Akka worroonni olola haasawutti osoo ta'ee mee isa kamtuu sirriidha? moo yaaduma kitaaba isaanii keessa jiruu isaan quba hin qaban ta'innuuβοΈ
Mee gaafiiwwan asii gadii ragaa kitaaba Macaafa Qulqulluu jedhamu keessatti argamu irratti hundaahuun worroonni Yesuus du'e jedhanii amanan haa deebii barbaadatanii biraan nuuf gahaa; Dursa mee dubbii Maatewos 26:39 wojji haa ilaallu koottaa π
πππππππ
#Maatewos 26:39
" Xinnoos irraa hiiqee #adda #isaatiin #gombifamee, 'Yaa abbaa, ko! In danda'ama yoo ta'e #xoofoon #dhiphinaa #kun #ana #irra #haa #darbu, garuu akka jaalala koo miti, akka jaalala kee haa ta'u malee" jedhee kadhate. "
α₯αα΅α αα° αα΅ α₯αα α₯α α αα± #αα°αα α²αΈααα’ α α£α΄α₯ α’α»αα΅α₯ #αα α½ #α½α #α¨α₯α #α΅ααα€ ααα αα α αα° α₯αα°αα΅αα΅ ααα α₯αα α₯α α₯αα°ααα΅ α ααα α αα’
πππππππ
Akka wangeela Maatewos 26:39 asii olii keessatti ibsutti Yesuus du'uun duratti Waaqa waa hundaa danda'aa ta'eef adda isaatiin gombifamee kadhataa ture. Eddoo kanatti gaafii gurguddoo 3 ka worroonni Yesuus du'e jedhanii yaadan deebisuu qabantu jira,sunisi;
1ffaa β‘οΈ Eega akka worroonni Kiristaanaa yaadutti Yesuus cubbuu ilma namaatiif ajjeefamuu fedhii qabaate maaf waaqaa adda isaatiin gombifamee kadhate reeβοΈ
2ffaa β‘οΈ Eega Yesuus homa fedheefuu haa ta'uu du'a ooluu barbaadee Waaqa kadhate, Waaqni kadhaa isaa dhagaheef (awwaateef) moo kadhaa isaa harkatti dide? Yoo kadhaa Yesuus Waaqni dhagaheef ka jedhamu taate maaf du'a hin oolchin reeβοΈ yoo kadhaa Yesuus Waaqni harkatti ka didu taate maaf awwaatuufii dide? Moo Waaqni du'a oolchuu dandeetti dhabe?
3ffaa β‘οΈ Waaqni osoo Yesuus itti boohu isaa birmatuu didee kaayoo diinota Yesuus (yihuudotaa) galmaan gaheef jechuudha? Akka worroonni Kiristaanaa yaaddanitti (osoo Waaqni Yesuus ka hin tumsine jennu taatee) Yesuusiin caalaa Waaqni Yihuudota jaalata jechuuβοΈ ka Yesuusi tumsuu dideef?
πππππππ
Haasofni Yesuus du'e jedhu dubbii kijibaa ta'uu ragaan asii olii akkuma jirutti ta'ee mee dabalataanis ragaa biroo ka haasofni isaa wol faallessu haa laalluu koottaa; π
πππππππ
#Maarqos 15:24-25
Yommus jarri isa in fannisan; uffata isaa immoo hiranii eenyu isa kam akka fudhatu baruudhaaf muka itti buufatan. Yeroon #isa #fannisanis #bari'ee #sa'aatii #sadiitti tore.
α°ααα΅αα₯ αα₯α±αα αα αα α₯αα²αα΅α΅ αα£ α°α£α₯αα α°α«ααα’#α α°ααα΅α #αα #α¦α΅α΅ #α°αα΅ αα α¨α’
#VS
#Yohannis 19:13-16
Philaaxos dubbii kana dhaga'ee Yesusin gad baasee, iddoo dhagaa buufamaa isa afaan Ibraayisxiitti "Gabataa" jedhamutti, barcuma firdii irra taa'e.Kunis guyyaa qophee Faasiikaa #gara #sa'aatii #ja'affaatti ture. Philaaxos yommus Yihudqotaan, "Ilaa mootii keessan" jedhe. Isaanis iyyanii, "Balleessi, balleessi, isa #fannisi!" jedhan. Philaaxos immoo, mootii keessan #fannisuu #ree?" ittiin jedhe. Luboonni warri angafoonni immoo deebisanii, "Nuyi Qeesaar mootii warra, Roomaa malee mootii hin qabnu" jedhan.Yommus #akka #inni #fannifamuuf #dabarsee #isaanitti isa #kenne; isaan akkasitti Yesusin fuudhanii adeeman.
πππππππ
Mee ragaa Maarqos 15:24-25 jiruu fi Yohannis 19:13-16 irratti hundaahuun;
4ffaa β‘οΈ Sa'aan Yesuus itti fannifame jedhamee yaaddamu keessaa isa kamtu sirriidha?
π °οΈ. Yesuusiin yeroo fannisan bari'ee sa'aatii sadii (3) ture ka jedhu ka Maarqos 15:25 ttu sirriidha moo?
π ±οΈ. Yeroo Philaaxos Yesuusiin gad baasee barcuma firdii irra taa'e murteessuuf jedhu yeroon gara sa'aa ja'affatti ture. Sana booda sa'aa jaha (6) booda akka inni fannifamuuf dabarsee kennee jedha. Kun ammoo yeroo murteen akka fannifamuuf kennamu sa'aa 6 booda jechuun ka fannifame jedhamu gara sa'aa 9 jedhama. Kanaafuu ka sa'aa 3 Yesuus fannifamee jedhu moo ka sa'aa 6 booda (sa'aa 9) jedhutu sirriidha?
Kun hundi ragaa ifa baasaa haasofni Yesuus du'ee jedhu olola hundee hin qabne ta'uu garsiisan kumaatama keessaa muraasa jechu.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈBy:XR β»οΈβ»οΈβ»οΈ
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa π
https://t.me/Xaaliburidallah

Telegram
Turullee Dhugatu Mo'ata
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
#Turullee #dhugatuu #irra #aana
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Kutaa #25ffaa
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Hojii #manaa
πππ
Ragaa #Maatewos 26:39 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
ππππππ
#Maatewos 26:39
" Xinnoos irraa hiiqee #adda #isaatiin #gombifamee, 'Yaa abbaa, ko! In danda'ama yoo ta'e #xoofoon #dhiphinaa #kun #ana #irra #haa #darbu, garuu akka jaalala koo miti, #akka #jaalala #kee haa ta'u malee" jedhee #kadhate. "
α₯αα΅α αα° αα΅ α₯αα α₯α #α αα± #αα°αα α²αΈααα’ α α£α΄α₯ α’α»αα΅α₯ #αα α½ #α½α #α¨α₯α #α΅ααα€ ααα αα #α αα° #α₯αα°αα΅αα΅ #ααα α₯αα #α₯α #α₯αα°ααα΅ #α ααα α αα’
And he went a little farther, and #fell #on #his #face, and #prayed, saying, O my Father, if it be possible, let this cup pass from me: nevertheless not as I will, but as thou wilt.
Gafii πππ
Akka ragaa #Maatewos 26:39 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?
A. Yesuus adda isaatiin gombifamee, xoofoo dhiphinnaa (du'a) na oolchiif Waaqaa kadhate.β
B. Yesuus adda isaatiin gombifamee, akka cubbuu ilma namaatiif du'u barbaadu Waaqatti hime.β
C. Yesuus adda isaatiin gombifamee, yaa abbaa, akka jaalala fi aangoo kootti (kiyyaatti) , xoofoon dhiphinnaa kun ana irra dabruu qabaa jedhe.β
D. Hunduu deebii sirriiti.β
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
βͺ Worroonni Amantii Kiristaanaa mee waan sammuu keessaa qabdanii fi raga kana wol bira qabaa laalaa.
βͺ hawaasni keenna ammoo, worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran, ka dhugaa kitaabuma isaanii keessatti argamtu hubatuu dadhaban, ragaawwan asii olii kana biraan gahaa, haqa jiru hubachiisaa.
Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa #Maatewos 26:39 irraa argannu;
1ffaa- Yesuus adda isaatiin gombifamee #kadhataa/#sagadaa akka ture. ( #α αα± #αα°αα #α²αΈαα /#fell #on #his #face and #prayed) . Kun ammoo maal agarsiisa yoo jedhame, Waaqummaa mitii, hafuurri aangoo waan takkatu, akka harka isaa keessa hin jirree fi gabricha Rabbii ka rakkoo keessatti Rabbiin irraa tumsa hajamu, ta'uu isaa ifatti mirkaneessa.
2ffaa- Yesuus adda isaatiin gombifamee, #xoofoo #dhiphinnaa (#du'a) ana irra haa darbu ( #αα α½ #α½α #α¨α₯α #α΅ααα€) yeroo jedhu, karoora Yahuudonni natti baastee na ajjeesuuf jettu kana na oolchiif akka Waaqaa kadhate mudhisa. Yaada kana irraa qabxiin ijoon nuti fudhannu, Yesuus cubbuu ilma namaatiif jecha fannifameen, haasawa ololaa ta'uu, sababni isaalle osoo akka namoonni tokko tokko yaadan taate, waan karoora isaatiin raawwatuu hedu tokkotti, Waaqaan na oolchi jedhee, sanuu addaan gombifamee hin kadhatu ture.
3ffaa- Yesuus adda isaatiin gombifamee, yeroo #xoofoo #dhiphinnaa (#du'a) na oolchiif Waaqaa kadhatu, akka aangoo kiyyaatti yookaa akka fedha kiyyaatti jedhee osoo hin taane, 'Yaa abbaa, ko! In danda'ama yoo ta'e, akka jaalala koo miti, #akka #jaalala #keetti (fedha kee yoo taate, aangoo kiyyaa mitii aangoo keetiin) du'a na oolchi jedhe. Kun maal mirkaneessa yoo ka jedhamu taate? Yesuus aangoo ilma namaa biroo du'a ittiin oolchuu mitii, aangoo ufuu baraaruun akka hin qabnee fi akkasumas, wonti Rabbiin hojjatu, fedha Yesuus irratti hundaahee yookaa marii isaatiin osoo hin taane, akkuma Rabbiin tokko ta'e, waan hojjatu kamuu, fedha isaa qofaan, fedhii nama tokkootiin ala jechuudhaa (Yesuusillee dabalatee), akka raawwatu ifatti mudhisa.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈBy:XR β»οΈβ»οΈβ»οΈ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa π
https://t.me/Xaalibu6504

#Kutaa #42ffaa
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Gilgaala: Hubannoo duraan sammuu keessaa qabnuu fi ragaawwan dubbisnu wol bira qabuun, kallattii dhugaa ittiin madaallu:
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Yesuus (Nabi #Iisaan nageenni Rabbii isa irratti haa jiraatu), akka inni #hin #ajjeefamin fi #cubbuu #ilma #nama #tokkootiifille #hin #fannifamin #beekuu #yoo #feetan, Maatewos 26:39 dubbisuun, gaafiiwwan itti aanee dhufu deebisaa. π
πππππππ
#Maatewos 26:39
" Xinnoos irraa hiiqee #adda #isaatiin #gombifamee, 'Yaa abbaa, ko! In danda'ama yoo ta'e #xoofoon #dhiphinaa #kun #ana #irra #haa #darbu, garuu akka jaalala koo miti, akka jaalala kee haa ta'u malee" jedhee kadhate. "
α₯αα΅α αα° αα΅ α₯αα α₯α α αα± #αα°αα α²αΈααα’ α α£α΄α₯ α’α»αα΅α₯ #αα α½ #α½α #α¨α₯α #α΅ααα€ ααα αα α αα° α₯αα°αα΅αα΅ ααα α₯αα α₯α α₯αα°ααα΅ α ααα α αα’
πππππππ
Akka wangeela #Maatewos 26:39 asii olii keessatti ibsutti, #Yesuus #ajjeefamuu yaadamuun #duratti #Waaqa #waa #hundaa #danda'aa #ta'eef adda isaatiin gombifamee #kadhataa #ture. Eddoo kanatti gaafii gurguddoo 5, ka worroonni Yesuus du'e jedhanii yaadan deebisuu qabantu jira. Sunisi:
1ffaa- Eega akka worroonni Kiristaanaa yaadutti Yesuus cubbuu ilma namaatiif ajjeefamuu fedhii qabaate, #maaf #Waaqaa #adda #isaatiin #gombifamee #kadhateβοΈ
2ffaa- Eega #Yesuus homa fedheefuu haa ta'uu #du'a #ooluu #barbaadee #Waaqa #kadhate, Waaqni kadhaa isaa dhagaheef (#awwaateef) moo kadhaa Yesuus #hin #awwanneefβοΈ
3ffaa- Yoo kadhaa Yesuus Waaqni dhagaheef ka jedhamu taate, maaf Waaqni Yesuusiin du'a hin oolchin reeβοΈ yoo kadhaa Yesuus Waaqni harkatti ka didu taate, maaf awwaatuufii dide? Moo Waaqni du'a oolchuu dandeetti dhabeβοΈ
4ffaa-: Waaqni osoo Yesuus itti boohu isaa birmatuu didee, #kaayoo #diinota #Yesuus (#Yihuudotaa) #galmaan #gaheef #jechuudhaaβοΈ
5ffaa- Akka worroonni Kiristaanaa yaaddanitti, osoo Waaqni Yesuusii hin tumsine ka jennu taatee, Yesuusiin caalaa Waaqni Yihuudota jaalata jechuudhaaβοΈ (ka Yesuusi tumsuu dideefβοΈ)
πππππππ
Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu:
1ffaa- Rabbiin/ Waaqni Yihuudotaa caalaa Yesuusiin jaalata, kanaafuu kadhaa Ergamaan isaa Yesuus kadhataa ture harkatti hin didu waan taateef isaa awwaatee, diinota Yesuusii (Yihuudotaa) jalaa baraaree du'a isa oolchee, Rabbiin Nabiyyi isaa gara isaatti isa fudhatee jechuudhaa.
2ffaa- Eega hin ajjeefamin akkasumas hin fannifamin akkam ta'e ree worroota jettaniif, namni Rabbiin irra dhugaa namatti himu hin jiruu, dubbii Rabbiin Qura'anaa isaa keessatti nuuf hime irraa, deebii quubsaa argattuu dubbisaa. π
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#An-Nisaa 4:157 Ammas waan isaan βnuti Masiih Iisaa ilma Maryam, ergamaa Rabbii, ajjeefnee jirraβ jedhaniif (isaan abaarre) #Isaaniitti #fakkeeffame #malee #isa #hin #ajjeefne; #hin #fannisnes Dhugumatti, isaan isa keessatti wal dhaban isa irraa shakkii keessa jiru. Yaada hordofuu malee isa irratti beekumsa homaatuu hin qaban Qabatamaatti isaan isa hin ajjeefne.
4:157 - Β«α₯α α¨α αα α αααα°α α¨ααα¨αα αα α ααα²α αα³α αα°ααΒ» α ααα³αΈαα (α¨ααααΈα)α‘α‘ #α ααα°αα΅α #α αα°ααα΅ααα‘α‘ αα αα₯αα± (α¨α°αα°αα α°α α αα³) α°αα°αα‘α‘ α₯ααα«α α α₯αα± ααα α¨α°αα«α©α΅ α¨α₯αα± (ααα°α) α αα α«α α αα΅α₯ ααΈαα‘α‘ α₯αα£α¬α α¨αα¨α°α α α΅α°αα α α₯αα± ααα ααα αααα΅ α¨ααΈααα‘α‘ #α α₯ααα₯α #α ααα°αα΅αα‘α‘
An-Nisaa 4:158 Dhugumatti #Rabbiin #gara #isaatti #ol #isa #fuudhe Rabbiin injifataa, ogeessa ta'e.
4:158 - ααααα΅ α αα (α’α³α) #αα°αα± #α αα³αα‘α‘ α αα α α αΈαα α₯α α α ααα‘α‘
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
π
Ibsi quubsaan, dubbii Rabbii caalu hin jiruu, qalbiin ragaa asii olii xiinxallaa.
βͺ #Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1α αα° α°α°ααα α°αα½ 5:21 ααα αα΅α #ααα«ααα #α«αα€ πππdhaamsa jedhu isinii dhaamaa.
βͺ hawaasni keenna ammoo, "#sababa #keetiin #namni "tokko "qajeeluun, #gaala #diddiimaa #karaa #Rabbii #keessatti #kennatu #siif #caala, ka Nabiyyiin Rabbii (nagahaa fi Rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu), jedhanii Aliyyiif dhaaman siif dhaama. Sheer taasisuun sin kafalchiisu, lammiiwwan keenna beektu hundaa ergii, toltuu guyyaa boruutti si fayyaddu guduunfadhu.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈBy:XR β»οΈβ»οΈβ»οΈ
Garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa π