja #Rabbii #raawwate hunda #oboleessa kiyya, #oboleettii kooti, #haadha kootii jedhee jiraa. Waaqni hoo oboleessaa, oboleettii fi haadha qabaa?
Yoo Waaqni obboleessa, obboleetti fi haadhalle hin qabu jettee ka amantuu #Yesuus #Waaqaa #mitii amanii fudhadhuu Waaqa isa sanyii tokkoo hin qabne san, ka Yesuusillee gabbaraa/Waaqeffata ture sanitti amanii isa qofa waaqefadhu. Yesuus Waaqaa mitiille amanii fudhadhu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa πŸ‘‡

@Xaalibu6504
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦
#Kutaa #4ffaa
πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦

#Hojii #manaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

Ragaa Wangeela Maatewos 12:50 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.

Maatewos 12:50
β€œJaalala abbaa koo isa waaqa irraa kan godhu eenyu iyyuu, #obboleessa #koo ti, #obboleettii #koo ti, #haadha #koo tis" jedhe.”

πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡

Akka Wangeelli Maatewos 12:50 ibsutti, namoota akkamtu #oboleessa, #oboleettii fi #haadha Yesuus?

A. Namoota akkuma Yesuus jaalala Waaqaa (ajaja Rabbii) godhe (raawwate), isaanis ajaja Waaqaa guutan hundi, isaannan sun yoo dhiira taate oboleessa, yoo shamarran taate oboleettii yookaa yoo dubartii gurguddoo taate ammoo haadha Yesuus jedhamuu, yaadni Wangeela #Maatewos #12:50 lle #sirri.βœ…βœ…βœ…

B. Nama #Yesuusuun yaa #gooftaa jedhee ganamaa galgalaa #sirbutu yoo dhiira taate oboleessa, yoo shamarran taate oboleettii yookaa yoo dubartii gurguddoo taate ammoo haadha Yesuus ta'uu, yaadni Wangeela #Maatewos #12:50 ammoo #soba jechuudha.

πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡

Qabxiin ijoon nuti ragaa Wangeela #Maatewos #12:50 irraa barannu;

Yesuus Waaqa dubbiin jedhu guutumatti dubbii ololaa akka ta'e, ragaan Wangeela Maatewos 12:50 qofti gahaadha. Akkamitti? yoo jettan:

1ffaa- Jaalala abbaa koo isa waaqa irraa kan godhu Jedhe malee jaalala kiyyaa kan godhu (raawwatu) hin jenne.

2ffaa- Namni jaalala (ajaja) abbaa (Waaqa) raawwate hundi anaaf gabricha kiyyaa hin jenne, maal malee? Oboleessa, oboleettii yookaa haadha jedhe malee. Kanaafuu, Yesuus Waaqaa dubbiin jedhu haasawa sobaa hidda hin qabnee jechuudha.

πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦

β†ͺ #Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1αŠ› α‹ˆα‹° α‰°αˆ°αˆŽαŠ•α‰„ αˆ°α‹Žα‰½ 5:21 αˆαˆ‰αŠ• αˆα‰΅αŠ‘ #αˆ˜αˆαŠ«αˆ™αŠ•αˆ #ያዙፀ πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†dhaamsa jedhu isinii dhaamaa.

β†ͺ hawaasni keenna ammoo, "#sababa #keetiin #namni "tokko "qajeeluun, #gaala #diddiimaa #karaa #Rabbii #keessatti #kennatu #siif #caala, ka Nabiyyiin Rabbii (nagahaa fi Rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu), jedhanii Aliyyiif dhaaman siif dhaama. Sheer taasisuun sin kafalchiisu, lammiiwwan keenna beektu hundaa ergii, toltuu guyyaa boruutti si fayyaddu guduunfadhu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii  asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa πŸ‘‡

https://t.me/Xaaliburidallah