Turullee Dhugatu Mo'ata
11K subscribers
514 photos
129 videos
110 files
414 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦
#Kutaa #42ffaa
πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦

#Gilgaala: Hubannoo duraan sammuu keessaa qabnuu fi ragaawwan dubbisnu wol bira qabuun, kallattii dhugaa  ittiin madaallu:

πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦

#Yesuus (Nabi #Iisaan nageenni Rabbii isa irratti haa jiraatu), akka inni #hin #ajjeefamin fi  #cubbuu #ilma #nama #tokkootiifille #hin #fannifamin #beekuu #yoo #feetan, Maatewos 26:39 dubbisuun, gaafiiwwan itti aanee dhufu deebisaa. πŸ‘‡

πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡

#Maatewos 26:39
" Xinnoos irraa hiiqee #adda #isaatiin #gombifamee, 'Yaa abbaa, ko! In danda'ama yoo ta'e #xoofoon #dhiphinaa #kun #ana #irra #haa #darbu, garuu akka jaalala koo miti, akka jaalala kee haa ta'u malee" jedhee kadhate. "
αŒ₯α‰‚α‰΅αˆ α‹ˆα‹° αŠα‰΅ αŠ₯ልፍ α‰₯ሎ α‰ αŠα‰± #α‹ˆα‹°α‰€αŠ“ αˆ²αŒΈαˆα‹­α’ αŠ α‰£α‰΄α₯ α‰’α‰»αˆαˆ΅α₯ #α‹­αˆ…α‰½ #αŒ½α‹‹ #ከαŠ₯αŠ” #α‰΅αˆˆαα€ ነገር αŒαŠ• αŠ αŠ•α‰° αŠ₯αŠ•α‹°αˆα‰΅α‹ˆα‹΅ α‹­αˆαŠ• αŠ₯αŠ•αŒ‚ αŠ₯αŠ” αŠ₯αŠ•α‹°αˆα‹ˆα‹΅ αŠ α‹­αˆαŠ• አለፒ

πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡

Akka wangeela #Maatewos 26:39 asii olii keessatti ibsutti, #Yesuus #ajjeefamuu yaadamuun #duratti #Waaqa #waa #hundaa #danda'aa #ta'eef adda isaatiin gombifamee #kadhataa #ture. Eddoo kanatti gaafii gurguddoo 5, ka worroonni Yesuus du'e jedhanii yaadan deebisuu qabantu jira. Sunisi:

1ffaa- Eega akka worroonni Kiristaanaa yaadutti Yesuus cubbuu ilma namaatiif ajjeefamuu fedhii qabaate, #maaf #Waaqaa #adda #isaatiin #gombifamee #kadhate⁉️

2ffaa- Eega #Yesuus homa fedheefuu haa ta'uu #du'a #ooluu #barbaadee #Waaqa #kadhate, Waaqni kadhaa isaa dhagaheef (#awwaateef) moo kadhaa Yesuus #hin #awwanneef⁉️

3ffaa- Yoo kadhaa Yesuus Waaqni dhagaheef ka jedhamu taate, maaf Waaqni Yesuusiin du'a hin oolchin ree⁉️ yoo kadhaa Yesuus Waaqni harkatti ka didu taate, maaf awwaatuufii dide? Moo Waaqni du'a oolchuu dandeetti dhabe⁉️

4ffaa-: Waaqni osoo Yesuus itti boohu isaa birmatuu didee, #kaayoo #diinota #Yesuus (#Yihuudotaa) #galmaan #gaheef #jechuudhaa⁉️

5ffaa- Akka worroonni Kiristaanaa yaaddanitti, osoo Waaqni Yesuusii hin tumsine ka jennu taatee, Yesuusiin caalaa Waaqni Yihuudota jaalata jechuudhaa⁉️ (ka Yesuusi tumsuu dideef⁉️)

πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu:

1ffaa- Rabbiin/ Waaqni Yihuudotaa caalaa Yesuusiin jaalata, kanaafuu kadhaa Ergamaan isaa Yesuus kadhataa ture harkatti hin didu waan taateef isaa awwaatee, diinota Yesuusii (Yihuudotaa) jalaa baraaree du'a isa oolchee, Rabbiin Nabiyyi isaa gara isaatti isa fudhatee jechuudhaa.

2ffaa- Eega hin ajjeefamin akkasumas hin fannifamin akkam ta'e ree worroota jettaniif, namni Rabbiin irra dhugaa namatti himu hin jiruu, dubbii Rabbiin Qura'anaa isaa keessatti nuuf hime irraa, deebii quubsaa argattuu dubbisaa. πŸ‘‡

πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦

#An-Nisaa 4:157 Ammas waan isaan β€œnuti Masiih Iisaa ilma Maryam, ergamaa Rabbii, ajjeefnee jirra” jedhaniif (isaan abaarre) #Isaaniitti #fakkeeffame #malee #isa #hin #ajjeefne; #hin #fannisnes Dhugumatti, isaan isa keessatti wal dhaban isa irraa shakkii keessa jiru. Yaada hordofuu malee isa irratti beekumsa homaatuu hin qaban Qabatamaatti isaan isa hin ajjeefne.
4:157 - Β«αŠ₯αŠ› α‹¨αŠ αˆ‹αˆ…αŠ• αˆ˜αˆαŠ­α‰°αŠ› α‹¨αˆ˜αˆ­α‹¨αˆαŠ• αˆαŒ… αŠ αˆαˆ˜αˆ²αˆ• α‹’αˆ³αŠ• αŒˆα‹°αˆαŠ•Β» α‰ αˆ›αˆˆα‰³α‰Έα‹αˆ (αˆ¨αŒˆαˆαŠ“α‰Έα‹)ፑፑ #αŠ αˆαŒˆα‹°αˆ‰α‰΅αˆ #αŠ αˆαˆ°α‰€αˆ‰α‰΅αˆαˆα‘α‘ αŒαŠ• ለαŠ₯ነሱ (α‹¨α‰°αŒˆα‹°αˆˆα‹ αˆ°α‹ α‰ α‹’αˆ³) α‰°αˆ˜αˆ°αˆˆα‘α‘ αŠ₯αŠα‹šα‹«αˆ α‰ αŠ₯ርሱ ነገር α‹¨α‰°αˆˆα‹«α‹©α‰΅ ከαŠ₯ርሱ (αˆ˜αŒˆα‹°αˆ) α‰ αˆ˜αŒ αˆ«αŒ αˆ­ α‹αˆ΅αŒ₯ αŠ“α‰Έα‹α‘α‘ αŒ₯αˆ­αŒ£αˆ¬αŠ• αŠ¨αˆ˜αŠ¨α‰°αˆ α‰ αˆ΅α‰°α‰€αˆ­ α‰ αŠ₯ርሱ ነገር αˆαŠ•αˆ ዕውቀቡ α‹¨αˆ‹α‰Έα‹αˆα‘α‘ #α‰ αŠ₯ርግαŒ₯ም #αŠ αˆαŒˆα‹°αˆ‰α‰΅αˆα‘α‘
An-Nisaa 4:158 Dhugumatti #Rabbiin #gara #isaatti #ol #isa #fuudhe Rabbiin injifataa, ogeessa ta'e.
4:158 - α‹­αˆα‰αŠ•αˆ΅ αŠ αˆ‹αˆ… (αŠ’αˆ³αŠ•) #α‹ˆα‹°αˆ­αˆ± #αŠ αŠαˆ³α‹α‘α‘ αŠ αˆ‹αˆ…αˆ αŠ αˆΈαŠ“αŠ αŒ₯α‰ α‰ αŠ› αŠα‹α‘α‘

πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦
πŸ‘†
Ibsi quubsaan, dubbii Rabbii caalu hin jiruu, qalbiin ragaa asii olii xiinxallaa.

β†ͺ #Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1αŠ› α‹ˆα‹° α‰°αˆ°αˆŽαŠ•α‰„ αˆ°α‹Žα‰½ 5:21 αˆαˆ‰αŠ• αˆα‰΅αŠ‘ #αˆ˜αˆαŠ«αˆ™αŠ•αˆ #ያዙፀ πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†dhaamsa jedhu isinii dhaamaa.

β†ͺ hawaasni keenna ammoo, "#sababa #keetiin #namni "tokko "qajeeluun, #gaala #diddiimaa #karaa #Rabbii #keessatti #kennatu #siif #caala, ka Nabiyyiin Rabbii (nagahaa fi Rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu), jedhanii Aliyyiif dhaaman siif dhaama. Sheer taasisuun sin kafalchiisu, lammiiwwan keenna beektu hundaa ergii, toltuu guyyaa boruutti si fayyaddu guduunfadhu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️

Garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa πŸ‘‡

https://t.me/Xaalibu6504