🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
Forwarded from Gutema Gelana
🌹akka Pheexiroos
jedhuttπŸ–•

#Gooftaadhaaf jedhaatii #Aangoo namoonni hundeessan hundaaf #bitamaa; inni #iddoo ol aanaa
waan qabuuf
#mootiidhaaf bitamaa;

β›Ž
#bulchitoonnis warra #dogoggora hojjetan #adabuuf, warra gaarii hojjetan immoo #galateeffachuuf isa biraa
kan ergaman waan taaniif
isaaniif bitamaa.

β›Ž
#Fedhiin Waaqayyoo,
isin waan gaarii hojjechuudhaan namoota gowwaa wanta faayidaa hin qabne dudubbatan akka cal jechisiistani dha

β›Ž Akka namoota bilisa taaniitti jiraadhaa; taus bilisummaa keessan dogoggora hojjettan
#dhoksuuf utuu hin tain, akka #garboota_Waaqayyootti itti fayyadamaa.

🌻 Namoota akaakuu hundumaa
#kabajaa, guutummaa waldaa obbolootaatiif jaalala qabaadhaa, Waaqayyoon sodaadhaa, #mootii_kabajaa.

🌻
#Tajaajiltoonni gooftolii isaanii warra gaarii fi warra tole jedhaniif qofa utuu hin tain, warra gammachiisuun ulfaataa taeefis sodaa isaaniif malu kennuudhaan haa bitaman.

🌻 Sababiin isaas, namni Waaqayyo
#duratti qalbii #qulqulluu qabaachuuf
jecha rakkina isa irra gauu fi jalina isa irratti raawwatamu yoo dandae kun gaarii dha.

β›Ž
#Cubbuu_hojjettanii yommuu #reebamtan yoo dandeessan kun galata maalii qaba❓ Haa
tau malee, wanta gaarii hojjechuu
keessaniin kan kae rakkina isin irra gau yoo dandeessan kun Waaqayyoon kan
#gammachiisu dha.

🌻 Dhugaa dubbachuuf isin
#jireenya akkasiitiif waamamtan; sababiin isaas, Kiristoos faana isaa
dhiheenyatti akka hordoftan fakkeenya isiniif dhiisuudhaan isiniif jedhee dhiphateera.

β›Ž inni cubbuu tokko illee hin hojjenne, dubbii gowwoomsaanis afaan isaa keessatti hin argamne. (1Phe 2:13-21)
πŸ‘‰mootii dha bitama jecha jira
Kana caala,anii hooma,itti hin dabaluu
πŸ‘‰ yoo,Ati ajaja kan hin eegnee lololtun mootii yoo,sii,ajjeesee rakkoo mata keetii

🌻akka
#Phaawuloos
jedhutti immoo 🌻

✍
#Garboota nana, akkuma #Kiristoosiif_ajajamtan garaa qulqulluudhaan sodaa fi romaan warra karaa
#foonii_gooftolii keessan taaniif ajajamaa

✍ namoota gammachiisuuf
jecha ija namaa ilaallachaa utuu hin tain, akka garboota Kiristoos garaa guutuudhaan fedhii Waaqayyoo raawwachaa jiraniitti
isaaniif ajajamaa.

✍ Namootaaf utuu
hin tain akkuma waaqayoodhaaf hojjettaniitti ilaalcha gaariidhaan tajaajilaa;

✍sababiin isaas garbichis
tae namni bilisa tae, namni hundi wanta gaarii hojjete kamiif iyyuu, Waaqayyo biraa gatii isaa akka argatu beektu

🌹 Akkasumas
#gooftolii kan taatan, Gooftaan isaaniis tae
kan keessan
#samii keessa akka jiruu fi isa biras #looguun akka hin jirre waan beektaniif, #sossodaachisuudhaan utuu hin tain, isinis haaluma
kanaan isaan qabaa
(Efesoon 6:5-9)

β›Žβ›Žβ›Žβ›Žβ›Žβ›Žβ›Žβ›Ž
#mooti ykn gooftolii foonii kan jedhaman namoota angoo lafaa kana irratti nama irratti qabaniidha
#isaaniif immoo Waaqayyo angoo akka isaan irratti qabu hubbadha jedha jira Phawuloos
β–¬β–¬β–¬β—‰β–¬β–¬β–¬
Kanaafuu mootummaan biyyaa bulchuu gaarii ta’e dhisee, ati yeroo hundumaa hojjii gaarii hojjachuu, nama sii,ajajuu ajajamif

❖ namichii du'e yakka yoo, qabatee, ni gafatama
wanii lololtuun isaa ajjeesseef qofaa miti biraas qabachuu danda'a laphee namaa kan beekuu Waaqayyo qofaa wanii ta’ef, yoo, akka gaarii tti hojjii gaarii hojjatee du'e mootummaa Waaqayyo ni argata

Lololtun caalise nama yoo,ajjeesse yakka Kanaaf ni gafatama

β›Ž " Gafin kee,bareedaa jabadhuu Waaqayyo sii,fana Haata’u

❖namnii yaada fi gaaffii qabdan πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Gutema123