🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)
Download Telegram
‼️Firoottan kee keessaa eenyu illee maqaa kanaan waamamee hin beeku.
♨️ ከወገንሽ ማንም በዚህ ስም የተጠራ የለም
=Luq 1:61
◉=ሉቃስ 1:61
▬▬▬▬❖▬▬▬▬
#dhaloota_Yohaannis_cuuphaa
~Bagaa geessan~~
Waaqayyo Qulqulluu Yohaannis jedhee dhifama nuuf haa,godhuu Ameen

🌻 dhaloota isaa
akkana ture🌻

🌼
#Elsaabexis yeroo ishiin itti
deessu gaee ilma deesse Ollaawwan ishii fi firoottan ishii
Waaqayyo gara laafina guddaa ishiitti argisiisuu isaa dhagaanii ishii wajjin gammadan Guyyaa saddeettaffaattis mucicha dhaqna qabuu dhufan
#maqaa isaas Zakkaariyaas jedhanii maqaa abbaa isaatiin
moggaasuuf turan

🌻
#Haati isaa garuu deebistee, “Hin tau! Yohaannis jedhamuu qaba” jette Yeroo kanatti isaan #Firoottan kee keessaa eenyu illee maqaa kanaan waamamee hin beeku” jedhaniin Achiis mucicha eenyu jedhee waamuu akka barbaadu #mallattoodhaan abbaa isaa gaafatan

🌻 innis gabatee irratti barreeffamu gaafatee, Maqaan isaa
#Yohaannisi” jedhee barreesse Yeroo kanatti hundi isaanii ni dinqisiifatan #Battaluma sanattis #afaan isaa ni saaqame, arrabni isaas hiikamee dubbachuu jalqabe Waaqayyoonis ni galateeffate

🌻
#Namoonni ollaa
isaanii jiraatan hundi baayee sodaatan wantoonni kun hundi baddaa guutummaa biyya Yihudaa keessatti odeeffamuu jalqabe Warri kana dhagaan hundi,
#Mucaan kun
maali taa laata?” jedhanii garaa isaaniitti qabatan Sababiin isaas
#Waaqayyo isaa wajjin akka jiru ifatti mulata ture

🌻 Achiis Zakkaariyaas abbaan
isaa
#Afuura_Qulqulluudhaan guutamee akkana jedhee raajii dubbate
1➜yaa, Waaqayyo Waaqni Israael saba isaatiif
#xiyyeeffannaa waan kennee
fi fayyina waan isaanii fideef haa galateeffamu
2➜ inni mana Daawit
tajaajilaa isaa keessaa gaanfa
#fayyinaa nuu kaaseera
3➜ kunis akkuma
#afaan raajota isaa Qulqulluu warra bara duriitii jalqabee turaniin dubbatetti dha

4➜
#Diinota keenyaa fi harka warra nu jibban hunda jalaa akka nu oolchu waadaa
galeera
5➜Akkuma abbootii keenyaaf abdii kennetti
#gara_laafina nutti argisiisa
6➜ kakuu isaa isa
#Qulqulluus ni yaadata
7➜ Kakuun kunis
kakuu inni abbaa keenya
#Abrahaamiif kakate dha
8➜ akkuma kakuu isaattis harka diinota keenyaa keessaa erga nu baasee booda
9➜ sodaa malee
#tajaajila_Qulqulluu akka isaaf dhiheessinu mirga nuu
kenna

10➜ kunis amanamoo akka
taanuu fi bara jireenya keenya
#hundatti wanta qajeelaa tae akka hojjennuufi
11➜ Ati garuu yaa mucaa
nana,
#daandii isaa qopheessuuf Waaqayyo dura waan deemtuuf, raajii Isa Hundaa Olii sanaa jedhamtee waamamta
12➜ sabni isaa dhiifamni
#cubbuu isaaniif godhamee, beekumsa fayyina akka argatan isaan gargaaru isaaniif kennita
13➜Kunis kan tae gara laafina guddaa Waaqayyo keenyaatiin kan kae dha. Gara laafina kanaanis
#ifni akka barii ganamaa ol gubbaadhaa nuu baa
14➜ inni warra
#dukkana keessa jiranii fi warra gaaddidduu duaa jala jiraataniif ifa kenna akkasumas miilli keenya daandii nagaa irra akka deemu godha
15➜ Mucaan sunis ni guddate,
#Afuuraanis ni cime; hanga guyyaa israaelootatti ifatti of mulisettis lafa onaa keessa jiraate (Luq 1:57-80)
▬▬▬▬❖▬▬▬▬
Galani Waaqayyof Haata’u
Ameen
🌻 iji wantoota isin argaa jirtan kana argu gammadaa dha,
የምታዩትን የሚያዩ ዓይኖች ብፁዓን ናቸው
=Luq 10:23
=ሉቃስ 10:23
△______________△
👉 👁👁 👈
▬▬▬▬▬
= nutti garuu iji keenya badee jira wanta tokko illee arguu hin dandeenyee,,garuu carraa nuu, qabnuu guddaa turee

iddoo ilaalamu qabuu dhisnee kan jireenya nuufi hin kennine ilaala jira

Koota mee, ija keenya gara Waaqa keenyatti akka ilaaluu goona

❖ yoo Waaqayyo argine iji keenya kan,eebbifamee ta'a
Ija jechuun ija,qaamaa foonii kan osoo hin tanee ija laphee keenya jechuudha
🌻 Namoonni Qulqulluun maali jedhan,
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
#kiristoos waaqni keenya hoo,akka jedhu
➜Sana booda gara barattoota isaatti garagalee, akkana jedhee kophaatti isaanitti dubbate
#Iji wantoota isin argaa jirtan kana argu
gammadaa dha
➜ Ani isiniin nan edha, raajonnii fi mootonni hedduun wantoota isin argaa jirtan kana
arguuf kan hawwan taus hin argine; wantoota isin dhageessan kana
dhagauuf kan hawwan taus hin dhageenye.”

#Abrahaam abbaan
keessan guyyaa koo arguuf gammachuu guddaadhaan eeggachaa ture, guyyaa koo argees gammadeera.”
(Yoh 8:56)

#Raajonni gaarummaa guddaa isiniif kennamu sana ilaalchisee raajii dubbatan sun, waaee #fayyina kanaa cimsanii barbaadaa fi of eeggannoodhaan qorachaa turan.

Affuurri isaan keessa ture dhiphina hedduu
#Kiristoos irra gauu fi ulfina sana booda dhufu dursee yommuu dhugaa bau, waaee yeroo isa kamii yookiin waaee waqtii akkamii akka argisiisu beekuuf qorannaa gochuu isaanii itti fufanii turan.

isaan ofii isaanii
#tajaajilaa akka hin turre isaanitti mulifamee ture,Kanaa mannaa, #Afuura_Qulqulluu samiidhaa ergameen karaa namoota misiraachoo isiniif labsan sanaatiin wantoota isinitti himamanii wajjin haala wal qabateen isin tajaajilaa turan. #Ergamonni.Maleekonni iyyuu wantoota kana xiyyeeffannaadhaan ilaaluuf hawwii guddaa qabu
(1 Phex 1:10-12)

Namoonni kun hundi
#amantii isaanii eeganii kan duan taanis, abdiiwwan sun yommuu raawwataman
hin argine; kanaa mannaa fagootti ilaalanii isaan simatan, akkasumas biyyicha keessatti
#keessummootaa
fi yeroo gabaabaadhaaf kan jiraatan tauu isaanii ifatti labsan

❖ Namoonni wantoota akkasii lallaban kun, iddoo isa kan ofii isaanii cimsanii barbaadaa akka jiran ifatti argisiisu
(ibr 11:13-14).

➨ Namoonni kun hundi sababii
#amantii isaaniitiin dhugaa kan isaaniif baame tau illee, abdiin Waaqayyo kenne yommuu raawwatamu hin
argine
#sababiin isaas isaan nu
malee mudaa kan hin qabne akka taan kaayyoo isaa waan hin turreef, Waaqayyo waaee keenya dursee wanta caalu argeera (Ibr 11:39-40)

➨ Yaa ijoolle, dubbiidhaan yookiin
#afaaniin
utuu hin tain, hojii fi dhugaadhaan wal jaallachuu qabna

❖ Kanaan nuti kan dhugaa tauu keenya ni beekna, akka inni nu jaallatus garaa keenya ni amansiisna

❖ wanta garaan keenya nutti murteessu hundumaa irrattis kana ni goona sababiin isaas
#Waaqayyo garaa keenya irra ni #caala, wanta hundumaas ni beeka.

❖ Yaa obboloota jaallatamo, garaan keenya nutti
hin murteessu yoo tae, Waaqayyo duratti dubbachuuf
#ija jabina qabna

#ajajawwan isaa waan eegnuu fi wanta ija isaa duratti gammachiisaa tae waan hojjennuuf wanta
isa gaafannu hunda isa irraa akka fudhannu ni beekna

❖ Dhuguma iyyuu ajajni isaa isa kana: kunis
#maqaa Ilma isaa #Iyyaasuus Kiristoositti
akka amannuu fi akkuma inni ajaja nuu kennetti akka wal jaallannu dha
(1 Yoh 3:13-23)
♨️♨️♨️♨️♨️♨️♨️♨️♨️
♨️Galani Waaqayyof♨️
🌼 dubro Maariyaamiifi 🌼

♨️♨️Haata’u ♨️♨️
♨️Ameen♨️
△.......................△
🌹Amantiin keessan
#Ogummaa namootaa
irratti utuu hin tain humna Waaqayyoo irratti kan
hundaae akka ta'uu.

👉 እምነታችሁም
በእግዚአብሔር ኃይል እንጂ
#በሰው ጥበብ እንዳይሆን

➢1 Qor 2:5
➢1 ቆሮንቶስ 2:5
=====||======
#Bagaa_Geessaan

• Muddee 24
• Ayyaanna qulqulluu
#Taklaymanotti guyyaa
dhaloota isaani

• Akkasumas boqonna
Aginixiyosi

🌻
#sirna_Qidasee
(sirna galatoo)
guyyaa kani Dubbifamu
• Efe 4:11-17
• 1 Phex 1;13-xum
• HDB 19:11-21
• Far 8;2
• Mat 18;1-12
• Sirna galatoo
duuka bu’oota
▬▬▬▬▬▬▬▬
❖ "Phawuloos" irraa
Kan dhageenye "


❖ kan ani dubbadhee fi
kan ani isiniif lallabes
jechoota
#ogummaa
warra nama sossobaniin
utuu hin tain
#Afuuraa fi
humna Waaqayyoo mulisuudhaan ture

❖ kana kan ani godhes amantiin keessan
ogummaa namootaa
irratti utuu hin
tain humna Waaqayyoo
irratti kan hundaae akka
tauufi

❖ Ammas namoota
bilchaatan gidduutti
ogummaa dubbanna,taus
kan dubbannu ogummaa
sirna kanaa yookiin
ogummaa bulchitoota
sirna kanaa warra
baduuf jiranii miti

Kanaa mannaa
ogummaa Waaqayyoo isa
karaa iccitii Qulqulluu mulifame, jechuunis
ogummaa Waaqayyoo
isa dhokataa isa inni
sirna kana dura ulfina
keenyaaf dursee
murteesse sana dubbanna

#Bulchitoota sirna
kanaa keessaa
ogummaa kana kan
beeke tokko illee
hin turre,utuu beekaniiru
taee silaa

#Gooftaa isa ulfina
qabeessa tae sana
hin fannisan turan

🌻Haatau malee akkuma “Wantoota Waaqayyo
namoota isa jaallataniif qopheesse, iji hin argine
gurris hin dhageenye
yookiin garaan namootaas
hin yaadne” jedhamee barreeffame tae

Waaqayyo karaa
#Affuura isaa wantoota kana nutti muliseera,sababiin isaas Affuurri wanta hundumaa jechuunis wantoota
Waaqayyoo warra gadi
fagoo taan illee ni
#qora

#Yaada nama tokko
keessa jiru Affuura
namicha sana keessa
jiru malee, namoota
keessaa eenyutu
beekuu dandaa

👉 Haaluma wal-fakkaatuun
#Afuura_Waaqayyoo
malee, yaada Waaqayyoo
#namni beekuu dandau
hin jiru

Ammas nuti
wantoota Waaqayyo gaarummaadhaan nuu kenne beekuu akka dandeenyuuf,
Afuura #addunyaa utuu
hin tain
Afuura isa kan
#Waaqayyoo fudhanneerra
Kana malees, wantoota
kana kan dubbannu
#jechoota ogummaa
namootaa irraa baranneen miti

🌹kanaa mannaa
#dhimmoota Afuuraa jechoota
Afuuraatiin yommuu ibsinu dubbii
Afuura irraa baranneen dubbanna.

Haatau malee
wantoonni kun
nama fooniitiif
gowwummaa waan
ta'aniif, namni akkasii

wantoota
Afuura
Waaqayyoo irraa dhufan
hin fudhatu,Afuuraan kan qoraman waan taaniifis
inni isaan hubachuu
hin dandau

#Namni Afuuraa
garuu waan hundumaa
qora taus ofii isaatii
nama kamiin iyyuu hin
qoramu

#Kitaabni Qulqulluun
“Akka inni isa barsiisuuf, eenyutu yaada Waaqayyo beeke” jedha.

#Nuti garuu yaada
Kiristoos qabna
---- 1Qor 2:4-16------
""""""""""""""""
Eenyutu bishaanota
harkaan hammaaree safare
Eenyutu samiwwan taakkuudhaan safare
Eenyutu biyyoo lafaa guubootti naqee fixuu
danda'a
Eenyutu tullootaa fi gaarota madaalii irra kaa'a
Eenyutu humna
#Afuura Waaqayyoo shallaguu
danda'a
Eenyutus Waaqayyoon
#gorsee barsiisuu danda'a
‼️inni eenyuun gorsa
gaafata
‼️Yaada ogummaa eenyu
irraa argata
‼️ Karaa qajeelaa eenyutu
isa barsiisa
‼️Beekumsa ittiin hubatus
Raji-isay 40:12-14

🌻
#የእግዚአብሔርን መንፈስ ያዘዘ ወይስ አማካሪ ሆኖ ያስተማረው
ማን ነው
ወይስ ከማን ጋር ተመካከረ ወይስ ማን መከረው? የፍርድንም መንገድ ማን አስተማረው

🌻እውቀትንስ ማን አስተማረው የማስተዋልንስ መንገድ ማን አሳየው
"Xumuraa irratti"
◉ Galani Waaqayyof
Haata’u Ameen.

@haadha_Waaqa_naJaladha

===||=====||===
➡️🌹kutaa+39 ffªª 🌸🌸

🪵 Gaaffii fi Deebii👈

🐚Muslimoota🐚

1=Yohaannis 10:34-35
Iyyaasus(kiristoos)
akkana jedhee isaaniif deebise: “
#Seera
keessan keessatti ‘Ani “Isin
#waaqayyolii dha” jedheera’ jedhamee hin
#barreeffamnee ree?
inni warra dubbiin Waaqayyoo mormu ‘waaqayyolii’ jedhee kan waamuu fi Kitaabni Qulqulluun immoo kan
hin diigamne erga taee,
🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃
🐤 Gaaffii isaanii iddoo kana irratti
📍jecha
#seera jedhu fi Waaqayyolii jedhu irratti ta'a.
1=jecha
#Waaqayyolii jedhu #Daawit dubbate malee #Musee miti jedhuu " sababii kitaaba seera kan jedhamee kani Musee turee wani ta’ef jedhuu.

🐤Far_Daawit 82:6_7👌
Ani akkana nan jedhe: isin
#waaqayyolii dha,
Hundi keessanis ilmaan Isa Hundaa Olii ti.
Taus akkuma
#namootaatti
ni duutu; Akkuma bulchaa kamii iyyuus ni kuftu!’”
🦆🦆🦆🦆🦆🦆
kanafuu Jechi kuni kitaaba Daawit keessatti argama malee kitaaba Musee keessatti hin argamuu.

1= kanafuu kani Dogoggoree Dubbate Kiristoos dha moo...
2= yookiin immoo Yohaannis yeroo barressu Dogoggoree jedhuu...
🅾🅾🅾🅾🅾🅾🅾🅾

➡️ Deebi keenya
1=Kiristoos hin dogoggore
2=Yohaannis hin Dogoggoree kan jedhu ta'a.

📙Ragaa kitaaba Qulqulluu

🌸 Daawiti jecha kana eessa fudhee dubbate gaaffii jedhuu beekuu qabna.

Daawit kitaaba Farfannaa
booqona 82:6_7 irraa kan jiru kitaaba Musee irraa
#fudhatee. dubbate kanafuu, Waaqayyoli kan jedhamee namoota turee isaan keessa tokko Musee turee.

♈️=seera Bau 7:1
Waaqayyo Museedhaan akkana jedhe: “ilaa,
ani
#Faraooniif akka #Waaqaa si godheera; obboleessi kee Aaronis raajii kee ni taa.
(እግዚአብሔርም ሙሴን አለው፡— እይ፥ እኔ ለፈርዖን
#አምላክ አድርጌሃለሁ፤ ወንድምህም አሮን ነቢይ ይሆንልሃል።((ዘጸአት 7:1)
▬▬ **
➝ kanafuu Jechi Waaqayyolii jechuu jalqabaa kitaaba Musee isaa kitaaba seera keessa erga jiratee.
🔔 Kiristoos kitaaba seera jedhee yoo,dubbate dogoggora mitii kuni Dhugaadha malee.

🔴 Yohaannis illee hin dogoggore Jechi sunii kitaaba Musee keessa jira wanii ta’ef.

🅱 kanafuu
#Daawiti ofii isaa iyyuu kitaaba Musee keessa fudhatee dubatee malee gara bira eessa fidee ree...
➡️➡️➡️➡️➡️➡️
🌹lakki yoo, jedhanii immoo Daawiti eessaa fidee dubbatee jenne gaafii isaan gaafana..😁😁😁
========//========
➡️ Ragaa lammaffaa immoo
Kitaabni hundi kani Waaqayyo wanii ta’ef,
rakkoo hin qabuu
maalif yoo jedhamee Kitaabni Musee fi Daawiti wali hin falleessu.

➡️ 2ximotewos 3:16
#Kitaabonni_Qulqulluun hundi geggeessaa #Afuura Waaqayyootiin kan #barreeffamana yeroo tau,
barsiisuuf, balleessaa hubachiisuuf, wanta hundumaa sirreessuuf, qajeelummaadhaan
leenjisuuf fayyadu
=====//.
🥥 kanafuu kitaaba Daawit yoo, jedhames rakkoo hin qabuu, kitaaba Musee isaa seera yoo, jettees rakkina hin qabu.🥥🥥🥥👆👆
🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸
♈️=link kan xuqaa seena👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃
➡️🅱 kutaa _ 53 ffªª 📍
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌻Gaaffii fi Deebii
🅰Musiliimota🚷
Yohaannis 12:50👇
#Ajajni isaas #jireenya bara baraa akka tae ani beeka. Kanaaf, Ani wantan dubbadhu hunda akkuma #Abbaan anatti #himettan dubbadha.”
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🔺Gaaffii isaanii.
1= Dubbii Abbaa Qofa jireenya kani kenuu ,Kiristoos ofii isaatti hooma gochuu hin danda'u jedhuu.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🔳 Deebii keenyaa
Lakkii dubbii Kiristoos illee jireenya kani isaanii lamanuu iyyuu jireenya kan jedhuu ta'a
jalqabaa irratti dubbii Kiristoos dhugumaan jireenya ta'u ragaa kitaaba kunoo👇

👉Yohaannis 6:63
Jireenya kan kennu
#Afuura ; foon faayidaa tokko illee hin qabu. #Dubbiin ani isinitti dubbadhe Afuura, akkasumas #jireenya.
👉Yohaannis 6:68
Simoon Pheexirosis akkana jedhee isaaf deebise: “Yaa Gooftaa, gara eenyuu dhaqna? Ati
#dubbii_jireenya bara baraa qabda.
👉Yohaannis 10:28
#Ani_jireenya bara baraa isaaniif nan kenna; isaan matumaa hin balleeffaman; eenyu illee harka koo
keessaa isaan hin butatu.
📍➛kanafuu dubbii Kiristoos illee jireenya akka ta’e ibsine jira.
Fakkeenyaaf dubbii kuni osuma kan Abbaatti jenne iyyuu Kiristoos akkasii jedhee Abbaan kani koo,keessa fudhee jedhee jira.
👉Yohaannis 16:15
#Wanti Abbaan qabu #hundi kan koo ti. #Inni wanta kan #koo tae irraa #fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
👉Yohaannis 17:10
#wanti kan koo tae hundi kan kee ti; wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan
gidduutti ulfina argadheera
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➡️ gara maata duree keenya yeroo deebinuu
➛akkuma kutaa_52 ffaa keessaatti illaalle yihudoonni dubbii Kiristoos gonkumaa fudhachuu wani didaniif. Dubbii kuni kani Abbaatti jireenya kenna jedhee.
Yihudoonni kunis Kiristoos eenyu akka ta’e guyyaa tokko ni walalani wali mormii eeggalani
👉Yohaannis 10:24
Yeroo kanatti
#Yihudoonni isatti marsanii, “ #Hanga yoomiitti qalbii nu rarraasta? Ati Kiristoos yoo taate ifatti nutti himi” isaan jechuu jalqaban
👉Yohaannis 7:40_43
Namoota sana keessaa
warri kana dhagaan tokko tokko, Dhuguma iyyuu kun
#Raajicha dha”jedhan. Kaan immoo, “ #Kun_Kiristoosi” jedhu turan. #Tokko_tokko garuu akkana jedhu turan: “Kiristoos #Galiilaadhaa ni dhufaa?
Kitaabni Qulqulluun Kiristoos
sanyii
#Daawit keessaa, akkasumas Beetaliheem ganda Daawitii akka dhufu ni dubbata mitii?” Kanaaf, isa ilaalchisee namoota sana #gidduutti wal qoqqooduun ni #uumame
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Walumaagalatti yihudoonni Kiristoos eenyu akka ta’e beekuu dhabuu isaaniifi ,dubbii Kiristoos gonkumaa fudhachuu diduu isaaniitti kani kae Kiristoos wa'ee Abbaa qofa itti himme jira.
➡️ sababaa inni biraa immoo
Abbaa isaa kabajuu akkasii jedhee ,Fakkeenyaaf dubbi Abbaa jireenya ,Abbaan koo,hundumaa caala, yeroo jedhu kabaja Abbaa ibsuufi

👉Yohaannis 17:4_5
Ani hojii akkan hojjedhu anaaf kennite xumuree,
#lafa irratti #ulfina sii kenneera.
Kanaaf, yaa
#Abbaa ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni.
👉Yohaannis 5:23
Namni
#hundi akkuma Abbaadhaaf #ulfina kennu, #Ilmaafis ulfina akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina hin kennu.
🌺 akkuma Dubbiin Abbaa jireenya ta’e kani ilma jireenya
Abbaa fi Kiristoos tokko.sababa isaanii tokkoo tanif immoo kunoo 👇
👉Yohaannis 12:45
Namni na
#argu hundi, isa na erge Sanas ni #arga
👉Yohaannis 5:17
#Abbaan koo hanga ammaatti #hojjechaa jira #anis nan #hojjedha” jedhee isaaniif
deebise
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌺 link kan xuqa sena👇👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======⨳⨳⨳============
🌺➡️ kutaa _54 ffaa 🌺🔺🌹
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👉Gaaffii fi Deebii
🍃musiliimota🍃
Yohaannis 13:13
isin
#Barsiisaa’ fi #Gooftaa’ jettanii na waamtu; anis akkuma sana waanan taeef kana jechuun keessan sirrii dha.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🔺 Gaaffii isaanii
1=Kiristoos qofa miti, Gooftaan
#namoota baay'eedha, kanafuu Kiristoos sababa Gooftaa jedhamef Waaqayyo yoo, ta’e namoonni hundi Waaqayyo ta'u qabuu jedhuu.....
✏️Ragaa isaanii immoo
A)).
#Abrahaami_gooftaa jedhama jedhuu
.1Pheexiroos 3:6)
B)).
#Museen_Gooftaa jedhama jedhuu
.seraa.Bau 32:22)
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
📍Deebii keenya
📥 Abrahaami fi Musee qofa dhisii
#addunyaa kuni hundi Gooftaa osoo ta’e iyyuu baay'ee nuuti tola. (akkasumas nu hin dinqisiisu.🫲
🕹kanafuu Jechi Gooftaa jedhuu dhuguma hundi wali qixa jechu yoo, ta'e. Muslimoonni dogoggora keessa jiruu

Fakkeenyaaf Waaqayyo
#Gooftaa jedhamee jira
🌹👉Seera Bau 34:23👇
Dhiironni kee hundinuu waggaatti si'a sadii ana Waaqayyo
#gooftaa, Waaqayyo isa kan Israa'el duratti haa argaman
*Thrice in the year shall all your men children appear before the
#Lord_GOD, the God of Israel (Exodus 34:23).
▬▬▬▬▬▬▬▬
isaa kani akkamii gootu erga jecha Gooftaa jedhu qofa ilaalani murteessuu ta’e Waaqayyo gooftaa yoo, jedhamuu fi Abrahaami fi museen gooftaa yoo,jedhamu tokko jechudha jennee musiliimota gaafachuu qabna.
Deebii isaanii
#lakki gargarummaa qaba jedhuu
Yeroo isaanii akkasii jedhanii immoo Kiristoos
#Gooftaa yeroo jennuu adda wani ta'ef

➡️ Kiristoos Gooftaa yeroo jennuu goonkumaa kani isaa kuni adda dha, akkasumas Waaqayyo ta'u ibsa.
🌺
#Ragaa_kitaaba
A.)) 📍Kiristoos Qofaani
#Ergamoonni Gooftaa jedhanii.
namni bira gonkumaa hin jiruu.
Luqaas 2:11👇
Hara magaalaa Daawit keessatti fayyisaan isiniif dhalateera; innis Kiristoos
#Goofticha dha.

B.))📍 Toomaas Kiristoos qofaan Gooftaa koo,Waaqa koo,jedhee
Toomaas nama biraa gonkumma hin jennee
Yohaannis 20:28👇
Toomaasis deebisee,
#Gooftaa ko, Waaqa ko!” jedheen.

C.))📍 cuuphaan tokko
#Gooftaan tokko kani jedhee Phawuloos Kiristoosiin qofa
Efesoon 4:5👇
#Gooftaa_tokko, amantii tokkoo fi cuuphaa tokkotu jira;

D.))📍
#gaarummaa fi #nagaan goofta Kiristoos fi Abbaa biraa qofa jedhe Phawuloos malee nama biraan gonkumaa hin jennee.
Galaatiyaa 1:3👇
Waaqayyo
#Abbaa keenyaa fi
#Gooftaa Iyyaasuus Kiristoos biraa #gaarummaa guddaanii fi #nagaan isiniif haatau.

E.)) 📍Fayisaa fi Gooftaa samii irraa dhufee Kiristoos qofa jedhee Phawuloos
Filiphisiiyus 3:20👇
Nuti garuu lammiilee samii ti;
#fayyisaa isa achii dhufu, jechuunis #Gooftaa Iyyaasuus Kiristoosiin hawwii guddaadhaan eegganna

F)).📍 Gooftaa tokkicha Kiristoos fi Abbaa tokkicha beeka jedhee jedhee Phawuloos kanafuu Jechi tokko jedhuu maali ibsa
1Qorontos 8:6👇
nuuf garuu isa wantoonni hundi biraa argamanii fi nutis
kan isaa taane
#Waaqa tokkicha Abbaa qofatu jira; akkasumas, #Gooftaa_tokkicha isa wantoonni hundi karaa
isaa argamanii fi nutis karaa isaa argamne Iyyaasuus
#Kiristoos qofatu jira

G.)) 📍Lubbuu namoota harka isaa keessa kani jiratuu Gooftaa Kiristoos qofa Isxifaanos Kiristoos qofaan jedhee namaa biraa gonkumaa hin jennee
Hoji.duka .buota 7:59👇
Utuma isaan dhagaadhaan isa tumaa jiranii
#Isxifaanos, “Yaa #Gooftaa Iyyaasus Kiristoos hafuura(lubbu)) koo fudhadhu” jedhee kadhate.
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
Kanafuu yaa, musiliimota maali isin waaya ree ammaa 😄😄
🔳🔳🔳🔳🔳🔳🔳🔳🔳
Qaabxiwwaan 7 kana irratti
Musiliimonni ragaa gonkumaa fiduu hin dandani😜
👇👇👇👇👇👇
Erga nuuti Musiliimootan jennu
Kitaaba kana dubbisa
🅰👉1 Qorontos 12:3
Namni
Afuura Waaqayyootiin, #Iyyaasus Kiristoosin abaaramaa dha” jedhee dubbatu tokko illee akka hin jirre, akkasumas #namni #Afuura_qulqulluutiin yoo tae malee, #Iyyaasus Kiristoos #Gooftaa dha” jechuu dandau tokko illee akka hin jirre akka beektan nan barbaada.

🅱👉1Qorontos 16:22
#Namni Gooftaa hin #jaallanne kami iyyuu abaaramaa haatau. Yaa #Gooftaa keenya kottu
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌺 waldaa keenyaf fedhii kee,yoo,ta’e kootu miseensa tai
yeroo tokko xuqi gadi👇👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋
🌹➡️ kutaa _ 56 ffªª 🌸👇
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
🔳 Gaaffii fi Deebii
🔳 Muslimoota👈
Yohaannis 13:20👇
Dhuguma dhuguman isiniin jedha,
#isa_Ani_ergu kan simatu hundi Anas ni simata, namni Anaan simatu hundi immoo isa Ana erge Sana simata.”
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👉 Gaaffii isaanii
1➩ kani Kiristoos erguu kuni Muhammadi jedhuu...😁
▬▬▬▬▬▬▬▬
🔳 Deebii keenya👇
🌺 kitaaba keenya keessa lakki
#foolii_muhammadi hin jiruu kani jedhuu ta'a.
📕Gaaffii nutti muslimoota gaafanu immoo
1=inni Kiristoos ergu kuni Eenyufi ergama...
2=Kiristoos eenyutu dubbachaa jiraduuka buoota isaa moobiyya Araba deeme isaanii wajjin dubbachaa jira..
🔺 lakki Kiristoos dukka buoota isaati dubbachaa jira yoo,ta’e ,kani Kiristoos erguu suni illee duuka bu'ootaf jechudha.

❤️ ragaa keenyaa immoo Kiristoos duukaa bu'oota isaatti isiniif erga jedhee.,
🍊Yohaannis 13:20
Dhuguma dhuguman
#isiniin jedha, isa #Ani_ergu kan simatu hundi Anas ni simata, namni Anaan simatu hundi immoo isa Ana erge Sana simata.”
🌺❤️ kanafi
#Jechi_isiini nan jedha jechuu eenyu ibsa kuni duuka buoota ibsaa, kanafuu yeroo duuka buooni jirani sana immoo #muhammadi kani jedhamuu hin jiru ,waggaa 600 booda dhufee ,yeroo sana immoo duuka buooni Kiristoos boqatani jiruu.
▬▬▬▬▬
➡️Qabxiiwwan kana ilaala.
A➩ Kiristoos qaama tokko ni erga.
B➩Abbaan immoo Kiristoos ni erga.
C➩ qaamni Kiristoos erguu kuni Affuurra Qulqulluu moomuhammadi laata
🌸 akka yaadaa
#Muslimoota yoo,ta’e
A=Abbaa
B=Kiristoos
C=muhammadi
Abbaa➛Kiristoos➛muhammad
➡️ Akka
#orthodoksi immoo
A=Abbaa
B=Kiristoos
C=Affuurra Qulqulluudha
➩Abbaa➛Kiristoos➛Affuurra Qulqulluudha.

deebii sirrii akka orthodoksitti dhugaa. maalif yoo,jedhame Affuurri Qulqulluun duuka bu'oota Kiristoos wajjin turee Kiristoos Ana booda kani dhufu jedhe ,kanafuu kuni immoo gara duuka bu'oota Kiristoos kani dhufee
#Affuura_Qulqulluudha malee muhammadi miti

🌺
#Ragaa_kitaaba_Qulqulluu
📍=Ⓐ👉Maatewos 10:20
Kana kani dubbatu isin qofa miti;
#Afuura_Abbaa keessaniitu karaa keessan dubbata malee
➩Kiristoos dukaa bu'oota jecha jira
📍=Ⓑ👉Luqaas 12:11-12
Yeroo walgaii uummataa duratti, akkasumas abbootii taayitaa mootummaa fi warra
#Aangoo qaban duratti isin dhiheessan akkamitti yookiin maali jennee #falmanna yookiin maali jenna jettanii hin
yaaddainaa sababiin isaas,
#Afuurri_Qulqulluun_saaatii sanatti wantoota dubbachuu qabdan isin barsiisa.

📍=Ⓒ👉Luqaas 21:13_15
Kunis akka dhugaa baatan carraa isiniif bana.Kanaaf,
#akkamitti_falmanna jettanii dursitanii hin yaadinaa sababiin isaas, #Ani_dubbii fi #ogummaa #mormitoonni keessan hundi mormuu yookiin falmuu
hin dandeenye isiniif nan
#kenna
📍=Ⓓ👉Yohaannis 15:26_27
#Gargaaraan, jechuunis
#Afuurri dhugaa inni Abbaa keessaa bauu fi #inni_Ani Abbaa biraa isiniif #ergu yommuu dhufu, inni waaee koo
dhugaa ni baa isinis jalqabumaa kaasee anaa wajjin waan jirtaniif anaaf dhugaa ni baatu
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➛Lakki jeetani akkuma pheenxee sana ija keessan dunufatani iyyuu yoo,ta’e qofa iyya kaa.
➛Kiristoos muhammadi ni erga
Yoo,jettanii immoo Kiristoos Waaqayyo jechuu keesaani,Sababiin isaa Qur’aanaa keessatti muhammadi kani ergee Alaha dha jettani jiruu. ,Qur’aani immoo muhammadi kani erge Alahadha jedha.
Kanafu
#filannoo_lamaa qofa qabduu
A➩Alaha jechuun Kiristoos jechudha
B➩ muhammadi kani erge Kiristoos moo, Alaha.
📍=Ⓔ👉Suura 35:4

وَإِن يُكَذِّبُوكَ فَقَدْ كُذِّبَتْ رُسُلٌ مِّن قَبْلِكَ ۚ وَإِلَى اللَّهِ تُرْجَعُ الْأُمُورُ

(Yaa
#Muhammad!) Yoo si sobsiisan, #ergamtoonni si duraas (akkuma kee) sobsiifamanii jiru Dhimmoonni hundis gara Rabbiitti deebifamu.

😁Jecha Qur’aanaa tokko tokkoon immoo kuno hiikaa isaa ilala👇

وَإِن : And i
يُكَذِّبُوكَ : they deny you,
فَقَدْ : then certainly
كُذِّبَتْ : were denied
رُسُلٌ : Messengers#
مِّن : before you.
قَبْلِكَۚ : before you.
وَإِلَى : And to
ٱللَّهِ : Allah#
تُرْجَعُ : return
ٱلْأُمُورُ : the matters.
kanafuu jechi ergamoota (messengers ) jedhuu ,Raajii muhammadi dura yoo,tani, muhammadi immoo isaani booda wani dhufefi, allahatu isaa ergee jechudha.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹link waldaa kana👇👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======//===//========
🌺🔺kutaa _ 57 ffªª 🌺🔳
▭▬▬▭▬▭▭▬▬▭
👉Gaafii fi Deebi
👉 Muslimoota👈
Yohaannis 13:21
Iyyaasus(kiristoos)) wantoota kana erga dubbatee booda, akka malee
Afuura isaatiin #dhiphatee, “Dhuguma dhuguman isiniin jedha, isin keessaa tokko dabarsee na kenna” jedhee ifatti dubbate
ኢየሱስ ይህን ብሎ
#በመንፈሱ_ታወከ መስክሮም፦ እውነት እውነት እላችኋለሁ፥ ከእናንተ አንዱ አሳልፎ ይሰጠኛል፡ አለ
(ዮሐንስ 13:21)
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
🔺Gaaffii isaanii
1= Kiristoos osoo Waaqayyo ta’e maalif dhiphatee jedhuu.
Waaqayyo dhiphachuu hin danda'u jedhu...
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🔳Deebi keenya
➛ lakki Kiristoos Waaqayyo
Sababa Afurraan dhiphatee immoo dubbii rajoota akka rawwatamuuf.
📍1))=
#Gaaffii nuu,isaanii gaafanu #muslimoota Kiristoos Afuurani dhiphatee jechuun lubbuu isaanii dhiphatee jechu moo
affuurra Qulqulluun dhiphatee jechuudha jene gaafana.
=deebi isaa lubbuudhaan jechudha (Mar 14:34)
➛lakki Affuurra Qulqulluun dhiphatee yoo,jedhanii immoo
Kitaaba Qulqulluu keessa Afurri Qulqulluun ni dhiphata kan jedhuu gonkumaa hin jiruu.

🔳Kiristoos Waaqayyo ta'u
            Ragaa kitaaba.
⓵=Yohaannis 12:41
#Isaayyaas wantoota kana
kan dubbate,
#ulfina isaa waan #argeef ture; waaee isaas dubbateera.
➩akka dubbisaa kanati wa'ee Kiristoos kani dubbate Yohaannis akkasii jedhe « isayaas ulfina isaa arge jedhee »
Raajii isayaas isaa immoo iddoo kaamitti ulfina isa argee yeroo jennu immoo
(isayaas 6:1) irraatti dha.
⓶= Raaji_Isaayaas 6:1
Bara Ooziyaan Mootichi
duetti,
#Waaqayyo_teessoo
dheeraa fi olii ka'aa irra
taaee
#nan_arge fiixeen uffata isaatiis mana Qulqullummaa
guutee ture.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
📍Hiikaa jecha
#lubbuu jedhuu fi #Afuura jedhuu tokko.akka dubbisa kitaaba kanatti

Lubbuu=hafuura/Affuura waliqixxee dha
Yeroo Tokkoo tokkoo hafuuraa jechuun
A)).Afuurra Qulqulluu
        =Yoh 1:32
B)).Affuura nama ykn lubbuu
       =lallabaa 3:21
C)).Affuurra Xuraawaa
       =Matewoos10:1
D)).Affuura bineensota//bineeladoota//Allatiwwan//Qurxummii /....
  =sera.Uum 7:15*lallabaa 12:7)
E)). Ergamooni Qulqulluun affuurra jedhamu
=Ibroota 1:14

Kanafu Kiristoos Afuuran dhiphatee yeroo jennuu lubbuun isaan dhiphatee jechuu keenya.
⓷=Maaraqoos 14:34
Kiristoos akkask isaanii jedhe“Lubbuun koo hamma du'aatti baay'ee gaddite; isin as turaa, dammaqaas!” jedhen
➛Kiristoos
Afuura isaan dhiphatee kan jedhuu lubbuu isa ibsa malee wanta bira.mitii

📍Afaani...lubbu👇....afuurra👇
#Ingiliffaan  ➛soul     ➛spirit
#Giriikii dhan ➛ψυχή ➛πνεύμα
#ibraayisxiittin ➛וְ֭נַפְשִׁי  ➛   ר֚וּחַ

⓸=kitaaba lallabaa 3:21
#Hafuurri_namootaa akka oli
bau,
#hafuurri horii immoo
gara lafaatti akka gadi  bu'u
dhugumaan kana kani beeku eenyu
haafura kani jedhamee lubbuu namoota ibsa
Ragaa dabalataa
((Lallabaa 12:7
iyyoobi 7:11)) *dubbisi
🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺
📍Amma gara
#mataa_duree keenyatti deebina.
Sababa Kiristoos Affuurran dhiphateefi.
🌹=Dubbii Raajoota raawwachuuf.

⓹=Farfannaa Daawit 6:3
#Lubbo koo baayee #dhiphateera Yaa Waaqayyo hamma yoomiitti itti fufaa?
ነፍሴም እጅግ ታወከች፤
አንተም አቤቱ፥ እስከ መቼ ድረስ ነው?
(መዝሙር 6:3)

⓺=Farfannaa  42:5
Yaa
#lubbuu ko, maaliif akkas #gadditee_dhiphatta? Maaliifis akkas ana keessatti gabii dhabda? Ati Waaqayyoon abdiidhaan eeggadhu! Anoo deebi'ee gargaarsa isa biraa anaaf dhufuuf, Waaqayyo koo ta'uu isaatiifis isa jajachuufan jira ነፍሴ ሆይ፥ ለምን ታዝኛለሽ? ለምንስ #ታውኪኛለሽ? የፊቴን መድኃኒት አምላኬን አመሰግነው ዘንድ
በእግዚአብሔር ታመኚ.(መዝሙር 42:5)
🌺 Kiristoos dubbii raajoota rawwachu qofaa yoo,ta’e malee
Dhimma tokkof hin jennee.
Sababiin isaa inni wa'ee lubbuu isaa sodate mitii. Kiristoos dursee akkasii jedhee « Ani lubbuu koo fi qaama koo nani kasa jedhee jira»

⓻=Yohaannis 2:19
Iyyaasus(kiristoos)) deebisee, “Mana qulqullummaa kana diigaa, anis guyyaa
#sadiitti deebisee nan kasa isaaniin jedhe.
🌺 Yookiin immoo lubbuu koo,Ani isiniif nan keena.jedhee erga akkasii jedhee maali sodate ree?,kanafuu dhugaan jiruu dubbii rajoota raawachuuf kan jedhee.
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
➩link waldaa keenyaa👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
🅰 kutaa-72ffªª. 🌺
      🪴➛Gaaffii fi Deebi
      🪴➛Musiliimota
Yohaannis 15:15
Garbichi tokko wanta Gooftaan isaa hojjetu waan hin beekneef,
Ani kana booda garboota jedhee isin hin waamu. Kanaa mannaa,
#Ani wantan #Abbaa koo irraa #dhagae_hunda waanan isin beeksiseef michoota jedhee isin waameera.
▬▬▬▬▬▬
➛ gaaffii isaanii
1= Kiristoos wanta dubbatu hunda Abbaa irraa fudha malee ofii hin beekuu jedhanii
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
1️⃣ Deebii keenyaa.
Lakki Dubbiin kani Kiristoos. Tau irree ni mirkaneessina
Yohaannis 6:68
Simoon Pheexirosis akkana jedhee isaaf deebise: “Yaa Gooftaa, gara eenyuu dhaqna? Ati
#dubbii_jireenya bara baraa #qabda.
👉 akka dubbisaa kanatti dubbii jireenya eenyutu qabadeebii isaa Kiristoos jechudha. Erga,dubbii jireenya Kiristoos irraa argamee maaali sii,barbachisaa ree. Kana oli.

Yohaannis 6:63
Jireenya kan kennu
#Afuura  foon faayidaa tokko illee hin qabu. #Dubbiin ani isinitti dubbadhe Afuura, akkasumas #jireenya.
Yohaannis 6:27
Nyaata baduuf hin
#hojjetinaa; kanaa mannaa nyaata hin badnee fi jireenya bara baraa argamsiisuuf, isa #Ilmi_namaa isiniif #kennu sanaaf hojjedhaa; sababiin isaas, Waaqayyo Abbaan chaappaa isaa Ilma irratti godhee #mirkaneesseera.”
Matewoos 7:24.
namni
#dubbii_koo kana dhagaʼee hojii irra oolchu, nama hubataa mana isaa qarsaa irratti ijaarrate fakkaata.
👉osoo Dubbiin kuni kani Kiristoos ta'u baatee maalif dubbii koo jedha ree?, dubbii Abbaa koo,jedhu didee ?
👉Walumaagalatti dubbiin Kiristoos illee akka jiruu ni ibsaa.
▬▬▬▬▬▬▬▬
🅱 gara mataduree keenya yoo,deebinu
Kiristoos maalif dubbii Abbaa irraa dhagaee hunda isinitti nan himma jedha ree, isaa jedhuufi

A))➩Sababa,Tokkoffaa(-1ffaa)
=Dubbiin Abbaa fi ilma Tokko wanii ta’efi. ❝ kani Abbaan qabuu kani ilma ,kani ilmi qabuu hundi kani Abbaatti ,kanafuu kani Abbaas yoo,jedhe rakkina hin qabu❞.
👉Yohaannis 17:10
wanti kan
#koo taʼe #hundi kan kee ti; wanti kan #kee taʼe #hundis kan koo ti; Anis isaan gidduutti ulfina argadheera.

B))➩Sababa lammaffaa(-2ffaa)
Kiristoos akkasii kani jedhee kabaja isaa ibsuuf turee. kunis dhugaa Kiristoos akka ta’e mirkaneessuf turee
👉Yohaannis 7:17-18
Namni fedhii Waaqayyoo raawwachuu barbaadu kam iyyuu, barumsi kun Waaqayyo biraa akka dhufe yookiin
#Ani_ofii kootiin kakaʼee kanan dubbadhe taʼuu fi dhiisuu koo ni beeka. #Namni ofii isaatiin kakaʼee dubbatu hundi ulfina mataa isaa barbaada; namni ulfina isa isa erge sanaa barbaadu hundi garuu, inni #dhugaa dha;  #jalʼinnis isa keessa hin jiru.

C))➩Sababa sadaffaa(-3ffªª)
Kiristoos akkasii kani jedhee Abbaan biraa gara namoota  dhufu isaa mirkaneessuf.kunis yeroo abba biraa turee kani arge dubbachuu isaatti
👉Yohaannis 8:38
#Ani wantoota yommuun Abbaa koo #wajjin turetti #argen dubbadha; isin garuu wantoota abbaa keessan irraa dhagessan hojjettu.”
👉iddoo kana irratti Kiristoos Ana qofatu Abbaa arge malee kani bira hoomtuu hin jiru jedhee jira.
👉Yohaannis 6:46
#Isa_Abbaa biraa dhufe sana malee #namni tokko illee Abbaa #hin_argine; Abbaa kan arge isa #qofa dha.
▲kanafuu kuni eenyu ree, Kiristoos qofaa jechudha,erga akkasii ta’e Abbaa wajjiin ture inni dhuguma Kiristoos Waaqa.

D))➩Sababa afuraffaan(-4ffaa).
duuka bu'oota keesaa tokko tokko jechunis obbolota,Kiristoos,yihudoota keessa
,Fariisonni keessa dubbii Kiristoos fudhachuu irratti dubbati jedhu turee yookiin akka salphaatti ilaalu yookiin itti hin amanani ture yeroo kan immoo Kiristoos dubbiin kani abbati jedha.
👉Yohaannis 7:5.
#Obboloonni isaa illee isatti hin #amanne turan.
👉Yohaannis 7:47-48
#Fariisonni immoo deebisanii akkana jedhan: “Isinis ni gowwoomfamtanii?  Bulchitoota yookiin Fariisota keessaa tokko illee isatti kan #amane jiraa?.
👉Yohaannis 10:24-25
#Yihudoonni isatti marsanii, “Hanga yoomiitti qalbii nu rarraasta? Ati Kiristoos yoo taate ifatti nutti himi” isaan jechuu jalqaban Iyyasus(Kiristoos) deebisee akkana isaaniin jedhe: “Ani isinitti #himeera, isin garuu #hin_Amantan. Hojiiwwan ani maqaa Abbaa kootiin hojjechaa jiru kun, waaʼee koo dhugaa ni baʼu.
🌺Hundi isaani ❝ Ortodooksi❞ dha
1⁼
#Adaami Ortodooksii moomiti
2⁼
#Abrahaamii Orthodooksi moomiti
3⁼ Pheexiroos Ortodoksii moomitii
====================
Tiitoo 1:15
Namoota
#qulqulluu taʼaniif wanti hundi qulqulluu dha; namoonni #xuraaʼoo taʼanii fi amantii hin qabne garuu, sammuun isaaniis taʼe qalbiin isaanii xuraaʼaa waan taʼeef, isaaniif wanti qulqulluu taʼe hin jiru.

ቲቶ 1:15
ሁሉ
#ለንጹሖች ንጹሕ ነው፤ #ለርኵሳንና ለማያምኑ ግን ንጹሕ የሆነ ምንም የለም፥ ነገር ግን አእምሮአቸውም ሕሊናቸውም ረክሶአል።

Hoji duka buota 4:31
Erga kadhannaa dhiheessanii boodas, bakki isaan itti wal gaʼan sun
#ni_sochoʼe; #hundi isaanii iyyuu #Afuura_Qulqulluudhaan guutamanii #dubbii_Waaqayyoo ija jabinaan dubbachuu jalqaban.
ሐዋ. ሥራ 4:31
ከጸለዩም በኋላ ተሰብስበው የነበሩበት ስፍራ
#ተናወጠ፥  #በሁሉም
#መንፈስ_ቅዱስ ሞላባቸው፥ የእግዚአብሔርንም ቃል በግልጥ ተናገሩ።
👉kanafu
#hundi isaan erga jedhee isaani ortodoksiidha afuurri Qulqulluun daandii sirrii irraa sii, qajeelchaa
Barattoonni Kiristoos hundi orthodoksi dha haala kanani.
Orthodoksi=Daandii sirrii
👇👇👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha