Turullee Dhugatu Mo'ata
11K subscribers
514 photos
129 videos
110 files
414 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
Turullee Dhugatu Mo'ata
Audio
#Eennutu #uuggee #nuuf #deebisa? Kutaa 1️⃣ffaa👇🏻
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
#Worroonni #Yesuus #Kiristoosiin #Waaqa #jedhanii #dhaadatan maal argatuuf laata⁉️
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
#Mee #eddoma #takkatti, #Namni #Yesuus #Kiristoosiin #Waaqa #jedhe yookaa #Goofta jedhe yookaa #ilma #Waaqaati #jedhe #Jannata (jireenna bara baraa) argata jedhe namni ragaa wojji nuuf himu jiraa⁉️

Afaaniin kijibanii fakkeessuu osoo hin taane, #ragaan namni ni dubadhaa jedhu jiraa⁉️⁉️⁉️
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Worroonni/Namoonni Jireenna bara bara argatu danda’an eennu beektuu ⁉️
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
A. Worrota #Yesuus #Ilma #Waaqaati jedhee? (miti)
B. Worrota #Yesuus #Waaqa yookaa Gooftaa jedhee amanee? (miti)

C. Eennu ree?
Hin dhiphatinaa dubbisaa 👇🏻
Worrota Rabbii tokkicha waa hundaa uume, ka waa hundaa ol ta’etti amanee Yesuus Ergamaa Waaqaa/Rabbii ta’uu beeke qofa

🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Ragaan hoo eessa keessa fa’a jiraa beektuu ⁉️
Baayibiliima keessattu ni argattuu hin cinqaminaa. 👇🏻👇🏻👇🏻
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
↪️ Yohannis 17:3 👇🏻
" #Waaqayyo #isa #tokkicha, #isa #dhugaa, #Yesus #Kiristosin #isa #ati #ergites beekuun isaanii #jireenya #bara #baraa ti."
የዮሐንስ ወንጌል 17:3 👇🏻
#እውነተኛ #አምላክ #ብቻ #የሆንህ #አንተን #የላክኸውንም #ኢየሱስ #ክርስቶስን ያውቁ ዘንድ ይህች #የዘላለም #ሕይወት #ናት

Namni Jannata (jiruu bara baraa) barbaadu waa 2 guuttachuu qabaa jedha ragaan Yohannis 17:3 👇

1ffaa- Rabbiin dhugaa Waaqa tokkicha qofa ta'u.
Ka Rabbiin ala jiru hundi soba ta'uu nama beeke.

2ffaa- Yesuus Waaqaa osoo hin taane, Ergama Waaqni isa ergate ta'uu nama amane qofa (ka Yesuusiin Waaqa jedhu yookaa ilma Waaqaa jedhu akka hin taane mirkaneessaa).

Namni Rabbiin tokko ta'uu waakkate akkasuma Yesuus ergamaa Rabbii ta'uu waakkate hundi, Nabiyyii Rabbii (nagahaa fi rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu) hin fudhatuu, kanaafuu Namni tokkichummaa Rabbii waakate, Rabbiin dhiisee Yesuusiin Waaqa jedhaa, Nabiyyii Rabbii waakkata jireenna bara baraa (Jannata) gonkumaa argatuu hin danda'uu jechu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa 👇

@Xaalibu6504