๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒน #Anatu isin filate malee, isin ana hin filanne; ani isin deemtanii firii godhachuu keessan akka itti fuftanii fi #firiin keessanis akka jiraatuuf isin muudeera; kanas kanan godhe, wanta maqaa
kootiin Abbaa kadhattan hunda inni akka isinii kennuuf jedheeni.

๐Ÿ‘‰ โ€œAkka wal jaallattaniif ani
wantoota kana isin ajajeera.

๐Ÿ‘‰ Addunyaan yoo isin jibbe, inni isin jibbuu isaa dura akka na jibbe beektu.

๐Ÿ‘‰ isin kutaa addunyaa utuu taatanii, addunyaan wanta kan ofii isaa tae ni jaallata ture.
Amma garuu anatu addunyaa keessaa isin filate malee, isin kutaa addunyaa waan hin taaneef, addunyaan isin
#jibba
โ–ท....Yoh 15:16-19....โ—


๐ŸŒน
#แŠฅแŠ” แˆ˜แˆจแŒฅแŠ‹แ‰ฝแˆ แŠฅแŠ•แŒ‚ แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ แŠ แˆแˆ˜แˆจแŒฃแ‰ฝแˆแŠแˆแค แŠ แ‰ฅแˆ แ‰ แˆตแˆœ แ‹จแˆแ‰ตแˆˆแˆแŠ‘แ‰ตแŠ• แˆแˆ‰ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆฐแŒฃแ‰ฝแˆแฅ แˆแ‰ตแˆ„แ‹ฑแŠ“ แแˆฌ แˆแ‰ณแˆแˆฉ แแˆฌแŠ แ‰ฝแˆแˆ แˆŠแŠ–แˆญ แˆพแˆแŠ‹แ‰ฝแˆแข

โœ
#แŠฅแˆญแˆต แ‰ แˆญแˆณแ‰ฝแˆ แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแ‹‹แ‹ฐแ‹ฑ แ‹ญแˆ…แŠ• แŠ แ‹›แ‰ฝแŠ‹แˆˆแˆแข

โœ
#แ‹“แˆˆแˆ แ‰ขแŒ แˆ‹แ‰ฝแˆ แŠจแŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ แ‰ แŠแ‰ต แŠฅแŠ”แŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฐ แŒ แˆ‹แŠ แŠฅแ‹ˆแ‰แข

โœแŠจแ‹“แˆˆแˆแˆต แ‰ฅแ‰ตแˆ†แŠ‘ แ‹“แˆˆแˆ แ‹จแˆซแˆฑ แ‹จแˆ†แŠแ‹แŠ• แ‹ญแ‹ˆแ‹ต แŠแ‰ แˆญแค แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ• แŠฅแŠ” แŠจแ‹“แˆˆแˆ แˆ˜แˆจแŒฅแŠ‹แ‰ฝแˆ แŠฅแŠ•แŒ‚ แŠจแ‹“แˆˆแˆ แˆตแˆˆ แŠ แ‹ญแ‹ฐแˆ‹แ‰ฝแˆ แˆตแˆˆแ‹šแˆ… แ‹“แˆˆแˆ
#แ‹ญแŒ แˆ‹แ‰ฝแŠ‹แˆ

โžชแ‹ฎแˆแŠ•แˆต 15:16-19
รทรทรทรทรทรทรทรทรทรทรทรทรทรทรทรทรทรทรทรท
๐ŸŒน๐Ÿ€kutaa-23ffยชยช๐Ÿ“๐Ÿ“
๐Ÿ‘‰ Gaafi fi Deebi๐Ÿ‘ˆ
โŒMusiliimotaโŒ

โœYohaannis 8:20
#Iyyaasuus(Kiristoos)
kana kan dubbate,
mana qulqullummaa keessa naannoo qodaan buusii ta'autti utuu barsiisaa,jiruu ture.
Haatau malee
#sa'aatiin
isaa amma iyyuu
waan hin geenyeef
eenyu illee isa
hin qabne.
-------------------------------
โฉGaafii isaanii
Kiristoos Hin
fannifamne jedhu...โ“
โฏ namni kamiyyuu isa
Hin qabne jedhu...โ“

โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โœDeebi keenya
#Lakki fannifamee jira
Kan jedhuu ta'a.
๐Ÿ“sa'aatiin isa hin geenye
Jedhee malee ,Kiristoos
Gonkumaa hin fannifamu
Hin jennee.

=hanga sa'aatiin isaa
Hin geenyetti hoomtuu
Isa qabu hin danddenye
Yoomuu sa'atii isaa
Gahuu garuu Kiristoos
Fannifamee jira

โฉ ragaa kitaaba
Qulqulluu

โ“ต=matewoos 26:45
gara
#barattoota isaatti
deebiee akkana isaaniin jedhe: โ€œ
#Yeroon kun
yeroo itti raftanii fi yeroo
itti boqottan miti
Kunoo,
#sa'aatiin
#Ilmi namaa #harka cubbamootaatti
dabarfamee itti
kennamu dhihaateera.

โ“ถ=Luqaas 22:14-15
Iyyaasus(Kiristoos)
#yeroo sa'aatiin
isaa
#gau ergamootaa wajjin nyaatatti dhihaate.

Yeroo kanatti
akkana isaaniin jedhe: โ€œ
#Dhiphinni ana irra gauu isaa dura, #Faasikaa kana isinii wajjin nyaachuuf
baayee hawwaan ture;

โ“ท=Yohaannis 12:23-24
Iyyaasus(Kiristoos)garuu akkana jedhee
isaaniif deebise:
โ€œ
#Saaatiin_Ilmi namaa ulfina itti argatu gaeera.
Dhuguma dhuguman isiniin jedha,
#firiin qamadii tokko lafa buutee
yoo duuu baatte, firii tokkittii taatee hafti; yoo duute garuu, sana booda firii hedduu godhatti.

โ“ธ=Yohaannis 16:30-32
#Ati wanta hunda
akka
#beektuu fi eenyu illee si gaafachuun akka isa hin barbaachisne amma beekneerra. Kanaanis ati Waaqayyo biraa akka dhufte amanneerra.โ€
Iyyaasus deebisee akkana isaaniin jedhe: โ€œAmma amantanii?

#Kunoo_saaatiin hundi
keessan kophaatti na dhiistanii gara mana
mana keessaniitti itti
#faffacaatan dhufaa jira; ammuma iyyuu kunoo gaeera. Taus #Abbaan
anaa wajjin waan jiruuf,
ani kophaa koo miti.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
=kutaa-19ffaa dubbisa

๐Ÿ“
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/300

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/301

โฉYohaannis 7:30
Irra kan jiru dubbisaa
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนlink channeel kan
Yoo, barbadani๐Ÿ‘‡
๐Ÿ’’
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//=====