#Yesuus (Nabi Iisaan nageenni Rabbii isa irratti haa jiraatu) #du'ee du'aa ka'e dubbiin jedhu akka #dubbii #ololaa ta'e yoo hubatuu barbaaddan kitaabuma worrota waan kana haasawuu keessaa mee ragaa takka haa ilaalluu koottaa. Nama sammuun nagaha ragaan tokkoo ni gahaa waan taatee gaafiin jiru tokko, Yesuus Yahuudonni ajeesuudhaaf yaaluun duratti wonta dubbate tokkotuu turee jedhame yaaddama ka ammoo dhugaa hin taane, sunis;๐
๐๐๐๐๐๐๐
#Maatewos 12:40
" Akkuma Yoonaas garaa qurxummii guddichaa keessa #guyyaa #sadii fi #halkan #sadii ture, ilmi namaas akkasuma #guyyaa #sadii fi #halkan #sadii garaa lafaa keessa turuuf jira."
12:40 แฎแแต แ แแฃ แ แแฃแช แแต แฆแตแต แแแ แฆแตแต แแแต แฅแแฐ แแ แจแฅ แฅแแฒแ #แจแฐแ #แแ #แ แแตแญ #แแฅ #แฆแตแต #แแแ #แฆแตแต #แแแต แญแแซแแข
๐๐๐๐๐๐๐
Mee worrota Yesuus ajjefamee fannifame du'ee du'aa ka'ee jedhan, ragaa kitaaba isaanii ka wangela #Maatewos 12:40 asii olitti tuqame irratti hundaahuun raajiin dubbatame kun raajii dhugaati moo raajii kijibaat? Yoo raajii dhugaate ka jedhamu taate, raajiin dubbatame sun guuttame moo hin guuttamne?
Yoo raajii dhugaati guuttamu qaba jettanii ka yaaddan taate #guyyaan #3 fi #halkan #3 Yesuus #garaa #dachii keessa ture akka raajii kanaattii guyyoota kami namni nuuf himuu dandaโu jiraa?
Deebiin โก gonkumaa hin argamu waan dubbiin du'uu Yesuus kijiba taateef jecha.
Akka worroonni Kiristaanaa yaadanitti guyyaan du'e jedhamu #Jimaata sa'aa 9 booda, yoo laakkahamu guyyaan isaa, sanuu Jimaataa guutuu ta'uu dhabuu wojji osoo guutuunuu herreegneefii guyyaa #Jimaata fi #Sanbata Xinna, guyyaa #2 ta'aa jechu, sanbanni guddaan ganama ka'e waan jedhaniif hin laakkahamuu waan taateef. #Halkan ammoo #Jimaata galgalaa fi #Sanbata Xinnaa galgala, halkanille guyyaa #2 ta'aa jechu. Akka ragaa kanaatti yookaa Yesuusituu dubbii sobaa dubbate jechuu qabuu yookaa kitaaba isaaniittu waan Yesuus hin dubbanne dubbate jedhee sobaan bareesse jechuuf deemuu jechu. Lameenuu dubbii isaan hin baasne waan taateef wonti isaan baasuu yeroo gaafiin akkanaa isaanitti dhuftu ija qabadhaa fudhaa bira kutaa jechuu qofa yoo taate male.โผ
Dhugaa akka aduutti mudhatu, cim jedhaa dukkana jedhaa dubbadhaa ammas fudhaa bira kutaan tun (Yesuusii hin duune dirqamaan du'e jedhaa amanaa fudhaan) nama sammuu waa yaaddu fi qalbii dhugaa barbaaddu qabuuf gonkumaa hin taatu.
Wolumaa galatti โคต
Yesuus duโee dubbiin jedhu haasawa kijibaa ta'uu ifatti mudhisaa jechu.
Worrota dukkana keessa ta'ee dukkanaan ifa jedhee mormu hunda Rabbiin ifnanatti isaan haa baasu.
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธBy:XR โป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa ๐
https://t.me/Xaaliburidallah

Telegram
Turullee Dhugatu Mo'ata
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Akka worroonni olola haasawutti osoo ta'ee mee isa kamtuu sirriidha? moo yaaduma kitaaba isaanii keessa jiruu isaan quba hin qaban ta'innuuโ๏ธ
Mee gaafiiwwan asii gadii ragaa kitaaba Macaafa Qulqulluu jedhamu keessatti argamu irratti hundaahuun worroonni Yesuus du'e jedhanii amanan haa deebii barbaadatanii biraan nuuf gahaa; Dursa mee dubbii Maatewos 26:39 wojji haa ilaallu koottaa ๐
๐๐๐๐๐๐๐
#Maatewos 26:39
" Xinnoos irraa hiiqee #adda #isaatiin #gombifamee, 'Yaa abbaa, ko! In danda'ama yoo ta'e #xoofoon #dhiphinaa #kun #ana #irra #haa #darbu, garuu akka jaalala koo miti, akka jaalala kee haa ta'u malee" jedhee kadhate. "
แฅแแตแ แแฐ แแต แฅแแ แฅแ แ แแฑ #แแฐแแ แฒแธแแญแข แ แฃแดแฅ แขแปแแตแฅ #แญแ แฝ #แฝแ #แจแฅแ #แตแแแค แแแญ แแ แ แแฐ แฅแแฐแแตแแต แญแแ แฅแแ แฅแ แฅแแฐแแแต แ แญแแ แ แแข
๐๐๐๐๐๐๐
Akka wangeela Maatewos 26:39 asii olii keessatti ibsutti Yesuus du'uun duratti Waaqa waa hundaa danda'aa ta'eef adda isaatiin gombifamee kadhataa ture. Eddoo kanatti gaafii gurguddoo 3 ka worroonni Yesuus du'e jedhanii yaadan deebisuu qabantu jira,sunisi;
1ffaa โก๏ธ Eega akka worroonni Kiristaanaa yaadutti Yesuus cubbuu ilma namaatiif ajjeefamuu fedhii qabaate maaf waaqaa adda isaatiin gombifamee kadhate reeโ๏ธ
2ffaa โก๏ธ Eega Yesuus homa fedheefuu haa ta'uu du'a ooluu barbaadee Waaqa kadhate, Waaqni kadhaa isaa dhagaheef (awwaateef) moo kadhaa isaa harkatti dide? Yoo kadhaa Yesuus Waaqni dhagaheef ka jedhamu taate maaf du'a hin oolchin reeโ๏ธ yoo kadhaa Yesuus Waaqni harkatti ka didu taate maaf awwaatuufii dide? Moo Waaqni du'a oolchuu dandeetti dhabe?
3ffaa โก๏ธ Waaqni osoo Yesuus itti boohu isaa birmatuu didee kaayoo diinota Yesuus (yihuudotaa) galmaan gaheef jechuudha? Akka worroonni Kiristaanaa yaaddanitti (osoo Waaqni Yesuus ka hin tumsine jennu taatee) Yesuusiin caalaa Waaqni Yihuudota jaalata jechuuโ๏ธ ka Yesuusi tumsuu dideef?
๐๐๐๐๐๐๐
Haasofni Yesuus du'e jedhu dubbii kijibaa ta'uu ragaan asii olii akkuma jirutti ta'ee mee dabalataanis ragaa biroo ka haasofni isaa wol faallessu haa laalluu koottaa; ๐
๐๐๐๐๐๐๐
#Maarqos 15:24-25
Yommus jarri isa in fannisan; uffata isaa immoo hiranii eenyu isa kam akka fudhatu baruudhaaf muka itti buufatan. Yeroon #isa #fannisanis #bari'ee #sa'aatii #sadiitti tore.
แฐแแแตแแฅ แแฅแฑแแ แแ แแ แฅแแฒแแตแต แแฃ แฐแฃแฅแแ แฐแซแแแข#แ แฐแแแตแ #แแ #แฆแตแต #แฐแแต แแ แจแข
#VS
#Yohannis 19:13-16
Philaaxos dubbii kana dhaga'ee Yesusin gad baasee, iddoo dhagaa buufamaa isa afaan Ibraayisxiitti "Gabataa" jedhamutti, barcuma firdii irra taa'e.Kunis guyyaa qophee Faasiikaa #gara #sa'aatii #ja'affaatti ture. Philaaxos yommus Yihudqotaan, "Ilaa mootii keessan" jedhe. Isaanis iyyanii, "Balleessi, balleessi, isa #fannisi!" jedhan. Philaaxos immoo, mootii keessan #fannisuu #ree?" ittiin jedhe. Luboonni warri angafoonni immoo deebisanii, "Nuyi Qeesaar mootii warra, Roomaa malee mootii hin qabnu" jedhan.Yommus #akka #inni #fannifamuuf #dabarsee #isaanitti isa #kenne; isaan akkasitti Yesusin fuudhanii adeeman.
๐๐๐๐๐๐๐
Mee ragaa Maarqos 15:24-25 jiruu fi Yohannis 19:13-16 irratti hundaahuun;
4ffaa โก๏ธ Sa'aan Yesuus itti fannifame jedhamee yaaddamu keessaa isa kamtu sirriidha?
๐ ฐ๏ธ. Yesuusiin yeroo fannisan bari'ee sa'aatii sadii (3) ture ka jedhu ka Maarqos 15:25 ttu sirriidha moo?
๐ ฑ๏ธ. Yeroo Philaaxos Yesuusiin gad baasee barcuma firdii irra taa'e murteessuuf jedhu yeroon gara sa'aa ja'affatti ture. Sana booda sa'aa jaha (6) booda akka inni fannifamuuf dabarsee kennee jedha. Kun ammoo yeroo murteen akka fannifamuuf kennamu sa'aa 6 booda jechuun ka fannifame jedhamu gara sa'aa 9 jedhama. Kanaafuu ka sa'aa 3 Yesuus fannifamee jedhu moo ka sa'aa 6 booda (sa'aa 9) jedhutu sirriidha?
Kun hundi ragaa ifa baasaa haasofni Yesuus du'ee jedhu olola hundee hin qabne ta'uu garsiisan kumaatama keessaa muraasa jechu.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

#Turullee #dhugatuu #irra #aana
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
#Kutaa #40ffaa
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
#Gilgaala: Hubannoo duraan sammuu keessaa qabnuu fi ragaawwan dubbisnu wol bira qabuun, kallattii dhugaa ittiin madaallu:
#Yesuus (Nabi Iisaan nageenni Rabbii isa irratti haa jiraatu) #du'ee du'aa ka'e dubbiin jedhu, akka #dubbii #dogongoraa ta'e hubatuu yoo barbaaddan, kitaabuma kakuu haarawaa keessaa mee ragaa takka haa ilaalluu koottaa.
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
โช #Maatewos 12:40
" Akkuma Yoonaas garaa qurxummii guddichaa keessa #guyyaa #sadii fi #halkan #sadii ture, ilmi namaas akkasuma #guyyaa #sadii fi #halkan #sadii garaa lafaa keessa turuuf jira."
โช #แจแแดแแต #แแแแ 12:40 แฎแแต แ แแฃ แ แแฃแช แแต แฆแตแต แแแ แฆแตแต แแแต แฅแแฐ แแ แจแฅ แฅแแฒแ #แจแฐแ #แแ #แ แแตแญ #แแฅ #แฆแตแต #แแแ #แฆแตแต #แแแต แญแแซแแข
๐๐๐๐๐๐๐
Nama sammuun nagaha ragaan tokkoo ni gahaa waan taateef, mee worrota Yesuus ajjefamee fannifame du'ee du'aa ka'ee jedhan, ragaa kitaaba isaanii ka wangela #Maatewos 12:40 asii olitti tuqame irratti hundaahuun, gaafilee armaan gadii irratti, namni uggee nuuf deebisu eennuโ๏ธ
1ffaa- Yesuus Yahuudonni ajeesuudhaaf yaaluun duratti, akka Wangeela #Maatewos 12:40tti jechuudha, #guyyaa #sadii fi #halkan #sadi (sa'aa 72 jechuudha) #garaa #dachii keessa tura jedhee dubbate jedhama. Dhugaa jechi kun kama Yesuus dubbateeโ๏ธ
A. Ee Yesuusimatu dubbate.
B. Waa Yesuus hin dubbanne.
2ffaa- Yoo dhugaa dubbiin Wangeela Maatewos 12:40 kun, dubbii Yesuus dubbate taate, dubbii dhugaati moo soba?
A. Dubbii dhugaati.
B. Dubbii sobaati.
3ffaa- Yoo raajii dhugaate ka jedhamu taate, raajiin dubbatame sun guuttame moo hin guuttamne?
A. Guuttamee jira.
B. Hin guuttamne.
4ffaa- Yoo raajii dubbatame raajii dhugaati ka jedhamu taate, raajiin dubbatame qabatamaan guuttamu qaba waan taateef, kanaafuu #guyyaan #3 fi #halkan #3 Yesuus #garaa #dachii keessa akka raajii kanaattii tura jedhe sun, guyyoota fi halkan isaa adda addaan kamiin fa'aโ๏ธ Namni nuuf himuu dandaโu jiraaโ๏ธ
Deebiin โช gonkumaa namni guyyaa sadii fi halkan sadii (sa'aa 72 jechuudhaa) mirkaneessu hin argamu. Sababni isaa, waan dubbiin Yesuus du'ee du'aa ka'e jettu, dubbii ragaa hin qabne, ta malaan haasawamtu taateef jecha. Akkamitti yoo ka jettanii, qabxii tokko tokkoon isinii mirkaneessa qaama fi qalbiin na hordofaa;
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
Akka ragaan Wangeela #Yohannis 19:31-42 ibsutti, guyyaan awwaalaame #Sanbata (Saturday) akka ta'e agarsiisa ๐
A. #Yohannis 19:31 "Guyyaan sun #guyyaa #itti #qophaa'an; guyyaan #Sanbata isatti aanus guyyaa guddaa ture. Kanaaf dhagna warra fannifamanii, guyyaa Sanbataatti fannoo irra akka hin oolle gochuudhaaf, lafeen miillan isaanii cabsamanii fannoo irraa akka gad buufamaniif, warri Yihudootaa Philaaxosin gaafatan".
โ
#Yohannis 19:42 "Guyyaa warri Yihudootaa itti qophaa'an (#Sanbata) ta'e, awwaalichi dhi'ootti waan argameef, #Yesusin #achi #keessa #kaa'an".
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
A. #Maarqos 16:9
โYesus jalqaba torbanii, [#guyyaa #Sanbata #guddaa] #ganama barii #yommuu #du'aa #ka'e, dura Maariyaam ishee Magdalaatti mul'ate; Maariyaam kun ishee inni hafuurota hamoota torba keessaa baasee turee dha.โ
B. #Yohannis 20:1 โGuyyaa jalqaba torbaniitti, [gaafa #Sanbata #guddaa,] #utuu #dukkanaa'uutti #jiruu #obboroodhaan, Maariyaam isheen Magdalaa gara awwaalichaa dhuftee, dhagichi awwaalicha ittiin cufanii turan, awwaalicha irraa akka fuudhame argite.โ
Hubannoo dabalataa yoo barbaaddan, Maarqos 16:2-6 fi Luqaas 24:1-7 dubbisuu dandeettu.
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu:
1ffaa- #Hubadhaa: Guyyaan Yesuus du'e jedhamu Jimaata sa'aa 6 booda (naanno sa'aa 9 tti), ka awwalame jedhamu #Sanbata Xinna, guyyaan du'aa ka'e jedhamu Sanbata guddaa ganama (#guyyaa #tokkooo fi #halkan #tokko ta'aa jechuudha). Kanaafuu, guyyaan 3 fi halkan 3 raajiin Yesuus dubbate jedhamu, hin guuttamnee jechuudha.
2ffaa- Akka ragaa kanaatti yookaa Yesuusituu dubbii sobaa dubbate jechuu qabuu yookaa Wangeela kanatu waan Yesuus hin dubbanne, dubbate jedhee sobaan bareesse jechuuf deemuu jechu. Lameenuu dubbii isaan hin baasne. Kanaafuu, Yesuus duโee du'aa ka'eenille dubbii isaan hin baasne jechuudha.

#Kutaa #44ffaa

Wal dhabbii fi shakkiin worroonni Yesuus nuuf jecha du'ee jedhan keessa jiran inni Sadaffaan;
3ffaa- Sa'aan Yesuus itti fannifame jedhamu (akka worra Kiristaanaatti), sa'aa meeqaโ๏ธ
3๐ ฐ๏ธ. Yesuusiin yeroo fannisan bari'ee sa'aatii sadii (3) ture ka jedhu ka #Maarqos 15:25 ttu sirriidha moo?
3๐ ฑ๏ธ. Yeroo Philaaxos Yesuusiin gad baasee barcuma firdii irra taa'e murteessuuf jedhu yeroon gara sa'aa ja'affatti ture. Sana booda (sa'aa jaha booda), akka inni fannifamuuf dabarsee kennee jedha. Kun ammoo yeroo murteen akka fannifamuuf kennamu, sa'aa 6 booda (jechuun ka fannifame jedhamu gara sa'aa 9) ttu sirriidha?
Isa kamtuu sirriidha?
๐ ฐ๏ธ. #Maarqos 15:24-25
Yommus jarri isa in fannisan; uffata isaa immoo hiranii eenyu isa kam akka fudhatu baruudhaaf muka itti buufatan. Yeroon #isa #fannisanis #bari'ee #sa'aatii #sadiitti tore.
#แจแแญแแต #แแแแ 15:25 แฐแแแตแแฅ แแฅแฑแแ แแ แแ แฅแแฒแแตแต แแฃ แฐแฃแฅแแ แฐแซแแแข#แ แฐแแแตแ #แแ #แฆแตแต #แฐแแต แแ แจแข
VS (#contradict #with)
๐ ฑ๏ธ. #Yohannis 19:13-16
Philaaxos dubbii kana dhaga'ee Yesusin gad baasee, iddoo dhagaa buufamaa isa afaan Ibraayisxiitti "Gabataa" jedhamutti, barcuma firdii irra taa'e.Kunis guyyaa qophee Faasiikaa #gara #sa'aatii #ja'affaatti ture. Philaaxos yommus Yihudqotaan, "Ilaa mootii keessan" jedhe. Isaanis iyyanii, "Balleessi, balleessi, isa #fannisi!" jedhan. Philaaxos immoo, mootii keessan #fannisuu #ree?" ittiin jedhe. Luboonni warri angafoonni immoo deebisanii, "Nuyi Qeesaar mootii warra, Roomaa malee mootii hin qabnu" jedhan. Yommus #akka #inni #fannifamuuf #dabarsee #isaanitti isa #kenne; isaan akkasitti #Yesusin #fuudhanii #adeeman.
