🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚
2.36K subscribers
43 photos
2 videos
9 files
113 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)
Download Telegram
🌻 iji wantoota isin argaa jirtan kana argu gammadaa dha,
የምታዩትን የሚያዩ ዓይኖች ብፁዓን ናቸው
=Luq 10:23
=ሉቃስ 10:23
△______________△
👉 👁👁 👈
▬▬▬▬▬
= nutti garuu iji keenya badee jira wanta tokko illee arguu hin dandeenyee,,garuu carraa nuu, qabnuu guddaa turee

iddoo ilaalamu qabuu dhisnee kan jireenya nuufi hin kennine ilaala jira

Koota mee, ija keenya gara Waaqa keenyatti akka ilaaluu goona

❖ yoo Waaqayyo argine iji keenya kan,eebbifamee ta'a
Ija jechuun ija,qaamaa foonii kan osoo hin tanee ija laphee keenya jechuudha
🌻 Namoonni Qulqulluun maali jedhan,
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
#kiristoos waaqni keenya hoo,akka jedhu
➜Sana booda gara barattoota isaatti garagalee, akkana jedhee kophaatti isaanitti dubbate
#Iji wantoota isin argaa jirtan kana argu
gammadaa dha
➜ Ani isiniin nan edha, raajonnii fi mootonni hedduun wantoota isin argaa jirtan kana
arguuf kan hawwan taus hin argine; wantoota isin dhageessan kana
dhagauuf kan hawwan taus hin dhageenye.”

#Abrahaam abbaan
keessan guyyaa koo arguuf gammachuu guddaadhaan eeggachaa ture, guyyaa koo argees gammadeera.”
(Yoh 8:56)

#Raajonni gaarummaa guddaa isiniif kennamu sana ilaalchisee raajii dubbatan sun, waaee #fayyina kanaa cimsanii barbaadaa fi of eeggannoodhaan qorachaa turan.

Affuurri isaan keessa ture dhiphina hedduu
#Kiristoos irra gauu fi ulfina sana booda dhufu dursee yommuu dhugaa bau, waaee yeroo isa kamii yookiin waaee waqtii akkamii akka argisiisu beekuuf qorannaa gochuu isaanii itti fufanii turan.

isaan ofii isaanii
#tajaajilaa akka hin turre isaanitti mulifamee ture,Kanaa mannaa, #Afuura_Qulqulluu samiidhaa ergameen karaa namoota misiraachoo isiniif labsan sanaatiin wantoota isinitti himamanii wajjin haala wal qabateen isin tajaajilaa turan. #Ergamonni.Maleekonni iyyuu wantoota kana xiyyeeffannaadhaan ilaaluuf hawwii guddaa qabu
(1 Phex 1:10-12)

Namoonni kun hundi
#amantii isaanii eeganii kan duan taanis, abdiiwwan sun yommuu raawwataman
hin argine; kanaa mannaa fagootti ilaalanii isaan simatan, akkasumas biyyicha keessatti
#keessummootaa
fi yeroo gabaabaadhaaf kan jiraatan tauu isaanii ifatti labsan

❖ Namoonni wantoota akkasii lallaban kun, iddoo isa kan ofii isaanii cimsanii barbaadaa akka jiran ifatti argisiisu
(ibr 11:13-14).

➨ Namoonni kun hundi sababii
#amantii isaaniitiin dhugaa kan isaaniif baame tau illee, abdiin Waaqayyo kenne yommuu raawwatamu hin
argine
#sababiin isaas isaan nu
malee mudaa kan hin qabne akka taan kaayyoo isaa waan hin turreef, Waaqayyo waaee keenya dursee wanta caalu argeera (Ibr 11:39-40)

➨ Yaa ijoolle, dubbiidhaan yookiin
#afaaniin
utuu hin tain, hojii fi dhugaadhaan wal jaallachuu qabna

❖ Kanaan nuti kan dhugaa tauu keenya ni beekna, akka inni nu jaallatus garaa keenya ni amansiisna

❖ wanta garaan keenya nutti murteessu hundumaa irrattis kana ni goona sababiin isaas
#Waaqayyo garaa keenya irra ni #caala, wanta hundumaas ni beeka.

❖ Yaa obboloota jaallatamo, garaan keenya nutti
hin murteessu yoo tae, Waaqayyo duratti dubbachuuf
#ija jabina qabna

#ajajawwan isaa waan eegnuu fi wanta ija isaa duratti gammachiisaa tae waan hojjennuuf wanta
isa gaafannu hunda isa irraa akka fudhannu ni beekna

❖ Dhuguma iyyuu ajajni isaa isa kana: kunis
#maqaa Ilma isaa #Iyyaasuus Kiristoositti
akka amannuu fi akkuma inni ajaja nuu kennetti akka wal jaallannu dha
(1 Yoh 3:13-23)
♨️♨️♨️♨️♨️♨️♨️♨️♨️
♨️Galani Waaqayyof♨️
🌼 dubro Maariyaamiifi 🌼

♨️♨️Haata’u ♨️♨️
♨️Ameen♨️
△.......................△
🌹🍀kutaa_15ffªª🌺
💣 Gaafi fi Deebi
Musilimoota

Yohaannis 6:38👇
#Ani samii irraa kanan
dhufe,
#fedhii isa na erge
sanaa
#raawwachuuf
malee, fedhii
#ofii _koo raawwachuuf miti
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🅾 Muslimooni akkasii
jedhanii,
#Kiristoos_Ergamadha.
Osoo
#Waaqayyo ta’e jiratee
fedhi koo,rawwachu qaba jedha ture.....
kanafuu inni homaa
gochuu
Hin danda'u jedhu...
▬▬▬▬▬▬▬▬
🌼=Deebi.......👇👇
=jalqabaa dura Kiristoos
eessaa Dhufe, yoo, jennee
Sami irra akka Dhufe namni
Kamiyyu Amanu qaba
🅾 👉Yoh 6:38🍃Yoh 3:13👈🅾

🌹Abbaan Kiristoos Ergee
Yero jennuu samii irraa gara
Lafati gadi dhufe namoota
akka inni Fayyisuuf.

