Turullee Dhugatu Mo'ata
12.2K subscribers
546 photos
184 videos
120 files
475 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
Turullee Dhugatu Mo'ata
Audio
#Eennutu #uuggee #nuuf #deebisa? Kutaa 1๏ธโƒฃffaa๐Ÿ‘‡๐Ÿป
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
#Worroonni #Yesuus #Kiristoosiin #Waaqa #jedhanii #dhaadatan maal argatuuf laataโ‰๏ธ
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
#Mee #eddoma #takkatti, #Namni #Yesuus #Kiristoosiin #Waaqa #jedhe yookaa #Goofta jedhe yookaa #ilma #Waaqaati #jedhe #Jannata (jireenna bara baraa) argata jedhe namni ragaa wojji nuuf himu jiraaโ‰๏ธ

Afaaniin kijibanii fakkeessuu osoo hin taane, #ragaan namni ni dubadhaa jedhu jiraaโ‰๏ธโ‰๏ธโ‰๏ธ
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Worroonni/Namoonni Jireenna bara bara argatu dandaโ€™an eennu beektuu โ‰๏ธ
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
A. Worrota #Yesuus #Ilma #Waaqaati jedhee? โŒโŒโŒ (miti)
B. Worrota #Yesuus #Waaqa yookaa Gooftaa jedhee amanee? โŒโŒโŒ (miti)

C. Eennu ree?
Hin dhiphatinaa dubbisaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿป
Worrota Rabbii tokkicha waa hundaa uume, ka waa hundaa ol taโ€™etti amanee Yesuus Ergamaa Waaqaa/Rabbii taโ€™uu beeke qofa
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Ragaan hoo eessa keessa faโ€™a jiraa beektuu โ‰๏ธ
Baayibiliima keessattu ni argattuu hin cinqaminaa. ๐Ÿ‘‡๐Ÿป๐Ÿ‘‡๐Ÿป๐Ÿ‘‡๐Ÿป
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
โ†ช๏ธ Yohannis 17:3 ๐Ÿ‘‡๐Ÿป
" #Waaqayyo #isa #tokkicha, #isa #dhugaa, #Yesus #Kiristosin #isa #ati #ergites beekuun isaanii #jireenya #bara #baraa ti."
แ‹จแ‹ฎแˆแŠ•แˆต แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 17:3 ๐Ÿ‘‡๐Ÿป
#แŠฅแ‹แŠแ‰ฐแŠ› #แŠ แˆแˆ‹แŠญ #แ‰ฅแ‰ป #แ‹จแˆ†แŠ•แˆ… #แŠ แŠ•แ‰ฐแŠ• #แ‹จแˆ‹แŠญแŠธแ‹แŠ•แˆ #แŠขแ‹จแˆฑแˆต #แŠญแˆญแˆตแ‰ถแˆตแŠ• แ‹ซแ‹แ‰ แ‹˜แŠ•แ‹ต แ‹ญแˆ…แ‰ฝ #แ‹จแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ #แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต #แŠ“แ‰ตแข

Namni Jannata (jiruu bara baraa) barbaadu waa 2 guuttachuu qabaa jedha ragaan Yohannis 17:3 ๐Ÿ‘‡

1ffaa- Rabbiin dhugaa Waaqa tokkicha qofa ta'u.
Ka Rabbiin ala jiru hundi soba ta'uu nama beeke.

2ffaa- Yesuus Waaqaa osoo hin taane, Ergama Waaqni isa ergate ta'uu nama amane qofa (ka Yesuusiin Waaqa jedhu yookaa ilma Waaqaa jedhu akka hin taane mirkaneessaa).

Namni Rabbiin tokko ta'uu waakkate akkasuma Yesuus ergamaa Rabbii ta'uu waakkate hundi, Nabiyyii Rabbii (nagahaa fi rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu) hin fudhatuu, kanaafuu Namni tokkichummaa Rabbii waakate, Rabbiin dhiisee Yesuusiin Waaqa jedhaa, Nabiyyii Rabbii waakkata jireenna bara baraa (Jannata) gonkumaa argatuu hin danda'uu jechu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa ๐Ÿ‘‡

@Xaalibu6504
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #44ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Gilgaala: Hubannoo duraan sammuu keessaa qabnuu fi ragaawwan dubbisnu wol bira qabuun, kallattii dhugaa  ittiin madaallu:


๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

Wal dhabbii fi shakkiin worroonni Yesuus nuuf jecha du'ee jedhan keessa jiran inni Sadaffaan;

3ffaa-  Sa'aan Yesuus itti fannifame jedhamu (akka worra Kiristaanaatti), sa'aa meeqaโ‰๏ธ

3๐Ÿ…ฐ๏ธ. Yesuusiin yeroo fannisan bari'ee sa'aatii sadii (3) ture ka jedhu ka #Maarqos 15:25 ttu sirriidha moo?

3๐Ÿ…ฑ๏ธ. Yeroo Philaaxos Yesuusiin gad baasee barcuma firdii irra taa'e murteessuuf jedhu yeroon gara sa'aa ja'affatti ture. Sana booda (sa'aa jaha booda), akka inni fannifamuuf dabarsee kennee jedha. Kun ammoo yeroo murteen akka fannifamuuf kennamu, sa'aa 6 booda (jechuun ka fannifame jedhamu gara sa'aa 9) ttu sirriidha?

Isa kamtuu sirriidha?

๐Ÿ…ฐ๏ธ. #Maarqos 15:24-25
Yommus jarri isa in fannisan; uffata isaa immoo hiranii eenyu isa kam akka fudhatu baruudhaaf muka itti buufatan. Yeroon #isa #fannisanis #bari'ee #sa'aatii #sadiitti tore.   
#แ‹จแˆ›แˆญแ‰†แˆต #แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 15:25 แˆฐแ‰€แˆ‰แ‰ตแˆแฅ แˆแ‰ฅแˆฑแŠ•แˆ แˆ›แŠ• แˆ›แŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‹ˆแˆตแ‹ต แ‹•แŒฃ แ‰ฐแŒฃแŒฅแˆˆแ‹ แ‰ฐแŠซแˆแˆ‰แข#แ‰ แˆฐแ‰€แˆ‰แ‰ตแˆ #แŒŠแ‹œ #แˆฆแˆตแ‰ต #แˆฐแ‹“แ‰ต แŠแ‰ แˆจแข

     VS (#contradict #with)

๐Ÿ…ฑ๏ธ. #Yohannis 19:13-16
Philaaxos dubbii kana dhaga'ee Yesusin gad baasee, iddoo dhagaa buufamaa isa afaan Ibraayisxiitti "Gabataa" jedhamutti, barcuma firdii irra taa'e.Kunis guyyaa qophee Faasiikaa #gara #sa'aatii #ja'affaatti ture. Philaaxos yommus Yihudqotaan, "Ilaa mootii keessan" jedhe. Isaanis iyyanii, "Balleessi, balleessi, isa #fannisi!" jedhan. Philaaxos immoo, mootii keessan #fannisuu #ree?" ittiin jedhe. Luboonni warri angafoonni immoo deebisanii, "Nuyi Qeesaar mootii warra, Roomaa malee mootii hin qabnu" jedhan. Yommus #akka #inni #fannifamuuf #dabarsee #isaanitti isa #kenne; isaan akkasitti #Yesusin #fuudhanii #adeeman.
แ‹จแ‹ฎแˆแŠ•แˆต แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 19:13-16 แŒฒแˆ‹แŒฆแˆตแˆ แ‹ญแˆ…แŠ• แŠแŒˆแˆญ แˆฐแˆแ‰ถ แŠขแ‹จแˆฑแˆตแŠ• แ‹ˆแ‹ฐ แ‹แŒญ แŠ แ‹ˆแŒฃแ‹แฅ แ‰ แ‹•แ‰ฅแˆซแ‹ญแˆตแŒฅแˆ แŒˆแ‰ แ‰ณ แ‰ แ‰ฐแ‰ฃแˆˆแ‹ แŒธแแŒธแ แ‰ แˆšแˆ‰แ‰ต แˆตแแˆซ แ‰ แแˆญแ‹ต แ‹ˆแŠ•แ‰ แˆญ แ‰ฐแ‰€แˆ˜แŒ แข แˆˆแ‹แˆฒแŠซแˆ แ‹จแˆ›แ‹˜แŒ‹แŒ€แ‰ต แ‰€แŠ• แŠแ‰ แˆจแค #แˆตแ‹ตแˆตแ‰ต #แˆฐแ‹“แ‰ตแˆ แ‹จแˆšแ‹ซแˆ…แˆ แŠแ‰ แˆจแค แŠ แ‹ญแˆแ‹ตแŠ•แˆแข แŠฅแŠแˆ† แŠ•แŒ‰แˆฃแ‰ฝแˆ แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข แŠฅแŠแˆญแˆฑ แŒแŠ•แข แŠ แˆตแ‹ˆแŒแ‹ฐแ‹แฅ แŠ แˆตแ‹ˆแŒแ‹ฐแ‹แฅ แˆตแ‰€แˆˆแ‹ แŠฅแ‹ซแˆ‰ แŒฎแŠนแข แŒฒแˆ‹แŒฆแˆตแˆแข แŠ•แŒ‰แˆฃแ‰ฝแˆแŠ• แˆแˆตแ‰€แˆˆแ‹แŠ•? แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข แ‹จแŠซแˆ…แŠ“แ‰ต แŠ แˆˆแ‰†แ‰ฝแˆแข แŠจแ‰„แˆฃแˆญ แ‰ แ‰€แˆญ แˆŒแˆ‹ แŠ•แŒ‰แˆฅ แ‹จแˆˆแŠ•แˆ แ‰ฅแˆˆแ‹ แˆ˜แˆˆแˆฑแˆˆแ‰ตแข แˆตแˆˆแ‹šแˆ… แ‰ แ‹šแ‹ซแŠ• แŒŠแ‹œ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆฐแ‰€แˆ แŠ แˆณแˆแŽ แˆฐแŒฃแ‰ธแ‹แข

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

Wal dhabbii fi shakkiin worroonni Yesuus nuuf jecha du'ee jedhan keessa jiran inni afraffaan;

4ffaa- Jechi xumuraa kan Yesuus ajjeefamuun dura dubbate jedhamu isa kamiโ‰๏ธ

4๐Ÿ…ฐ๏ธ. Yesus, "Yaa abbaa ko, hafuura koo harka keettan kennadha!" jedhe, kan jedhutu sirriidha mooโ‰๏ธ

4๐Ÿ…ฑ๏ธ. Yesuus, "Fiixaan ba'eera" jedhe; kan jedhutuu sirriidhaโ‰๏ธ

Isa kamtuu sirriidha?

๐Ÿ…ฐ๏ธ. #Luqaas 13:46 โ€œYesus yommus sagalee guddaadhaan iyyee, "#Yaa #abbaa #ko, #hafuura #koo #harka #keettan #kennadha!" jedhe. Utuu inni kana dubbatuus hafuurri isaa keessaa yaa'e.โ€
#แ‹จแˆ‰แ‰ƒแˆต #แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 23:46 แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แ‰ แ‰ณแˆ‹แ‰… แ‹ตแˆแ… แŒฎแŠพแข #แŠ แ‰ฃแ‰ต #แˆ†แ‹ญแฅ #แŠแแˆดแŠ• #แ‰ แŠฅแŒ…แˆ… #แŠ แ‹ฐแˆซ #แŠฅแˆฐแŒฃแˆˆแˆ #แŠ แˆˆแข แ‹ญแˆ…แŠ•แˆ แ‰ฅแˆŽ แŠแแˆฑแŠ• แˆฐแŒ แข

VS (#contradict #with)

๐Ÿ…ฑ๏ธ. Yohannis 19:30
โ€œYesus daadhii dhangaggaa'aa sana erga afaaniin qabee booddee, "#Fiixaan #ba'eera" jedhe; mataa isaa jal'isee hafuura isaa kenne.โ€
#แ‹จแ‹ฎแˆแŠ•แˆต #แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 19:30 แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แˆ†แˆแŒฃแŒคแ‹แŠ• แŠจแ‰ฐแ‰€แ‰ แˆˆ แ‰ แŠ‹แˆ‹แข #แ‰ฐแˆแŒธแˆ˜ #แŠ แˆˆแฅ แˆซแˆฑแŠ•แˆ แŠ แ‹˜แŠ•แ‰ฅแˆŽ แŠแแˆฑแŠ• แŠ แˆณแˆแŽ แˆฐแŒ แข

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu:

1ffaa- Kitaabuma worroonni Yesuus cubbuu keennaaf du'ee, nuuf fannifamee jedhan keessatti, eddoo tokkotti #Yesuus #bari'ee #sa'aa #saditti #fannifame jedhaa, eddoo birootti #murteen #akka #fannifamu #yeroo #itti #kennamu, #sa'aa 6 booda (#gara #sa'aa 9) jechuun, #akkasumas #jechi #xumuraa kan #Yesuus #dubbate #jedhamu, eddoo tokkotti #yaa #abbaa #koo #hafuura #koo #harka #keettan #kennadha, gara birootti ammoo #fiixaan #ba'eera #jedhe jechuun isaa, dubbiin Rabbiin suuraa 4:157 keessatti dubbate (wol dhabbii fi shakkii worra dubbatuu) dhugaa ta'uu agarsiisa.

2ffaa- #Wol #dhabbiin (#contradiction), kitaaba Macaafa Qulqulluu jedhamu keessatti, dhimma Yesuus du'e jedhu irratti argamuun, worroonni dubbatan ragaa qabatamaa akka hin qabne fi shakkiin akka haasawaa turan, ragaawwan asii olitti laalle, ragaa ifa baasaa haasofni Yesuus du'ee jedhu dubbii fudhatama hin qabne ta'uu mirkaneessan hedduu keessaa, tokko ta'uu qabatamaan mirkaneessaa jechuudha.

โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ

https://t.me/Xaaliburidallah