๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โžก๏ธ๐ŸŒบ kutaa_46 ffaa.๐ŸŒบโฌ‡๏ธ
       
๐ŸŒบGaaffii fi Deebii
Muslimaa.๐Ÿฆ๐Ÿฆ
โœYohaannis 11:40๐Ÿ‘‡
Iyyaasus(Kiristoos) โ€œYoo amante
#ulfina_Waaqayyoo
akka argitu sitti
#himee hin #turree?โ€ jedheen*
แŠขแ‹จแˆฑแˆตแฆ แ‰ฅแ‰ณแˆแŠšแˆต
#แ‹จแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแŠ• แŠญแ‰ฅแˆญ แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ณแ‹ช #แŠ แˆแŠแŒˆแˆญแˆแˆฝแˆแŠ•? แŠ แˆ‹แ‰ตแข
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžงGaaffii isaani
1=Alaazaari ulfina Waaqayyottin du'a kase malee ,ulfina Kiristoos mitii jedhu....โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžงDeebi_keenya

Lakkii ulfina Kiristoos, Sababiin isaa iddoo kana irraa Kiristoos ofuma isaa Waaqayyo jedhe ofii wamee.
Raaga keenya.
โžก๏ธ Yohaannis 11:40 irraa kan jiruu waliin dubbii Kiristoos fi maarata turee,Haataโ€™u malee Kiristoos maaratadhan akkasii jedhee turee โ€œYoo amante
#ulfina_Waaqayyoo akka argitu sitti #himee hin #turree?โ€ jedheen*
๐Ÿ‘‰ jecha
#sitti_Himee hin turree jedhu ilaala, โ–ฎKanaafuu iddoo kana irratti Gaafii
1=Kiristoos yoomii itti himeeโ“
2=Kiristoos maali jedhee itti himee...โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžงDeebi isaa
Kiristoos kani itti
#dubbate kanaa dura wa'ee #isaa qofa isheetti himee malee ,wa'ee Abbaa Gonkumaa itti hin dubbane kunoo Kiristoos kana dura kani dubbatee ๐Ÿ‘‡

โ“ต=โคด๏ธYohaannis 11:21-27
#Maartaan Kiristoosiin akkana jette: โ€œYaa Gooftaa,
utuu ati as jiraattee silaa obboleessi koo hin duu ture. Haatau malee,
#amma iyyuu ati wanta barbaadde #Waaqayyoon yoo gaafatte, Waaqayyo akka siif kennu ani beeka.โ€ jettee
Kiristoos โ€œObboleessi kee
ni ka'aโ€ ishiidhaan jedhe.
#Maartaanis, โ€œGuyyaa #dhumaa yeroo duaa kauutti akka inni kau beekaโ€ jetteen
Iyyaasuusi (kifistoos) akkana ishiidhaan jedhe: โ€œDuaa kauu fi jireenyi Ana. Namni anatti amanu yoo due illee deebiee ni jiraata;
#lubbuudhaan kan jiruu fi Anatti kan amanu hundis matumaa hin du'u. Kana ni amantaa ree?โ€,Ishiinis, โ€œEeyyee, yaa Gooftaa, ati Kiristoos, #Ilma_Waaqayyoo isa gara addunyaa dhufu sana akka taate nan amanaโ€ jetteen
๐Ÿฅ€kanafuu akka dubbisaa kanatti Kiristoos wa'ee isaa qofa itti himee jira.

๐Ÿ€kanaa  booda immoo kan dubbisaa

โ“ถ=Yohaannis 11:39_40
Iyyaasuus(Kiristoos)
โ€œDhagicha irraa kaasaaโ€ jedhe.
#Maartaan obboleettiin namicha due sanaa #Iyyaasusin(Kiristoosin)โ€œYaa Gooftaa, amma guyyaa afuri waan taeef yoona
foolii godhateeraโ€ jette. Iyyaasuus(Kiristoos)โ€œYoo
#amante_ulfina_Waaqayyoo
akka argitu sitti
#himee hin turree?โ€jedheen.
๐ŸŒทKiristoos kana duraa waee eenyu itti hime ree.Yoh 11:21-27) irraa kan jiruu itti himee ,iddoo sana immoo kana jiru wa'ee Kiristoos qofa.

๐ŸŒบ Kiristoos immoo ulfina Waaqayyo kana dura sitti himme turee kan jedhee, ofuma isaa Waaqayyo jedhe itti himme.
Kitaaba Qulqulluu keessatti Kiristoos qaama biraa fakkeessee wa'ee isaa dubbachuu Amala isaatti
โ“ท=Matewoos.13:3
โ€œ
#Namni sanyii facaasu #tokko sanyii facaasuu dhaqe
โ˜˜iddoo kana irratti Kiristoos ofuma isa namichi suni isa taโ€™e
Osoo jiruu ,Qaama biraa fakkeessee namichi sanyii facaasuu
#tokko jedhee dubbatee.
๐ŸŒนnamichi sanyii facaasuu sunii isaa matumaa isaa ta'u immoo yeroo ibsu akkana jedhee
โ“ธ=Maatewos 13:37
Innis (kiristoos) deebisee akkana jedhe: โ€œ
#Namni_sanyii gaarii facaase sun #Ilma_namaati

๐ŸŒบHaaluma kan jalqabaa Yoh 11:21-27 irraa jiruu ofi ibse, booda immoo ulfina Waaqayyo jedhe ofi waamee (Yoh 11:40)irratti
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ–ฎ 0924777763
โ–ฎ ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
link waldaa keenyaa
๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐Ÿ…ฐ kutaa-66-ffยชยช โคต๏ธ
     ๐Ÿ—ณgaaffii  fi  deebi
     ๐Ÿ“ฅ Musiliimota
โœ Yohaannis 14:24
Namni na hin jaallanne hundi
#dubbii_koo hin eegu. Dubbiin
isin dhagaaa jirtan, kan
#Abbaa isa na erge sanaa ti malee kan #koo_miti
===========//
โžฉ gaaffii isaanii.
1=Dubbiin kani Abbaatti malee kana Kiristoos mitii jedhuu.โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ//
โ–ฒDeebi keenyaa.๐Ÿ‘‡
๐Ÿ”ณ Dubbiin kani
#lamaan isaaniitti .
๐Ÿšฏ ragaa keenya ๐Ÿšท
โ“ตโž›Yohaannis 17:10
#Wanti kan #koo tae hundi kan kee ti; wanti kan #kee tae #hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadheera
๐Ÿ“ amma immo dubbii Kiristoos ta'u isaa mirkaneessina.
โ“ถโž›Maatewos 7:28-29
Iyyaasus(kiristoos) yommuu
#dubbii_isaa kana xumuru, namoonni hedduun sun akkaataa inni itti barsiise
baayee dinqisiifatan sababiin
isaas inni akka
#barsiisota seeraatti utuu hin tain, akka #Nama_Aangoo qabuutti isaan barsiisa ture
๐Ÿ‘‰ Dubbii isaattif Aangoo qaba,isa ibsaa.
โ“ทโž›Maatewos 8:8
Ajajaan dhibbaa sunis akkana jedhee deebiseef Yaa
#Gooftaa ati baaxii mana koo jala seenuun kee kan anaaf malu miti; akka inni fayyuuf wanta tokko #qofa_dubbadhu, tajaajilaan koos ni fayya.
๐Ÿ‘‰Dubbii tokko qofaa dubbadhu jedhee ,kani dubbatee eenyu Kiristoos kanafuu dubbi isaa ta'u ibsa.
โ“ธโž›Maatewos 13:34-35
Iyyaasus(Kiristoos) wantoota kana hunda fakkeenyaan namoota sanatti
#dubbate Fakkeenyaan malee isaanitti
hin dubbatu ture; kanas kan
godhe wanta
#raajichi, โ€œAni fakkeenyaan dubbachuuf #afaan_koo nan saaqqadha #uumamuu addunyaatii jalqabee wantoota dhokfaman
nan labsaโ€ jedhee
dubbate raawwachuufi
๐Ÿ”ณ kanafuu isayaasiti kani
dubbate eenyu bara durii Kiristoos jechuudha.
โ“นโž›Farfannaa 78:1-2
Yaa saba
#koo_seera koo
dhaga
#Gurra kees gara #dubbii_afaan kootti qabi.
#Fakkeenyaan_afaan koo nan
banadha.wanta dhokta bara duriis nan dubbadha.
๐Ÿ‘‰แˆ˜แ‹แˆ™แˆญ 78:2
แŠ แŒแŠ•
#แ‰ แˆแˆณแˆŒ แŠฅแŠจแแ‰ณแˆˆแˆ แŠจแ‰€แ‹ตแˆž แŒ€แˆแˆฎแฅ แ‹ซแˆˆแ‹แŠ•แˆ แ‰ฐแˆแˆณแˆŠแ‰ต แŠฅแŠ“แŒˆแˆซแˆˆแˆแข
โžก๏ธ erga xumura raji kana taโ€™e ,jalqabaa duraa iyyuu Kiristoos Waaqayyo akka taโ€™e ifa,godhee jira, Dubbiin kuni kani isaatti.
๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ
Gara mataa duree keenya koota.amma immoo.
๐Ÿ“Kiristoos Aangoo isaa Abbaa wajjin qixa ta'u erga ibsee booda ,Dubbiin kani Abbaatti jedhee, kuni immoo Abbaa isaaf kabaja kennuuf turee.
โฌ‡๏ธ Aangoo isa fi,Abbaa tokko ta'u kani ibsu ยซ Ani fi Abbaan wajjin dhufnaยป
โ“บโžฉYohaannis 14:23
Iyyaasus(kiristoos) akkana jedhee deebiseef Namni na jaallatu hundi dubbii koo ni eega, Abbaan koos isa jaallata,
#Nutis_gara isaa dhufnee bakka #jireenyaa keenya isaa wajjin godhanna.
โžฉDubbii kuni kani Abbaatti jechuun isaa immoo Kabaja Abba ibsuuf.
โ“ปโžฉYohaannis 17:4
#Ani_hojii akkan hojjedhu anaaf kennite #xumuree_lafarratti irratti #ulfina sii kenneera.
โžก๏ธ Abbaan immoo Kiristoos dhaga,dubbii isaa jedha.
โ“ผโžฉMaatewos 17:5
Utuma inni kana dubbachaa jiruu, duumessi ifa of keessaa qabu tokko dhufee isaan haguuge duumessicha keessaas
#sagaleen tokko, โ€œKun #Ilma_koo isa jaallatamaa, isa ani itti gammadu dha. #Isa_dhagaaaโ€ jedhe
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒบ
#Link_waldaa kana xuqa hordofuu dandeessu.
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
========//============
๐Ÿ…ฐ kutaa-94-ffaa
   ๐Ÿ“‚. Gaafi fi Deebi
   ๐Ÿ“.Musiliimota
โœ๏ธYohaannis 1:1
Jalqaba sagale(logos) ture Sagaleen Waaqayyo bira ture sagaleen(logos)waaqayyo ture
๐Ÿณ gaaffii isaanii sagalee(logos) walin dubbidha malee Waaqayyoo miti jedhuu.
๐Ÿค™Yohaannis 6:60
Barattoota isaa keessaa hedduun isaanii yommuu kana dhagaสผan, 
#Dubbiin kun kan nama suukanneessu dha; eenyutu dhagaสผuu dandaสผa?โ€ jedhan.
๐Ÿค™Maatewos 12:37
#dubbii keetiin qajeelaa jedhamta; akkasumas dubbii keetiin sitti murteeffama.โ€
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿชต Deebii keenya.
Sagalee yookaan Dubbii yookiin logos jedhamefi hiika tokko qaba jechu miti hundi isaa iyyuu hikaa ofi dandae qaba.
๐ŸฅฅYoh 1:1 irraa kani jiru sagaleen suni Waaqayyo jedha.
๐Ÿ“ผ kani iddoo bira jiruu garuu sagaleen suni Waaqayyo turee hin jedhuu, akkasumas hikaa gargaara qaba Kanaafu Yoh 6:60 fi Maat 12:37 hiika bira qaba malee wangeela Yohaannis 1:1 wajjiin tokko mitii

๐•—๐•’๐•œ๐•œ๐•–๐•–๐•Ÿ๐•ช๐•’๐•’ ๐•ž๐•ฆ๐•ฃ๐•ค๐•’๐•’ ๐•š๐•๐•’๐•’๐•๐•’
โžŠ โžงMaatewos 7:24
namni
#dubbii koo kana dhagaสผee hojii irra oolchu, nama hubataa mana isaa qarsaa irratti ijaarrate fakkaata.
โžปdubbii kami dhaganni laata?.
โž‹ โžงLuqaas 4:36
Yeroo kanatti hundi isaanii dinqisiifatanii, โ€œKun
#dubbii akkamii ti? Inni #Aangoo fi humnaan hafuurota xuraaสผoo ajaja; isaanis ni baสผu!โ€ waliin jedhan.
โžปdubbii suni maali tureโ“

โžŒ โžงLuqaas 8:11
Hiikni fakkeenyichaa kana dha: Sanyichi
#dubbii Waaqayyoo ti.
โž โžงYohaannis 8:37
Ani isin sanyii Abrahaam akka taatan beeka. Haa taสผu malee,
#dubbiin koo isin keessatti hundee waan hin godhanneef na ajjeesuu barbaaddu.

โžŽ โžงYohaannis 10:19
#Iyyaasus wantoota kana waan #dubbateef ammas Yihudoota gidduutti wal qoqqooduun ni uumame.
โž โžงYohaannis 12:38
kunis kan taสผe, wanti
#Isaayyaas raajichi, โ€œYaa waaqayo, wanta nu irraa dhagaสผetti kan amane eenyu? Irreen,Waaqayyo hoo eenyutti mulสผifame?โ€ jedhee #dubbate akka raawwatamuuf ture.

โž โžงHoji.Duka.Buota 12:24
#Dubbiin_Waaqayyo garuu guddachaa fi babalสผachaa deeme.
โž‘ โžงHoji.Duka.Buota 13:15
Seerichii fi Raajonni uummata duratti erga dubbifamanii booda, geggeessitoonni mana sagadaa sun, โ€œYaa obbolootaa,
#dubbii uummaticha jajjabeessu yoo qabaattan dubbadhaaโ€ jedhanii isaanitti ergan.

โž’ โžงHoji.Duka.Buota 13:49
#dubbiin Waaqayyo guutummaa biyyattii keessatti babalสผate.
โž“ โžงHoji.Duka.Buota 19:20
#dubbiin Waaqayyo caalaatti babalสผachaa fi moสผaa deeme.

โžŠโžŠ โžงHoji.Duka.Buota 6:7
#dubbiin Waaqayyoo babalสผachuu isaa itti fufe, lakkoofsi barattootaa Yerusaalemitti baayสผee dabalaa deeme; luboonni hedduunis amantoota taสผan.
โžŠโž‹ โžงRoome 9:6
#dubbiin Waaqayyoo utuu hin raawwatamin hafeera jechuu miti. Sababiin isaas, Israaสผel irraa kan dhalate hundi dhuguma โ€œIsraaสผelโ€ miti.
๐Ÿฅฅxumura irratti dubbii yookaan sagalee wani jedhamefi hiikaa tokko hin qabu ragaan gara oli hundi kanuma ibsa.
โ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
Gara Telegramaa kootu๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
โ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