Turullee Dhugatu Mo'ata
11K subscribers
514 photos
129 videos
110 files
414 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
Akka worroonni olola haasawutti osoo ta'ee mee isa kamtuu sirriidha? moo yaaduma kitaaba isaanii keessa jiruu isaan quba hin qaban ta'innuuโ‰๏ธ
Mee gaafiiwwan asii gadii ragaa kitaaba Macaafa Qulqulluu jedhamu keessatti argamu irratti hundaahuun worroonni Yesuus du'e jedhanii amanan haa deebii barbaadatanii biraan nuuf gahaa; Dursa mee dubbii Maatewos 26:39 wojji haa ilaallu koottaa ๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
#Maatewos 26:39
" Xinnoos irraa hiiqee #adda #isaatiin #gombifamee, 'Yaa abbaa, ko! In danda'ama yoo ta'e #xoofoon #dhiphinaa #kun #ana #irra #haa #darbu, garuu akka jaalala koo miti, akka jaalala kee haa ta'u malee" jedhee kadhate. "
แŒฅแ‰‚แ‰ตแˆ แ‹ˆแ‹ฐ แŠแ‰ต แŠฅแˆแ แ‰ฅแˆŽ แ‰ แŠแ‰ฑ #แ‹ˆแ‹ฐแ‰€แŠ“ แˆฒแŒธแˆแ‹ญแข แŠ แ‰ฃแ‰ดแฅ แ‰ขแ‰ปแˆแˆตแฅ #แ‹ญแˆ…แ‰ฝ #แŒฝแ‹‹ #แŠจแŠฅแŠ” #แ‰ตแˆˆแแค แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ• แŠ แŠ•แ‰ฐ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆแ‰ตแ‹ˆแ‹ต แ‹ญแˆแŠ• แŠฅแŠ•แŒ‚ แŠฅแŠ” แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆแ‹ˆแ‹ต แŠ แ‹ญแˆแŠ• แŠ แˆˆแข
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
Akka wangeela Maatewos 26:39 asii olii keessatti ibsutti Yesuus du'uun duratti Waaqa waa hundaa danda'aa ta'eef adda isaatiin gombifamee kadhataa ture. Eddoo kanatti gaafii gurguddoo 3 ka worroonni Yesuus du'e jedhanii yaadan deebisuu qabantu jira,sunisi;
1ffaa โžก๏ธ Eega akka worroonni Kiristaanaa yaadutti Yesuus cubbuu ilma namaatiif ajjeefamuu fedhii qabaate maaf waaqaa adda isaatiin gombifamee kadhate reeโ‰๏ธ
2ffaa โžก๏ธ Eega Yesuus homa fedheefuu haa ta'uu du'a ooluu barbaadee Waaqa kadhate, Waaqni kadhaa isaa dhagaheef (awwaateef) moo kadhaa isaa harkatti dide? Yoo kadhaa Yesuus Waaqni dhagaheef ka jedhamu taate maaf du'a hin oolchin reeโ‰๏ธ yoo kadhaa Yesuus Waaqni harkatti ka didu taate maaf awwaatuufii dide? Moo Waaqni du'a oolchuu dandeetti dhabe?
3ffaa โžก๏ธ Waaqni osoo Yesuus itti boohu isaa birmatuu didee kaayoo diinota Yesuus (yihuudotaa) galmaan gaheef jechuudha? Akka worroonni Kiristaanaa yaaddanitti (osoo Waaqni Yesuus ka hin tumsine jennu taatee) Yesuusiin caalaa Waaqni Yihuudota jaalata jechuuโ‰๏ธ ka Yesuusi tumsuu dideef?
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
Haasofni Yesuus du'e jedhu dubbii kijibaa ta'uu ragaan asii olii akkuma jirutti ta'ee mee dabalataanis ragaa biroo ka haasofni isaa wol faallessu haa laalluu koottaa; ๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
#Maarqos 15:24-25
Yommus jarri isa in fannisan; uffata isaa immoo hiranii eenyu isa kam akka fudhatu baruudhaaf muka itti buufatan. Yeroon #isa #fannisanis #bari'ee #sa'aatii #sadiitti tore.
แˆฐแ‰€แˆ‰แ‰ตแˆแฅ แˆแ‰ฅแˆฑแŠ•แˆ แˆ›แŠ• แˆ›แŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‹ˆแˆตแ‹ต แ‹•แŒฃ แ‰ฐแŒฃแŒฅแˆˆแ‹ แ‰ฐแŠซแˆแˆ‰แข#แ‰ แˆฐแ‰€แˆ‰แ‰ตแˆ #แŒŠแ‹œ #แˆฆแˆตแ‰ต #แˆฐแ‹“แ‰ต แŠแ‰ แˆจแข
#VS
#Yohannis 19:13-16
Philaaxos dubbii kana dhaga'ee Yesusin gad baasee, iddoo dhagaa buufamaa isa afaan Ibraayisxiitti "Gabataa" jedhamutti, barcuma firdii irra taa'e.Kunis guyyaa qophee Faasiikaa #gara #sa'aatii #ja'affaatti ture. Philaaxos yommus Yihudqotaan, "Ilaa mootii keessan" jedhe. Isaanis iyyanii, "Balleessi, balleessi, isa #fannisi!" jedhan. Philaaxos immoo, mootii keessan #fannisuu #ree?" ittiin jedhe. Luboonni warri angafoonni immoo deebisanii, "Nuyi Qeesaar mootii warra, Roomaa malee mootii hin qabnu" jedhan.Yommus #akka #inni #fannifamuuf #dabarsee #isaanitti isa #kenne; isaan akkasitti Yesusin fuudhanii adeeman.
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
Mee ragaa Maarqos 15:24-25 jiruu fi Yohannis 19:13-16 irratti hundaahuun;
4ffaa โžก๏ธ Sa'aan Yesuus itti fannifame jedhamee yaaddamu keessaa isa kamtu sirriidha?
๐Ÿ…ฐ๏ธ. Yesuusiin yeroo fannisan bari'ee sa'aatii sadii (3) ture ka jedhu ka Maarqos 15:25 ttu sirriidha moo?
๐Ÿ…ฑ๏ธ. Yeroo Philaaxos Yesuusiin gad baasee barcuma firdii irra taa'e murteessuuf jedhu yeroon gara sa'aa ja'affatti ture. Sana booda sa'aa jaha (6) booda akka inni fannifamuuf dabarsee kennee jedha. Kun ammoo yeroo murteen akka fannifamuuf kennamu sa'aa 6 booda jechuun ka fannifame jedhamu gara sa'aa 9 jedhama. Kanaafuu ka sa'aa 3 Yesuus fannifamee jedhu moo ka sa'aa 6 booda (sa'aa 9) jedhutu sirriidha?

Kun hundi ragaa ifa baasaa haasofni Yesuus du'ee jedhu olola hundee hin qabne ta'uu garsiisan kumaatama keessaa muraasa jechu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/Xaaliburidallah
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #44ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Gilgaala: Hubannoo duraan sammuu keessaa qabnuu fi ragaawwan dubbisnu wol bira qabuun, kallattii dhugaa  ittiin madaallu:


๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

Wal dhabbii fi shakkiin worroonni Yesuus nuuf jecha du'ee jedhan keessa jiran inni Sadaffaan;

3ffaa-  Sa'aan Yesuus itti fannifame jedhamu (akka worra Kiristaanaatti), sa'aa meeqaโ‰๏ธ

3๐Ÿ…ฐ๏ธ. Yesuusiin yeroo fannisan bari'ee sa'aatii sadii (3) ture ka jedhu ka #Maarqos 15:25 ttu sirriidha moo?

3๐Ÿ…ฑ๏ธ. Yeroo Philaaxos Yesuusiin gad baasee barcuma firdii irra taa'e murteessuuf jedhu yeroon gara sa'aa ja'affatti ture. Sana booda (sa'aa jaha booda), akka inni fannifamuuf dabarsee kennee jedha. Kun ammoo yeroo murteen akka fannifamuuf kennamu, sa'aa 6 booda (jechuun ka fannifame jedhamu gara sa'aa 9) ttu sirriidha?

Isa kamtuu sirriidha?

๐Ÿ…ฐ๏ธ. #Maarqos 15:24-25
Yommus jarri isa in fannisan; uffata isaa immoo hiranii eenyu isa kam akka fudhatu baruudhaaf muka itti buufatan. Yeroon #isa #fannisanis #bari'ee #sa'aatii #sadiitti tore.   
#แ‹จแˆ›แˆญแ‰†แˆต #แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 15:25 แˆฐแ‰€แˆ‰แ‰ตแˆแฅ แˆแ‰ฅแˆฑแŠ•แˆ แˆ›แŠ• แˆ›แŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‹ˆแˆตแ‹ต แ‹•แŒฃ แ‰ฐแŒฃแŒฅแˆˆแ‹ แ‰ฐแŠซแˆแˆ‰แข#แ‰ แˆฐแ‰€แˆ‰แ‰ตแˆ #แŒŠแ‹œ #แˆฆแˆตแ‰ต #แˆฐแ‹“แ‰ต แŠแ‰ แˆจแข

     VS (#contradict #with)

๐Ÿ…ฑ๏ธ. #Yohannis 19:13-16
Philaaxos dubbii kana dhaga'ee Yesusin gad baasee, iddoo dhagaa buufamaa isa afaan Ibraayisxiitti "Gabataa" jedhamutti, barcuma firdii irra taa'e.Kunis guyyaa qophee Faasiikaa #gara #sa'aatii #ja'affaatti ture. Philaaxos yommus Yihudqotaan, "Ilaa mootii keessan" jedhe. Isaanis iyyanii, "Balleessi, balleessi, isa #fannisi!" jedhan. Philaaxos immoo, mootii keessan #fannisuu #ree?" ittiin jedhe. Luboonni warri angafoonni immoo deebisanii, "Nuyi Qeesaar mootii warra, Roomaa malee mootii hin qabnu" jedhan. Yommus #akka #inni #fannifamuuf #dabarsee #isaanitti isa #kenne; isaan akkasitti #Yesusin #fuudhanii #adeeman.
แ‹จแ‹ฎแˆแŠ•แˆต แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 19:13-16 แŒฒแˆ‹แŒฆแˆตแˆ แ‹ญแˆ…แŠ• แŠแŒˆแˆญ แˆฐแˆแ‰ถ แŠขแ‹จแˆฑแˆตแŠ• แ‹ˆแ‹ฐ แ‹แŒญ แŠ แ‹ˆแŒฃแ‹แฅ แ‰ แ‹•แ‰ฅแˆซแ‹ญแˆตแŒฅแˆ แŒˆแ‰ แ‰ณ แ‰ แ‰ฐแ‰ฃแˆˆแ‹ แŒธแแŒธแ แ‰ แˆšแˆ‰แ‰ต แˆตแแˆซ แ‰ แแˆญแ‹ต แ‹ˆแŠ•แ‰ แˆญ แ‰ฐแ‰€แˆ˜แŒ แข แˆˆแ‹แˆฒแŠซแˆ แ‹จแˆ›แ‹˜แŒ‹แŒ€แ‰ต แ‰€แŠ• แŠแ‰ แˆจแค #แˆตแ‹ตแˆตแ‰ต #แˆฐแ‹“แ‰ตแˆ แ‹จแˆšแ‹ซแˆ…แˆ แŠแ‰ แˆจแค แŠ แ‹ญแˆแ‹ตแŠ•แˆแข แŠฅแŠแˆ† แŠ•แŒ‰แˆฃแ‰ฝแˆ แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข แŠฅแŠแˆญแˆฑ แŒแŠ•แข แŠ แˆตแ‹ˆแŒแ‹ฐแ‹แฅ แŠ แˆตแ‹ˆแŒแ‹ฐแ‹แฅ แˆตแ‰€แˆˆแ‹ แŠฅแ‹ซแˆ‰ แŒฎแŠนแข แŒฒแˆ‹แŒฆแˆตแˆแข แŠ•แŒ‰แˆฃแ‰ฝแˆแŠ• แˆแˆตแ‰€แˆˆแ‹แŠ•? แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข แ‹จแŠซแˆ…แŠ“แ‰ต แŠ แˆˆแ‰†แ‰ฝแˆแข แŠจแ‰„แˆฃแˆญ แ‰ แ‰€แˆญ แˆŒแˆ‹ แŠ•แŒ‰แˆฅ แ‹จแˆˆแŠ•แˆ แ‰ฅแˆˆแ‹ แˆ˜แˆˆแˆฑแˆˆแ‰ตแข แˆตแˆˆแ‹šแˆ… แ‰ แ‹šแ‹ซแŠ• แŒŠแ‹œ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆฐแ‰€แˆ แŠ แˆณแˆแŽ แˆฐแŒฃแ‰ธแ‹แข

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

Wal dhabbii fi shakkiin worroonni Yesuus nuuf jecha du'ee jedhan keessa jiran inni afraffaan;

4ffaa- Jechi xumuraa kan Yesuus ajjeefamuun dura dubbate jedhamu isa kamiโ‰๏ธ

4๐Ÿ…ฐ๏ธ. Yesus, "Yaa abbaa ko, hafuura koo harka keettan kennadha!" jedhe, kan jedhutu sirriidha mooโ‰๏ธ

4๐Ÿ…ฑ๏ธ. Yesuus, "Fiixaan ba'eera" jedhe; kan jedhutuu sirriidhaโ‰๏ธ

Isa kamtuu sirriidha?

๐Ÿ…ฐ๏ธ. #Luqaas 13:46 โ€œYesus yommus sagalee guddaadhaan iyyee, "#Yaa #abbaa #ko, #hafuura #koo #harka #keettan #kennadha!" jedhe. Utuu inni kana dubbatuus hafuurri isaa keessaa yaa'e.โ€
#แ‹จแˆ‰แ‰ƒแˆต #แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 23:46 แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แ‰ แ‰ณแˆ‹แ‰… แ‹ตแˆแ… แŒฎแŠพแข #แŠ แ‰ฃแ‰ต #แˆ†แ‹ญแฅ #แŠแแˆดแŠ• #แ‰ แŠฅแŒ…แˆ… #แŠ แ‹ฐแˆซ #แŠฅแˆฐแŒฃแˆˆแˆ #แŠ แˆˆแข แ‹ญแˆ…แŠ•แˆ แ‰ฅแˆŽ แŠแแˆฑแŠ• แˆฐแŒ แข

VS (#contradict #with)

๐Ÿ…ฑ๏ธ. Yohannis 19:30
โ€œYesus daadhii dhangaggaa'aa sana erga afaaniin qabee booddee, "#Fiixaan #ba'eera" jedhe; mataa isaa jal'isee hafuura isaa kenne.โ€
#แ‹จแ‹ฎแˆแŠ•แˆต #แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 19:30 แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แˆ†แˆแŒฃแŒคแ‹แŠ• แŠจแ‰ฐแ‰€แ‰ แˆˆ แ‰ แŠ‹แˆ‹แข #แ‰ฐแˆแŒธแˆ˜ #แŠ แˆˆแฅ แˆซแˆฑแŠ•แˆ แŠ แ‹˜แŠ•แ‰ฅแˆŽ แŠแแˆฑแŠ• แŠ แˆณแˆแŽ แˆฐแŒ แข

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu:

1ffaa- Kitaabuma worroonni Yesuus cubbuu keennaaf du'ee, nuuf fannifamee jedhan keessatti, eddoo tokkotti #Yesuus #bari'ee #sa'aa #saditti #fannifame jedhaa, eddoo birootti #murteen #akka #fannifamu #yeroo #itti #kennamu, #sa'aa 6 booda (#gara #sa'aa 9) jechuun, #akkasumas #jechi #xumuraa kan #Yesuus #dubbate #jedhamu, eddoo tokkotti #yaa #abbaa #koo #hafuura #koo #harka #keettan #kennadha, gara birootti ammoo #fiixaan #ba'eera #jedhe jechuun isaa, dubbiin Rabbiin suuraa 4:157 keessatti dubbate (wol dhabbii fi shakkii worra dubbatuu) dhugaa ta'uu agarsiisa.

2ffaa- #Wol #dhabbiin (#contradiction), kitaaba Macaafa Qulqulluu jedhamu keessatti, dhimma Yesuus du'e jedhu irratti argamuun, worroonni dubbatan ragaa qabatamaa akka hin qabne fi shakkiin akka haasawaa turan, ragaawwan asii olitti laalle, ragaa ifa baasaa haasofni Yesuus du'ee jedhu dubbii fudhatama hin qabne ta'uu mirkaneessan hedduu keessaa, tokko ta'uu qabatamaan mirkaneessaa jechuudha.

โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ

https://t.me/Xaaliburidallah