Turullee Dhugatu Mo'ata
11K subscribers
514 photos
129 videos
110 files
414 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦
#Kutaa #6ffaa
πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦

#Hojii #manaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

Ragaa Wangeela Yohannis 14:24 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡

Yohannis 14:24
β€œNamni ana hin jaallanne immoo dubbii koo hundumaa hin raawwatu, #dubbiin #isin #dhageessan kunis #kan #abbicha isa #na #ergee ti malee, #kan #koo #miti" jedheen.”

#Gaafii πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Akka Wangeela Yohannis 14:24 tti, Yesuus;
β†ͺeennutu dubbii koo hin raawwatu jedhe?
β†ͺdubbiin ilmi nama dhagahee raawwatu hoo dubbii eennuti jedhe?
β†ͺInni ammoo maal ta'uu ufi ibse?

#A.
β†ͺNamni na hin jaalanne jedhe.
β†ͺ ka abbicha na ergeeti malee kan koo miti jedhe.
β†ͺ ergamaa ta'uu ufi ibse.

#B.
β†ͺNamni na jaalatu jedhe.
β†ͺ kiyya jedhe.
β†ͺ ergamaa akka hin taane ufii mirkaneesse.

#C.
β†ͺNamni na hin jaalanne jedhe.
β†ͺ ka abbicha isa na ergeetii miti jedhe.
β†ͺ ergamaa osoo hin taane aangoo dhossaa qabaatuu ufi ibse.

πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦

#Yesuus akka dubbii Wangeela kanaatti #qabxii ijoo #sadi(3) dubbate:

I. Namni ana(#Yesuus) #hin #jaallanne dubbii koo hundumaa #hin #raawwatu jedhe (fkn ani Waaqa qabaa osoo inni jedhu, atuu Waaqa ka ati nuuf himtu hin feenuu jechuu).

II. #Dubbiin inni #dubbatee barsiisaa ture (fkn Waaqni tokko ta’uun) ka #Waaqaa #isa #ergee malee ka isaa akka hin taane.

III. #Kan #abbicha #na #erge yeroo jedhu, Yesuus #ergamaa #Waaqaa ta'uun ifatti mirkaneesse.

πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦

β†ͺ #Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1αŠ› α‹ˆα‹° α‰°αˆ°αˆŽαŠ•α‰„ αˆ°α‹Žα‰½ 5:21 αˆαˆ‰αŠ• αˆα‰΅αŠ‘ #αˆ˜αˆαŠ«αˆ™αŠ•αˆ #ያዙፀ πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†dhaamsa jedhu isinii dhaamaa.

β†ͺ hawaasni keenna ammoo, "#sababa #keetiin #namni "tokko "qajeeluun, #gaala #diddiimaa #karaa #Rabbii #keessatti #kennatu #siif #caala, ka Nabiyyiin Rabbii (nagahaa fi Rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu), jedhanii Aliyyiif dhaaman siif dhaama. Sheer taasisuun sin kafalchiisu, lammiiwwan keenna beektu hundaa ergii, toltuu guyyaa boruutti si fayyaddu guduunfadhu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii  asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa πŸ‘‡

https://t.me/Xaaliburidallah
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Hiikkaa sirrii jecha '#Gooftaa' jedhu, Macaafa Qulqulluu jedhamu keessatti waan Waaqaa hin taane hundaaf. kutaa '#B'


https://t.me/Xaaliburidallah
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#Eenyummaa_Yesuus_isa #dhugaa_kan_dhokate. Kutaa 1ffaa '#B'

#Islaamummaa_Addunyaan gahuuf, namni Rabbitti amane hundi, #liinkii_asii_gadii hiriyoota keessanii #sheer_taasisuun dirqama keessan akka baatan, tumsitoota haqaa akka taatan, jaalala fi kabajaadhaan isin gaafadha. Maaltu beekaa, sababa keetiin namni tokko ibidda Jahannam irraa bitamuun malaa. Ati sababa sagantaa tokko hiriyaa keetii sheerii taasisuutiin, #mindaa_Rasuulli (S.A.W) Sahabaa isaanii #Aliyyii_dhaaman argachuun malaa. #Nu_hundaa_Rabbiin #nu_haa_milkeessu. Amiiiin.

https://t.me/Xaaliburidallah