🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸ…° kutaa-94-ffaa
   πŸ“‚. Gaafi fi Deebi
   πŸ“.Musiliimota
✍️Yohaannis 1:1
Jalqaba sagale(logos) ture Sagaleen Waaqayyo bira ture sagaleen(logos)waaqayyo ture
🍳 gaaffii isaanii sagalee(logos) walin dubbidha malee Waaqayyoo miti jedhuu.
πŸ€™Yohaannis 6:60
Barattoota isaa keessaa hedduun isaanii yommuu kana dhagaΚΌan, 
#Dubbiin kun kan nama suukanneessu dha; eenyutu dhagaΚΌuu dandaΚΌa?” jedhan.
πŸ€™Maatewos 12:37
#dubbii keetiin qajeelaa jedhamta; akkasumas dubbii keetiin sitti murteeffama.”
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸͺ΅ Deebii keenya.
Sagalee yookaan Dubbii yookiin logos jedhamefi hiika tokko qaba jechu miti hundi isaa iyyuu hikaa ofi dandae qaba.
πŸ₯₯Yoh 1:1 irraa kani jiru sagaleen suni Waaqayyo jedha.
πŸ“Ό kani iddoo bira jiruu garuu sagaleen suni Waaqayyo turee hin jedhuu, akkasumas hikaa gargaara qaba Kanaafu Yoh 6:60 fi Maat 12:37 hiika bira qaba malee wangeela Yohaannis 1:1 wajjiin tokko mitii

π•—π•’π•œπ•œπ•–π•–π•Ÿπ•ͺ𝕒𝕒 π•žπ•¦π•£π•€π•’π•’ π•šπ•π•’π•’π•π•’
➊ ➧Maatewos 7:24
namni
#dubbii koo kana dhagaΚΌee hojii irra oolchu, nama hubataa mana isaa qarsaa irratti ijaarrate fakkaata.
➻dubbii kami dhaganni laata?.
βž‹ ➧Luqaas 4:36
Yeroo kanatti hundi isaanii dinqisiifatanii, β€œKun
#dubbii akkamii ti? Inni #Aangoo fi humnaan hafuurota xuraaΚΌoo ajaja; isaanis ni baΚΌu!” waliin jedhan.
➻dubbii suni maali ture❓

➌ ➧Luqaas 8:11
Hiikni fakkeenyichaa kana dha: Sanyichi
#dubbii Waaqayyoo ti.
➍ ➧Yohaannis 8:37
Ani isin sanyii Abrahaam akka taatan beeka. Haa taΚΌu malee,
#dubbiin koo isin keessatti hundee waan hin godhanneef na ajjeesuu barbaaddu.

➎ ➧Yohaannis 10:19
#Iyyaasus wantoota kana waan #dubbateef ammas Yihudoota gidduutti wal qoqqooduun ni uumame.
➏ ➧Yohaannis 12:38
kunis kan taΚΌe, wanti
#Isaayyaas raajichi, β€œYaa waaqayo, wanta nu irraa dhagaΚΌetti kan amane eenyu? Irreen,Waaqayyo hoo eenyutti mulΚΌifame?” jedhee #dubbate akka raawwatamuuf ture.

➐ ➧Hoji.Duka.Buota 12:24
#Dubbiin_Waaqayyo garuu guddachaa fi babalΚΌachaa deeme.
βž‘ ➧Hoji.Duka.Buota 13:15
Seerichii fi Raajonni uummata duratti erga dubbifamanii booda, geggeessitoonni mana sagadaa sun, β€œYaa obbolootaa,
#dubbii uummaticha jajjabeessu yoo qabaattan dubbadhaa” jedhanii isaanitti ergan.

βž’ ➧Hoji.Duka.Buota 13:49
#dubbiin Waaqayyo guutummaa biyyattii keessatti babalΚΌate.
βž“ ➧Hoji.Duka.Buota 19:20
#dubbiin Waaqayyo caalaatti babalΚΌachaa fi moΚΌaa deeme.

➊➊ ➧Hoji.Duka.Buota 6:7
#dubbiin Waaqayyoo babalΚΌachuu isaa itti fufe, lakkoofsi barattootaa Yerusaalemitti baayΚΌee dabalaa deeme; luboonni hedduunis amantoota taΚΌan.
βžŠβž‹ ➧Roome 9:6
#dubbiin Waaqayyoo utuu hin raawwatamin hafeera jechuu miti. Sababiin isaas, IsraaΚΌel irraa kan dhalate hundi dhuguma β€œIsraaΚΌel” miti.
πŸ₯₯xumura irratti dubbii yookaan sagalee wani jedhamefi hiikaa tokko hin qabu ragaan gara oli hundi kanuma ibsa.
β›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
Gara Telegramaa kootuπŸ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
β›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