🌹 Kiristoos Ani
#fedhii
Abbaa koo, rawwachuun
Dhufe,jedhee jira, Kuni yaada
Sirridha =fedhii Abbaa isaa rawwachuun immoo Kiristoos
Dhuguma ilma Waaqayyo
ta'u isa mul'isa

🅰 osoo Kiristoos fedhii Abbaa isaa hin rawwatuu ta’e, Kiristoos ilma Waaqayyo miti, maalif
Yoo, jennee, fedha Abbaa
Rawwacha hin jiruu kaa.

🌹Kitaabni
#Qulqulluun
akkasii Jedha,"

Yohaannis 8:39👇
#Iyyaasuus akkana isaaniin jedhe: “isin #ijoollee
#Abrahaam utuu taatanii
#hojii Abrahaam hojjettu turtan.

🌹 akkuma
#namni tokko anii
ilma Abrahaami jedhamuf, hojji Abrahaami gaarii sana hojjachuu qaba,Male hojji biraa
Hojjachu hin qabuu.

🅾 Haaluma
#walii_fakkaatu immoo Kiristoos ani ilma Waaqayyoti erga,jedhee hojja #Abbaa isaa rawwachu qaba

Yohaannis 5:19👇
🌹
#Iyyaasuus akkana jedhee
isaaniif deebise:
#Dhuguma dhuguman isiniin jedha
#ilmi waanuma #Abbaan
isaa yeroo hojjetu arge
#qofa
malee, ofii isaatiin kakaee wanta tokko illee hojjechuu
hin dandau. Sababiin isaas
#waanuma Abbaan #hojjetu hunda, Ilmis haaluma #walifakkaatuun
wantootuma sana hojjeta.

Yohaannis 6:38👇
#Ani wantoota yommuun #Abbaa_koo_wajjin turetti
argen dubbadha;
isin garuu wantoota abbaa keessan irraa dhageessan hojjettu

Yohaannis 6:40
Amma garuu
#ana isa
#nama dhugaa Waaqayyo
#irraa #dhagae isinitti hime ajjeesuu barbaaddu.
Abrahaam kana hin goone.
▬▬▬▬▬▬▬▬
Yohaannis 6:35-37
#Iyyaasuus akkana isaaniin jedhe: “ #Ani nyaata jireenyaa ti. 👉Namni #gara koo dhufu
#hundi matumaa hin
#beelau; #namni anatti
#amanu hundis matumaa
#hin_dheebotu.

Haata'u malee, akkuma
ani isinitti hime isin na
argitanii illee hin amantan.

Warri
#Abbaan anaaf kennu #hundi gara koo ni dhufu
anis isa gara koo dhufu matumaa of irraa hin ariu
👋 Kiristoos Waaqayyo
Wani ta’efi Abbaan nama
Hunduma Kiristoosi kennaa

🖐 osoo inni Abbaa isaa
Wajin walii qixaa hin tanee
Akkami, namoota isatti kennuu
Qaba ree,

👋 Kiristoos Waaqayyo Wani
Ta'ef Nama gara isaa dhufuu
Akka,inni hin beelofne fi dhobne
Godhe,,,,
🤌mee,rajoota keessa Kani
Akkasi jedhee Eenyu gara koota
Lamata hin dhobtani,hin beeloftan kan jedhee hin jiru,🤌
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Yohaannis 16:15🤏
Wanti Abbaan qabu
#hundi
kan koo ti.
#inni wanta kan
koo ta'e irraa
#fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.

Yohaannis 6:27-29👇
#Nyaata baduuf hin hojjetinaa kanaa mannaa nyaata hin #badnee fi #jireenya
bara baraa argamsiisuuf, isa ilmi namaa isiniif kennu
sanaaf hojjedhaa;
sababiin isaas, Waaqayyo Abbaan chaappaa isaa Ilma irratti godhee mirkaneesseera.”

isaanis, “
#Hojii Waaqayyoo hojjechuuf maali gochuu qabna ree” jedhaniin
Iyyaasuus “Hojiin Waaqayyoo, isinii isa inni ergetti akka
amantaniifi dha” jedhee
isaaniif deebise
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Link kan xuqaa
hordofaa...👇👋👋
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
🟢🌼⚫️🌼🟤🌼🟤🌼🔘🌼🔴
🌸👇Dubbisa👇👇🌼
Sababiin isaas inni sanyii
#Abrahaam gargaaraa jira malee, maleekota(Ergamoota)
gargaaraa akka hin jirre beekamaa dha.
▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹link kan xuqaa seena

@haadha_Waaqa_naJaladha
======//===//=====
🌹💒 kuta-29ffªª💒🌹
➧Gaafi fi Deebi
📍Muslimoota 📍
------------------------------
Yohaannis 8:48
Yihudoonnis deebisanii, “‘Ati
#nama_Samaariyaa ti, jinniin si keessa jira’ jechuun keenya sirrii
mitii” jedhaniin.
▬▬▬▬▬▬▬
1=gaaffii isaanii
Kiristoos nama
jedhuu.
-------------------
➧Deebii keenya
Kiristoos foonii nama
wanii uffatee gara namoota dhufee jira

📍Kiristoos foonii uffachuun isaa nama fakkatee mulachufi.
kayyoo foonii nama uffatee inni guddaan hojii Seexanaa balleessuufi

RAGAA KITAABA👇

1=Ibroota 2:14-16
#ijoolleen” sun foonii
fi dhiiga waan taaniif, innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae,
#dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka #balleessuufi
Akkasumas, warra jireenya isaanii guutuu
#garbummaa sodaa duaatiin qabamanii turan bilisa baasuufi
Sababiin isaas inni
#sanyii
#Abrahaam gargaaraa jira malee, #maleekota(Ergamoota)
gargaaraa akka hin jirre beekamaa dha.

2=1Yohaannis 3:8
#Diyaabilos jalqabaa kaasee #cubbuu waan hojjetuuf, namni cubbuu hojjechuu amaleeffatu kan Diyaabilosi.
#Ilmi_Waaqayyoo kaayyoo
kanaatiif, jechuunis hojii Diyaabilos
#diiguudhaaf
dhufee.

3=Filiphisiiyus 2:6-8
inni bifa Waaqayyootiin kan ture taus,
#Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo wajjin qixxee tauuf hin
yaadne Kanaa mannaa
#duwwaa ofii godhe; #bifa_garbummaa fudhatees #nama tae
kana malees yeroo
#nama taee dhufe, #gadi of qabuudhaan hamma #duaatti, jechuunis hamma
fannoo irratti
#fannifamee #du'uutti ajajamaa tae.
===================
➜Kiristoos foonii nama
uffatee jechuun Waaqummaa isaa irraa hoomtuu hin hirattu.

🌹Fakkeenyaaf
#Ergamoonni yeroo
➧looxii.
➧Danel,
mulataan sana namaa
fakkaatan itti mulatani
garuu ergamoonni ijaan
hin mul'ataani turanii
➧kanafuu sababa ergamoonni nama fakkatanii looxii mulatanif
wanti isaan irraa hiratu
gonkumaa hin jiruu.
➧(ser.Uum 19:1-2)👇
#Ergamoonni Waaqayyoo lamaan galgala gara Sodoomi ni dhufan; #Looxis karra Sodoomi dura in taa'a ture; Loox yeroo isaan arge, simachuudhaaf ka'ee itti adeemee, hamma mataan isaa lafa ga'utti sagadeeffi
==========
🌹akkuma ergamoonni ija namatti mulachu hin dandeenye, nama fakkatani mulatani,akkasumas osoo Aangoo isaani hin hirisne
mulatani

haaluma wali fakkatu kiristoos ijan hin mulane garuu fooni nama uffate wani dhufe, nama ta’e,nama yaa, ta'u malee
garuu Aangoo isaa irraa
gonkumaa hirachu hin danda'u

4=1ximotewos 6:14-16
hanga
#Gooftaan keenya
Iyyaasus Kiristoos mulatutti, mudaa fi
himata tokko malee ajaja sana eegi;

inni gammadaanii fi
#kophaa isaa
Bulchaa tae sun yeroo isaaf murteeffametti of mulisa. Inni
#Mootii
moototaa fi Gooftaa gooftotaa ti;

kan
#hin_duune isa qofa dha; #ifa itti dhihaatamuu hin dandaamne keessa jiraata; #namni_tokko illee
isa argee
#hin_beeku, isa arguus hin dandau. Isaaf ulfinnii fi jabinni bara
baraa haa tau. Ameen.

🌹📍Haata’u malee
#yihudoonni iddoo kana
irratti dogoggora dubbatanii Kiristoos
namaa
#samariyaa mitii
▬▬▬▬▬▬▬
🌹link kan xuqaa👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
**///**
🔳 ⤴️ kutaa -64- ffªª ⤵️ 🔳
🔺 gaafi fi Deebi
🔺Muslimoota
Yohaannis 14:13
Abbaan karaa
#Ilmaa ulfina akka argatuuf, wanta isin maqaa kootiin kadhattan hunda
ani isiniif nan raawwadha
======"||
📍gaaffii isaanii
1=Kiristoos ilma kani jedhamuu akkamu namoota kani ilma jedhanii amanu dha jedhu
========||×
🌺 Deebi keenya.🌺👇
Kiristoos ilma kani jedhamuu kani isa kuni gonkuma adda‼️
⓵.)) Kiristoos qofaatu addunyaa Uumamuu ishee duraa jira
📍Yohaannis 17:5
Yaa Abbaa ulfina
#Ani addunyaan #uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni.
⓶.)) ilma Kiristoos qofatu Waaqayyo biraa turee
📍Yohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu
#namni Waaqayyoon arge hin
jiru
#ilma_tokkicha isa taee fi
Abbaa bira jirutu waaee Isaa nuu ibse.
⓷.)) Seexanni Kiristoos qofaan ilma Waaqayyo jedhee malee
📍Maarqoos 3:11
#Hafuuronni xuraaoon illee, yommuu isa argan hundatti isa duratti kufanii “Ati #Ilma_Waaqayyoo ti” jedhanii iyyu turan.
⓸.)) Kiristoos ilma Waaqayyo qofa malee eenyu ergamoota erge .namoota walitti qaba
📍Maarqoos 13:27
Innis yeroo sanatti Ergamoota(maleekota) ergee, warra isaaf
#filataman_andaara lafaatii hanga andaara samiitti kallattii arfanii #walitti ni qaba.((Mat 25:31)* luq 21:36
⓹.)) ilma Kiristoos isaa qofaatu samii irraa dhufee malee.
📍Yohaannis 6:62
#Ilmi namaa #bakka_dura turetti utuu oli bauu yoo argitan maal jettu ree?
⓺.)) ilma Kiristoos qofan jireenyi argama.
📍Yohaannis 20:31
Wantoonni kun garuu kan barreeffaman Iyyaasus(kiristoos) dhuguma inni Kiristoosii fi
#Ilma_Waaqayyoo tauu
isaa akka amantaniif, amantaniis karaa
#maqaa isaa jireenya akka argattaniifi.
⓻.)) ilmi Kiristoos illee ergamoota irraa adda akka ta’e
📍Ibroota 1:5
Fakkeenyaaf Waaqayyo maleekota keessaa isa kamiin, “Ati
#ilma_koo ti; ani hara #si #dhalfadheera,” akkasumas “Ani #abbaa isaa nan taa, innis ilma koo ni taa” jedhee beeka?
⓼.)) Kiristoos
#ilma waqayyo jechuu qabu namni hundinuu
📍1Yohaannis 5:5
#Addunyaa mouu kan dandau
eenyu? Isa Iyyasus(Kiristoos)
#Ilma_Waaqayyoo tauu isaa amanu sana mitii?
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👉Kiristoos karaa
#foonii ilma #Abrahaam ,ilma #Daawit,ilma Maariyaami jedhama( Mat 1:1)* (Rome 1:3)* (Ibrotaa 2:15).
🌲kanafuu iddoo kanatti gara foonii ilma isaanii jedhama malee gara Gooftummaa isaa fi Waaqayyummaa isaani ilma isaani miti.
📌Maatewos 22:41_46
#Fariisonni walitti qabamanii
utuu jiranii Iyyasus(Kiristoos)akkana jedhee isaan
#gaafate Waaee #Kiristoos maali yaaddu? Inni #ilma eenyuuti? jedhe Isaanis, #Ilma_Daawiti” jedhaniin Innis akkana jedhee isaan gaafate: Maarree, Daawit akkamitti #hafuuraan geggeeffamee #Gooftaa’ jedhee isa waama? Daawit #Waaqayyo_Gooftaa kootiin, “Ani diinota kee miilla kee jala hamman siif godhutti ati #mirga koo taai” jedheera’ jedhee dubbateera Maarree #Daawit Gooftaa jedhee
erga isa waamee, akkamitti ilma isaa taa? Sana booda namni tokko illee deebii isaaf kennuu hin dandeenye guyyaa sanaa jalqabees namni gaaffii kan biraa isa gaafachuuf ija
jabaate hin turre
🅰 akkuma Daawitif gara
#foonii qofaan ilma ta’e ,gara foonii ilma Abrahaami, ilma Maariyaami, ilma Nohii ni jedhama, garuu gara gooftummaa immoo ilma Daawit miti ,akkasumas ilma Maariyaami miti inni Waaqa fi Gooftaa Maariyaamitti ,Daawitii, Abrahaami malee.
===============
link waldaa keenya xuqa👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
=========//==========
🅰 #Adaami Kiristiyaanaa moo
Miti
◉➛ #Abrahaam Kiristiyaanaa
▣➛ #Raajonni hundi isaanii Kiristiyaanaa
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
Luqaas 3:23-38
1.Adami ilma Waqayyo
2.Seti
3.Enoshi
4.Qaayinan
5.Mahalile
6.Yaaredi
7.Henok
8.Matusala
9.Lameek
10.Nohi
11.Seemi
12.Arfaksaadi
13.Qaayina
14.Sheela
15.Ebeer
16.Feeleg
17.Re'uu
18.Seruug
19.Naahor
20.Taara
21.
Abrahaam
22.Yisihaq
23.Yaqoob
24.Yihudaa
25.Faares
26.Hesroo
27.Ariin
28.Aminadaba
29.Na'aasoo
30.Salmoo
31.Bo'aaz
32.Yoobeed
33.Issey
34.Daawit
35.Naataa
36.Maxaat
37.Meenaa
38.Meleya
39.Eliyaqim
40.Yoonaam
41.Yoseef
42.Yihudaa
43.Simoon
44.Leewii
45.Mataat
46.Yoorim
47.Eliiezar
48.Iyyaasu (yosa)
49.Eer
50.Elmadam
51.Qosaam
52.Adii
53.Malki
54.Neerii
55.Salaatieel
56.Zarubaabel
57.Resaa
58.Yo'anaa
59.Yoodaa
60.Yooseek
61.Seemee
62.Mataatiya
63.Maa'at
64.Nagee
65.Eslii
66.Nahoom
67.Amoos
68.Matiyaas
69.Yoseef
70.Yanaay
71.Malki
72.Leewii
73 Mataat
74.Eeli
75.Yoseef
=Kiristoos👈

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🍇 𝙜𝙖𝙧𝙗𝙞𝙘𝙝𝙖 (𝑦𝑘𝑛) 𝙩𝙖𝙟𝙖𝙖𝙟𝙞𝙡𝙖👇
Tajaajila yookiin Garbicha jechuun Afaanii Giriikiitiin
#δούλους (Duulosi) jedhama.
Yeroo tokko tokko immoo
#παίδά (paiidaa) jedhama.
➻ amma garuu δούλους/δοῦλος fayyadamna.
🌺 𝑛𝑎𝑚𝑛𝑖 𝑎𝑘𝑘𝑎𝑚𝑖𝑡𝑡𝑖
#𝑔𝑎𝑟𝑏𝑖𝑐ℎ𝑎𝑎 𝑦𝑜𝑜𝑘𝑖𝑛 #𝑡𝑎𝑗𝑎𝑎𝑗𝑖𝑙𝑎 𝑤𝑎𝑎𝑞𝑎𝑦𝑦𝑜𝑜 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑎𝑚𝑎....
⓵➻
#𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘 𝚊𝚔𝚔𝚊 𝚒𝚜𝚊𝚊 #𝚞𝚞𝚖𝚎𝚎 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚊𝚖𝚊𝚗𝚞𝚞 𝚢𝚘𝚘 𝚝𝚊𝚎.
⓶➻
#𝚐𝚊𝚛𝚊𝚊 𝚐𝚞𝚞𝚝𝚞𝚞 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘 𝚔𝚊𝚗𝚒 #𝚓𝚊𝚕𝚊𝚝𝚞.
⓷➻
#𝚍𝚞𝚋𝚋𝚒 𝚏𝚒 #𝚊𝚓𝚊𝚓𝚊 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚘 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚎𝚎𝚐𝚐𝚞𝚞
⓸➻
#𝚏𝚞𝚍𝚑𝚊𝚝𝚊𝚖𝚊 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚚𝚊𝚋𝚞 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘 𝚋𝚒𝚛𝚊𝚝𝚒

❶➻Isayaas 44:21
Ati
#tajaajilaa(Garbicha) koo waan taateef Yaa Yaaqoob, yaa Israaʼel, wantoota kana yaadadhu Ani si #tolcheera, ati tajaajilaa(garbicha) koo ti Yaa Israaʼel, ani si hin irraanfadhu.

❷➻Sera.Uumama 26:24
Halkan sana waaqayyo isatti mulʼatee, “Ani Waaqa abbaa kee Abrahaami. Ani sii wajjin waanan jiruuf hin sodaatin;
#Abrahaam_tajaajilaa(garbicha) kootiif jedhee sin eebbisa, sanyii kees nan baayʼisa” isaan jedhe.

❸➻Seera.Lakkoofsa 12:8
Ani fuulaa fuulatti, karaa namaaf hin galleen utuu hin taʼin ifatti isatti nan dubbadha; inni fuula waaqayo ni arga. Maarree isin
#tajaajilaa(garbicha) koo #Musee mormitanii dubbachuu kan hin sodaanne maaliifi?”

❹➻Sera.lakkoofsa,14:24
#Tajaajilaan koo #Kaaleb garuu ilaalcha adda taʼe waan qabuuf, akkasumas garaa guutuudhaan ana duukaa waan buʼeef, ani dhugumaan biyya inni dhaqee ture sanatti isa nan galcha; sanyiin isaas ishii ni dhaalu.

❺➻2 Samuel 7:5
Dhaqi
#tajaajilaa(Garbicha)koo #Daawitiin akkana jedhi Waaqayo akkana jedha: “Ati mana ani keessa jiraadhu naaf ijaaruu qabdaa?

❻➻isaayaas 43:10
Waaqayyoo akkana jedha: “Isin dhugaa baatota koo ti, Eeyyee,
#tajaajilaa koo #isan filadhe dha; Kunis, isin akka beektanii fi akka natti #amantaniif, Ani isuma taʼuu koos akka hubattaniifi. Ana dura Waaqni bira hin jiru Ana boodas hin jiru.

❼➻Maatewos 25:23
Gooftaan isaas
#Garbicha(Tajaajila)gaarii fi amanamaa nana, baʼeessa goote! Ati wantoota muraasa irratti amanamaa taateetta. Ani immoo wantoota hedduu irratti sin muuda. Gara gammachuu gooftaa keetti seeni’ isaan jedhe.

❽➻Yohaannis 15:20.
Wantan isinitti hime kana yaadadhaa
#Garbichi tokko gooftaa isaa hin caalu. Isaan na ariʼataniiru yoo taʼe, isiniinis ni ariʼatu; dubbii koo eeganiiru yoo taʼe, dubbii keessanis ni eegu.

❾➻Yaaqoob 1:1
Yaaqoob isa
#garbicha_Waaqayyoo fi #garbicha_Gooftaa Iyyaasus Kiristoos taʼe irraa, gosoota 12n warra bakka adda addaatti bittinnaaʼaniif: Nagaan isiniif haa taʼu!

❿➻Sera.Uumama 18:3
Achiis akkana jedhe: “Yaa waaqayyo, si duratti fudhatama argadheera yoon taʼe, maaloo, ana
#tajaajilaa kee bira hin darbin.

❶❶➻Kitaba-Nahimiya 9:14
Sanbata kee isa qulqulluu isaanitti ni beeksiste; karaa
#tajaajilaa kee #Musees #ajajawwan, #dambiiwwanii fi #seera isaaniif ni kennite.
👇𝔤𝔞𝔯𝔞 T𝔢𝔩𝔢𝔤𝔯𝔞𝔪𝔪𝔞 K𝑜𝑜𝑡𝑎👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🌹kutaa-98-ffaa.
➧ gaafi fi deebi Muslimoota.
Yohannis 1:14
sagalichi(logos) #foon_taʼee nu gidduu jiraate. Nus ulfina isaa, ulfina Ilma Tokkicha ayyaanaa(gaarummaa) fi dhugaadhaan guutamee Abbaa biraa dhufe sanaa argineerra.
➊.gaafii isaanii sagalee sanani Waaqayyo Kiristoos Uumee jedhuu
Ragaa isaanii immoo
Seera.Uumama 1:3
#Waaqayyos_#Ifni haa taʼu” jedhe. Achiis #ifni ni #taʼe.
Raajii isayaas 55:11
dubbiin koo kan #afaan kootii baʼus fedhii koo #raawwata;
kaayyoo ani isa ergeefis galmaan gaʼa malee
harka #duwwaa gara kootti hin deebiʼu.
▬▬▬
🌹Deebii keenya👇
➧ lakkii sagalee sanani Kiristoos hin Uumne, sagaleen suni foonii ta’e jedhee malee Waaqayyo sagalee sanani Kiristoos Uumee gonkumaa hin jedhuu

➧ kanaa booda immoo ragaa isaanii dhiyeessan wangeela Yohaannis 1:14 irraa kani jiruu seera.Uumama 1:3 fi isaayaas 55:11irraa kani jiru ilaala.
jechoota Giriikiitiin fayyadamna Fakkeenyaaf Yohaannis 1:14 sagalichi foonii ta’e jechuun Qubeen isaa kana ture= « Λόγος σὰρξ ἐγένετο » #jechi #tae jedhuu Giriikiidhan ἐγένετο(eegeneto)jedhama.
seera Uumama 1:3 irraa kani jiruu Waaqayyo ifni Haata’u jedhee ,kani jedhuu Giriikii isaa immoo kana turee = «είπεν ο #θεός #γενηθήτω φως (kana jechuun Ifnii Haata’u jechudha)
Isaa booda Ifnii ta’e jedha εγένετο φως
amma wangeela Yohaannis 1:14 irraa jechi #είπεν ο #θεός_γενηθήτω jedhuu foolii isaa iyyuu hin jiruu.
😜 akka yaada Muslimootati Waaqayyo akkuma ifa godhee sana,Kiristoosiin illee Kiristoos foonii Haata’u jedhe jedhuufi deemu.
🌹garuu Kitaabni akkasii hin jennee Waaqayyo sagaleen foonii Haata’u hin jedheenn
🦆yaa Muslimoota(🐒) dogoggora kee hubbate amma.

🌹isaayaas 55:11.
Kana irraa kani jiru immoo waliin dubbii Waaqayyo fi namoota jidduu kani jiruu malee dhimma biraatti gonkumaa walii hin qabatuu " akka bareefama kanatii Waaqayyo wanta dubbadhe isaaniif nan rawwadha waadaa koo nan erga jedhuudha malee wanta bira miti.
👆Fakkeenyaafi akkasii jedhe jalqabaa
isayaas 55:8-11👇
#yaanni koo yaada keessanii wajjin, #Daandiin koos daandii keessanii wajjin tokko miti” jedha #Waaqayyo #Akkuma samiin lafa irraa oli fagaatu, #Daandiin koo daandii keessan irraa, #Yaanni koos yaada keessan irraa #fagoo dha.

#Bokkaanii fi cabbiin samii irraa gad buʼee, Lafa jiisuudhaan #oomisha akka argamsiistuu fi akka biqilchitu, Isa facaasuuf sanyii, isa nyaatuufis nyaata akka kennitu utuu hin godhin akkuma #ol_hin_deebine
#dubbiin koo kan #afaan kootii baʼus #fedhii koo raawwata;
#kaayyoo ani isa ergeefis galmaan gaʼa malee
harka duwwaa gara kootti hin deebiʼu.
➧kana jechuun kaayyoo Waaqayyo ,waadaa isaa kani uummata wajjiin dubbachaa jiruu malee kani wangeela Yohaannis 1:14 irraa wajjiin tokko miti.
▬▬▬▬▬▬▬
❤️ wanta salphaa tokko isinitti himma Kiristoos guyyuma sana Uumee jedhe namoota sobaanif.
➧Kiristoos yeroo sagaleen suni foonii ta’e jedhuu dhisii Waaqayyo jalqabaa samii fi lafa yeroo Uumuu iyyu jira turee.
👁Kanaafuu sagalee sanani Kiristoos Uumee kani isaanii jedhanii #soba_gudadha.
➊➧Yohaannis 17:5
yaa Abbaa, ulfina #Ani_addunyaan_uumamuu isaa #dura si biratti qabu sanaan, of biratti ulfina anaaf kenni.
🙏kanafuu Kiristoos addunyaa dura ergaa jiratee ammaa akkamitti sagalee sanii Kiristoos Uumee jedhu Musiliimooni

➋➧Qolosaayis 1:15
#inni fakkaattii Waaqayyo isa ijaan hin argamne sanaa fi #Angafa_uumama_hundumaa ti;
🙏Kiristoos Uumama hundaaf Aangafa erga taee sagalee sani Waaqayyo isaa Uumee akkamitti jedhuu Musiliimoni

➌➧Yohaannis 8:58
#Iyyaasus “Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #Abrahaam dhalachuu isaa #dura_ani jiran ture” isaaniin jedhe.
🙏 Kiristoos Abrahaam dura erga jiratee , sagalee sani Uumamee akkamitti jedhuu Muslimoonni

𝚐𝚊𝚛𝚊 𝚝𝚎𝚕𝚎𝚐𝚛𝚊𝚖𝚊 𝚔𝚘𝚝𝚊👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🅰 kutaa-101-ffaa👇
➻Gaafi fi Deebi Muslimoota
Yohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu #namni #Waaqayyoon arge hin jiru #ilma tokkicha isa taʼee fi Abbaa bira jirutu waaʼee Isaa ibse.
1=gaaffii isaanii silaa namni Waaqayyo argee hin jiru jedha Ilmi isaa akkamitti argee
jedhuu
Ragaa isaanii.
1ximotewos 6:16
kan hin #duune isa qofa dha; ifa itti dhihaatamuu hin dandaʼamne keessa jiraata; #namni tokko illee isa argee hin beeku, isa arguus hin dandaʼu. Isaaf ulfinnii fi jabinni bara baraa haa taʼu. Ameen.
Seera.Bau 33:20
namni fuula koo argee jiraachuu hin dandeenyeef ati fuula koo arguu hin dandeessu.
▬▬▬
👋 Deebi keenya👇
Namni Waaqayyo argeesi jira kani jedhuu ta'a.
Fakkeenyaaf
Abrahaam
➻Isayaas
➻Iyyoobi
➻Yohaannis
➊➻Abrahaami
seera.Uumama 18:1
Utuma #Abrahaam guyyaa saafaadhaan qilxuu Mamree bira balbala dunkaana isaa dura taaʼee jiruu #Waaqayyo isatti #mulʼate.
➋➻Isaayaas
Raajii isaayaas 6:1
Bara Uziyaan Mootichi duʼe keessa, ani utuu #Gooftaan teessoo oli dheeraa fi ulfina qabeessa irra taaʼee, handaarri uffata isaa mana qulqullummaa guutee jiruu nan #arge
▬▬▬▬▬
👉Amma gara mataa Duree keenya kootu.
=Kiristoos Akkamitti argee siila hoomtuu Abbaa hin argine isaa jedhuuf « jalqabaa dura Kiristoos isaa Waaqa ta’e dhisii Namoonni Qulqulluu fi Ergamaan iyyuu arganii jiruu kani jedhuu ta'a » .
Kiristoos Maata isaa iyyuu ifa hoomtuu itti dhiyatamu hin dandeenyeef keessa jirachuu isaa kunooti 👇
➊➻Raajii Hisqi'el 1:26-27
Wanta diriiraa mataa isaaniitii olitti argamu sana gubbaa wanti akka dhagaa safiroos taʼe tokko jira ture; innis teessoo fakkaata ture. Teessoo ol gubbaa jiru sana irras #bifti isaa #nama kan fakkaatu tokko taaʼee ture.
Wanta mudhii isaa fakkaatuu fi sanaa olitti argamu irraa wanta akka sibiila calaqqisuu taʼee fi akka #ibiddaa_ifu tokko nan arge; mudhii isaatii gadittis wanta ibidda fakkaatu tokko nan arge. #Ifni_guddaan tokko isatti marsee jira ture;

Nama kani fakkatu inni Tessoo irraa ta’e #Kiristoos
➋➻Raajii Daani'el 7:9_10
Anis hamma #teessoowwan kaaʼamanitti ilaaluu koo ittan fufe; Inni Bara Dheeraa Jiraate ni taaʼe. #Uffanni isaa akkuma #cabbii_adii ture; #rifeensi mataa isaas suufii adii fakkaata ture. Teessoon isaa #labooba_ibiddaa ture; geengoowwan teessoo isaas ibidda bobaʼaa jiru turan.
uffaanni isa Adii akka cabbii jedhee.
➌➻Maatewos 17:2
Achiis inni isaan duratti ni jijjiirame; fuulli isaa akka aduu ife;  #uffanni isaas akka ifaa calaqqise.
❤️ #rifeensi+mataa isaas #suufii_adii fakkaata ture
➍➻Mul’ata 1:14-18
#Mataan isaa fi #rifeensi isaa akka #suufii_adii fi akka cabbii addaata ture; ijji isaa labooba ibiddaa fakkaata ture;   miilli isaa sibiila diimaa baʼeessa iddoo ibiddaa keessatti diimeffame fakkaata ture; sagaleen isaa immoo akka sagalee bishaanota hedduu ture.  Harka isaa mirgaa keessaa urjiilee torba qaba; afaan isaa keessaa goraadee qaramaan dheeraa taʼee fi karaa lamaan qara qabu ni baʼe,  #fuulli isaa akka #aduu humna guutuudhaan #ifuu ture.
Anis yommuun isa argu, akka nama duʼee taʼeen miila isaa jalatti kufe. Innis harka isaa mirgaa ana irra kaaʼee akkana naan jedhe: “Hin sodaatin. Ani Isa Jalqabaa fi Isa Dhumaa ti,
isa jiraatu dhas 👉#dueen ture; garuu kunoo, baraa hamma bara baraatti nan jiraadha, #furtuuwwan duʼaa fi Awwaalaa qaba.
dhuguma duee kani ture Kiristoos kanafuu rifeensi isa adii Suufii suni Kiristoos.
Kanaafuu Kiristoos maata isaa iyyuu ifa hoomtuu itti dhiyachuu hin dandeenya keessa jirata inni jedhamee kanuma.


🌹kani Phaawuloos ibsee nuu illee Kiristoos.
➎➻1 ximotewos 6:16
inni gammadaanii fi kophaa isaa Bulchaa taʼe sun yeroo isaaf murteeffametti of mulʼisa. Inni #Mootii_moototaa fi #Gooftaa_gooftotaa ti;
kan hin duune isa qofa dha; ifa itti dhihaachuun hin dandaʼamne keessa jiraata; namni tokko illee isa argee hin beeku, isa arguus hin dandaʼu. Ulfinnii fi jabinni bara baraa isaaf haa taʼu. Ameen.
🌷kuta-1-ffaa 👇
Gaafi fi deebi Musiliimota
➧ Wangeela Maarqoosi irraa
Maarqoos 1:1
#jalqaba #wangeela Iyyaasus Kiristoos Ilma Waaqayyoo
➻gaafii Muslimoota Lakki kana miti waangeeli Kiristoos, wangeela kana kani bareesse Maarqoos malee Kiristoos mitii ,kunis ergaa Kiristoos oli bahe jedhu.👆
kuni #seenaa dha malee wangeela miti jedhuu
▬▬▬▬
➧ Deebii keenya👇
Wangeelli Kiristoos kanuma.
-jechii wangeela jedhu afaanii Giriikii irraa yeroo dhufuu #εὐαγγελίου ( #Inaggeliion) yomuu ta'u Ingiliffaan immoo #gospel (Gosipiil) jedhama hiika isaa misiraachoo ykn dubbii gaarii jechudha. Dubbii waee Kiristoos ibsu jedhama.

amma gara qabxii keenyatti kottaa waangeela Kiristoos yeroo jedhamuu wantoota heduu ofii keessa qaba.
1.➧waa'ee Kiristoos
2.➧waee Namoota
3.➧waa'ee Ergamoota
4.➧waa'ee wanta samii fi  lafa irratti  ni dubbata.
erga waa'ee wantoota kana dubbate maalif wangeela Kiristoos qofaa jedha reewangeela samii ykn wangeela lafaa maalif jedhamuu didee isaa jedhuufi
🅰 deebii isaa kanaa turee
Nama,lafa ,qilleensa ,muka , samii hunda kani Uumme Kiristoos wani taeefi.
Yohaannis 1:3.
Wanni hundinuu isaan taʼe; waan taʼe hunda keessaas wanni isa malee taʼe tokko iyyuu hin jiru.
➻ musiliimonni lakkii yoo jedhan Qur’aanaa fi Hadiisaani ,waee lafa ,samii ,nama. Ni dubbata inni maalif Qur’aanaa Allaattii jedhamuu didee jennee gaafanna.😜

➧ Maarqoos waa'ee Kiristoos dubbachuu eenyu dhorkaa❗️ Yeroo kamiyyuu yoo waangeela bareesse eenyu dhorkaa❗️
🅱 Musiliimoonni lakki erga Kiristoos oli bahe bareesse yoo jedhan immoo  " muhammad immoo Qur’aanaa keessatti erga Musee du'e ,erga Abrahaam du’e  eessa fidee dhiyeenya kana bareesee 😜


Muslimoonni waangeeli Maarqoos seena Kiristoos malee wangeela miti jedhuu

Muhammad Qur’aanaa fi Hadiisaa keessaatti seenaa maalif bareesse ree😜

👉Walumaagalatti Muslimoonni gowwadha yaaduma samuu ofi dhukkubsuu.
▬▬▬▬▬▬▬
akka barumsa orthodoksitti Maarqoos kitaaba kani wani barreesefi kitaaba kani irraa adda baasuuf wangeela Maarqoos jedhame ,akkuma kitaaba Musee ,kitaaba Dani'eel  jennuu sanadha. Malee wanta biraf miti.

Waangeela bareessuuf dubbachuu hoomtuu Maarqoos hin dhorkuu.
➊.Hoji.duka buota 4:20
Nu waan #arginee fi waan #dhageenye dubbachuu dhiisuu hin #dandeenyuutii

❤️Maarqoos Kiristoos wangeela Kiristoos jedhee(Mar1:1)

➋.1Qorontoos 9:12
Erga warri kaan mirga gargaarsaa kana isin irraa qabaattanii, nu immoo kan caalu hin qabaannuu ree?
Nu garuu mirga kanatti hin fayyadamne. Nu #wangeela_Kiristoositti gufuu taʼuu mannaa waanuma hunda obsuu qabna

➌.2 Qorontos 11:7
#Wangeela_Waaqayyoo gatii malee isinitti lallabuudhaan akka isin ol ol jettaniif ani gad of qabuun koo cubbuu turee?
➻Kana jechuun Phawuloos #Kiristoos_Waaqayyo ta'u ibsee jira
▬▬▬▬▬
🌷soba Muslimoota Kitaabni Qulqulluun seenaa dha malee jecha Waaqayyo miti jedhu mee Qur’aanaa keessa seenaa(history) yoo jiratee akkamitti tain laata

➊.Suura.2:127
بِسْمِ اللّٰهِ الرَّحْمٰنِ الرَّحِيْمِ

وَاِذۡ يَرۡفَعُ اِبۡرٰهٖمُ الۡقَوَاعِدَ مِنَ الۡبَيۡتِ وَاِسۡمٰعِيۡلُؕ رَبَّنَا تَقَبَّلۡ مِنَّا ‌ؕ اِنَّكَ اَنۡتَ السَّمِيۡعُ الۡعَلِيۡمُ

#when Abraham was raising the foundations of the House and [with him] Ishmael, [saying], "Our Lord, accept [this] from us. Indeed You are the Hearing, the Knowing.

➧Yeroo Abrahaam mana Kaabaa keessatti dhabee ture ilma isaa ismaeel wajjiin akkasii jedhee « gooftaa keenya nuu irraa dhaga'a fi beeka » jedhee
🐐akka jecha kanatti dubbii kana kani dubbatee Abrahaami Kanaafuu Qur’aanni jecha Allahati jedhuu ,Kanaafuu Abrahaamii Allaha jechudha😜

Wanti kuni erga kani Abrahaam tae, #Abrahaam erga du'ee turee ,Kanaafuu #seenaa (History) Abrahaam kunoo dubbachaa hin jiruu seenaa Abrahaam akkamitti #jecha allaha ta’e ree😜

Allaha ofi keessa base osoo hin tanne #yaada Abrahaam fudhatee dubbii kiyya jecha jira 😁 yaa Muslimaa amma maali siif waaya ree
▬▬▬▬▬▬▬
❤️ #sagalee ( #voice)gara gadi sirriitti dhageeffadha
+𝑔𝑎𝑟𝑎 𝑡𝑒𝑙𝑒𝑔𝑟𝑎𝑚𝑎 𝑘𝑜𝑡𝑎 👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha