๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒนWanta amantiidhaan
kadhattan hunda ni argattu
๐ŸŒผ แŠ แˆแŠ“แ‰ฝแˆแˆ แ‰ แŒธแˆŽแ‰ต แ‹จแˆแ‰ตแˆˆแˆแŠ‘แ‰ตแŠ• แˆแˆ‰ แ‰ตแ‰€แ‰ แˆ‹แˆ‹แ‰ฝแˆ
โžงMat. 21:22
โžงแˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 21:22
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒปQabxii lamaa ilaala

1โžง1 ffaan Amata keenyan cimsinee yoo,kadhannee, jecha nama fi qorumsa dhufu jala caalisne wanta barbaduu hanga argatutti itti fufte kadhachuu

2โžง2 ffaan Amanta yoo qabatee kadhaate wanti hundinuu sii,dandamu isaa ibsaa

๐Ÿ–•๐ŸŒผ Fakkeenyaa 1 ffaa

โœโžงGooftaa keenya Iyyaasuus kiristoos fi barattoonni isaa
yommuu iyerikoodhaa ba'anii deeman namoonni hedduun isa duukaa bu'an

โœโžงYeroo kanatti namoonni
qaro dhabeeyyii taanii fi karaa qarqara taa'an lama(2) Gooftaan keenya,waaqaani keenya Iyyaasuus Kiristoos achiin darbaa akka jiru dhagaanii,
๐ŸŒผ โ€œYaa Gooftaa,
๐ŸŒผ yaa ilma Daawit nuu
Fayyisiโ€ jedhanii iyyan

โœโžงHaata'u malee, namoonni hedduun sun isaanitti dheekkamanii akka callisan itti
himan isaan garuu
โœ”โ€œYaa Gooftaa,
yaa Ilma Daawit nuu fayyisi jedhanii ittuma caalchisanii iyyan

โœโžงKanaaf Gooftaan keenya, waaqani keenya Iyyaasuus Kiristoos dhaabatee isaan waamee, โ€œMaali akkan isiniif
godhu barbaaddu?โ€ jedhe isaanis, โ€œYaa Gooftaa ija keenya nuu baniโ€ jedhaniin

โœโžงGooftaan keenya isaaniif
#gaddee ija isaanii qaqqabe agartuun isaaniis battaluma sanatti isaaniif deebie; isaanis isa duukaa bu'an (mat 20:29-34)

๐Ÿ“ yoo garaa kee, guutuu kadhatee, Waaqayyo baay'ee siif,gadda,
โžงnamoonni baay'een akka ati fayyitu hin barbaadanii, ati garuuu kadhachuu kee,addan hin kutiin
โžงyoo ati kadhannaa kee,itti fufte, akkuma namoonni kuni Gooftaa keenya akka dhabatuu goodhan, Atis akka siif, dhagamu godhi
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ

โžงFakkeenyaa 2 ffaa

๐Ÿ“fakkeenya 1 irra maali baratee,,, Fakkeenyaa 2 wajjin walii qabata moo,gargari


๐ŸŒผโžง Gooftaan keenya, waaqaani keenyaa Kiristoos guyyaa tokko magaala Bitaaniyaa bulee Ganama barii yommuu gara iyarusaalemi magaalattiitti deebius ni beelae
Muka harbuu tokko karaa qarqaratti argee gara ishii dhaqe; garuu baala malee firii irraa hin arganne kanaaf, โ€œKana booda firiin si irraa hin argaminโ€ jedheen. Mukti harbuu sunis battaluma sanatti gogde

๐ŸŒปโžง Barattoonni isaas yommuu kana argan dinqisiifatanii, โ€œMukti harbuu sun battaluma kanatti akkamitti gogde?โ€ jedhan.

