๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
43 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โžก๏ธ๐ŸŒบ kutaa_46 ffaa.๐ŸŒบโฌ‡๏ธ
       
๐ŸŒบGaaffii fi Deebii
Muslimaa.๐Ÿฆ๐Ÿฆ
โœYohaannis 11:40๐Ÿ‘‡
Iyyaasus(Kiristoos) โ€œYoo amante
#ulfina_Waaqayyoo
akka argitu sitti
#himee hin #turree?โ€ jedheen*
แŠขแ‹จแˆฑแˆตแฆ แ‰ฅแ‰ณแˆแŠšแˆต
#แ‹จแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแŠ• แŠญแ‰ฅแˆญ แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ณแ‹ช #แŠ แˆแŠแŒˆแˆญแˆแˆฝแˆแŠ•? แŠ แˆ‹แ‰ตแข
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžงGaaffii isaani
1=Alaazaari ulfina Waaqayyottin du'a kase malee ,ulfina Kiristoos mitii jedhu....โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžงDeebi_keenya

Lakkii ulfina Kiristoos, Sababiin
isaa iddoo kana irraa Kiristoos ofuma isaa Waaqayyo jedhe ofii wamee.
Raaga keenya.
โžก๏ธ Yohaannis 11:40 irraa kan jiruu waliin dubbii Kiristoos fi maarata turee,Haataโ€™u malee Kiristoos maaratadhan akkasii jedhee turee โ€œYoo amante
#ulfina_Waaqayyoo akka argitu sitti #himee hin #turree?โ€ jedheen*
๐Ÿ‘‰ jecha
#sitti_Himee hin turree jedhu ilaala, โ–ฎKanaafuu iddoo kana irratti Gaafii
1=Kiristoos yoomii itti himeeโ“
2=Kiristoos maali jedhee itti himee...โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžงDeebi
isaa
Kiristoos kani itti
#dubbate kanaa dura wa'ee #isaa qofa isheetti himee malee ,wa'ee Abbaa Gonkumaa itti hin dubbane kunoo Kiristoos kana dura kani dubbatee ๐Ÿ‘‡

โ“ต=โคด๏ธYohaannis 11:21-27
#Maartaan Kiristoosiin akkana jette: โ€œYaa Gooftaa,
utuu ati as jiraattee silaa obboleessi koo hin duu ture. Haatau malee,
#amma iyyuu ati wanta barbaadde #Waaqayyoon yoo gaafatte, Waaqayyo akka siif kennu ani beeka.โ€ jettee
Kiristoos โ€œObboleessi kee
ni ka'aโ€ ishiidhaan jedhe.
#Maartaanis, โ€œGuyyaa #dhumaa yeroo duaa kauutti akka inni kau beekaโ€ jetteen
Iyyaasuusi (kifistoos) akkana ishiidhaan jedhe: โ€œDuaa kauu fi jireenyi Ana. Namni anatti amanu yoo due illee deebiee ni jiraata;
#lubbuudhaan kan jiruu fi Anatti kan amanu hundis matumaa hin du'u. Kana ni amantaa ree?โ€,Ishiinis, โ€œEeyyee, yaa Gooftaa, ati Kiristoos, #Ilma_Waaqayyoo isa gara addunyaa dhufu sana akka taate nan amanaโ€ jetteen
๐Ÿฅ€kanafuu akka dubbisaa kanatti Kiristoos wa'ee
isaa qofa itti himee jira.

๐Ÿ€kanaa  booda immoo kan dubbisaa

โ“ถ=Yohaannis 11:39_40
Iyyaasuus(Kiristoos)
โ€œDhagicha irraa kaasaaโ€ jedhe.
#Maartaan obboleettiin namicha due sanaa #Iyyaasusin(Kiristoosin)โ€œYaa Gooftaa, amma guyyaa afuri waan taeef yoona
foolii godhateeraโ€ jette. Iyyaasuus(Kiristoos)โ€œYoo
#amante_ulfina_Waaqayyoo
akka argitu sitti
#himee hin turree?โ€jedheen.
๐ŸŒทKiristoos kana duraa waee eenyu itti hime ree.Yoh 11:21-27) irraa kan jiruu itti himee ,iddoo sana immoo kana jiru wa'ee Kiristoos qofa.

๐ŸŒบ Kiristoos immoo ulfina Waaqayyo kana dura sitti himme turee kan jedhee, ofuma
isaa Waaqayyo jedhe itti himme.
Kitaaba Qulqulluu keessatti Kiristoos qaama biraa fakkeessee wa'ee
isaa dubbachuu Amala isaatti
โ“ท=Matewoos.13:3
โ€œ
#Namni sanyii facaasu #tokko sanyii facaasuu dhaqe
โ˜˜iddoo kana irratti Kiristoos ofuma isa namichi suni isa taโ€™e
Osoo jiruu ,Qaama biraa fakkeessee namichi sanyii facaasuu
#tokko jedhee dubbatee.
๐ŸŒนnamichi sanyii facaasuu sunii
isaa matumaa isaa ta'u immoo yeroo ibsu akkana jedhee
โ“ธ=Maatewos 13:37
Innis (kiristoos) deebisee akkana jedhe: โ€œ
#Namni_sanyii gaarii facaase sun #Ilma_namaati

๐ŸŒบHaaluma kan jalqabaa Yoh 11:21-27 irraa jiruu ofi ibse, booda immoo ulfina Waaqayyo jedhe ofi waamee (Yoh 11:40)irratti
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ–ฎ 0924777763
โ–ฎ ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
link waldaa keenyaa
๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
โœ Dubbisaa gaarii isiniif Haataโ€™u โœ ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ…ฐ Fakkeenyaaf
Ser.Bau 33:20. โžฉWaaqayyoo ibidda ifa fakkatee yeroo mulatu hoomtuu hin arguu.
1 Xim 1:17* fi 1 Xim 6:16 โžฉifa Waaqayyo fi humna Waaqayyo namni arguu hin jiru jedhe.
โฏ kana jechuun Haaluma museen jedhee sana waliin tokkoo.

Yeroo Waaqayyo
#ibidda , #ifa, fi #humna/Aangoo, isaanii  guutuu dhufu namni arguu hin jiruu.
๐Ÿ”ณSera Bau 24:17
Yeroo kanatti
#ulfinni_Waaqayyoo akka #ibidda xaph godhuutti, fiixee tulluu sanaa irraa saba Israa'el duratti in mul'ata ture.
๐Ÿ”ณIbroota 12:29
Waaqayyo keenya
#ibiddaa gubee balleessuu dha.
๐Ÿ‘‰ Fakkeenyaaf yero museen fuulli
isaa ifa ibidda fakkatee dhufee sana nami isa argu hin dandeenye.
Seera.Bau 34:30
#Aaronii fi #namoonni Israa'el hundinuu gara Musee yommuu ilaalan, #fuulli isaa akka calaqqise arganii isatti dhi'aachuu in #sodaatan.

Seera. Bau 34:35
Yeroo sanattis namoonni Israa'el gara
#fuula_Musee ilaalanii, fuulli isaa akka #calaqqise argan; Museen hamma yeroo Waaqayyoo wajjin dubbachuudhaaf achi deebi'etti, fuula isaa in haguuggate*( 2Qor 3:7-18)
โœ akkuma museen yeroo fuula ifa taโ€™en dhufu namni arguu hin dandeenye , Waaqayyo illee akkuma kana turee namni
isaa hin arguu.
โœ yeroo immoo fuuli Musee ifa hin ture namni arga turan , akkuma kana immoo yeroo inni ifa, ibidda ,humna/ Aangoo malee dhufee namni ni arga jechudha.

๐Ÿ”ณ Yaada musiliimota
1Yoh 4:12 irraa jiruu immo๐Ÿ‘‡
โฌ‡๏ธ 1Yohaannis 4:12
#Namni tokko illee Waaqayyoon takkaa #hin_argine; yoo wal #jaallanne, Waaqayyo nu keessa in jiraata, jaalalli inni ittiin nu jaallatus nu keessatti fiixaan ba'uu isaa ti
๐Ÿ”บโžฉDeebi keenya๐Ÿ”บ
iddoo kana irratti.
Sababa namni Waaqayyo hin argineef jalalaa wani hin qabneef jedhee Yohaannis , garuu namni jalala yoo, qabatee immoo fuula fulaatti Waaqayyo fi Kiristoos ni arga.
๐Ÿ…ฐโžฉYohaannis 14:21
Namni Ana jaallatu, isa ajajawwan koo fudhatuu fi eegu dha. Nama na jaallatu
hunda Abbaan koo ni jaallata, Anis isa nan jaalladha,
#isattis #ifatti of nan #mulisa.
๐Ÿ…ฑ โžฉYohaannis 14:23
Kiristoos akkana jedhee deebiseef: โ€œNamni na jaallatu
#hundi dubbii koo ni eega, #Abbaan koos isa #jaallata, #nutis gara isaa dhufnee #bakka jireenyaa keenya #isaa wajjin godhanna.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“ dubbii kiristoos Namni Ana Argee Abbaa Argee jedhuu immoo immoo hiika akkamii qaban .
๐Ÿ…ฑ๐Ÿ›„ Lamaan isaanii iyyuu Aangoo/Humna, ifa,ibidda tokko  wanii qabaniif
Namni Ana arge Abba arge jedhee
A.))๐Ÿ‘‰Yohaannis 1:18
#Homtinuu #takkaa_Waaqayyoon hin argine, #ilma tokkicha isa abbaa bukkee ture sanatu waa'ee isaa hiikee beeksise malee
=hoomtuu erga Waaqayyo hin arginee Ilmi isa qofati immoo akkamitti isa biraa ture yeroo jennuu ,Ilmi isa Abbaa waajin Aangoo tokko wani qabuuf.
B))๐Ÿ‘‰Ibroota 1:3
Inni(kiristoos)
#ulfina Waaqayyoo ni calaqqisa, eenyummaa isaas #sirriitti #bakka bua, akkasumas waan
hundumaa humna dubbii isaatiin jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda, iddoo oli aanaan mirgaa isaan Suurra Qabeessa sanaa taae.
C.))๐Ÿ‘‰ 2 Pheexiroos 1:16
#Nuti_humnaa fi argamuu #Gooftaa keenya Iyyaasuus Kiristoos kan isinitti beeksisne, #surraa isaa isa #guddaa ija keenyaan argineen malee,
oduu durii isa soba taee fi haxxummaadhaan uumame hordofnee miti.
D))๐Ÿ‘‰Yohaannis 8:19
Isaanis, โ€œAbbaan kee eessa jira? jedhaniin Iyyasus(Kiristoos) โ€œIsin anas tae Abbaa koo hin beektan. Utuu ana beektaniittu taee, Abbaa koos ni beektu turtanโ€ jedhee deebiseef.
E.))๐Ÿ‘‰Maatewos 11:27
Abbaan koo wanta
hunda anaaf kenneera; Abbaa malee guutummaatti Ilma kan beeku tokko illee hin jiru; akkasumas Ilmaa
fi nama Ilmi isatti mulisuu barbaadu qofa malee, guutummaatti Abbaa kan beeku tokko illee hin jiru.
F.))๐Ÿ‘‰Yohaannis 16:15
Wanti Abbaan qabu
#hundi kan #koo ti. Inni wanta kan koo tae irraa #fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
G.))๐Ÿ‘‰Yohaannis 17:10
#wanti kan koo tae hundi kan kee ti; wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadheera.
๐Ÿ˜œ  Yoh 14:9 irraa kan jiruu kunoo kana fakkaata,hiika isa
โžฉkutaa_2ffยชยช itti fufa.
Yoh 14:9irratti ammas hordofa.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“๐Ÿ“๐Ÿ“๐Ÿ“๐Ÿ“๐Ÿ“๐Ÿ“๐Ÿ“๐Ÿ“๐Ÿ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒบLink waldaa keenya kana
Xuqa hordofa๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
โš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธ