🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚
2.36K subscribers
42 photos
2 videos
9 files
113 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)
Download Telegram
Forwarded from Gutema Gelana
🌹akka Pheexiroos
jedhutt🖕

#Gooftaadhaaf jedhaatii #Aangoo namoonni hundeessan hundaaf #bitamaa; inni #iddoo ol aanaa
waan qabuuf
#mootiidhaaf bitamaa;

#bulchitoonnis warra #dogoggora hojjetan #adabuuf, warra gaarii hojjetan immoo #galateeffachuuf isa biraa
kan ergaman waan taaniif isaaniif bitamaa.

#Fedhiin Waaqayyoo,
isin waan gaarii hojjechuudhaan namoota gowwaa wanta faayidaa hin qabne dudubbatan akka cal jechisiistani dha

Akka namoota bilisa taaniitti jiraadhaa; taus bilisummaa keessan dogoggora hojjettan
#dhoksuuf utuu hin tain, akka #garboota_Waaqayyootti itti fayyadamaa.

🌻 Namoota akaakuu hundumaa
#kabajaa, guutummaa waldaa obbolootaatiif jaalala qabaadhaa, Waaqayyoon sodaadhaa, #mootii_kabajaa.

🌻
#Tajaajiltoonni gooftolii isaanii warra gaarii fi warra tole jedhaniif qofa utuu hin tain, warra gammachiisuun ulfaataa taeefis sodaa isaaniif malu kennuudhaan haa bitaman.

🌻 Sababiin isaas, namni Waaqayyo
#duratti qalbii #qulqulluu qabaachuuf
jecha rakkina isa irra gauu fi jalina isa irratti raawwatamu yoo dandae kun gaarii dha.

#Cubbuu_hojjettanii yommuu #reebamtan yoo dandeessan kun galata maalii qaba Haa
tau malee, wanta gaarii hojjechuu
keessaniin kan kae rakkina isin irra gau yoo dandeessan kun Waaqayyoon kan
#gammachiisu dha.

🌻 Dhugaa dubbachuuf isin
#jireenya akkasiitiif waamamtan; sababiin isaas, Kiristoos faana isaa
dhiheenyatti akka hordoftan fakkeenya isiniif dhiisuudhaan isiniif jedhee dhiphateera.

inni cubbuu tokko illee hin hojjenne, dubbii gowwoomsaanis afaan isaa keessatti hin argamne. (1Phe 2:13-21)
👉mootii dha bitama jecha jira
Kana caala,anii hooma,itti hin dabaluu
👉 yoo,Ati ajaja kan hin eegnee lololtun mootii yoo,sii,ajjeesee rakkoo mata keetii

🌻akka
#Phaawuloos
jedhutti immoo 🌻

#Garboota nana, akkuma #Kiristoosiif_ajajamtan garaa qulqulluudhaan sodaa fi romaan warra karaa
#foonii_gooftolii keessan taaniif ajajamaa

namoota gammachiisuuf
jecha ija namaa ilaallachaa utuu hin tain, akka garboota Kiristoos garaa guutuudhaan fedhii Waaqayyoo raawwachaa jiraniitti isaaniif ajajamaa.

Namootaaf utuu
hin tain akkuma waaqayoodhaaf hojjettaniitti ilaalcha gaariidhaan tajaajilaa;

sababiin isaas garbichis
tae namni bilisa tae, namni hundi wanta gaarii hojjete kamiif iyyuu, Waaqayyo biraa gatii isaa akka argatu beektu

🌹 Akkasumas
#gooftolii kan taatan, Gooftaan isaaniis tae
kan keessan
#samii keessa akka jiruu fi isa biras #looguun akka hin jirre waan beektaniif, #sossodaachisuudhaan utuu hin tain, isinis haaluma
kanaan isaan qabaa
(Efesoon 6:5-9)


#mooti ykn gooftolii foonii kan jedhaman namoota angoo lafaa kana irratti nama irratti qabaniidha
#isaaniif immoo Waaqayyo angoo akka isaan irratti qabu hubbadha jedha jira Phawuloos
▬▬▬◉▬▬▬
Kanaafuu mootummaan biyyaa bulchuu gaarii ta’e dhisee, ati yeroo hundumaa hojjii gaarii hojjachuu, nama sii,ajajuu ajajamif

❖ namichii du'e yakka yoo, qabatee, ni gafatama
wanii lololtuun isaa ajjeesseef qofaa miti biraas qabachuu danda'a laphee namaa kan beekuu Waaqayyo qofaa wanii ta’ef, yoo, akka gaarii tti hojjii gaarii hojjatee du'e mootummaa Waaqayyo ni argata

Lololtun caalise nama yoo,ajjeesse yakka Kanaaf ni gafatama

" Gafin kee,bareedaa jabadhuu Waaqayyo sii,fana Haata’u

❖namnii yaada fi gaaffii qabdan 👇👇👇
@Gutema123
🌹💒 kuta-29ffªª💒🌹
➧Gaafi fi Deebi
📍Muslimoota 📍
------------------------------
Yohaannis 8:48
Yihudoonnis deebisanii, “‘Ati
#nama_Samaariyaa ti, jinniin si keessa jira’ jechuun keenya sirrii
mitii” jedhaniin.
▬▬▬▬▬▬▬
1=gaaffii isaanii
Kiristoos nama
jedhuu.
-------------------
➧Deebii keenya
Kiristoos foonii nama
wanii uffatee gara namoota dhufee jira

📍Kiristoos foonii uffachuun isaa nama fakkatee mulachufi.
kayyoo foonii nama uffatee inni guddaan hojii Seexanaa balleessuufi

RAGAA KITAABA👇

1=Ibroota 2:14-16
#ijoolleen” sun foonii
fi dhiiga waan taaniif, innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae,
#dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka #balleessuufi
Akkasumas, warra jireenya isaanii guutuu
#garbummaa sodaa duaatiin qabamanii turan bilisa baasuufi
Sababiin isaas inni
#sanyii
#Abrahaam gargaaraa jira malee, #maleekota(Ergamoota)
gargaaraa akka hin jirre beekamaa dha.

2=1Yohaannis 3:8
#Diyaabilos jalqabaa kaasee #cubbuu waan hojjetuuf, namni cubbuu hojjechuu amaleeffatu kan Diyaabilosi.
#Ilmi_Waaqayyoo kaayyoo
kanaatiif, jechuunis hojii Diyaabilos
#diiguudhaaf
dhufee.

3=Filiphisiiyus 2:6-8
inni bifa Waaqayyootiin kan ture taus,
#Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo wajjin qixxee tauuf hin
yaadne Kanaa mannaa
#duwwaa ofii godhe; #bifa_garbummaa fudhatees #nama tae
kana malees yeroo
#nama taee dhufe, #gadi of qabuudhaan hamma #duaatti, jechuunis hamma
fannoo irratti
#fannifamee #du'uutti ajajamaa tae.
===================
➜Kiristoos foonii nama
uffatee jechuun Waaqummaa isaa irraa hoomtuu hin hirattu.

🌹Fakkeenyaaf
#Ergamoonni yeroo
➧looxii.
➧Danel,
mulataan sana namaa
fakkaatan itti mulatani
garuu ergamoonni ijaan
hin mul'ataani turanii
➧kanafuu sababa ergamoonni nama fakkatanii looxii mulatanif
wanti isaan irraa hiratu
gonkumaa hin jiruu.
➧(ser.Uum 19:1-2)👇
#Ergamoonni Waaqayyoo lamaan galgala gara Sodoomi ni dhufan; #Looxis karra Sodoomi dura in taa'a ture; Loox yeroo isaan arge, simachuudhaaf ka'ee itti adeemee, hamma mataan isaa lafa ga'utti sagadeeffi
==========
🌹akkuma ergamoonni ija namatti mulachu hin dandeenye, nama fakkatani mulatani,akkasumas osoo
Aangoo isaani hin hirisne
mulatani

haaluma wali fakkatu kiristoos ijan hin mulane garuu fooni nama uffate wani dhufe, nama ta’e,nama yaa, ta'u malee
garuu
Aangoo isaa irraa
gonkumaa hirachu hin danda'u

4=1ximotewos 6:14-16
hanga
#Gooftaan keenya
Iyyaasus Kiristoos mulatutti, mudaa fi
himata tokko malee ajaja sana eegi;

inni gammadaanii fi
#kophaa isaa
Bulchaa tae sun yeroo isaaf murteeffametti of mulisa. Inni
#Mootii
moototaa fi Gooftaa gooftotaa ti;

kan
#hin_duune isa qofa dha; #ifa itti dhihaatamuu hin dandaamne keessa jiraata; #namni_tokko illee
isa argee
#hin_beeku, isa arguus hin dandau. Isaaf ulfinnii fi jabinni bara
baraa haa tau. Ameen.

🌹📍Haata’u malee
#yihudoonni iddoo kana
irratti dogoggora dubbatanii Kiristoos
namaa
#samariyaa mitii
▬▬▬▬▬▬▬
🌹link kan xuqaa👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
**///**
➡️🌸kutaa-44 ffªª 🅾
                  ♨️Gaafi fi Deebi
🚭Muslimoota
Yohaannis 11:35.
Iyyaasus(Kiristoos)
#imimmaan isaa dhangalaase(boo'e).
ኢየሱስም እንባውን አፈሰሰ
((ዮሐንስ 11:35))
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
📍Gaafii isaanii
1=Kiristoos Waaqayyo mitii
Waaqni akkamitti imimmaan dhangalaasaa yookiin akkamitti boo'aa jedhuu...
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➡️ Deebi keenya.
imimmaan dhangalaasuu yookiin boo'uun ,nyaachuun
Aangoo Waaqayyo gadii hin xiqeesuu ,yookiin immoo olii hin dabaluu.

👉Ragaa kitaaba
⓵=➧Ser.Uum 6:6
#Waaqayyo nama lafa irratti uumuu isaa in #jibbe, guutummaa garaa isaatiinis in #gadde
➞jedha Waaqayyo nama ni
#jibbee fi ni #gadde jedhuu ilaala
Waaqayyo sababa nama jibbee fi gaddeef.
#Aangoo isa irraa maaltuu hiratee ,lakki hoomtuu hin hirane.
⓶=➧ser.Uum 18:8
Sana booda inni
#dhadhaa fi #Aannan, akkasumas
jibicha qopheesse sana fuudhee
#nyaaticha isaaniif dhiheesse.
Yommuu isaan
#nyaatanis inni
mukicha jala isaan bira dhaabbatee ture.
➞yeroo Waaqayyo mana Abrahaami seene,sana Waaqayyo nyaatee jedha.
👉 kanafuu Waaqayyo wanta nyaateef maaltuu
hiratee ree..

Haaluma kan Kiristoos imimmaan dhangaalase yookiin yoo,
#gade Aangoo Kiristoos maaltuu hirachuu danda'a
Lakki hoomtuu hin hiratu.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🔺 kanaa booda Kiristoos
Sababa maalif imimmaan isaa dhangalaase kan jedhuu ilaala.
Deemna.⬇️

🌹➞Sababa
#Tokkoffaa
Ser.Uum 6:6 irratti Waaqayyo sababaa innii gadeef namaa wani jalatufi gadee.
Waaqayyo immoo Addunyaa jalachu isaa👇
⓷=➧Yohaannis 3:16
Isatti kan amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin badneef,
#Waaqayyo Ilma
isaa isa tokkicha hamma kennuufitti
#addunyaa kana baayee #jaallateera.

➧Haaluma walii fakkaatu immoo Kiristoos Alaazaar baay'ee jaalata.
⓸=➧Yohaannis 11:36
Yeroo kanatti Yihudoonni, “Akkam akka inni isa
#jaallatu ni argtuu?” jechuu jalqaban

🌹➞Sababa
#lammaffaa namaaf gadu Kiristoos afaanii qofa osoo hin tanee hojii nutti argisiise Fakkeenyaaf nuuf ta'uf
⓹Yohaannis 13:15
Akkuma ani isiniif godhe, isinis akkanuma akka gootan
#Ani_fakkeenya isiniif taeera.
⓺=➧Maatewos 11:29
Waanjoo koo baadhaa,
#Ana irraas #baradhaa, ani garraamii fi kanan gadi of qabu waanan taeef #lubbuudhaan keessaniifis boqonnaa argattu.

🌹➞sababaa
#sadaffaan Kiristoos imimmaan dhangalaasuu isaa
Dhugumati foonii keenya akka fudhatee ibsuuf, maalif yoo,jedhamee Kiristoos foonii nama miti kani ergamoota fudhatee akka hin jenneefi
Foonii nama immoo akka imimmaan qabuu mirkaneessuuf.akkasii godhee.
⓻=➧Roome 1:3
Kunis waaee Ilma isaa isa
#karaa_foonii sanyii Daawit irraa dhufe sanaa kan ibsu dha.

⓼=➧Ibroota 2:16
Sababiin isaas inni
#sanyii
Abrahaami gargaaraa jira malee,
#maleekota gargaaraa akka hin jirre beekamaa dha.

🚯kutaa_42 ffaa dubbisa🚷
➡️
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/464 ⚫️👌👌👌👌
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
link kan xuqa yeroon itti qophaa deema 👇👇👇👇👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
  ⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️
🌹⬇️ kutaa_ 55 ffªª 🌺⬇️
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🔺Gaaffii fi Deebi
👉Muslimoota
Yohaannis 13:16
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, garbichi gooftaa isaa irra hin caalu,
#inni_ergames isa
#isa_erge irra #hin_caalu
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🔺 Gaaffii isaanii
⓵= Abbaan Kiristoos ni
#caalaa jedhuu.
=inni Erge
#Abbaadha
=inni Ergamee
#Kiristoos.
▬▬▬▬▬▬▬▬
📍Deebii keenya
⓵=Erga Abbaan Kiristoos ni caalaa jettanii maalidhan caalaa jennee gaafachuu qabnaa...
➡️ Jalqabaa dura Abbaa fi Kiristoos akka walii hin caalee ibsu qabna.

📍RAGAA KITAABA👇
📍A.))👉
#Abbaan Alfaa fi Omega dha
⓵=Mul’ata Yohaannis 1:8
Ani Alfaa fi Omeegaa dha” jedha
#Waaqayyon, “inni jiru, inni turee fi inni dhufu, inni Hundumaa Dandau Sun.”.
📍B.))👉
#Kiristoos Alfaa fi omega jedhama
⓶=Mul’ata Yohaannis 22:13
#Ani Alfaa fi Omeegaa, isa
duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti

🌹kanafuu erga
#lamaan isaan iyyuu Alfaa fi Omega tani wali hin caalanii Tokko jechudha yookiin waliqixxa jedha.
🔳🔳🔳🔳🔳🔳🔳
📍Gara mataa Duree keenya yeroo deebinuu immoo.
➡️ Kiristoos maalif inni Ergamee isa Erge irraa hin caaluu jedhee ree..yeroo jennuu.
🌸 Kiristoos sababa isa ofuma isaan ibsee jira, Fakkeenyaaf
akkasii jedhe isa erge fi ergame jedhe )) inni ergamee gara lafaa kana dhufee
#milaa namoota dhiqee.
Inni erguu immoo
#yoomi milaa nama dhiqee lakki Abbaan Gonkumaa hin dhiqine.
📕 Kiristoos sababa mila nama dhiqeefi inni argame isaa ergee irraa hin caaluu kani jedhee kanafi (Yoh 13:16) irratti , garaa olitti gochaa hunda erga rawate akkasii jedhee👇
⓷=Yohaannis 13:14_16
Ani
#Gooftaa fi Barsiisaa taee utuun jiruu #miilla keessan ergan dhiqee, isinis miilla keessan waliif dhiquu qabdu.
#Akkuma ani isiniif godhe, isinis akkanuma akka gootan
#Ani_fakkeenya isiniif taeera Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #garbichi gooftaa isaa irra hin #caalu, inni ergames isa isa erge irra hin caalu

🌸 yookin immoo Kiristoos kunis Anii isin
#Tajajiluf dhufee jedhee dubbatee jira,Abbaan garuu akkana #gonkumaa hin jennee.
⓸=Maarqoosi 10:45
#ilmi_namaa iyyuu, warra kaan #tajaajiluu fi lubbuu isaa namoota hedduudhaaf furii godhee kennuuf dhufe
malee, akka
#isa_tajaajilaniif_hin_dhufne.

👉 Qaabxiwwan hubbachu qabnuu wanta lama jira
📍C.)) Kiristoos namoota Tajajiluf akka dhufee.
📍D.)) Jechi akka isanii isaa Tajaajilaatiinif hin dhufnee jedhu immoo Kiristoos Waaqa ta'u ibsuuf ,
_ sila dhali nama hundi isa tajaajiluu qaba ,kanafu Kiristoos kuni Eenyu ree.kani namoonni hundi isaa tajaajilini kun deebii isa waaqa jechuudhaa.

🌹Kiristoos gara namoota dhufee ,foonii keenyaa
#uffatee #hiyyeessaa ta’e ,Abbaan garuu
Gonkumaa foonii nama wani hin uffanef hiyyeessaa jedhamee hin beekuu.
📍E.)) Abbaan hiyeessaa miti
📍F.)) Kiristoos sababa keenyaaf hiyeessa jedhamee.
=yeroo kana Abbaan Kiristoos ni caalaa.
⓹=2 Qorontos 8:9
isin gaarummaa
#Gooftaa keenya Iyyaasuus
#Kiristoos isa guddaa beektu; #inni_sooressa taus, isin karaa hiyyummaa isaa sooreyyii akka taataniif #isiniif jedhee #hiyyeessa tae.
⓺=Filiphisiiyus 2:6_7
#inni bifa Waaqayyootiin kan ture taus, #Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo #wajjin_qixxee tauuf hin
yaadne. Kanaa mannaa
#duwwaa ofi godhe; #bifa garbummaa fudhatee #nama tae
➡️ kanafuu sababa foonii keenyaa kana uffatee nama ta’e Waaqayyo wajjiin ofii qixxeessu hin dandeenye Abbaan Kiristoos ni caala jechuudhaa.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌺 link waldaa keenyaa Goofoon Qulqulloota Maariyaamidha jedhuu irratti
Koota
#sagalee fi #barreffamaa barachuu dandeessu👇

@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌹➡️ kutaa _ 56 ffªª 🌸👇
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
🔳 Gaaffii fi Deebii
🔳 Muslimoota👈
Yohaannis 13:20👇
Dhuguma dhuguman isiniin jedha,
#isa_Ani_ergu kan simatu hundi Anas ni simata, namni Anaan simatu hundi immoo isa Ana erge Sana simata.”
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👉 Gaaffii isaanii
1➩ kani Kiristoos erguu kuni Muhammadi jedhuu...😁
▬▬▬▬▬▬▬▬
🔳 Deebii keenya👇
🌺 kitaaba keenya keessa lakki
#foolii_muhammadi hin jiruu kani jedhuu ta'a.
📕Gaaffii nutti muslimoota gaafanu immoo
1=inni Kiristoos ergu kuni Eenyufi ergama...
2=Kiristoos eenyutu dubbachaa jiraduuka buoota isaa moobiyya Araba deeme isaanii wajjin dubbachaa jira..
🔺 lakki Kiristoos dukka buoota isaati dubbachaa jira yoo,ta’e ,kani Kiristoos erguu suni illee duuka bu'ootaf jechudha.

❤️ ragaa keenyaa immoo Kiristoos duukaa bu'oota isaatti isiniif erga jedhee.,
🍊Yohaannis 13:20
Dhuguma dhuguman
#isiniin jedha, isa #Ani_ergu kan simatu hundi Anas ni simata, namni Anaan simatu hundi immoo isa Ana erge Sana simata.”
🌺❤️ kanafi
#Jechi_isiini nan jedha jechuu eenyu ibsa kuni duuka buoota ibsaa, kanafuu yeroo duuka buooni jirani sana immoo #muhammadi kani jedhamuu hin jiru ,waggaa 600 booda dhufee ,yeroo sana immoo duuka buooni Kiristoos boqatani jiruu.
▬▬▬▬▬
➡️Qabxiiwwan kana ilaala.
A➩ Kiristoos qaama tokko ni erga.
B➩Abbaan immoo Kiristoos ni erga.
C➩ qaamni Kiristoos erguu kuni Affuurra Qulqulluu moomuhammadi laata
🌸 akka yaadaa
#Muslimoota yoo,ta’e
A=Abbaa
B=Kiristoos
C=muhammadi
Abbaa➛Kiristoos➛muhammad
➡️ Akka
#orthodoksi immoo
A=Abbaa
B=Kiristoos
C=Affuurra Qulqulluudha
➩Abbaa➛Kiristoos➛Affuurra Qulqulluudha.

deebii sirrii akka orthodoksitti dhugaa. maalif yoo,jedhame Affuurri Qulqulluun duuka bu'oota Kiristoos wajjin turee Kiristoos Ana booda kani dhufu jedhe ,kanafuu kuni immoo gara duuka bu'oota Kiristoos kani dhufee
#Affuura_Qulqulluudha malee muhammadi miti

🌺
#Ragaa_kitaaba_Qulqulluu
📍=Ⓐ👉Maatewos 10:20
Kana kani dubbatu isin qofa miti;
#Afuura_Abbaa keessaniitu karaa keessan dubbata malee
➩Kiristoos dukaa bu'oota jecha jira
📍=Ⓑ👉Luqaas 12:11-12
Yeroo walgaii uummataa duratti, akkasumas abbootii taayitaa mootummaa fi warra
#Aangoo qaban duratti isin dhiheessan akkamitti yookiin maali jennee #falmanna yookiin maali jenna jettanii hin
yaaddainaa sababiin isaas,
#Afuurri_Qulqulluun_saaatii sanatti wantoota dubbachuu qabdan isin barsiisa.

📍=Ⓒ👉Luqaas 21:13_15
Kunis akka dhugaa baatan carraa isiniif bana.Kanaaf,
#akkamitti_falmanna jettanii dursitanii hin yaadinaa sababiin isaas, #Ani_dubbii fi #ogummaa #mormitoonni keessan hundi mormuu yookiin falmuu
hin dandeenye isiniif nan
#kenna
📍=Ⓓ👉Yohaannis 15:26_27
#Gargaaraan, jechuunis
#Afuurri dhugaa inni Abbaa keessaa bauu fi #inni_Ani Abbaa biraa isiniif #ergu yommuu dhufu, inni waaee koo
dhugaa ni baa isinis jalqabumaa kaasee anaa wajjin waan jirtaniif anaaf dhugaa ni baatu
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➛Lakki jeetani akkuma pheenxee sana ija keessan dunufatani iyyuu yoo,ta’e qofa iyya kaa.
➛Kiristoos muhammadi ni erga
Yoo,jettanii immoo Kiristoos Waaqayyo jechuu keesaani,Sababiin isaa Qur’aanaa keessatti muhammadi kani ergee Alaha dha jettani jiruu. ,Qur’aani immoo muhammadi kani erge Alahadha jedha.
Kanafu
#filannoo_lamaa qofa qabduu
A➩Alaha jechuun Kiristoos jechudha
B➩ muhammadi kani erge Kiristoos moo, Alaha.
📍=Ⓔ👉Suura 35:4

وَإِن يُكَذِّبُوكَ فَقَدْ كُذِّبَتْ رُسُلٌ مِّن قَبْلِكَ ۚ وَإِلَى اللَّهِ تُرْجَعُ الْأُمُورُ

(Yaa
#Muhammad!) Yoo si sobsiisan, #ergamtoonni si duraas (akkuma kee) sobsiifamanii jiru Dhimmoonni hundis gara Rabbiitti deebifamu.

😁Jecha Qur’aanaa tokko tokkoon immoo kuno hiikaa isaa ilala👇

وَإِن : And i
يُكَذِّبُوكَ : they deny you,
فَقَدْ : then certainly
كُذِّبَتْ : were denied
رُسُلٌ : Messengers#
مِّن : before you.
قَبْلِكَۚ : before you.
وَإِلَى : And to
ٱللَّهِ : Allah#
تُرْجَعُ : return
ٱلْأُمُورُ : the matters.
kanafuu jechi ergamoota (messengers ) jedhuu ,Raajii muhammadi dura yoo,tani, muhammadi immoo isaani booda wani dhufefi, allahatu isaa ergee jechudha.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹link waldaa kana👇👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======//===//========
⤴️📍kutaa -67-ffªª ⤵️📍
  👉gaaffii fi deebi
  👉Muslimoota
➡️ Yohaannis 14:28
Ani nan
#deema, deebiees
gara keessan nan dhufa’ akkan isiniin jedhe dhageessaniittu. Utuu na jaallattu taee,
#Abbaan ana irra waan #caaluuf gara Abbaa dhaquu #kootti ni #gammaddu turtan
=========//======
🅰 gaaffii isaanii
1=Abbaan Kiristoos ni caala
     Kanaaf Kiristoos waqaa miti jedhuu.
▬▬▬▬▬▬▬
🅱➩ deebii keenya👇
sababa Abbaan Kiristoos caaluuf Kiristoos gara lafa kana dhufee foonii nama uffate,nama ta’e Abbaan immoo gonkumaa foonii nama hin uffaanne.kani jedhuu ta'a.
🅾
#gaaffii tokko Muslimoota gaafachuu qabna wangeela Yohaannis 14:28 irratti abbaa fi Kiristoos Waaqummaan wali caalani jedhee moo, bara baran jirachuun wali caalanii jedhee
🆔 iddoo kana irratti sababa inni caaluuf gonkumaa hooma fiduu hin dandani .
▬▬▬▬▬▬▬
➡️ akka dubbisa kanati(Yoh 14:28) irraati Abbaan naa, caalaa kani jedhee Kiristoos
#jecha ani nani #deema jedhuu .#Ani gara Abbaa jedha , kuni immoo kani ibsu yeroo kanatti Kiristoos iddoo jalqabaa ture gara abbaa nan deema jechuu isaatti.* kunis gargaruuma Kiristoos fi Abbaa ibsuuf turee, Abbaan saami irraa Kiristoos immoo lafa irraa jira, ,Kiristoos immoo yeroo gara lafa dhufu foonii nama uffateti ,kanuma qofa gargarummaa isa
👉Yohaannis 6:62
#Ilmi namaa bakka #dura turetti utuu olii bauu yoo argitan maal jettu ree?
👉Maarqoos 10:45
#Ilmi_namaa iyyuu, warra kaan tajaajiluu fi lubbuu isaa namoota hedduudhaaf furii godhee kennuuf #dhufe malee, akka isa tajaajilaniif hin
dhufne.” (Luq 15:4-5*(Yoh 10:1-6))
⤴️ kiristoosi akkamiti dhufe ree? foonii nama uffatee.
👉Roome 1:3
Kunis waaee Ilma isaa isa
#karaa_foonii_sanyii Daawit #irraa dhufe sanaa kan ibsu dha.
👉Ibroota 2:14
#ijoolleen” sun #foonii
fi dhiiga waan taaniif,
#innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae, #dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka balleessuufi
▬▬▬▬▬▬▬▬
🏥Kiristoos foonii nama uffatee lafa irraa dhufee ,Abbaan immoo foonii namaa hin uffanne, sababa kanafuu caala.
malee
Aangoo Waaqummaan hin jedhuu Kitaabni Qulqulluun
👉Filiphisiiyus 2:5-8
Isinis ilaalcha Kiristoos iyyaasuus qabu sana qabaadhaa; 
#inni_bifa
#Waaqayyootiin kan ture taus, #Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo wajjin #qixxee_tauuf hin yaadne. Kanaa #mannaa_duwwaa
of godhe;
#bifa garbummaa #fudhatees_nama tae.  Kana malees, yeroo #nama taee dhufe, #gad of qabuudhaan hamma duaatti, jechuunis hamma Fannoo irratti fannifamee duuutti ajajamaa tae.
🌹Kiristoos Abbaa wajjin qixxee ta'u hin barbannee gadi ofi qabe foonii nama uffatee erga jedhee.
🌹
#jechi_qixxee ta'u hin barbanne jedhu maali ibsa ree, erga wali qixa hin tanee Abbaan ni caala jechudha bari.
🍃erga qixxee hin tanee sababa kanafi tokko ni caala jechudha.
▬▬▬▬▬▬▬▬
Abbaa fi Kiristoos akka waliqixxee tani ilaala.
🅰(1)👉Alfaa fi omega kani tani abba fi Kiristoos qofaa
🏥Mul’ata 1:8
Ani
#Alfaa fi #Omeegaa dha” jedha Waaqayyon inni jiru, inni turee fi inni dhufu, inni Hundumaa Dandau Sun.”
🏥Mul’ata 22:13
Ani
#Alfaa fi #Omeegaa, isa duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.(Mul’ata 22:20),isayaas 44:6*48:12)
🅱(2)👉bara baran jiraachuudhaan
🏥Farfannaa 102:27
Ati garuu
#isuma sana, #waggoonni kees dhuma hin qaban
🏥Ibroota 13:8
Iyyasus
#Kiristoos kaleessa,
hara, bara baraanis
#isuma sana.
🆎(3)👉Abbaa fi Kiristoos tokko
🏥Yohaannis 10:30
Abbaanii fi ani tokko” isaaniin jedhe
🆑(4)👉Addunyaa duraa jirachuun.waliqixa isaanii.
🏥Yohaannis 17:5
yaa
#Abbaa ulfina ani #addunyaan_uumamuu isaa #dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni
👉Kiristoos fi Abba qofaati addunyaa duraa jirachu ibsaa.
🔳 link waldaa keenya hordofuu yoo, barbadani kan xuqa👇
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋
🅾 kutaa-75-ffªª.🌺
       ➻ gaaffii fi deebi
       ➻ Muslimoota fi
      👉 pheenxee
Yohaannis 17:9
Ani waaee isaanii sin
#kadhadha kan Ani si kadhadhu waaee #addunyaa utuu hin tain, waaee warra ati Anaaf kennite sanaa ti; sababiin isaas isaan kan kee ti
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
◊➻gaaffii isaanii.
1= warri Muslimaa akkasii jedhuu erga Kiristoos Waaqayyo ta’e maaliif kadhachuu barbaachise jedhuu😁
2=warri pheenxee akkasii jedhuu Kiristoos nuuf kadhata jedhuu😁
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
◊ Deebi keenyaa.👇
Kiristoos Ani isiniif hin kadhadhu jedhe jira kani jedhuu ta'a.
⓵➸Yohaannis 16:26.
Guyyaa sanatti isin
#maqaa kootiin Abbaa #ni_kadhattu; kana jechuun koo garuu #Ani isiniif nan kadhadha jechuu
koo
#miti.
◊➛ Muslimaa fi pheenxee iddoo kana irratti immoo maali jeetu ree ?siila Kiristoos Ani isiniif hin kadhadhu jedhe jira.
Yaa
#Muslimaa maali siif
waya re
Yaa
#pheenxee maali siif
waya re
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼||⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
➛Amma immoo hiikaa jechoota sana ilaala (Yoh 17:9) irraa kani jiruu maali ibsaa.

A))◊➛Ani siin kadhadhaa jedha Kiristoos eenyu kadhata. jennee yeroo gafanu immoo Muslimaa fi pheenxee ,akkasumas amantooni tokkoo tokko Kiristoos Abba kadhata nuun jedhuu.
➛yeroo akkasii immoo nutti orthodoksooni Abbaan ofii isaa iyyuu hin beekuu kani geena kadhadha barbaduu jennee gaafana😁 .
👉 yeroo kana immoo
deebin hin jiru 🙈
➻amma garuu Kiristoos isiniif nan kadhacha yeroo jedhuu barattoota sanatu cubbuu hojjatee moo? Jenne gaafana Lakki barattoonni(11) Kiristoos gonkumaa cubbuu  hin hojjanne.
⓶➸Yohaannis 13:10-11
Iyyasus Kiristoos “Namni qaama isaa dhiqate hundi guutummaatti
#qulqulluu waan
taeef, miilla isaa dhiqachuu qofatu isa barbaachisa.
#Isin qulqulluu dha,garuu #hunda keessan miti” jedheen Kana kan jedhe, nama dabarsee
isa kennu waan beekuuf ture. “Qulqulluu kan tae hunda keessan miti” kan jedhes kanaaf ture.
◊➛ kanafuu barattoonni Kiristoos Qulqulluu dha, yihudaa Qofti Qulqulluu miti inni cubbuu qaba. Kiristoos darbarse kenne jira wani ta’ef.
⓷➻Maatewos 26:24-25
Dhugaa dha, Ilmi namaa
akkuma waaeen isaa barreeffame
ni deema; isa Ilma namaa
#dabarsee kennu sanaaf garuu #wayyoo! Namni sun utuu hin dhalanne taee isaaf
wayya ture.”
#Yihudaan inni dabarsee isa kennuuf jedhus deebisee, “Rabbii, ana tainnaa laata?” jedheen. Iyyaasusi “Atumti iyyuu jette kaa” jedhee deebiseef.
⓸➻Yohaannis 18:11
Iyyasus kirjstoos  “Waaqayyo biraa utuu siif hin kennamne taee, Ana irratti
#Aangoo tokko illee hin qabaattu turte. #Namichi_dabarsee sitti na
kenne,
#cubbuu_guddaa kan qabu kanaafi” jedhee deebiseef
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
Walumaagalatti barattoota 12 keessa tokko qofatti cubbuu hojjate jira
➪ barattoonni 11 Qulqulluudha
➪barataa 1 immoo Qulqulluu miti.
👉erga akkasii ta’e immoo Yohaannis 17:9 Ani isiniif nan kadhadhaa kani jedhanii Kiristoos barattoota 11 malee yihudaa miti. Sababiin isaa yihudaan achi bahee deeme jira.
⓹➻Yohaannis 13:30
Kanaaf, Yihudaan
#buddeena daabboo cabaa sana erga #fudhatee booda, yeruma sana #gadi_bae.Yeroon isaas halkan ture.
👉 yihudaa erga gadi bahee hin deebinee ,kanafuu Kiristoos barattoota 11 qofaa wajjin dubbachaa akka jiruu ibsa (Yohaannis 17:9) irratti.
🅰 amma immoo Kiristoos Ani Qulqullootaaf hin dhufnee cubbamaa fayyisuuf jedhee jira.
Kanafuu Barattoonni isaa immoo 11 Qulqulluudha kadhannaa maali isaanii barbachisaa reejennee Musiliimota fi pheenxee gaafana.🙈😂
⓺➻Matewoos 9:13
Kanaaf dhaqaa, ‘Ani aarsaa utuu hin tain gara laafina nan barbaada’ jechuun maali jechuu akka tae hubadhaa. Sababiin isaas Ani namoota Qulqullota
#utuu hin tain, #cubbamoota
waamuufan dhufe.”
➪kana booda Kiristoos barattoota isa 11 isin Qulqulluudhaa erga jedhee ,Lakki isaan Qulqulluu miti jedhe kani mormuu gonkumaa hin jiruu.=ok.

B))◊➛ amma immoo qabxiiwwan gara oli irraa maali hubbanna ree.
Kadhannaa inni jedhame akka dibbisa kanati cubbuu isaanii dhisii ,jedhu miti ,yookiin Ani Aarsadha jedhu miti.
🅰 kutaa-94-ffaa
   📂. Gaafi fi Deebi
   📁.Musiliimota
✍️Yohaannis 1:1
Jalqaba sagale(logos) ture Sagaleen Waaqayyo bira ture sagaleen(logos)waaqayyo ture
🍳 gaaffii isaanii sagalee(logos) walin dubbidha malee Waaqayyoo miti jedhuu.
🤙Yohaannis 6:60
Barattoota isaa keessaa hedduun isaanii yommuu kana dhagaʼan, 
#Dubbiin kun kan nama suukanneessu dha; eenyutu dhagaʼuu dandaʼa?” jedhan.
🤙Maatewos 12:37
#dubbii keetiin qajeelaa jedhamta; akkasumas dubbii keetiin sitti murteeffama.”
▬▬▬▬▬
🪵 Deebii keenya.
Sagalee yookaan Dubbii yookiin logos jedhamefi hiika tokko qaba jechu miti hundi isaa iyyuu hikaa ofi dandae qaba.
🥥Yoh 1:1 irraa kani jiru sagaleen suni Waaqayyo jedha.
📼 kani iddoo bira jiruu garuu sagaleen suni Waaqayyo turee hin jedhuu, akkasumas hikaa gargaara qaba Kanaafu Yoh 6:60 fi Maat 12:37 hiika bira qaba malee wangeela Yohaannis 1:1 wajjiin tokko mitii

𝕗𝕒𝕜𝕜𝕖𝕖𝕟𝕪𝕒𝕒 𝕞𝕦𝕣𝕤𝕒𝕒 𝕚𝕝𝕒𝕒𝕝𝕒
➊ ➧Maatewos 7:24
namni
#dubbii koo kana dhagaʼee hojii irra oolchu, nama hubataa mana isaa qarsaa irratti ijaarrate fakkaata.
➻dubbii kami dhaganni laata?.
➋ ➧Luqaas 4:36
Yeroo kanatti hundi isaanii dinqisiifatanii, “Kun
#dubbii akkamii ti? Inni #Aangoo fi humnaan hafuurota xuraaʼoo ajaja; isaanis ni baʼu!” waliin jedhan.
➻dubbii suni maali ture

➌ ➧Luqaas 8:11
Hiikni fakkeenyichaa kana dha: Sanyichi
#dubbii Waaqayyoo ti.
➍ ➧Yohaannis 8:37
Ani isin sanyii Abrahaam akka taatan beeka. Haa taʼu malee,
#dubbiin koo isin keessatti hundee waan hin godhanneef na ajjeesuu barbaaddu.

➎ ➧Yohaannis 10:19
#Iyyaasus wantoota kana waan #dubbateef ammas Yihudoota gidduutti wal qoqqooduun ni uumame.
➏ ➧Yohaannis 12:38
kunis kan taʼe, wanti
#Isaayyaas raajichi, “Yaa waaqayo, wanta nu irraa dhagaʼetti kan amane eenyu? Irreen,Waaqayyo hoo eenyutti mulʼifame?” jedhee #dubbate akka raawwatamuuf ture.

➐ ➧Hoji.Duka.Buota 12:24
#Dubbiin_Waaqayyo garuu guddachaa fi babalʼachaa deeme.
➑ ➧Hoji.Duka.Buota 13:15
Seerichii fi Raajonni uummata duratti erga dubbifamanii booda, geggeessitoonni mana sagadaa sun, “Yaa obbolootaa,
#dubbii uummaticha jajjabeessu yoo qabaattan dubbadhaa” jedhanii isaanitti ergan.

➒ ➧Hoji.Duka.Buota 13:49
#dubbiin Waaqayyo guutummaa biyyattii keessatti babalʼate.
➓ ➧Hoji.Duka.Buota 19:20
#dubbiin Waaqayyo caalaatti babalʼachaa fi moʼaa deeme.

➊➊ ➧Hoji.Duka.Buota 6:7
#dubbiin Waaqayyoo babalʼachuu isaa itti fufe, lakkoofsi barattootaa Yerusaalemitti baayʼee dabalaa deeme; luboonni hedduunis amantoota taʼan.
➊➋ ➧Roome 9:6
#dubbiin Waaqayyoo utuu hin raawwatamin hafeera jechuu miti. Sababiin isaas, Israaʼel irraa kan dhalate hundi dhuguma “Israaʼel” miti.
🥥xumura irratti dubbii yookaan sagalee wani jedhamefi hiikaa tokko hin qabu ragaan gara oli hundi kanuma ibsa.

Gara Telegramaa kootu👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🍇 Bagaa Geesaan🍇
Ayyaana kuni Kiristoos #ilma Abbaa ta'u,fi #Aangoo isaa guyyaa itti ibseedha.
➊. #gaaffii tokko warra #pheenxee fi #Muslimootafi
« maalif yero #Pheexiroos Ati Kiristoos ilma Waaqayyo jirati jedhanii sana Kiristoos immoo Pheexiroos #qofan akkasi jedhe.. kana kani siif ibsee #Abbaa koo isaa samiitti malee #foonii fi #dhiiga miti jedhanii..
=yookiin immoo namoonni ati Kiristoos yeroo jedhanii , ykn Iyyaasuus yeroo jedhanii , ykn Gooftaa yeroo jedhanii ykn Waaqa koo yeroo jedhani sana  »  Kiristoos akka Pheexiroosin jedhee sana hin jennee.
▬▬▬▬▬▬▬
🗳Ayyaana gaarii isiniif Haata’u

🗳gara Telegraama kota👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha