Turullee Dhugatu Mo'ata
12.2K subscribers
546 photos
184 videos
120 files
475 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
Yesuus Waaqaa jedhaa worroonni ufiif nama rakkiftan, haasawa hundee hin qabne osoo lakkiftanii #Waaqaa #obboleessa, #obboleetti fi #haadha #hin #qabne tokkicha dhugaa sanitti osoo deebitanii 👇

Maatewos 12:50
" Jaalala abbaa koo isa waaqa irraa kan godhu eenyu iyyuu, #obboleessa koo ti, #obboleettii koo ti, #haadha koo tis" jedhe."
በሰማያት ያለውን የአባቴን ፈቃድ የሚያደርግ ሁሉ፥ እርሱ #ወንድሜ #እኅቴም #እናቴም ነውና አለ።

#Yesuus #Namni #ajaja #Rabbii #raawwate hunda #oboleessa kiyya, #oboleettii kooti, #haadha kootii jedhee jiraa. Waaqni hoo oboleessaa, oboleettii fi haadha qabaa?
Yoo Waaqni obboleessa, obboleetti fi haadhalle hin qabu jettee ka amantuu #Yesuus #Waaqaa #mitii amanii fudhadhuu Waaqa isa sanyii tokkoo hin qabne san, ka Yesuusillee gabbaraa/Waaqeffata ture sanitti amanii isa qofa waaqefadhu. Yesuus Waaqaa mitiille amanii fudhadhu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa 👇

@Xaalibu6504