แจแฎแแแต แแแแ 19:13-16 แฒแแฆแตแ แญแ แ แแแญ แฐแแถ แขแจแฑแตแ แแฐ แแญ แ แแฃแแฅ แ แแฅแซแญแตแฅแ แแ แณ แ แฐแฃแแ แธแแธแ แ แแแต แตแแซ แ แแญแต แแแ แญ แฐแแแ แข แแแฒแซแ แจแแแแแต แแ แแ แจแค #แตแตแตแต #แฐแแตแ แจแแซแ แ แแ แจแค แ แญแแตแแแข แฅแแ แแแฃแฝแ แ แแธแแข แฅแแญแฑ แแแข แ แตแแแฐแแฅ แ แตแแแฐแแฅ แตแแแ แฅแซแ แฎแนแข แฒแแฆแตแแข แแแฃแฝแแ แแตแแแแ? แ แแธแแข แจแซแ แแต แ แแแฝแแข แจแแฃแญ แ แแญ แแ แแแฅ แจแแแ แฅแแ แแแฑแแตแข แตแแแ แ แแซแ แแ แฅแแฒแฐแแ แ แณแแ แฐแฃแธแแข
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
Wal dhabbii fi shakkiin worroonni Yesuus nuuf jecha du'ee jedhan keessa jiran inni afraffaan;
4ffaa- Jechi xumuraa kan Yesuus ajjeefamuun dura dubbate jedhamu isa kamiโ๏ธ
4๐ ฐ๏ธ. Yesus, "Yaa abbaa ko, hafuura koo harka keettan kennadha!" jedhe, kan jedhutu sirriidha mooโ๏ธ
4๐ ฑ๏ธ. Yesuus, "Fiixaan ba'eera" jedhe; kan jedhutuu sirriidhaโ๏ธ
Isa kamtuu sirriidha?
๐ ฐ๏ธ. #Luqaas 13:46 โYesus yommus sagalee guddaadhaan iyyee, "#Yaa #abbaa #ko, #hafuura #koo #harka #keettan #kennadha!" jedhe. Utuu inni kana dubbatuus hafuurri isaa keessaa yaa'e.โ
#แจแแแต #แแแแ 23:46 แขแจแฑแตแ แ แณแแ แตแแ แฎแพแข #แ แฃแต #แแญแฅ #แแแดแ #แ แฅแ แ #แ แฐแซ #แฅแฐแฃแแ #แ แแข แญแ แแ แฅแ แแแฑแ แฐแ แข
VS (#contradict #with)
๐ ฑ๏ธ. Yohannis 19:30
โYesus daadhii dhangaggaa'aa sana erga afaaniin qabee booddee, "#Fiixaan #ba'eera" jedhe; mataa isaa jal'isee hafuura isaa kenne.โ
#แจแฎแแแต #แแแแ 19:30 แขแจแฑแตแ แแแฃแคแแ แจแฐแแ แ แ แแแข #แฐแแธแ #แ แแฅ แซแฑแแ แ แแแฅแ แแแฑแ แ แณแแ แฐแ แข

1ffaa- Kitaabuma worroonni Yesuus cubbuu keennaaf du'ee, nuuf fannifamee jedhan keessatti, eddoo tokkotti #Yesuus #bari'ee #sa'aa #saditti #fannifame jedhaa, eddoo birootti #murteen #akka #fannifamu #yeroo #itti #kennamu, #sa'aa 6 booda (#gara #sa'aa 9) jechuun, #akkasumas #jechi #xumuraa kan #Yesuus #dubbate #jedhamu, eddoo tokkotti #yaa #abbaa #koo #hafuura #koo #harka #keettan #kennadha, gara birootti ammoo #fiixaan #ba'eera #jedhe jechuun isaa, dubbiin Rabbiin suuraa 4:157 keessatti dubbate (wol dhabbii fi shakkii worra dubbatuu) dhugaa ta'uu agarsiisa.
2ffaa- #Wol #dhabbiin (#contradiction), kitaaba Macaafa Qulqulluu jedhamu keessatti, dhimma Yesuus du'e jedhu irratti argamuun, worroonni dubbatan ragaa qabatamaa akka hin qabne fi shakkiin akka haasawaa turan, ragaawwan asii olitti laalle, ragaa ifa baasaa haasofni Yesuus du'ee jedhu dubbii fudhatama hin qabne ta'uu mirkaneessan hedduu keessaa, tokko ta'uu qabatamaan mirkaneessaa jechuudha.