๐ŸŒป โžง Gooftaan keenyaa deebisee akkana isaaniin jedhe โ€œDhuguman isiniin jedha,
#amantii yoo qabaattanii fi yoo shakkuu baattan, wanta ani
muka harbuu kana irratti godhe qofa utuu hin tain,
#gaara kanaan โ€˜Asii buqqaii #galaana keessatti darbatamiโ€™ yoo jettan illee akkuma isin jettan ni ta'a

๐Ÿ“Wanta amantiidhaan
kadhattan hunda ni argattu(mat 21:17-22)

๐ŸŒปโ–โžงkallattii hiikaa gargaara yaa,qabatuu malee amma garuu
๐ŸŒป โžง
amantii qabatee yoo,kadhate wanta hundumaa rawwachuu akka dandeessuu nuu,hubbachisa
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
akkuma inni jedhee
๐Ÿ“๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐ŸŒน

๐ŸŒน๐Ÿ‘‰namni dubbii koo
kana dhagaee hojii irra oolchu,
nama hubataa mana isaa qarsaa irratti ijaarrate fakkaata(mat 7:24)โ—๏ธ

๐ŸŒน๐Ÿ‘‰ แˆตแˆˆแ‹šแˆ… แ‹ญแˆ…แŠ• แ‰ƒแˆŒแŠ• แˆฐแˆแ‰ถ แ‹จแˆšแ‹ซแ‹ฐแˆญแŒˆแ‹ แˆแˆ‰ แ‰คแ‰ฑแŠ• แ‰ แ‹“แˆˆแ‰ต แˆ‹แ‹ญ แ‹จแˆ แˆซ แˆแ‰ฃแˆ แˆฐแ‹แŠ• แ‹ญแˆ˜แˆตแˆ‹แˆ( แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 7:24) ๐Ÿ–•
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Galani Waaqayyoof Haataโ€™u Ameenโ€ผ๏ธ
๐ŸŒป iji wantoota isin argaa jirtan kana argu gammadaa dha,
แ‹จแˆแ‰ณแ‹ฉแ‰ตแŠ• แ‹จแˆšแ‹ซแ‹ฉ แ‹“แ‹ญแŠ–แ‰ฝ แ‰ฅแแ‹“แŠ• แŠ“แ‰ธแ‹
=Luq 10:23
=แˆ‰แ‰ƒแˆต 10:23
โ–ณ______________โ–ณ
๐Ÿ‘‰ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘ˆ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ›Ž= nutti garuu iji keenya badee jira wanta tokko illee arguu hin dandeenyee,,garuu carraa nuu, qabnuu guddaa turee

โ›Ž iddoo ilaalamu qabuu dhisnee kan jireenya nuufi hin kennine ilaala jira

Koota mee, ija keenya gara Waaqa keenyatti akka ilaaluu goona

โ– yoo Waaqayyo argine iji keenya kan,eebbifamee ta'a
Ija jechuun ija,qaamaa foonii kan osoo hin tanee ija laphee keenya jechuudha
๐ŸŒป Namoonni Qulqulluun maali jedhan,
๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป
#kiristoos waaqni keenya hoo,akka jedhu
โ›ŽโžœSana booda gara barattoota isaatti garagalee, akkana jedhee kophaatti isaanitti dubbate
#Iji wantoota isin argaa jirtan kana argu
gammadaa dha
โ›Žโžœ Ani isiniin nan edha, raajonnii fi mootonni hedduun wantoota isin argaa jirtan kana
arguuf kan hawwan taus hin argine; wantoota isin dhageessan kana
dhagauuf kan hawwan taus hin dhageenye.โ€

โ›Žโžœ
#Abrahaam abbaan
keessan guyyaa koo arguuf gammachuu guddaadhaan eeggachaa ture, guyyaa koo argees gammadeera.โ€
(Yoh 8:56)

โ–
#Raajonni gaarummaa guddaa isiniif kennamu sana ilaalchisee raajii dubbatan sun, waaee #fayyina kanaa cimsanii barbaadaa fi of eeggannoodhaan qorachaa turan.

Affuurri isaan keessa ture dhiphina hedduu
#Kiristoos irra gauu fi ulfina sana booda dhufu dursee yommuu dhugaa bau, waaee yeroo isa kamii yookiin waaee waqtii akkamii akka argisiisu beekuuf qorannaa gochuu isaanii itti fufanii turan.

isaan ofii isaanii
#tajaajilaa akka hin turre isaanitti mulifamee ture,Kanaa mannaa, #Afuura_Qulqulluu samiidhaa ergameen karaa namoota misiraachoo isiniif labsan sanaatiin wantoota isinitti himamanii wajjin haala wal qabateen isin tajaajilaa turan. #Ergamonni.Maleekonni iyyuu wantoota kana xiyyeeffannaadhaan ilaaluuf hawwii guddaa qabu
(1 Phex 1:10-12)

โœ Namoonni kun hundi
#amantii isaanii eeganii kan duan taanis, abdiiwwan sun yommuu raawwataman
hin argine; kanaa mannaa fagootti ilaalanii isaan simatan, akkasumas biyyicha keessatti
#keessummootaa
fi yeroo gabaabaadhaaf kan jiraatan tauu isaanii ifatti labsan

โ– Namoonni wantoota akkasii lallaban kun, iddoo isa kan ofii isaanii cimsanii barbaadaa akka jiran ifatti argisiisu
(ibr 11:13-14).

โ›Žโžจ Namoonni kun hundi sababii
#amantii isaaniitiin dhugaa kan isaaniif baame tau illee, abdiin Waaqayyo kenne yommuu raawwatamu hin
argine
#sababiin isaas isaan nu
malee mudaa kan hin qabne akka taan kaayyoo isaa waan hin turreef, Waaqayyo waaee keenya dursee wanta caalu argeera (Ibr 11:39-40)

โ›Ž โžจ Yaa ijoolle, dubbiidhaan yookiin
#afaaniin
utuu hin tain, hojii fi dhugaadhaan wal jaallachuu qabna

โ– Kanaan nuti kan dhugaa tauu keenya ni beekna, akka inni nu jaallatus garaa keenya ni amansiisna

โ– wanta garaan keenya nutti murteessu hundumaa irrattis kana ni goona sababiin isaas
#Waaqayyo garaa keenya irra ni #caala, wanta hundumaas ni beeka.

โ– Yaa obboloota jaallatamo, garaan keenya nutti
hin murteessu yoo tae, Waaqayyo duratti dubbachuuf
#ija jabina qabna

โ–
#ajajawwan isaa waan eegnuu fi wanta ija isaa duratti gammachiisaa tae waan hojjennuuf wanta
isa gaafannu hunda isa irraa akka fudhannu ni beekna

โ– Dhuguma iyyuu ajajni isaa isa kana: kunis
#maqaa Ilma isaa #Iyyaasuus Kiristoositti
akka amannuu fi akkuma inni ajaja nuu kennetti akka wal jaallannu dha
(1 Yoh 3:13-23)
โ™จ๏ธโ™จ๏ธโ™จ๏ธโ™จ๏ธโ™จ๏ธโ™จ๏ธโ™จ๏ธโ™จ๏ธโ™จ๏ธ
โ™จ๏ธGalani Waaqayyofโ™จ๏ธ
๐ŸŒผ dubro Maariyaamiifi ๐ŸŒผ

โ™จ๏ธโ™จ๏ธHaataโ€™u โ™จ๏ธโ™จ๏ธ
โ™จ๏ธAmeenโ™จ๏ธ
โ–ณ.......................โ–ณ
๐ŸŒนEgaa #ifni dukkana
irra akkuma caalu
akkasuma
#ogummaan gowwummaa irra caaluu
isaa nan arge
=kitaaba Lallabaa 2:13

๐ŸŒป แŠฅแŠ”แˆ
#แ‰ฅแˆญแˆƒแŠ• แŠจแŒจแˆˆแˆ› แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแ‰ แˆแŒฅ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ #แŒฅแ‰ แ‰ฅ
แŠจแˆตแŠ•แแŠ“ แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‰ แˆแŒฅ แŠ แ‹จแˆ
=แˆ˜แŠญแ‰ฅแ‰ฅ 2 :13

๐ŸŒป yero sana isin ana
in
#waammattu, anis
isiniif nan deebisa
gargaarsaaf gara
kootti in iyyattu
anis isin jalaa nan
oowwaadha

isin nama cunqursuu
yoo dhiiftan
#quba
namatti qabdanii jal'ina
nama irratti dubbachuus
yoo dhiiftan isa
#beela'eef nyaata
yoo kennitan

isa
#rakkates yoo
gargaartan
#ifni
keessan dukkana
keessatti in ba'a
dukkanni keessanis
akka guyyaa saafaa
in ta'a
#Ani Waaqayyo
yeroo hundaa isin nan geggeessa,

lafa gogaa keessatti
iyyuu isin nan quufsa, namummaa keessanis
nan jabeessa
yommus isin akka
iddoo dhaabaa
isa yeroo hundaa
#bishaan qabuu
akka
#burqaa bishaan
isaa hin
#hir'annees
in taatu

isa dur diigamee
ture in
#deebiftu
#hundee isa abaabiliin
keessan kaa'an
irrattis in ijaartu
#isin Warra isa
caccabe
#deddeebisan
warra
#karaa isa
duudee ture
tottolchanis in jedhamtu
=Raaji isay 58:9-12

๐ŸŒป แ‹จแ‹šแ‹ซแŠ• แŒŠแ‹œ
#แ‰ฅแˆญแˆƒแŠ•แˆ…
แŠฅแŠ•แ‹ฐ แŠ•แŒ‹แ‰ต แ‹ญแ‰ แˆซแˆ
แˆแ‹แˆตแˆ…แˆ แˆแŒฅแŠ– แ‹ญแ‰ แ‰…แˆ‹แˆ
แŒฝแ‹ตแ‰…แˆ…แˆ แ‰ แŠแ‰ตแˆ… แ‹ญแˆ„แ‹ณแˆ
#แ‹จแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแˆ แŠญแ‰ฅแˆญ
แ‰ แŠ‹แˆ‹แˆ… แˆ†แŠ– แ‹ญแŒ แ‰ฅแ‰…แˆƒแˆ

แ‹จแ‹šแ‹ซแŠ• แŒŠแ‹œ
#แ‰ตแŒ แˆซแˆˆแˆ…
แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแˆ แ‹ญแˆฐแˆ›แˆƒแˆ
#แ‰ตแŒฎแŠปแˆˆแˆ… แŠฅแˆญแˆฑแˆ แŠฅแŠแˆ†แŠ
แ‹ญแˆ‹แˆ แŠจแˆ˜แŠซแŠจแˆแˆ… แ‰€แŠ•แ‰ แˆญแŠ•
แ‰ฅแ‰ณแˆญแ‰… แŒฃแ‰ตแˆ…แŠ•แˆ แˆ˜แŒฅแ‰€แˆต
แ‰ฅแ‰ตแ‰ฐแ‹ แ‰ฃแ‰ณแŠ•แŒแˆซแŒ•แˆญแˆ

แŠแแˆตแˆ…แŠ•แˆ แˆˆแ‰ฐแˆซแ‰ 
แ‰ฅแ‰ณแˆแˆตแˆต แ‹จแ‰ฐแŒจแŠแ‰€แ‹แŠ•แˆ
แŠแแˆต แ‰ฅแ‰ณแŒ แŒแ‰ฅ
#แ‰ฅแˆญแˆƒแŠ•แˆ…
แ‰ แŒจแˆˆแˆ› แ‹ญแ‹ˆแŒฃแˆ แŒจแˆˆแˆ›แˆ…แˆ
แŠฅแŠ•แ‹ฐ
#แ‰€แ‰ตแˆญ แ‹ญแˆ†แŠ“แˆ

#แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแˆ แˆแˆแŒŠแ‹œ
#แ‹ญแˆ˜แˆซแˆƒแˆ แŠแแˆตแˆ…แŠ•แˆ
#แ‰ แˆ˜แˆแŠซแˆ แŠแŒˆแˆญ แ‹ซแŒ แŒแ‰ฃแˆ แŠ แŒฅแŠ•แ‰ตแˆ…แŠ•แˆ แ‹ซแŒ แŠ“แˆ แŠ แŠ•แ‰ฐแˆ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแŒ แŒฃ แŒˆแŠแ‰ต
#แ‹แŠƒแ‹แˆ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆ›แ‹ซแ‰‹แˆญแŒฅ
แˆแŠ•แŒญ แ‰ตแˆ†แŠ“แˆˆแˆ…แข

แŠจแ‹ฑแˆฎ แ‹˜แˆ˜แŠ•
#แ‹จแˆแˆจแˆฑแ‰ต
แˆตแแˆซแ‹Žแ‰ฝ แ‹ญแˆ แˆซแˆ‰
แ‹จแ‰ฅแ‹™
#แ‰ตแ‹แˆแ‹ตแˆ แˆ˜แˆ แˆจแ‰ต
แ‹ญแ‰ณแŠแŒปแˆแค แŠ แŠ•แ‰ฐแˆ แˆฐแ‰ฃแˆซแ‹แŠ•
แŒ แŒ‹แŠ แ‹จแˆ˜แŠ–แˆชแ‹ซ แˆ˜แŠ•แŒˆแ‹ตแŠ•
แŠ แ‹ณแˆฝ แ‰ตแ‰ฃแˆ‹แˆˆแˆ…
=แŠขแˆณแ‹ญแ‹ซแˆต 58:8-12

๐ŸŒปNamoonni
#hojii
keessan isa gaarii
arganii
#Abbaa keessan
isa waaqa irraaf ulfina
akka kennaniif
#ifni
keessan akkuma
kanaatti namoota
duratti haa ifu jedheen
= Maatewos 5:16

โ™จ๏ธ
#แˆ˜แˆแŠซแˆ™แŠ• แˆฅแˆซแ‰ฝแˆแŠ•
แŠ แ‹ญแ‰ฐแ‹ แ‰ แˆฐแˆ›แ‹ซแ‰ต แ‹ซแˆˆแ‹แŠ•
#แŠ แ‰ฃแ‰ณแ‰ฝแˆแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‹ซแŠจแ‰ฅแˆฉ
#แ‰ฅแˆญแˆƒแŠ“แ‰ฝแˆ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ
แ‰ แˆฐแ‹ แŠแ‰ต แ‹ญแ‰ฅแˆซ
=แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 5 :16
==//==//====
#Bagaa_Geessaan
Miseensa channeel
Kan hundii keessan
Iyyuu, Kabaja
Ayyaanna Qulqulluu
#Taklayamanootti
=24=

โœ Akkuman dubbachuf
Yaale mataa duree
Sana irratti"jechi ifa
Jedhu bareeffame turee
Haataโ€™u malee sadarkaa
Sana Namoonni jiran
Yeroo kamiyyuu
Waaqayyo fuulduraatti
Hoojiin isaanii kan
Bareduu ta'a
ifa kan jedhamee
Qulqulloota

โ—ˆ Kanaafuu,nama
Hundumaf fakkeenya
Kan taโ€™e Qulqulloota

โ—ˆWarra isin gidduutti geggeessitoota taanii
fi dubbii Waaqayyoo
isinitti himan
yaadadhaa akkasumas
#buaa gaarii jireenyi
isaanii argamsiise
irratti xiinxaluudhaan
#amantii isaanii
hordofaa
=ibr 13:7

โ—ˆ แ‹จแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแŠ•
#แ‰ƒแˆ
แ‹จแ‰ฐแŠ“แŒˆแˆฉแŠ แ‰ฝแˆแŠ• แ‹‹แŠ–แ‰ปแ‰ฝแˆแŠ•
แŠ แˆตแ‰ก แ‹จแŠ‘แˆฎแŠ แ‰ธแ‹แŠ•แˆ
#แแˆฌ แŠฅแ‹จแ‰ฐแˆ˜แˆˆแŠจแ‰ณแ‰ฝแˆ
#แ‰ แŠฅแˆแŠแ‰ณแ‰ธแ‹ แˆแˆฐแˆ‰แŠ แ‰ธแ‹
=แ‹•แ‰ฅแˆซแ‹แ‹ซแŠ• 13:7

==//===//===
Ayyaana gaarii
Isinif Haataโ€™uโ€ผ๏ธ
==\\===\\===
๐ŸŒนWangeela
tokko Qofaa jira
=Galaatiyaa 1:7
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ—ˆโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
1โœ=akkuma
cuuphaan
Tokko jiruu

2โœ=akkuma Gooftaan
tokko jiruu

3โœ=akkuma Amantan
tokko jiru

4โœ=akkuma wangeeli
Tokko Jiru

5โœ=hordofitooni
Tokko qofti jiruu

โ—ˆqabxiiwwan 1-3 kan
ibsu ๐Ÿ‘‰=Eef 4:5
โ—ˆqabxiin wangeela
Tokko ibsu=Gal 1:7

โ—ˆQabxin
Hordoftoota tokko
Ibsu (Ani
#ortodoksii Kana
ibsuu
๐Ÿ‘‰=Eefe 1:10-13
๐Ÿ‘‰=Gal 1:15

๐ŸŒผ=Qabxiwwan 5 kan
Bakka Tokkoti ilaala

โ—ˆ akkuma
#Phaawulos
Jedhe1Qor 13:13 irraatti
โžŠ=jalalaa
โž‹=
amantii
โžŒ=abdii
โ—ˆ isaan sadan iyyuu
Garagara hin Bahan
Jedhuu
โ—ˆ ammas wantoonni
#Shanan(5) kuni adda
Hin Bau

โ™จ๏ธ Waa'ee hordofitoota
Waaqa tokko irratti
#Ani_ortodoksii dha
Kan jedhuu irratti

๐ŸŒนAni
#ortodoksii
Ta'e dhalee kootif
Waaqayyof Galani
Haataโ€™u jechuun
Ni barbaachisaa moo
Hin barbaachisuuโ“

๐ŸŒนAni ortodoksii ta'u
Kootif baayโ€™een
#gammada jechuun
Ni barbaachisaa moo
Hin barbaachisuuโ“

๐ŸŒผ kanaa irratti
Kitaabni Qulqulluun
Maali jedha

โœ
#isin isa gaarummaa Kiristoos isa guddaatiin
isin waame Sana irraa gara
#wangeela kan #biraatti
saffisa akkasiitiin garagaluun keessan na dinqisiiseera
๐ŸŒผ=jechi
#isin jedhuu yeroo
Jalqabaf Namoota warra
Galaatiyaaf jechuu isatti

โœ
#wangeeli kan biraan
akka hin jirre
#beekamaa dha
haa tau malee
namoonni isin jeeqanii fi
#wangeela waaee
Kiristoos ibsu
#jalisuu barbaadan tokko
tokko jiru
๐ŸŒผ wangeeli kan biraa
Akka hin jire jechuun
Isaa Waangeela tokko
Qofa jira jechuu isati
Kan bira wa'e Kiristoos
Hin ibsu jedhudha

โœTaus nu keessaa
namni tokko yookiin
#Ergaaman//maleekaan
tokko
#samii irraa dhufee
#wangeela nuti isiniif
#lallabne irraa #adda tae
yoo isiniif lallabe inni
#abaaramaa haa tau

โ—ˆ wangeela tokkicha
Kan irraa adda taโ€™e
Kan laallabe Abaarama
Ni ta'a
Namas yoo,taโ€™e
Ergamootaa yoo
Ta'es
๐ŸŒป=Haataโ€™u malee
Ergamoonni Waaqayyo
Wangeela nama
Barsisuu ni danda'u
=Ergamaan Seexanaa
Dhufe garuu kan adda
Ta'e yoo,lallabee
Ni abaaramaa

โœAkkuma kanaan dura dubbanne ammas dabalee
nan dubbadha
#eenyu illee wangeela isin #fudhattan
irraa adda tae yoo isiniif
lallabe
#abaaramaa haa tau
๐ŸŒป=Namas yoo taโ€™e kan
Abaaramee ta'a

โœAni amma namoota
moo Waaqayyoon amansiisuuf yaalaan jira? Moo namoota gammachiisuuf yaalaan jira? Ani amma iyyuu namoota
gammachiisuuf yaalaan
jira yoo tae
#garbicha
Kiristoos miti jechuu dha

โœYaa obbolootaa
#wangeela ani isiniif
lallabe
#nama irraa kan
madde akka hin taane
akka beektan
nan barbaada
๐ŸŒป=wangeelich nama
Irra akka hin dhufnee
Ibse

โœ sababiin isaas ani
Wangeella kana
#Iyyaasuus_Kiristoos
irraa
#mulataan nan
fudhadhe malee
nama irraa hin fudhanne
yookiin namni
na hin barsiisne
๐ŸŒป=wangeeli kan
Kiristoos
Ta'u ibse jira

โœAni dur
#amantii
Yihudii keessatti akkamitti akkan jiraadhe
jechuunis
#Kiristiyaanotaa Waaqayyoo cimsee
ariachaa fi balleessuuf dhamaaa akkan ture dhageessaniittu
๐ŸŒป=
#Phaawuloos jalqabaa
Amanti yihudoota
Hordofaa akka jiruu

โœakkasumas
#aadaa
abbootii kootiif hinaaffaa guddaan qaba ture
saba koo keessatti
warra
#hiriyoota koo
taan hedduu
#caalaas
amantii Yihudii
keessatti baayee
guddachaan ture
๐ŸŒป=Phawuloos yeroo
Sanati hiriyoota isaa
Akka caaluu mul'isa

โœHaatau malee
Waaqayyo inni
#gadameessa haadha
kootii jalqabee na
#filate fi karaa gaarummaa
isaa isa guddaa na
waame sun
๐ŸŒป=Akkuma Phaawuloos
Gadameessaa haadha
Isaa keessa filatame
Hordofa Kiristoos taโ€™e
โ—ˆ Ani
#ortodoksii taโ€™en
Dhaladhee yoo jeete
Sirridha,Ani ortodoksii
Ta'u kootiif,nan
gammada yoo,jeette
Sirridha
๐Ÿ‘‰=Gal 1:6_17
๐ŸŒปWangeelli
#dursa
Wanta hunda akka
Ta'e ifa
===========
#saqqii dhugaatiin
mudhii keessan
hidhachuu fi gaachana
#qomaa Qulqulluu uffachuudhaan
#jabaadhaa dhaabadhaa
akkasumas
#wangeela
#nagaa labsuuf
qophaauudhaaf
#miilla keessanitti #kophee
kaaadhaa
=Eefesoon 6:14-15
=============
๐ŸŒน
#Yaada yoo
qabatanii๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰
@Gutema123

๐ŸŒผ=link channeel
Yoo barbaadan๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐Ÿ…ฐ #Deebi isaa kuno ilaala "

๐ŸŒน
#Qophi_kuta_6_ffยชยช
#musilimooni
Waaqayyo hin dadhabu
Kiristoosi maalif dadhabe
Jedhuu...โ“
๐ŸŒนYohannis 4:6๐Ÿ‘‡
#Boolli bishaanii Yaaqoobi
achi jirature.
#Iyyaasus karaa deemuu
isaatiin waan
#dadhabeef boolla bishaanii sana #bira
taa'e Yeroon isaas
gara saa'atii ja'aa(6) ture
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ– Deebin keenya
immo Kuno ilaala๐Ÿ‘‡
โžœsababa kiristoos
Dadhabee "Qabxiwwan(5)
====//===//====
๐ŸŒนโžœ1)= Qabxii inni tokkoffan
โ– Fakkeenya Rajoota
Raawwachuufi.
โ– rajoonni heddun nama
Cubbama cubbuu isaa irra
Deebisuufi dadhabani jiru
๐ŸŒน=Yoh 4:38๐Ÿ‘‡
Ani wanta isin itti
hin
#dadhabne akka haammattan isin
ergeera
#Warri kaan itti #dadhabaniiru, isin garuu #bu'aa dadhabbii isaanii irraa hirmaattan.
โžœkan erguu Goofta keenya
โžœkan ergamani duuka buoota
โ– warri kuni kan itti dadhabani
Inni jedhu
#raajoota bara duri
Jechuu isaati
#แ‹ฎแˆแŠ•แˆต_4 :38 แŠฅแŠ”แˆ แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ แ‹ซแˆแ‹ฐแŠจแˆ›แ‰ฝแˆแ‰ แ‰ตแŠ• แ‰ณแŒญแ‹ฑ แ‹˜แŠ•แ‹ต แˆฐแ‹ฐแ‹ตแŠ‹แ‰ฝแˆแค #แˆŒแˆŽแ‰ฝ #แ‹ฐแŠจแˆ™
แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐแˆ แ‰ แ‹ตแŠซแˆ›แ‰ธแ‹ แŒˆแ‰ฃแ‰ฝแˆ

๐Ÿ…ฐ Luqaasi 10:23-24๐Ÿ‘‡
Sana booda gara
#barattoota isaatti
garagalee, akkana jedhee kophaatti isaanitti dubbate
#Ijji wantoota isin argaa
jirtan kana argu
gammadaa dha

Ani isiniin nan jedha,
#raajonnii fi #mootonni hedduun wantoota
isin argaa jirtan kana
arguuf kan
#hawwan
taus hin argine
wantoota isin dhagaaa
jirtan kana dhagauuf
kan hawwan
ta'us hin dhageenye.

โ–ibroota 11:13๐Ÿ‘‡
#Namoonni kun hundi
#amantii isaanii eeganii du'aniiru; taus, #waadaawwan sun yommuu #raawwataman hin argine; kanaa mannaa, #fagootti ilaalanii simatan, akkasumas #biyyattii
keessatti
#keessummootaa fi
yeroo gabaabaadhaaf kan jiraatan ta'uu isaanii
ifatti labsan.

โธ แŠฅแŠแ‹šแˆ… แˆแˆ‰ แŠ แˆแŠแ‹ แˆžแ‰ฑ
แ‹จแ‰ฐแˆฐแŒฃแ‰ธแ‹แŠ•
#แ‹จแ‰ฐแˆตแ‹ แ‰ƒแˆ แŠ แˆ‹แŒˆแŠ™แˆแŠ“ แ‹ณแˆฉ แŒแŠ• แŠจแˆฉแ‰… แˆ†แŠแ‹ แŠ แ‹ฉแ‰ตแŠ“ แ‰ฐแˆณแˆˆแˆ™แ‰ต แ‰ แˆแ‹ตแˆชแ‰ฑแˆ แŠฅแŠ•แŒแ‹ถแ‰ฝแŠ“ #แˆ˜แŒปแ‰ฐแŠžแ‰ฝ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ†แŠ‘ แ‰ณแˆ˜แŠ‘(แ‹•แ‰ฅแˆซแ‹แ‹ซแŠ• 11:13)
๐ŸŒนโžœRaga dabalata
โœMat 13:16-17
โœ1Mot 19:4
โœyonasi 4:3
โ– kanaafuu rajjoonni
Kuni isaani
#karaa keessa
#Rafaa, kuni isaani #dadbaba
Turani haaluma kan kiristoos
Akkuma isaani dadhabi sana
Irratti hirmate jira
โžœfakkeenya dubbi rajoota
Xumuruufi kiristoosi
Ni dadhabe.
โค๏ธ akkuma yero
#fannifame
#lafeen isaa osoo hin cabini
Hafe, duubi raajota rawwate
โ–ธ โ–ณ Yohannis 19:36
โ–ธ โ–ณ Far-Daawit 34:20
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนโžœ2)=inni lammaffan immo
#Waaqayyo Amala
dadhaba ta'e
Namati mulachun Amala
Waaqayyooti
โœโžœbara duri keessa
#Abrahamatti yero
Mulateti nama dadhabe
Fakkate itti mulate
๐ŸŒนโžœser.Uum 18:1-8
๐Ÿ’’โžœ
#wali_fakkeenya_isa

๐Ÿ…ฐโ– waaqayyoo Abrahamati
Kan mulate sa'aati 6 tti
๐Ÿ…ฑโ– kiristoos dubarti kaniti
Kana mulate sa'aati 6 tti

๐Ÿ…ฐโ–Abharami waaqayyotti
Deeme
๐Ÿ…ฑโ– dubartin gara kiristoos deemte

๐Ÿ…ฐโ– Abrahama nama
Dubarti 3 waajjin ciise jira
๐Ÿ…ฑโ– dubartin dhira 5 wajjin ciiste Jirti
โธ=lamanuu cubbu
rawwatani jiru

๐Ÿ…ฐโ– Abrahami bishaani
Waaqayyoof dhiyeesse jira
๐Ÿ…ฑโ– kiristoos jalqaba bishani
Akka isaa keenitu ishe gaafate

๐Ÿ…ฐโ– Abrahama xumura irrati
Gammachu argate
๐Ÿ…ฑโ– dubartin xumuraa irrati
Gammachu argate gara
mana ishee deemte

โ– iccitti kuni maalif
Ta'e kan jeetu yoo, tate
Kan dubbisi โžœ(Yoh 4:2-5)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
#kuta_1_ffยชยช
Kana irratti xumurama
#kuta_2_ffยชยช itti fufa
โžœibsa
#bareeffama
#sagaleen Hordoffu
Namni barbaduu
#Link kan xuqa seena
โ€ผ๏ธ
@haadha_Waaqa_naJaladha โ€ผ๏ธ
โ€ผ๏ธ
@haadha_Waaqa_naJaladha โ€ผ๏ธ
=====//===//====
G))โžก๏ธ gara amantii ilma jedhamta
Galatiyaa 3:7
Warri
#amantiidhaan jiraatan #ilmaan Abrahaam akka taan isin akka gaariitti beektu
1ximotewos 1:2
#Ximotewos isa karaa #amantii #ilma koo isa
dhugaa taeef Waaqayyo Abbaa fi Gooftaa keenya Kiristoos
Iyyaasus(Kiristoos)biraa gaarummaa guddaan, gara laafinnii fi nagaan siif haa tau
((Galatiyaa 4:6-7))
=========
๐Ÿ”ณ link waldaa keenya xuqa hordofaa๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
โคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธ