🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙚𝙞𝙡𝙞𝙢𝙀𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚⛈⛈⛈⛈⛈
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢዚሱስም ኚፈሪሳውያንና ኚሰዱቃውያን እርሟ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላ቞ው። (ማ቎ዎስ 16:6)
Download Telegram
🌹🍀kutaa-23ffªª📍📍
👉 Gaafi fi Deebi👈
❌Musiliimota❌

✍Yohaannis 8:20
#Iyyaasuus(Kiristoos)
kana kan dubbate,
mana qulqullummaa keessa naannoo qodaan buusii ta'autti utuu barsiisaa,jiruu ture.
Haatau malee
#sa'aatiin
isaa amma iyyuu
waan hin geenyeef
eenyu illee isa
hin qabne.
-------------------------------
⏩Gaafii isaanii
Kiristoos Hin
fannifamne jedhu...❓
⏯ namni kamiyyuu isa
Hin qabne jedhu...❓

▬▬▬▬▬▬▬▬
✍Deebi keenya
#Lakki fannifamee jira
Kan jedhuu ta'a.
📍sa'aatiin isa hin geenye
Jedhee malee ,Kiristoos
Gonkumaa hin fannifamu
Hin jennee.

=hanga sa'aatiin isaa
Hin geenyetti hoomtuu
Isa qabu hin danddenye
Yoomuu sa'atii isaa
Gahuu garuu Kiristoos
Fannifamee jira

⏩ ragaa kitaaba
Qulqulluu

⓵=matewoos 26:45
gara
#barattoota isaatti
deebiee akkana isaaniin jedhe: “
#Yeroon kun
yeroo itti raftanii fi yeroo
itti boqottan miti
Kunoo,
#sa'aatiin
#Ilmi namaa #harka cubbamootaatti
dabarfamee itti
kennamu dhihaateera.

⓶=Luqaas 22:14-15
Iyyaasus(Kiristoos)
#yeroo sa'aatiin
isaa
#gau ergamootaa wajjin nyaatatti dhihaate.

Yeroo kanatti
akkana isaaniin jedhe: “
#Dhiphinni ana irra gauu isaa dura, #Faasikaa kana isinii wajjin nyaachuuf
baayee hawwaan ture;

⓷=Yohaannis 12:23-24
Iyyaasus(Kiristoos)garuu akkana jedhee
isaaniif deebise:
“
#Saaatiin_Ilmi namaa ulfina itti argatu gaeera.
Dhuguma dhuguman isiniin jedha,
#firiin qamadii tokko lafa buutee
yoo duuu baatte, firii tokkittii taatee hafti; yoo duute garuu, sana booda firii hedduu godhatti.

⓾=Yohaannis 16:30-32
#Ati wanta hunda
akka
#beektuu fi eenyu illee si gaafachuun akka isa hin barbaachisne amma beekneerra. Kanaanis ati Waaqayyo biraa akka dhufte amanneerra.”
Iyyaasus deebisee akkana isaaniin jedhe: “Amma amantanii?

#Kunoo_saaatiin hundi
keessan kophaatti na dhiistanii gara mana
mana keessaniitti itti
#faffacaatan dhufaa jira; ammuma iyyuu kunoo gaeera. Taus #Abbaan
anaa wajjin waan jiruuf,
ani kophaa koo miti.
▬▬▬▬▬▬
=kutaa-19ffaa dubbisa

📍
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/300

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/301

⏩Yohaannis 7:30
Irra kan jiru dubbisaa
▬▬▬▬▬▬▬
🌹link channeel kan
Yoo, barbadani👇
💒
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//=====
🌹🔺kutaa-48-ffªª🔺🌹
  ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌺➞Gaafi fi Deebi
                ➞Muslimoota.👈
✍Yohaannis 11:53-54👇
guyyaa sanaa jalqabee isa
#ajjeesuuf isa irratti mariatan.
Kanaan kan kaes, Iyyaasuus(kiristoos) sana
booda
#ifatti Yihudoota gidduu hin deddeebine; kanaa mannaa #bakka sanaa #gadhiisee gara naannoo lafa onaa bira jiru, jechuunis magaalaa #Efreem jedhamtu tokko dhaqee barattoota isaa wajjin achi ture.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
📍gaaffii isaanii akkasii turee
1=) Kiristoos hin fanifamne ,yihudoonni irratti mari’atanii isaa ajeessuf jala deemee jedhuu. Kanaafuu eessatti arganii ajjeessan jedhuu.......❓
==================
🔺Deebi keenya 👇
Lakki saba hundafi due Kiristoos kan jedhuu ta'a
🌺Ragaa+kitaaba
⓵➛Yohaannis 11:51-52
inni(Qaayafan) kana kan
dubbate ofii isaatiin kakaee hin turre; kanaa mannaa, bara sanatti inni luba oli_Aanaa waan tureef Iyyaasuus(Kiristoos)
#sabichaaf akka #duu_raajii dubbate;
kan
#duus_ijoollee Waaqayyoo warra #bittinnaaanii jiran walitti
qabee
#tokko gochuuf malee sabichaaf qofa miti.
▬▬▬▬▬▬▬▬
➡ gara mataa duree keenya yoo,deebinuu immoo Eeyyee yihudoonni irratti mari’atanii jiruu isaa ajjeesuudhaaf.

Kiristoos garuu hanga yoonaa hojii isaa hin xumuree ,kayyoo Kiristoos hambisuuf yeroo baay'ee ni deemuu ,

Uumanni Kiristoositti wani Amanuufi uumataa keenya nuu,jalaa fudhatee jedhanii isaa ajeessuf deemuu ,🔺uumanii hundinuu Kiristoos duukaa yoo,bu'ee fayyida mata isani hin argatani,kanafi malee uumata jaalatanii mitii.
⓶➛Yohaannis 11:47_48
Dura buutonni lubootaa fi Fariisonni miseensota yaaii Saanhedriin walitti qabanii
akkana jedhan: “Namichi kun dinqii hedduu hojjechaa waan jiruuf maali goonu❓
Yoo akkanumatti
#isa_dhiisne, hundi isaanii isatti #amanu; warri Roomaas dhufanii #iddoo #keenyaa fi saba keenya fudhatu
▬▬▬▬▬▬▬▬
➞kanafuu Kiristoos iddoo kan gadii dhisee deemee malee erguu hin dhaqne "kunoo Kitaabni iddoo inni jiruu maqaa wajiin lafaa godhee jira «
#magaalaa_Efreemi »
⓷➛Yohaannis 11:53.
......gadhiisee gara naannoo lafa onaa bira jiru, jechuunis magaalaa
#Efreem jedhamtu tokko dhaqee barattoota isaa wajjin achi ture.

🌹Haata’u malee ammas yeroo Ayyaana fasika walitti dhufanii jiruu.
⓾➛Yohaannis 12:9
#Yeroo kanatti, #Yihudoonni_hedduun akka inni achi jiru beekanii dhufan; kan dhufanis #Iyyaasuus(Kiristoos)
#qofa utuu hin tain, Alaazaar isa inni duaa kaase sanas ilaaluuf ture.
🔺kanafis yeroo tokko jala iddoo sana dhisee deemee yoo,jedhamee
#musiliimonni gowwummaadha hin ajjeessne jedhuu * kunoo Kitaabni yeroo biraa akka walitti dhufanii ibsaa ,kanafuu guyyaa jalqabaa sana erga harka bahe gara Abbaa deemee yeroo lammaffaa immoo eessa dhufee jennee yoo, gaafane deebii gonkumaa hin qabanii 😄😄😜😜😜.❓
🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺
🌺kayyoo Kiristoos yihudoota jala deemee ykn miliquu wanta lamaa qofaa
1➞
#sa'aatii isa wanii hin geenyeef//yoo saaatin isa gahee ni qabuu.
2➞hojii isaa hanga
#xumurati
⓹➛Yohaannis 7:6
Iyyaasus(kiristoos) akkana isaaniin jedhe
#Yeroon koo amma iyyuu #hin_geenye,isin garuu yeroon keessan yoom iyyuu mijaaaa dha

⓺➛Yohaannis 12:23
Yesuus garuu akkana jedhee
isaaniif deebise: “Saaatiin Ilmi namaa ulfina itti argatu
#gaeera.
⓻➛ Yohaannis 17:4
Ani
#hojii akkan hojjedhu anaaf kennite #xumuree, lafa irratti ulfina sii kenneera.
▮➞sa'aatii isaa yoo, gahee fi hojii isaa hoo,xumuree harka yihudootati ni du'a.
Ⓦ➛Luqaas 18:31_33
Achiis warra Kudha Lamaan
#kophaatti baasee akkana isaaniin jedhe: “Amma gara iyerusaalemitti oli baaa jirra; wanti raajonni Ilma namaa ilaalchisee barreessan
hundi ni
#raawwatama.  Fakkeenyaaf, harka namoota Yihudoota hin taanetti dabarfamee kennama, itti
#qoosama, rakkinni irra gaa, akkasumas itti tufama. Erga isa garafanii booda isa #ajjeesu; inni garuu guyyaa #sadaffaatti duaa ni kaa.”(❎ Luqaas 13:31-32❵)
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
😜 mee,Kiristoos hin dune kani jedhuu caqasa kitaaba tokko nuuf fida mee...❓dhugaa nama beekuu yoo, tahanii ...❓❓❓
Gonkumaa hin fidanii sarootani wayii..😝😝
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹link kan xuqa👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=========||===========
🌹🌺kutaa_49 ffaa 🌺🌹
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🔺Gaaffii fi Deebii
🔺musiliimota
✍ Yohaannis 12:36
isin ilmaan ifaa akka taataniif,
#yeroo ifa qabdan kanatti ifichatti amanaa.” Iyyaasus(Kiristoos)wantoota kana erga dubbatee booda achii deeme; isaan jalaas ni #dhokate.
▬▬▬▬▬▬▬▬
🔳 Gaaffii isaanii.
⓵=Kiristoos jala miliqe yookiin jalaa dhokatee jira,yihudoonni eessatti isaa arganii fanifisaani jedhuu...❓
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🔳 Deebii keenya.
Jala miliqe yookiin jala dhokatee yoo,jedhamee hin fanifamne jechudha hiika isaa❓Lakki akkasii miti.

✍ inni jala kani dhokatee sa'aatiin isaa wanii hin geenyefi malee wanta biraa mitii.

Ragaa_kitaaba
⓵=Yohaannis 12:27
Amma ani dhiphadheera, maali
jechuun dandaa ❓Yaa Abbaa,
#saaatii kana irraa na oolchi. Haatau malee, #Ani saaatii kanaafan dhufe.
➞Kiristoos Ani dhiphadheera yeroo jedhuu Aangoo dhiphina balleesssu dhabee osoo hin tanee «duubbi rajjoota akka rawwatamuf» Kiristoos nuuf jedhee rakkoo keenya baatee haala kanani ibsuuf. ANI dhiphadheera jedhee.

⓶=Raaji_isaayaas 53:4
Inni garuu dhugumaan
#dhiphina_keenya of irra in kaa'e, muddama keenyas in baate; nuyi garuu akka waan Waaqayyo dha'icha isatti fidee, akka waan inni isa rukutee gad isa deebisettis in lakkoofne

➡ jecha Kiristoos ani sa'aatii kanaafi dhufee jedhuu yeroo isaa wani gaheef.

⓷=Yohaannis 12:32_33
Ani garuu lafa irraa yoon oli kaafame, akaakuu namootaa hunda ofitti nan harkisa.” Kana kan dubbate,
#inni_dua akkamii duuuf akka jedhu argisiisuuf turee.

⓾=Luqaas 13:31_33
#Saaatii sanatti Fariisonni tokko tokko dhufanii, “Heroodis si #ajjeesuu waan barbaaduuf asii baiitii deemi” jedhaniin innis akkana isaaniin jedhe: “Dhaqaatii jeedala sanatti, ‘Kunoo ani #haraa fi #boru jinniiwwan nan baasa, namoota dhukkubsatanis nan fayyisa, guyyaa #sadaffaattis_hojii koo nan xumura’ jedhaatii itti himaa.Haatau malee, #raajiin iYerusaalemii alatti ajjeefamuu waan hin qabneef, hara, borii
fi iftaan adeemsa koo itti fufuun qaba.
➞Kiristoos sababa raajii itti jedhamee yeroo gaafii fi Deebi kitaaba Luqaasi ilaaluu haala gaariin ibsama.hanga sanatti nuu,eeggaa.

✍Kutaa+48 ffaa Dubbisa.

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/506

ይህንም ዹተናገሹ ኚራሱ አይደለም፥ ነገር ግን በዚያቜ ዓመት ሊቀ ካህናት ነበሹና ኢዚሱስ ስለ ሕዝቡ ሊሞት እንዳለው ትንቢት ተናገሚፀ

ስለ ሕዝቡም ሁሉ አይደለም፥ ነገር ግን
#ዚተበተኑትን_ዚእግዚአብሔርን_ልጆቜ ደግሞ #በአንድነት እንዲሰበስባ቞ው ነው እንጂ።((ዮሐንስ 11:51-52))
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
Link group keenyaa hordofuu yoo,fedha qabatee.👇👇👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=======//===//=========
➡🌹kutaa _ 51 ffªª  🌞
------------------------------------
🌟 Gaaffii fi Deebi
🍃musiliimota.🍃
✍Yohaannis 12:45
namni na argu hundi, isa na
#erge Sanas ni arga
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🔳 Gaaffii isaanii
1➛Kiristoos Ergama jedhu❓
========:============
🌺 Deebii keenya.
Jechii
#erge yookiin ergamee yookiin ergama jedhu Abbaa biraa dhufu qofa ibsaa.kanafuu Qaamni Abbaa biraa dhufee yookiin argame kuni Eenyuu.❓

A.))📍jalqabaa dura Kiristoos
#addunyaa kan dura jirachuu isaa qabxiiwwan ibsuu
⓵👉Mul’ata Yohaannis 22:13
Ani Alfaa fi Omeegaa, isa
duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.
⓶👉Yohaannis 17:5
yaa Abbaa ulfina ani
#addunyaan_uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni
⓷👉Yohaannis 6:62
#Ilmi namaa bakka
dura turetti utuu ol bauu yoo argitan maal jettu ree?

B.))📍Kiristoos abbaa biraa dhufu isaa kunis samii irraa dhufu kan i ibsudha

⓵➛Yohaannis 8:42
Iyyaasuus(kiristoos) akkana isaaniin jedhe: “Ani
#bakka kana kanan dhufe #isa_biraa waan taeef, Waaqayyo utuu
Abbaa keessan taee na jaallattu turtan. Isatu na erge malee, ani ofii kootiin kakaee hin dhufne.
⓶➛Yohaannis 8:38
#Ani wantoota yommuun Abbaa #koo_wajjin_turetti argen dubbadha;isin garuu wantoota abbaa keessan irraa dhageessan hojjettu .
⓷➛Yohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu namni Waaqayyoon arge hin
jiru;
#ilma_tokkicha isa taee fi #Abbaa_bira jirutu waaee Isaa nuu ibse.
⓾➛Yohaannis 3:13
#Ilma namaa isa #samii irraa gadi bue malee, namni gara samiitti oli bae tokko illee hin jiru.
⓹➛1qorontos 15:47
Namni inni jalqabaa lafa irraa dhufe, akkasumas biyyoo irraa hojjetame; namni inni lammaffaan garuu
#samii irraa dhufe.

C.))📍 gara biyya lafaa kani ergamee kuni eenyu.
Iyyaasuus Kiristoos ➛Kiristoos immoo ilma Waaqayyo.
⓵👉Yohaannis 17:3
Jireenya bara baraa argachuu akka dandaaniif,
si isa
#Waaqa dhugaa tokkicha taatee fi #Iyyaasus_Kiristoos isa ati ergite sana beekuu qabu

⓶👉Yohaannis 11:27
Ishiinis, “Eeyyee, yaa Gooftaa, ati
#Kiristoos_Ilma_Waaqayyoo isa gara addunyaa dhufu
sana akka taate nan amana” jetteen

⓷👉Yohaannis 6:69
Nuti ati
#Ilma_Waaqayyoo Isa Qulqulluu akka taate amanneerra; beekneerras.”

D.))📍Ilmi Waaqayyo kuni dubbii(logos) Waaqayyo turee
Ilmi Waaqayyo immoo Waaqayyo turee.
⓵➛Yohaannis 1:1
Jalqaba Dubbichatu (logosi) ture; Dubbichi Waaqayyoo wajjin ture; Dubbichis waaqayyo ture
⓶➛Yohaannis 5:18
Seera Sanbataa cabsuu isaa qofa utuu hin tain, sababii
inni Waaqayyo Abbaa isaa akka tae dubbatee,
#Waaqayyoo_wajjin_of_qixxeesseef Yihudoonni ittuma caalchisanii isa ajjeesuu barbaadu turan.

⓷➛Qolosaayis 1:17
Akkasumas inni wantoota hundumaa
#dura dha; wantoonni kaan hundi karaa isaa #uumaman;

⓾➛Filiphisiiyus 2:5-6
Isinis ilaalcha Kiristoos Iyyaasuus qabu sana qabaadhaa inni
#bifa
#Waaqayyootiin kan ture taus, Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo wajjin qixxee tauuf hin yaadne.
⓹➛Ibroota 1:3
Inni
#ulfina_Waaqayyoo_ni_calaqqisa, #eenyummaa isaas sirriitti bakka bua, akkasumas waan
hundumaa humna dubbii isaatiin jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda, iddoo oli Aanaa mirga isa Suurra Qabeessa sanaa taae.

E.))📍Kiristoos yookiin Ilmi Waaqayyo kuni,yookiin Waaqayyo kuni booda foonii nama uffaate.hojii Seexanaa balleessee.
⓵👉Ibroota 2:14-16
ijoolleen” sun
#foonii
fi dhiiga waan taaniif,
#innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae, dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka balleessuufi akkasumas, warra jireenya isaanii guutuu #garbummaa sodaa duaatiin qabamanii turan bilisa baasuufi.
Sababiin isaas inni sanyii
Abrahaam gargaaraa jira malee,
#maleekota gargaaraa akka hin jirre beekamaa dha.

⓶👉1Yohaannis 3:8
#Diyaabilos jalqabaa kaasee
cubbuu waan hojjetuuf, namni cubbuu hojjechuu amaleeffatu kan Diyaabilosi.
#Ilmi_Waaqayyoo kaayyoo
kanaatiif, jechuunis hojii Diyaabilos diiguudhaaf akka mulifamu godhame
⬇⬇⬇⬇⬇⬇⬇⬇
🌺link kan xuqaa hordofa
@haadha_Waaqa_naJaladha
======âš³===========
✝ Dubbisaa gaarii isiniif Haata’u ✝ 👇👇👇
🅰 Fakkeenyaaf
Ser.Bau 33:20. ➩Waaqayyoo ibidda ifa fakkatee yeroo mulatu hoomtuu hin arguu.
1 Xim 1:17* fi 1 Xim 6:16 ➩ifa Waaqayyo fi humna Waaqayyo namni arguu hin jiru jedhe.
⏯ kana jechuun Haaluma museen jedhee sana waliin tokkoo.

Yeroo Waaqayyo
#ibidda , #ifa, fi #humna/Aangoo, isaanii  guutuu dhufu namni arguu hin jiruu.
🔳Sera Bau 24:17
Yeroo kanatti
#ulfinni_Waaqayyoo akka #ibidda xaph godhuutti, fiixee tulluu sanaa irraa saba Israa'el duratti in mul'ata ture.
🔳Ibroota 12:29
Waaqayyo keenya
#ibiddaa gubee balleessuu dha.
👉 Fakkeenyaaf yero museen fuulli isaa ifa ibidda fakkatee dhufee sana nami isa argu hin dandeenye.
Seera.Bau 34:30
#Aaronii fi #namoonni Israa'el hundinuu gara Musee yommuu ilaalan, #fuulli isaa akka calaqqise arganii isatti dhi'aachuu in #sodaatan.

Seera. Bau 34:35
Yeroo sanattis namoonni Israa'el gara
#fuula_Musee ilaalanii, fuulli isaa akka #calaqqise argan; Museen hamma yeroo Waaqayyoo wajjin dubbachuudhaaf achi deebi'etti, fuula isaa in haguuggate*( 2Qor 3:7-18)
✍ akkuma museen yeroo fuula ifa ta’en dhufu namni arguu hin dandeenye , Waaqayyo illee akkuma kana turee namni isaa hin arguu.
✍ yeroo immoo fuuli Musee ifa hin ture namni arga turan , akkuma kana immoo yeroo inni ifa, ibidda ,humna/ Aangoo malee dhufee namni ni arga jechudha.

🔳 Yaada musiliimota
1Yoh 4:12 irraa jiruu immo👇
⬇ 1Yohaannis 4:12
#Namni tokko illee Waaqayyoon takkaa #hin_argine; yoo wal #jaallanne, Waaqayyo nu keessa in jiraata, jaalalli inni ittiin nu jaallatus nu keessatti fiixaan ba'uu isaa ti
🔺➩Deebi keenya🔺
iddoo kana irratti.
Sababa namni Waaqayyo hin argineef jalalaa wani hin qabneef jedhee Yohaannis , garuu namni jalala yoo, qabatee immoo fuula fulaatti Waaqayyo fi Kiristoos ni arga.
🅰➩Yohaannis 14:21
Namni Ana jaallatu, isa ajajawwan koo fudhatuu fi eegu dha. Nama na jaallatu
hunda Abbaan koo ni jaallata, Anis isa nan jaalladha,
#isattis #ifatti of nan #mulisa.
🅱 ➩Yohaannis 14:23
Kiristoos akkana jedhee deebiseef: “Namni na jaallatu
#hundi dubbii koo ni eega, #Abbaan koos isa #jaallata, #nutis gara isaa dhufnee #bakka jireenyaa keenya #isaa wajjin godhanna.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
📍 dubbii kiristoos Namni Ana Argee Abbaa Argee jedhuu immoo immoo hiika akkamii qaban .
🅱🛄 Lamaan isaanii iyyuu Aangoo/Humna, ifa,ibidda tokko  wanii qabaniif
Namni Ana arge Abba arge jedhee
A.))👉Yohaannis 1:18
#Homtinuu #takkaa_Waaqayyoon hin argine, #ilma tokkicha isa abbaa bukkee ture sanatu waa'ee isaa hiikee beeksise malee
=hoomtuu erga Waaqayyo hin arginee Ilmi isa qofati immoo akkamitti isa biraa ture yeroo jennuu ,Ilmi isa Abbaa waajin Aangoo tokko wani qabuuf.
B))👉Ibroota 1:3
Inni(kiristoos)
#ulfina Waaqayyoo ni calaqqisa, eenyummaa isaas #sirriitti #bakka bua, akkasumas waan
hundumaa humna dubbii isaatiin jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda, iddoo oli aanaan mirgaa isaan Suurra Qabeessa sanaa taae.
C.))👉 2 Pheexiroos 1:16
#Nuti_humnaa fi argamuu #Gooftaa keenya Iyyaasuus Kiristoos kan isinitti beeksisne, #surraa isaa isa #guddaa ija keenyaan argineen malee,
oduu durii isa soba taee fi haxxummaadhaan uumame hordofnee miti.
D))👉Yohaannis 8:19
Isaanis, “Abbaan kee eessa jira? jedhaniin Iyyasus(Kiristoos) “Isin anas tae Abbaa koo hin beektan. Utuu ana beektaniittu taee, Abbaa koos ni beektu turtan” jedhee deebiseef.
E.))👉Maatewos 11:27
Abbaan koo wanta
hunda anaaf kenneera; Abbaa malee guutummaatti Ilma kan beeku tokko illee hin jiru; akkasumas Ilmaa
fi nama Ilmi isatti mulisuu barbaadu qofa malee, guutummaatti Abbaa kan beeku tokko illee hin jiru.
F.))👉Yohaannis 16:15
Wanti Abbaan qabu
#hundi kan #koo ti. Inni wanta kan koo tae irraa #fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
G.))👉Yohaannis 17:10
#wanti kan koo tae hundi kan kee ti; wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadheera.
😜  Yoh 14:9 irraa kan jiruu kunoo kana fakkaata,hiika isa
➩kutaa_2ffªª itti fufa.
Yoh 14:9irratti ammas hordofa.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
📍📍📍📍📍📍📍📍📍📍
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌺Link waldaa keenya kana
Xuqa hordofa👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
⚠⚠⚠⚠⚠⚠⚠⚠⚠⚠⚠
🔳 ‎ kutaa -64- ffªª ‵ 🔳
🔺 gaafi fi Deebi
🔺Muslimoota
✍Yohaannis 14:13
Abbaan karaa
#Ilmaa ulfina akka argatuuf, wanta isin maqaa kootiin kadhattan hunda
ani isiniif nan raawwadha
======"||
📍gaaffii isaanii
1=Kiristoos ilma kani jedhamuu akkamu namoota kani ilma jedhanii amanu dha jedhu❓❓
========||×
🌺 Deebi keenya.🌺👇
Kiristoos ilma kani jedhamuu kani isa kuni gonkuma adda‌
⓵.)) Kiristoos qofaatu addunyaa Uumamuu ishee duraa jira
📍Yohaannis 17:5
Yaa Abbaa ulfina
#Ani addunyaan #uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni.
⓶.)) ilma Kiristoos qofatu Waaqayyo biraa turee
📍Yohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu
#namni Waaqayyoon arge hin
jiru
#ilma_tokkicha isa taee fi
Abbaa bira jirutu waaee Isaa nuu ibse.
⓷.)) Seexanni Kiristoos qofaan ilma Waaqayyo jedhee malee
📍Maarqoos 3:11
#Hafuuronni xuraaoon illee, yommuu isa argan hundatti isa duratti kufanii “Ati #Ilma_Waaqayyoo ti” jedhanii iyyu turan.
⓾.)) Kiristoos ilma Waaqayyo qofa malee eenyu ergamoota erge .namoota walitti qaba
📍Maarqoos 13:27
Innis yeroo sanatti Ergamoota(maleekota) ergee, warra isaaf
#filataman_andaara lafaatii hanga andaara samiitti kallattii arfanii #walitti ni qaba.((Mat 25:31)* luq 21:36
⓹.)) ilma Kiristoos isaa qofaatu samii irraa dhufee malee.
📍Yohaannis 6:62
#Ilmi namaa #bakka_dura turetti utuu oli bauu yoo argitan maal jettu ree?
⓺.)) ilma Kiristoos qofan jireenyi argama.
📍Yohaannis 20:31
Wantoonni kun garuu kan barreeffaman Iyyaasus(kiristoos) dhuguma inni Kiristoosii fi
#Ilma_Waaqayyoo tauu
isaa akka amantaniif, amantaniis karaa
#maqaa isaa jireenya akka argattaniifi.
⓻.)) ilmi Kiristoos illee ergamoota irraa adda akka ta’e
📍Ibroota 1:5
Fakkeenyaaf Waaqayyo maleekota keessaa isa kamiin, “Ati
#ilma_koo ti; ani hara #si #dhalfadheera,” akkasumas “Ani #abbaa isaa nan taa, innis ilma koo ni taa” jedhee beeka?
Ⓦ.)) Kiristoos
#ilma waqayyo jechuu qabu namni hundinuu
📍1Yohaannis 5:5
#Addunyaa mouu kan dandau
eenyu? Isa Iyyasus(Kiristoos)
#Ilma_Waaqayyoo tauu isaa amanu sana mitii?
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👉Kiristoos karaa
#foonii ilma #Abrahaam ,ilma #Daawit,ilma Maariyaami jedhama( Mat 1:1)* (Rome 1:3)* (Ibrotaa 2:15).
🌲kanafuu iddoo kanatti gara foonii ilma isaanii jedhama malee gara Gooftummaa isaa fi Waaqayyummaa isaani ilma isaani miti.
📌Maatewos 22:41_46
#Fariisonni walitti qabamanii
utuu jiranii Iyyasus(Kiristoos)akkana jedhee isaan
#gaafate Waaee #Kiristoos maali yaaddu? Inni #ilma eenyuuti? jedhe Isaanis, #Ilma_Daawiti” jedhaniin Innis akkana jedhee isaan gaafate: Maarree, Daawit akkamitti #hafuuraan geggeeffamee #Gooftaa’ jedhee isa waama? Daawit #Waaqayyo_Gooftaa kootiin, “Ani diinota kee miilla kee jala hamman siif godhutti ati #mirga koo taai” jedheera’ jedhee dubbateera Maarree #Daawit Gooftaa jedhee
erga isa waamee, akkamitti ilma isaa taa? Sana booda namni tokko illee deebii isaaf kennuu hin dandeenye guyyaa sanaa jalqabees namni gaaffii kan biraa isa gaafachuuf ija
jabaate hin turre
🅰 akkuma Daawitif gara
#foonii qofaan ilma ta’e ,gara foonii ilma Abrahaami, ilma Maariyaami, ilma Nohii ni jedhama,➖ garuu gara gooftummaa immoo ilma Daawit miti ,akkasumas ilma Maariyaami miti ❌ inni Waaqa fi Gooftaa Maariyaamitti ,Daawitii, Abrahaami malee.
===============
link waldaa keenya xuqa👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
=========//==========
🌻 kutaa-85-ffªª 🌺
   ◉➛gaaffii fi deebi
   ◉➛Musiliimota.
-------------------------
🅟Gaaffii isaanii
1=➛ Iyyaasuus kiristoos erga Awwaalame
𝙙𝙪𝙧𝙖 moo❓𝙗𝙀𝙀𝙙𝙖 𝙪𝙧𝙜𝙀𝙀𝙛𝙩𝙪𝙪 dibanii jedhuu ❓
   📍Ragaa isaanii dhiheesaniin
✍Yohaannis 19:39-40
#Niqodimoos inni kana dura halkaniin gara isaa dhufee ture sunis, makaa qumbii fi sabirii gara 100 ulfaatu fidee dhufe.  Kanaaf, isaan reeffa Iyyaasuus fudhatanii akka #aadaa_awwaalchaa Yihudootaatti #urgooftuu kanatti fayyadamanii uffata quncee talbaa irraa hojjetameen kafanan.
✍Maarqoos 16:1
#Sanbatni erga darbee boodas, #Maariyaam Magdalaa, Maariyaam haati Yaaqoobii fi Saloomeen dhaqanii #reeffaa isaa dibuufiif #urgooftuu bitan.
▬▬▬▬▬▬▬
📮𝙙𝙚𝙚𝙗𝙞 𝙠𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖.
➛𝙡𝙖𝙢𝙖𝙖𝙣 𝙞𝙚𝙖𝙖𝙣 𝙞𝙮𝙮𝙪𝙪,𝙚𝙞𝙧𝙧𝙞𝙙𝙝𝙖,𝙠𝙖𝙣𝙞 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙪𝙪 𝙩𝙖'𝙖
👉Wangeela Yohaannis irraa kani jiruu jalqabaa yeroo Kiristoos awwaala keessa godhuuf urgooftuu fi Uffatanii kafanani kani ibsuudha malee kani guyyaa Sanbataa wajjin wali hin qabatuu=ok.
❶➺Yohaannis 19:41-42
Akkuma carraa taÊŒee, iddoo inni itti
#fannifame sana bakki ashaakiltii tokko jira ture; bakka ashaakiltii sana keessas awwaalli haaraan namni itti #awwaalamee hin beekne tokko jira ture.  #Guyyaan_sun_guyyaa #Qophii_Yihudootaa waan turee fi awwaalichis achitti dhihoo waan tureef Iyyaasus achi keessa ka'anii (godhanii)
👉 𝚐𝚞𝚢𝚢𝚊𝚊 𝚚𝚘𝚙𝚑𝚒 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚊𝚖𝚎 𝚓𝚒𝚖𝚊𝚝𝚊 𝚝𝚞𝚛𝚎
👉 𝚓𝚎𝚌𝚑𝚒 𝚒𝚍𝚍𝚘𝚘 𝚒𝚝𝚝𝚒 𝚏𝚊𝚗𝚒𝚏𝚊𝚖𝚎 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚞 , 𝚊𝚜𝚑𝚊𝚔𝚒𝚕𝚒𝚝𝚝𝚒 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚞 𝚔𝚊𝚗𝚞𝚖𝚊 𝚠𝚊𝚓𝚓𝚒𝚗 𝚝𝚘𝚔𝚔𝚘
❷➺Yohaannis 19:31
#Guyyaan sun Guyyaa #Qophii waan turee fi #reeffi isaanii guyyaa #Sanbataatti fanno irra akka hin oolleef, miilli isaanii cabsamee reeffi isaaniis akka buufamu Yihudoonni Philaaxosiin gaafatan.
🅟 𝚖𝚊𝚊𝚛𝚚𝚘𝚘𝚜 𝚔𝚊𝚗  𝚐𝚞𝚢𝚢𝚊𝚊 𝚓𝚒𝚖𝚊𝚊𝚝𝚊 𝚒𝚛𝚛𝚊𝚝𝚝𝚒 𝚖𝚊𝚊𝚕𝚒 𝚍𝚞𝚋𝚋𝚊𝚝𝚎❓
📮 𝚖𝚊𝚊𝚛𝚚𝚘𝚘𝚜 𝚠𝚊𝚗𝚝𝚊 𝚕𝚊𝚖𝚊 𝚍𝚞𝚋𝚋𝚊𝚝𝚎.
Ⓐ➛𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚐𝚞𝚢𝚢𝚊𝚊
#𝚓𝚒𝚖𝚊𝚝𝚊
Ⓑ➛𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚐𝚞𝚢𝚢𝚊
#𝚜𝚊𝚗𝚋𝚊𝚝𝚊
❞➺Maarqoos 15:46-47
Yoseefis uffata quncee talbaa irraa hojjetame bitee, reeffa isaa erga fanno irraa buusee booda, uffata quncee talbaa irraa hojjetame sanaan kafanee
#awwaala kattaa keessatti qophaaÊŒe tokko keessa kaaÊŒe; dhagaa tokkos gara afaan awwaalichaatti gangalche. 
#Maariyaam Magdalaa fi Maariyaam haati Yoseef garuu, #reeffa isaa eessa akka #kaaÊŒan ilaalu turan

❹➺Maarqoos 16:1-2
#Sanbatni erga darbee boodas, #Maariyaam Magdalaa, Maariyaam haati Yaaqoobii fi Saloomeen dhaqanii reeffa isaa dibuuf #urgooftuu bitan.  Guyyaa jalqaba torban sanaattis #ganama_barii akkuma aduun baateen gara awwaalichaa dhufan. 
▬▬▬▬▬▬
❺➺Maarqoos 16:3
Isaanis, “Eenyutu
#afaan_awwaalichaa irraa dhagicha nuuf gangalcha?” waliin jechaa turan.
▬▬▬▬▬▬
𝙜𝙖𝙧𝙜𝙖𝙧𝙪𝙪𝙢𝙢𝙖 𝙞𝙚𝙖𝙖𝙣𝙞
⒞➛𝚐𝚞𝚢𝚢𝚊 𝚓𝚒𝚖𝚊𝚝𝚊 𝚞𝚛𝚐𝚘𝚘𝚏𝚝𝚞𝚞 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚍𝚎𝚎𝚋𝚒𝚎𝚎
#𝚍𝚑𝚒𝚛𝚊𝚊 𝚚𝚘𝚏𝚊 𝚝𝚊'𝚞 𝚒𝚜𝚊𝚊.
« 𝚠𝚊𝚛𝚛𝚒 𝚍𝚑𝚒𝚛𝚊𝚊 𝚍𝚒𝚋𝚊𝚗𝚒 𝚓𝚒𝚛𝚞𝚞»
Ⓓ➛𝚐𝚞𝚢𝚢𝚊𝚜 𝚜𝚊𝚗𝚋𝚊𝚝𝚊 𝚞𝚛𝚐𝚘𝚘𝚏𝚝𝚞 𝚔𝚊𝚗𝚒
#𝚍𝚞𝚋𝚊𝚛𝚝𝚘𝚘𝚝𝚊 𝚚𝚘𝚏𝚊 𝚝𝚊'𝚞 𝚒𝚜𝚊
« 𝚠𝚊𝚛𝚛𝚒 𝚍𝚞𝚋𝚊𝚛𝚝𝚘𝚘𝚝𝚊 𝚐𝚊𝚊𝚛𝚞𝚞 𝚐𝚘𝚗𝚔𝚞𝚖𝚊 𝚑𝚒𝚗 𝚍𝚎𝚎𝚋𝚒𝚗𝚎 𝚜𝚊𝚋𝚊𝚋𝚒𝚗 𝚒𝚜𝚊𝚊 𝚢𝚎𝚛𝚘 𝚒𝚜𝚊𝚊𝚗 𝚒𝚍𝚍𝚘𝚘 𝚊𝚠𝚠𝚊𝚊𝚕𝚊 𝚍𝚑𝚊𝚚𝚊𝚗 𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 𝚊𝚌𝚑𝚒𝚝𝚝𝚒 𝚑𝚒𝚗 𝚊𝚛𝚐𝚊𝚗𝚎𝚎 𝚠𝚊𝚗𝚒 𝚝𝚊𝚎𝚏
𝙩𝙀𝙠𝙠𝙪𝙢𝙢𝙖 𝙞𝙚𝙖𝙖𝙣𝙞
Ⓔ➛𝚍𝚑𝚒𝚛𝚊𝚊 𝚏𝚒 𝚍𝚞𝚋𝚊𝚛𝚝𝚘𝚘𝚗𝚗𝚒 𝚛𝚎𝚎𝚏𝚊 𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 𝚞𝚛𝚐𝚘𝚘𝚏𝚝𝚞𝚞 𝚍𝚎𝚎𝚋𝚒𝚞𝚞𝚏𝚒 𝚍𝚎𝚎𝚖𝚞𝚞 𝚒𝚜𝚊𝚊𝚗𝚒 𝚝𝚘𝚔𝚔𝚘 𝚒𝚜𝚊𝚊𝚗 𝚐𝚘𝚍𝚑𝚊
❻➺Maarqoos 16:5-6
Yommuu gara
#awwaalichaatti #seenanis dargaggeessi uffata adii uffate tokko karaa mirgaa yommuu taaÊŒu arganii naÊŒan.  Innis akkana isaaniin jedhe: “Hin naÊŒinaa; isin #Iyyaasus Naazreeti isa fanno irratti fannifamee ture sana barbaadaa jirtu. Inni duÊŒaa kaÊŒeera. Amma as hin jiru. Kunoo, #bakka_reeffi isaa kaaÊŒamee ture iyyuu ilaalaa.
▬▬▬▬
👇𝚡𝚞𝚚𝚊 𝚑𝚘𝚛𝚍𝚘𝚏𝚊👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
❻➻Yohaannis 8:39
Isaanis deebisanii, “Abbaan keenya #Abrahaami” jedhaniin. #Iyyaasuus akkana isaaniin jedhe: “ #Isin_ijoollee Abrahaam utuu taatanii, #hojii Abrahaam hojjettu turtan.

❌➻Maatewos 9:9
Sana booda #Iyyaasus bakka sanaa kaÊŒee utuu deemaa jiruu, namicha #Maatewos jedhamu tokko #bakka_qaraxni itti sassaabamu utuu taaÊŒuu argee, #Duuka_buutuu koo taÊŒi!” isaan jedhe. #Yeroo kanatti inni kaÊŒee isa #duukaa_buÊŒe.

❀Kanaafuu namni tokko michuu Waaqayyo ta'uf hojii Abrahaam hojachuu qaba.
❀warri qaraxa sassaaban yaaka dhisanii ijoollee Abrahaam ta’anii jiruu sababa kanaafi « isaani michuu Kiristoos taani».
🥥 akkuma #bara durii namni Waaqayyof michuu tauu.

🥥Haaluma wali fakkaata namoonni Kiristoosif michuu ta'u.
==========
➻Waaqayyof namni akkamitti ilma ta'a kani jedhuu itti fufa.

🧅𝚐𝚊𝚛𝚊 𝚝𝚎𝚕𝚎𝚐𝚛𝚊𝚖𝚊👇👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🥥 𝙀𝙗𝙗𝙀𝙡𝙀𝙀𝙩𝙖 🥥👇
Obboloota jechuun Afaanii Giriikiitiin
#αΎελφοίς (Adelfoiis) jedhama.
𝙜𝙖𝙖𝙛𝙞 𝙢𝙪𝙚𝙞𝙡𝙞𝙢𝙀𝙀𝙩𝙖𝙛 𝙙𝙚𝙚𝙗𝙞 𝙞𝙚𝙖𝙖 𝙠𝙪𝙣𝙀👇
Muslimoonni akkasi jedhuu silaa Kiristoosiin Waaqa jettu Waaqni immoo obboloota qaba jedhu....❓
🍳 Yohaannis 20:17
Iyyaasuus Ani amma iyyuu gara Abbaatti waanan ol hin baaneef, na hin qabin. Kanaa mannaa dhaqiitii
#obboloota_kootiin, ‘Ani gara Abbaa koo fi gara Abbaa keessanitti, gara Waaqa koo fi gara Waaqa keessanitti ol nan baÊŒa’ jedhii isaanitti himi” ishiidhaan jedhe.
🥥 𝙙𝙚𝙚𝙗𝙞 𝙠𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖👇
𝙠𝙞𝙧𝙞𝙚𝙩𝙀𝙀𝙚 𝙚𝙖𝙗𝙖𝙗𝙖 𝙢𝙖𝙖𝙡𝙞𝙩𝙞𝙛 𝙀𝙗𝙗𝙀𝙡𝙡𝙀𝙩𝙖 𝙠𝙀𝙀 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙖 𝙢𝙚❓❓
⓵➻
#𝚍𝚞𝚋𝚋𝚒𝚒_𝚛𝚊𝚊𝚓𝚘𝚘𝚝𝚊 𝚛𝚊𝚊𝚠𝚠𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞𝚏
⓶➻𝚐𝚊𝚛𝚊
#𝚏𝚘𝚘𝚗𝚒 𝚠𝚊𝚊𝚊𝚗𝚒 𝚒𝚜𝚊𝚊𝚗 𝚒𝚛𝚛𝚊𝚊 𝚍𝚑𝚊𝚕𝚝𝚎𝚎𝚏𝚒
⓷➻
#𝚋𝚊𝚛𝚞𝚖𝚜𝚊𝚊 𝚒𝚜𝚊𝚊 𝚠𝚊𝚊𝚗𝚒 𝚏𝚞𝚍𝚑𝚊𝚝𝚊𝚗𝚒𝚏

🌹
#T𝚘𝚔𝚔𝚘𝚏𝚏𝚊 𝚍𝚞𝚋𝚋𝚒 𝚛𝚊𝚊𝚓𝚘𝚘𝚝𝚊 𝚛𝚊𝚠𝚠𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞𝚏𝚒 𝚛𝚊𝚓𝚘𝚘𝚗𝚒 𝚍𝚞𝚛𝚒 𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 𝚘𝚋𝚋𝚘𝚕𝚕𝚘𝚝𝚊 𝚔𝚎𝚎𝚗𝚢𝚊 𝚔𝚎𝚎𝚜𝚊 𝚋𝚊𝚑𝚊 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚊𝚗𝚒 𝚓𝚒𝚛𝚞.
❶➻Sera.Keesa.Deebi 18:15.
#Waaqni kee Waaqayyo #obboloota kee gidduudhaa raajii akka kootii siif ni kaasa. Isinis isa dhagaÊŒuu qabdu.
❷➻Faarfannaa,Daawit 22:22
Ani maqaa kee
#obboloota_kootti nan beeksisa; Gumii gidduuttis sin jajadha.

🌹
#L𝚊𝚖𝚊𝚊𝚏𝚏𝚊𝚊𝚗 𝚒𝚖𝚖𝚘𝚘 𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 #𝚐𝚊𝚛𝚊_𝚏𝚘𝚘𝚗𝚗𝚒 𝚠𝚊𝚗𝚒 𝚜𝚊𝚗𝚢𝚒(𝚑𝚒𝚍𝚍𝚊)𝚗𝚊𝚖𝚊 𝚒𝚛𝚛𝚊 𝚍𝚑𝚊𝚕𝚝𝚎𝚎𝚏 « kana  ibsuuf akkasii jedhee »
❞➻Ibroota 2:14
ijoolleen” sun
#foonii fi #dhiiga waan taÊŒaniif, #innis_foonii fi dhiiga taÊŒe; kanas kan godhe, duÊŒa isaatiin Diyaabilos isa duÊŒa fiduuf humna qabu sana balleessuuf
❹➻Ibroota 2:17
inni wantoota Waaqayyoo wajjin wal qabatan hundumaa irratti luba ol aanaa gara laafessaa fi amanamaa taÊŒuudhaan, aarsaa araaraa cubbuu namootaatiif dhiifama argamsiisu dhiheessuuf,
#gama hundumaatiin #obboloota” isaa #fakkaachuun isa barbaachiseera.
❺➻Mul’ata Yohaannis 22:16.
Ani Iyyaasuus faayidaa gumiiwwaniitiif jedhee waaÊŒee wantoota kanaa isiniif dhugaa baÊŒuuf Ergamaa koo ergeera. Ani
#hiddaa fi #sanyii Daawiti; akkasumas bakkalcha ifa guddaa qabu dha
❻➻Roome 1:3
waaÊŒee
#Ilma isaa isa #karaa #foonii sanyii Daawit keessaa dhufe sanaa kan ibsu dha.
❌➻1 Pheexiroos 4:1
#Kiristoos yeroo #fooniin turetti rakkinni waan isa irra gaÊŒeef, isinis yaada Kiristoos qabaachuuf of qopheessaa; sababiin isaas, namni rakkinni isa irra gaÊŒe cubbuu hojjechuu dhiiseera;
❜➻Roome 8:29
sababiin isaas,
#Ilmi isaa #obboloota hedduu gidduudhaa angafa akka taÊŒuuf, Waaqayyo warra jalqaba beekamtii isaaniif kenne dursee murteessuudhaan fakkaattii Ilma isaa akka qabaatan godheera.

🌹
#S𝚊𝚍𝚊𝚏𝚏𝚊𝚗𝚒 𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 𝚘𝚋𝚋𝚘𝚕𝚕𝚘𝚝𝚊 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚞 #𝚋𝚊𝚛𝚊𝚝𝚘𝚘𝚗𝚒 𝚏𝚒 𝚗𝚊𝚖𝚘𝚘𝚗𝚒 #𝚋𝚊𝚛𝚞𝚖𝚜𝚊 𝚒𝚜𝚊𝚊 𝚍𝚑𝚊𝚐𝚊𝚗𝚒 𝚑𝚞𝚗𝚍𝚒 𝚒𝚜𝚊𝚊𝚗𝚒 𝚘𝚋𝚋𝚘𝚕𝚕𝚘𝚝𝚊 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚊𝚗𝚒.
❟➻Maatewos 12:48-50
#Iyyaasus deebisee namicha isatti hime sanaan, “Haati tiyya eenyu? Obboloonni koo hoo eenyu faÊŒi?” jedhe.  Achiis harka isaa gara #barattoota isaatti diriirsee akkana jedhe: “Kunoo, haati tiyyaa fi #obboloonni koo warra kana!  Namni fedhii Abbaa koo isa samii raawwatu hundi, #obboleessa, #obboleettii fi haadha koo ti.
▬▬▬▬▬
#Kiristoos_Raajidha,yeroo jennu Aangoo maalummaa rajji kani qabuu  ta'u ibsaa Fakkeenyaaf.rajooni kuni lafa irra dhufanii Kiristoos « #samii irraa irra dhufee » kani sami irraa dhufuu immoo #waaqa malee hoomaa miti.
⓵➻Yohaannis 6:62.
#Ilmi namaa #bakka_dura turetti utuu #ol_bauu yoo argitan maal jettu ree?
⓶➻Yohaannis 8:23
#Innis akkana isaaniin jedhe: “ #Isin_gad irraa ti; #Ani garuu #ol_irraa ti. #Isin_addunyaa kana irraa ti;  #Ani garuu #addunyaa kana irraa #miti.

🥥rajoonni hundi isaanii gara lafaa irraa dhufanii
👇𝔀𝔞𝔯𝔞 T𝚎𝚕𝚎𝚐𝚛𝚊𝚖𝚊 𝚔𝚘𝚘𝚝𝚊👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
➻❀Phaawuloos yeroo jalqabuu mootii Mootota ,Gooftaa Gooftota jedhe inni suni illee Kiristoos
➏➻Mul’ata 17:14
Isaan #Hoolichaa wajjin wal lolu; taÊŒus Hoolichi #Gooftaa_gooftotaa fi #Mootii_moototaa waan taÊŒeef isaan injifata. Warri isaa wajjin jiran, jechuunis warri waamaman, filatamanii fi amanamoo taÊŒanis ni injifatu.”
▬▬▬▬
𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖𝙩𝙞
➻𝚊𝚔𝚔𝚞𝚖𝚊 𝚊𝚋𝚋𝚊𝚊𝚗 𝚒𝚏𝚊𝚊 𝚌𝚒𝚖𝚊 𝚔𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊 𝚓𝚒𝚛𝚝𝚞 𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 𝚒𝚕𝚕𝚎𝚎 𝚒𝚏𝚊 𝚌𝚒𝚖𝚊𝚊 𝚔𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊 𝚓𝚒𝚛𝚊𝚝𝚊.
➻𝚔𝚊𝚗𝚊𝚊𝚏𝚒 𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 𝚒𝚕𝚖𝚊 𝚊𝚋𝚋𝚊 𝚋𝚒𝚛𝚊 𝚓𝚒𝚛𝚞 𝚚𝚘𝚏𝚊 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚒𝚋𝚜𝚎 𝚖𝚊𝚕𝚎𝚎 𝚊𝚋𝚋𝚊 𝚑𝚘𝚘𝚖𝚝𝚞 𝚑𝚒𝚗 𝚊𝚛𝚐𝚒𝚗𝚎 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚎.
➐➻ 𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 12:45
#namni na argu hundi, isa na erge sanas ni arga.
➑➻Ibroota 1:3
Inni #ulfina_Waaqayyoo #calaqqisa_eenyummaa isaas sirriitti #bakka buÊŒa; akkasumas humna dubbii isaatiin waan hundumaa jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda, mirga isa Ulfina Qabeessa sanaa, iddoo ol aanaa taaÊŒe.
❟➻Filiphisiiyus 2:6
Inni utuma bifa Waaqaatiin jiruu,
wal qixxummaa Waaqa wajjin qabu
akka waan irraa fudhatameetti hin lakkoofne
𝙖𝙠𝙠𝙖𝙢𝙞𝙩𝙩𝙞 𝙞𝙢𝙢𝙀𝙀 𝙚𝙞𝙡𝙖 𝙖𝙗𝙗𝙖𝙖 𝙝𝙀𝙀𝙢𝙩𝙪 𝙝𝙞𝙣 𝙖𝙧𝙜𝙞𝙣𝙚 𝙠𝙞𝙧𝙞𝙚𝙩𝙀𝙀𝙚 𝙞𝙚𝙖𝙖 𝙗𝙚𝙚𝙠𝙚𝙞𝙚𝙚 𝙠𝙖𝙣𝙞 𝙖𝙗𝙗𝙖 𝙖𝙧𝙜𝙚 𝙠𝙞𝙧𝙞𝙚𝙩𝙀𝙀𝙚 𝙊𝙀𝙛𝙖 𝙬𝙖𝙖𝙣𝙞 𝙩𝙖𝙚𝙛.
➻𝚔𝚊𝚗 𝚒𝚛𝚛𝚊𝚊𝚝𝚒 𝚍𝚎𝚎𝚋𝚒 𝚒𝚜𝚊𝚊👇
❿➻𝚖𝚊𝚊𝚝𝚎𝚠𝚘𝚜 11:27
Abbaan koo waan hunda dabarsee natti kenneera #Abbaa malee #namni tokko iyyuu #Ilma hin beeku #Ilmaa fi nama Ilmi isa itti mulÊŒisuu fedhu malee namni tokko iyyuu Abbaa hin beeku.
➻𝙖𝙗𝙗𝙖𝙣 𝙞𝙛𝙖
➻𝙞𝙡𝙢𝙞𝙚 𝙞𝙛𝙖
➻𝙠𝙖𝙣𝙖𝙖𝙛𝙞,𝙖𝙗𝙗𝙖 𝙢𝙖𝙡𝙚 𝙞𝙡𝙢𝙖 𝙝𝙀𝙀𝙢𝙩𝙪 𝙝𝙞𝙣 𝙗𝙚𝙚𝙠𝙪 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙖,𝙖𝙠𝙠𝙖𝙚𝙪𝙢𝙖𝙚 𝙞𝙡𝙢𝙖,𝙢𝙖𝙡𝙚 𝙖𝙗𝙗𝙖 𝙝𝙀𝙀𝙢𝙩𝙪 𝙝𝙞𝙣 𝙗𝙚𝙚𝙠𝙪 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙖 «𝙚𝙖𝙗𝙖𝙗𝙞𝙣 𝙞𝙚𝙖𝙖 #𝙡𝙖𝙢𝙖𝙣𝙪 𝙞𝙛𝙖 𝙬𝙖𝙣𝙞 𝙩𝙖'𝙖𝙣𝙞𝙛 »
𝚐𝚊𝚛𝚊 𝚝𝚎𝚕𝚎𝚐𝚛𝚊𝚖𝚊 𝚔𝚘𝚝𝚊
👇https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha